en
Feedback
Oromo news

Oromo news

Open in Telegram

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
8 141
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Baga geessan! --------------------------- Hordoftoota amanta kiristaana maraan baga guyyaa du'aa ka'uu goofta keenya iyyeesuus kiristoosin isin ga'e. @Oromonews

Happy Easter!

Europa league draw: Granada vs United

#Calanqoo Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti balaa konkolaataa gaheen lubbuun namoota 36 akka darbe Poolisiin beeksise. 'Gadaa Post' dhimma kana qulqulleessuuf yaalii godheen konkolaataan kun namoota 100 ol hiriira deeggarsa bulchiinsa MM Abiy Ahimadiif waamame irratti hirmaachuuf deeman (baay'inaan barattoota) fe'ee akka ture fi lakkoofsa namoota lubbuun isaani darbe 50 caaluu akka hin oolle namoota taatee kana ijaan ilaalan irraa odeeffanneerra. @Oromonews

#Jetteem_lubbuun ❤️ Marsaa 3ffaa Anaaf hiikni jaalalaa Jaalala onnee keessaa Kan yaadaan wal hin dhabne Waliif dhiisan balleessaa ~~~~~~~~~~~~~~~~~ Kan sagal jaallatanii Kudhan jalan kurkurre Kan keessaan wal haalanii Yaadaan wal hin gurgurre ~~~~~~~~~~~~~~~~~ Jette jettee namaatiin Isa wal hin yakkine Kan biraa jaallatteedhaan Isa wal hin shakkine ~~~~~~~~~~~~~~~~ Ba'aa jaalala dhugaa Isa qixatti baatan baatan Mi'aawaa sooratanii Hadhaawaas waliin nyaatan ~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Malee "ilmi abaluu Jaalalleen koo jalqabaa Gamoo darbii kudhaniif Baajaajii sagal qaba ~~~~~~~~~~~~~~~~~~ Jaalalleen hiriyaa koos Argatee iskoolaarii Torbee torbeedhaan guuree As ergaafi doolaarii ~~~~~~~~~~~~~~~~~ Jireenyisaaniis adda Akka ifa soolaarii Garuu, jaalalli kankee Nadhabsiise mooraalii" ~~~~~~~~~~~~~~~~~ Kan akkas waliin jedhan Koodee kiyya yaa tiruu Nabirrattin hojjetu Jaallalis laman jiru ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ #Share @Oromonews @Oromonews

#SUMMII_NAAF_BITI !😩 Marsaa 2ffaa Halkan bareechuuf jettee Biiftuun kan isheen baatu Akkan si jaalladhu atoos Beekta maalif naan naatu! ~~~~~~ Hunda baadhee dabarsee Amma obsuu dadhabeera Hedduu akkan si jaalladhu Onneen kee yoom naaf bara ~~~~~~ Addunyaa abjuu keessaa Galaana hundumtuu daaku Siif jibba abjuun gaaf-mara Hiikeellee maaf naan beeku ~~~~~~ Siifis boqonnaa laadhee Diiviin nagaa naaf bahu Bakka dhabaa fi qabaan Dirqiin deemee wal-gahu ~~~~~~ Dacheerra jiraachuun koo Si kaffalchiisnaanis gatii “Sin barbaadu” erga jettee Yookaan summii naaf biti😩 Contact: @Alemu24 @Oromonews @Oromonews

Walaloo jaalalaa marsaa #1ffaa #Ka'ee💔💔 Yakkaan ishee himadhee Qe'ee seeraa ishe dhaabuu? Dhiiga koo dhangala'e Onneesherra warabuu? Himadhuu hundumasa Isa isheen narraan geesse? Kanan baachuun dandeenye Akkasheen narra keesse Caba koo caba lafees Ifa baasee dubadhuu? Murtoo abbaa seeratis Ameen jedhee fudhadhuu Ka'ee hundaa himadhuu? Akka isheen gidirsitee Narraan deebistee daaraa Moo.... madaa koo hundaa dhiise Jalqabu daandii haaraa💔💔 Contact: @Alemu24 @Oromonews @Oromonews

Kabajamtoota hordoftoota keenya walaloo jaalalaa fi asoosama gargaaraa kutaa kutaan isinii dhiyeessuuf qophii xumurree jirra. Nu hordofuu hin dagatinaa. Yaada keessaniif: @Alemu24

https://m.youtube.com/channel/UCKsPuBHI-MYfLaV9CBn5usA 🤳 Loomiin dhibba nama tokkoof ba'aa, nama dhibbaaf bashashanna🤳 Nu martinuu gahee keenya bahachuu qabna. Osoo warra habashaatii yoona guyyaa tokkotti #subscriber kuma gahu. 🤙 Kanaaf nunis qabsoon keenya karaa maraanu ta'uu qaba. 👆 Oromoo kiyya channel keenya #subscribe gochuun nu jajjabeeesa. Linkii kana xuquun 💥💥 https://m.youtube.com/channel/UCKsPuBHI-MYfLaV9CBn5usA https://m.youtube.com/channel/UCKsPuBHI-MYfLaV9CBn5usA Subscribe Subscribe Subscribe @Oromonews @Oromonews

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

Tartiiba report gootan🎙️ Jalqaba link kanaan galtu(xuqxu) , isa booda gubbaa harka mirgaan kan mallattoo (:) qabdu erga cuqaastanii tartiiba armaan gadii eega report godhaa. https://www.facebook.com/104269798032689/posts/154028273056841/?app=fbl Gumaa keenya ni baafne oromummaa keenya haa baanu.

🔕 warning (Raya studio like 200,000 qabu nu jalaa cufsiisan) Garren nafxanyaa "network against hate speech" jedhamu kun studio guddicha kan keenya " Raya studio" jedhamu nu jalaa cufsiisan. Haaluma kanaan bayyinni keenya yoomiif yeroo akkanaa walbira hin dhaabannu taanan. Page kana cufsiisuuf tartiibaan haala report gootan isiniif dhiyeessina #link isaa waliin qophaayaa oromoo! 📢 Oromon galaana irra dhangalaana.