en
Feedback
Old songs (Faarfannaa Afaan oromoo durii)

Old songs (Faarfannaa Afaan oromoo durii)

Open in Telegram

Ergaa baroota barootatti darbuu Afuura nama kakaasani Oldies but Goldies

Show more
2 075
Subscribers
+624 hours
+307 days
+16730 days
Posts Archive
Watch Eenyummaa koo beekta si dhoksuu hin danda'u.mp47.96 MB

          Yesus jaalallee koo hin dandda'u           Sitti gargar ba'ee jiraachuu           Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi           Ol waaqa irratti si dheebotti (2x) Hawwiin garaa kootii si arguu dha Bara jireenya koo si wajjin jiraachuu dha (2x) Fedha garaa kootii anaaf guuti Na eebbiftu malee gadi sin hin dhiisuutii (2x)           Yesus jaalallee koo hin dandda'u           Sitti gargar ba'ee jiraachuu           Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi           Ol waaqa irratti si dheebotti (2x) Anaan sittii gargar na baasuuf Kan dhama'u diinni haa qaana'u (2x) Rakkoo fi dhiphinni yoo dhufanisi Sitii gargar na hin baasu Yesus (2x)           Yesus jaalallee koo hin dandda'u           Sitti gargar ba'ee jiraachuu           Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi           Ol waaqa irratti si dheebotti (2x) Anaaf jireenyi koo si duwwaa dha Siinan amanadha bara koo hundaa dhaa (2x) Maaltu na sodaachisa kan biraa Humni kee inni jabaanoo na biraa (2x)           Yesus jaalallee koo hin dandda'u           Sitti gargar ba'ee jiraachuu           Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi           Ol waaqa irratti si dheebotti (2x) Marti biyya lafaa natti haa hafu Si duukaan bu'a booddeetti hin hafu (2x) Doorsisa diina koo hin dhaga'u Sagalee kee duwwaan anaaf ha dhufu (2x)           Yesus jaalallee koo hin dandda'u           Sitti gargar ba'ee jiraachuu           Lubbuun koo yeroo hundaa si yaaddi           Ol waaqa irratti si dheebotti (2x)

HARKA LAMA ABBOO ALAMAYO GMASKAL-1.mp45.16 MB

Mataa Dina Koo Ti Buruqsite Aangoo Diina Koo Ti Bittimsite Har'an Na Geesseetta Ya Gooftaa Dhaabadheen Siif Galcha Galata Billaa diina koo ti maarashaa goote Qabaa harka isaa keessaa na baafte Utu inni akka Leencaa natti aaduu Akka ilmaan hantuutaa isa goote Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata? Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata? Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x) Ilaalee naarguu hin dandeenye Hiixatee na qabuu hin dandeenye Akeeka isaa tasa balleessite Ilkaan diina koo ti na oolchite Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata? Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata? Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x) Galata kee Gooftaa galata kee Siin dhiyeessa ijaajjee wareega kee Himee hin fixu waa'ee gaggeessaa kee Ha ulfaatu ya YESUS maqaan kee Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata? Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata? Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x) Utuu inni dhaabatee quba nyaatuu Jonja'ee fajajee akka raatuu Mataa diina koo tii irraa murte Harka kootti fiddee naa kennite Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata? Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata? Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x) Ulfinaa fi hoo qubaan sii dhiyeessa Situ na baase afaan diina koo keessaa Himee hin fixu wa'ee gochaa kee Ha galateefamu ka maqaan kee Akka Namni Yaadutti Utuu Ni Yaada Ta'e Akka Namni Murteessutti Utuu Ni Murteessa Ta'e Fuula WAAQAYYO Dura Silaa Eenyutu Dhaabata? Qulqulluu Maqaa Isaa Eenyutu Waammata? Uggum Uggum Baay'ee dha Araarri Isaa Dhuma Hin Qabu Gooftaan Jaalalli Isaa (2x)

Gabita Geleto - Barri Naa Dhufeera.mp45.49 MB

QALBIIN DIDDIIRRADHA Faar Tafarii Aangosee, Track#-1.mp416.83 MB

Phaawloos Hashim Waqayyo Jabaadha.mp415.62 MB