cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromoo dj

Odeefaannoo dabalaataf karaa facebooktiin Olisshow

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
594
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namicha hiyyeessa tokkootu sangaa tokko qaba ture. jireenyi itti ulfaannaan sangaasaa gabaa geessee, gurguratee utuu deebi'u... mana dhugaatiitti goree isa booda dhugee machaa'ee manatti galuuf karaarra bu'ee utuu deemuu waan mana ga'e itti fakkaatee karaarra ciisee achitti saamtuun itti dhufanii qabeenya isaa hunda harkaa fudhatanii rifeensa isaa irra haadanii deeman(sokkan).machiin irra galee gaafa ka'u qarshiin isaa harka hin jiru. iyyuuf gaafa mataa qabatu rifeensi irra hin jiru.isa booda kun anaa miti jedhee deebi'ee rafe.😀😁 . . . Hirooya keef forward godhi @OromooDj
Show all...
Church deemee utuun jilbeeffadhee boo'ee kadhadhuu bokkaan roobe Waaqako boo'een si boosise mitii 😳😳😳😂😂😂🙈 @Oromodj
Show all...
On july 29
Show all...
Show all...

Haati manaan kee si jalaa duutee gaafa waardiyyaan boo'ee dhiisuu didu:- . . . . . Namichoo akkasittiin natti hin boo'in sirriimasaa natti himi ijoollee koo keessaa kamtu kankeeti.😂😂 @jechamota
Show all...
Gurbaan jaalalleesaa warra isaa waliin walan barsiisa jedhee chiikii gurraattii gara manaatti fuudhee yeroo😳 galu .. .. #Abbaan_gurbaa_wayita_argu Maaloo waaqa koo gaadidduu isaati naan jedhi. 😆😂🤣 Join 👇👇👇👇 @baacoowwan Share  & Invite ur Friends @baacoowwan
Show all...
Raafuu ➹ ani mukan fakkaadha🌳 Raafuu maramaa➹ ani kubbaan fakkaadha.⚽️ Avokaadoo➹ anaan ampuuliima fakkaata naan jedhuum…🍐 MUUZII ➹ ooohhww friendoch tapha jijjiiraa 😁🙈 IHI'i @baacoowwan
Show all...
Gkd
Show all...
fufgg
Show all...