cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

GAREE BARATTOOTA MUSLIMAA OROMYAA WRU KEESSATTI

Gareen kun siyaasa kam irraayyuu bilisa. Kan hundaa'eef barattoonni afaan biraa hin dhageenye karaa kanaan gorsaa fi barnoota amantii muslimaa akka fudhataniif. @WRUOS101 (In Werabe University Oromia Students)

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
335
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Namni jaalattan💗
Namni hin jaalanne👎
Raayyaa koo💞
Photo unavailableShow in Telegram
Namni jaalattan💗
Namni hin jaalanne👎
Raayyaa koo💞
Photo unavailableShow in Telegram
Namni jaalattan💗
Namni hin jaalanne👎
Raayyaa koo💞
Photo unavailableShow in Telegram
An Nama kana baay'een jaaladha mee Namni Sh/Amiin Ibroo jaalattan qofti ❤️ tuqaa Kan haalli isaanii itti hin tolle immoo 👎 tuqaa mee
Show all...
Nan jaaladha❤️
Natti hin tolu👎
Yaada hin qabu🙏
Photo unavailableShow in Telegram
Namni jaalattan💗
Namni hin jaalanne👎
Raayyaa koo💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Show all...
Raayyaa A/Maccaa❤️
U.Kaamil Shamsu!!!💜
❤️O M❤️ N❤️
U. Heeydar Kadiir☂
U. Jeeylaan Kadiir🕶
Najjaash Muhamed 💞
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Show all...
Raayyaa A/Maccaa❤️
U.Kaamil Shamsu!!!💜
❤️O M❤️ N❤️
U. Heeydar Kadiir☂
U. Jeeylaan Kadiir🕶
Najjaash Muhamed 💞
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!! Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra GAAFFII Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???
Show all...
1⃣ ffaa
6⃣ ffaa
9⃣ffaa
🎱 ffaa
3⃣ ffaa
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!! Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra GAAFFII Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???
Show all...
1⃣ ffaa
6⃣ ffaa
9⃣ffaa
🎱 ffaa
3⃣ ffaa