en
Feedback
Oromo news

Oromo news

Open in Telegram

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
8 141
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Bagaa Ayyaana Irreechaa bara 2013 nagaan gessan እንኳን ለ2013 የሆራ ፊንፊኔ እና የሆራ አርሠዲ ኢሬቻ በዐል በሠላም አደረሳችሁ፡፡ በዐሉ የፍቅር የሠላም የአንድነት የመቻቻል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን፡፡ መልካም በዐል Happy Irreechaa Holiday For All Ethiopians And Oromo's @Oromonews @Oromonews

Waaaaaaw jechaa kabajamtoota maamiloota keenya, Haaluma gaaffii keessaniin Guyyaa #Dilbata gaaffii badhaasa #kaardii armaan gadii irratti hirmaachuu dandeessauu👆👆👆 1. Kaardii abbaa #dhibbaa 2. Kaardii abbaa #shantamaa 3. Kaardii abbaa #digdamii shanii 👇Button kana gadii #click gochuun Kan fedhii keessaniin irratti hirmaadhaa. #Hubaachiisaa gaafa dilbataa Kan dursee deebisetu badhaafama.

#COVID_Update Waliigalaan kan qabaman: 👉 71, 687 Waliigalaan kan fayyan: 👉 29,461 Waliigalaan kan du'an: 👉 1,148 Maddi: FBC @Oromonews @Oromonews

Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naan
Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama jira. Maddi: FBC @Oromonews @Oromonews

Paartiin Saalsaay Wayyaane Tigraay filannoo tibbanaarratti rakkoo himate! Paartiilee mormituu Tigraay filannoo addatti naannichi torban darbe adeemsiseefi mootummaan federaalaa 'heeraan ala' jedheerratti hirmaate keessaa tokko rakkoo himate. Paartiin Saalsaay Wayyaane Tigraay Wiixata ganama ibsa baaseen dorgomtootaafi taajjabdootarratti ''dorsiisniifi dhiibbaan'' gahaa ture jechuun ibse. Paartiin dargaggootaan hogganamu kuni naannichi filannoo akka gaggeessuuf gaafataa ture. Filannoon gaggeeffames 'seena-qabeessa'' jechuun ibseera. Haa ta'u malee, filannoo duraafi booda ''hanqinootaafi gufuuwwan' mudatan jedhe ibseera. ⚜ Himannaa TPLF irratti dhihaate Dhaabichi ibsa baaseen miseensonni dhaaba Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT/TPLF) filannoo dura balbala namaarra adeemaa ''mallattoo kan gootan asirra'' jechuun himaa turan jedheera. Dabalataan, dorgomtotaafi taajjabdootarratti ''doorsisniifi dhiibbaan'' gahaa tures jechuun ibseera. ''Caasaa Aanaafi Gandaa fayyadamuun dorgomtootaafi maatii isaaniirratti doorsisni gaha ture. Uummataan akka diinaa akka ilaalamaniifi akka of sodaatan taasifamaa ture,'' jedheera. Itti dabaluunis, paartiin naannicha bulchu ''olola maqa balleessii miidiyaafi sanadaan deeggarame nurratti gaggesseera'' jechuun himateera. Yeroo sagaleen lakkaa'ames taajjabdoota buufata filannoorraa fageessuuf yaaliin taasifameera jechuun ibse. Himannaan akkanaa filannoo naannichi addatti adeemsiseefi mootummaan federaalaa 'heeraan ala' jedheerratti yoo dhihaatu kuni kan duraati. Filannoo paartiin TPLF olaantummaan irra aanerratti paartileen mormituu afur hirmaatanis sagalee olaantummaa kan argate dhaaba naannicha bulchaa jiru, TPLF dha. Himannaa Saalsay Wayyaaneen dhaaba naannicha buchuurratti dhiheesseef dhaaba TPLF irraa deebiin kenname hin jiru. Sababa koronaavaayirasiin Itoophiyaan filannoo biyyaalessaa shanaffaa yeroo biraatti dabarsiteetti. Hangasitti aangoon mootummaa akka dheeratu manni maree federeeshinii biyyattii murtesseera. Haa ta'u malee, naannichi sababa koronaavaayirasiin filannoon yeroo biraatti darbuu hin qabu jechuun addatti filannoo gaggeesse. Kunis, muddama guddaa uumeera. Maddi: BBC @OMN_tv1 @OMN_tv1

Bagaa geesa bagaa geenye walumanu oromo ko hayyu fi goota wara barana kan baara dhibba(100) rabbin nu ha godhu jechaa bara 2013 kan bilisuuma fi dina kenya ittin gonfanu nuf ha tahu jecha erga kiyya kana namota muurasa tookof akka dhaqabun hawa 1_Ferhan Abduselaam 2_Ettana Habte 3_Yaya Bashir 4_Isqeel Gabisa 5_per.Mahmed Hasan fikk Akkasumas ijaa fi guura kenyaa kan tahe OMN tv fi hayyota kenyaa kanan hin waminis heddu baga gesan jecha kan erga kana isinif baresh qeerroo G/H/B/M_Haroomaya irrahi maqan koos TIMUZI HARUN ni galatooma warri OMN walay heddu takkan isin jaladha umri naf dheeradha i love you OMN tv 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼

Bagaa bara harawa 2013n isin gahe jecha bari bara bilisuma itti gonfanu nu ha tahu jecha ani kan erga kana isinif erge jirta G/H/B maga harmaaya irrahi galatoma wari OMN isin jalaana isin kabanya isin fenaa i love you OMN ija fi guura kenyaa

Baga bara ⓶🅾❶⓷ isin gahe. Ergaa baga ittiin isin gahee dabarfachuuf: @Alemu24 @Alemu24 irratti nuuf ergaa. 🏵Happy New Year🏵

#COVID19 #COVID19Ethiopia Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 19,194 gaggeeffameen namoota dabalataa 1,514 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 49,654 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 12 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 770 qaqqabeera. Gama biraan namoonni dabalataa 701 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 18,116 gaheera. @Oromonews @Oromonews

#COVID19 #COVID19Ethiopia Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 18,766 gaggeeffameen namoota dabalataa 1,733 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 48,140 taasiseera. Akkasumas lubbuun namoota 13 kan darbe yoo ta'u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 758 qaqqabeera. Gama biraan namoonni dabalataa 586 dhibee kanarra bayyanachu isaanin walqabate lakkoofsa waliigalaa namoonni bayyanatan 17,415 gaheera. @Oromonews @Oromonews

#Dhaamsa_Dhiifamaa Kabajamtoota hordoftoota keenya sababa dhuunfaan tamsaasa odeeffannoo irraa cituun keenya ni yaadatama. Haaluma kanaan amma qophii guutuun gara tamsaasa kallattiiti deebinee waan jirruuf nu hordofuu hin dagatiina. 👉 Odeeffannoo Wayitaawwaa biyya keessaa fi alaan nu hordofaa. Contact: 📩@Alemu24 @Oromonews @Oromonews

Oduu Gammachiisaa Biiroon barnoota guyyaan barattootni barumsa eegalan ifa godhe. See more

Lammaa Vs Abiy 👉Lammaa Jaala koo yaa Abiy Jaallee qabsoo kaleessaa Akkami siif mijattee?? Jiruun masaraa keessaa Har'a hoji dhabeessaa Ani Lammaa Magarsaa. Waggaa muraasa dura Wayyaaneen si ariitee Nama hojii hin qabne Bara ishiin si gootee Ni yaadattaa jaala koo Waan Oromoon siif gootee? " 👉Abiy Itoophiyaan suusiidha Inni jette na qabee Araada ishii keessaa Karaa ba'uumsaa dhabee Jiruu masaraa kanaa Nan gaafatin yaa Lammaa Biyya gadhiisii badii Na gochaa jira ammaa Eenyu baasee akkan buusu Kallattii dhabeen jiraa Waanin an keessa jiru Nan gaafatin yaa firaa! 👉Lammaa Qabeenyin dhuunfaan qabu Lubbuu tokkittii qofaa Isheen du'a 'in sodaadhu Eenyut' dhaabbatee hafa? Jedheen wayyaanen mormee Hidhaaf du'a 'in sodaannee Ilmaan Oromoof falmee Lubbuu koo hin sassannee Nama kalee alagaan Na hidhuuf humna dhabee Har'a situ na hidhee?? Jaallee koo harka qabee! 👉Abiy Ergan masaraa seenee Nan jooree nan jawwaree Nageenya dhabeen jiraa Daani'eel natti moree Jarris badhaasa jedhee Gaafa re'ee naaf kennee Erguma guyyaa sanii Homaa gaarii hin hojjannee Oromoon na araarsii Akka sareen nan nyaannee 👉Lammaa Haacaaluun ajjeefamee Uffatee ciise biyyee Qabsa'oota gaaditee Waan isaanif hin mallee Siidaa bineensaf dhaabuuf Eessaa fidde haamilee? Kanaa irbuun kaleessa Dhoksinee walii gallee? 👉Abiy Oromummaa nuuf cabsii Sabboonummaa balleessii Mootota keenya durii Maqaa waamii leellisii Jedhameetan gorfamaa Warra soddaan marfamee Anis jara dhaga’een Qeerroo haleeluuf ka'ee Lammaa koo maal naf wayya Jiruun natti hadhaa'ee. 👉Lammaa Sittan hima jaala koo Tarii gurra ni qabdaa? Ati akka Mallasaa Duutee biyyee uffattaa Yookin Akka Hayilee Baqattee biyyaa baataa Ani mul’ata argee Kufaatii hamaa kuftaa. Nama teessoorra ka'ee Kabajan si teessisee Saba damma nyaachisee Barsiisee si guddisee Erga nyaattee imaanaa Ati dhaabitti duutee Siif booyee yaa namanaa. @Oromonews @Oromonews

[ Photo ] Xiyyeeffannoon keenya karra Finfinnee shanan haa ta'u. Qeerroo Sulultaa Qeerroo Holetaa Qeerroo Sabbataa Qeerroo Duukam Qeerroo Sandaafaa Isintu Nafxanyaa harka kennachiisuu danda'a. Irratti hojjachaa. Ergaa kana dabarsaa keessanis walitti himaa qeerroon naannolee shanan kanaa nama beektan. Finfinnee irratti haa xiyyeeffannu!

BOOOOOOOOMMMMM😳 Obbo lammaa magarsaa har'a ifaaf ifatti interview gadhaniin...see more

#Lebanon Dhohiinsa Beeruut keessatti uumamee hordofuun hospitaaloonni miidhamtootaan dhiphachuun himame. @Oromonews
#Lebanon Dhohiinsa Beeruut keessatti uumamee hordofuun hospitaaloonni miidhamtootaan dhiphachuun himame. @Oromonews

#Jawar breaking News Paartiin PP kan icciiti ishee diiguuf hojjetu, har'a ifaaf ifatti.... Guutummaa oduu kanaa argachuuf #see more xuqi

Gameessa koo yaa abbaa daamaa daalee yaa abbaa shaanqoo soorii farda kee qopheessi eeboo kee qarii soroorsi gaachana fannoorraa buusi roorro didee sirra marse maaliif duuta mana teesse 👉 Haaceeee