4 091
Subscribers
No data24 hours
-137 days
-5730 days
Posts Archive
4 091
Mooraan leenjii Waraana bilisummaa Oromoo Zoonii giddu galaa Jaarmiyaa ABO-WBO sabboontota roorroon gabrummaa manaa baaste ofitti fuudhee kaadhimamtoota haaraa kan yeroo dheeraaf barnoota siyaasaa fi barnoota waraanummaan leenjisaa turee bu'aa ba'ii leeenjiin waraanummaa qabdu cufa erga goolabe booda sirna eebbaa isaanis milkiin xumuratee jira.
Kun hojii Oromiyaa bilisomsuuf akkasumas injifannoo warraaqsichaa mirkaneessuuf kan taasifamu dalagaa wal irraa hin cinnee dha.
4 091
Warra adeemsi Impayeera galeef akkas.
Mirgi Booji'aama Yoomu Nu Biratti Eegamaa Dha.
IUOf
4 091
Qoosaa sittin fakkaatin adeemsi godaansa dooniin bahara cee'uun baayyee hamaa dha.
Ulee as gubbaatti situmuu fi dambalii qilleensa baharaa dheebuu fi beela qooqqifannaa kun balaa isa xixiqqaadha dhidhimuunis jira.
Kana hunda argaa ilmaan oromoo wanni bahara kanatti oofu waan jabaate hiyyummaa namtolchee hidhaa ajj**chaa reebicha walumaa galatti,rakkina mootummaan Fashi*stii pp fideedha.
Falli jiru kana hanqisuuf ABO-WBO jala hiriiranii mootummaa abbaa irree kana ofirraa buqqisuun qofa taha.
4 091
#Oduu_Akkaan_Gaddisiisaa!
Godina harargee lixaa hardiimitti Ummanni harkaan lafa qotee bishaan baafachuuf odoo yaaluu hallayyaan irratti jiguun Lubbuun namoota hedduu darbeera.
Humna Gargaarsaa waan hin qabneef nama Lubbuun hafeef reeffa biyyee jala baasullee hin dandeenye!
#Badhaadhina_Abjuu
4 091
Repost from Faana Sinbiraa
+1
Gariin Oromoo waaroo gabrummaan ho'iifate hirriba gabrummaa keessaa of baruu dadhabus hanga sabaa koof jedhe manaa baheetti dubbachuu hin dhiisu hanga hirriba gabrummaa keessaa dammaksuutti 💪
Yoo ija banatte ilaaltef suuraa kanarraa waa meeqa dubbiisu dandeessa.
Inni angoo qabu ol-adeema biqiltuu dhaabsise biqiltuu waliin kunuunse guddiisa.
Ilmee haadha hiyyeessa ammoo ganda keessaa kurkursee qabee aadda waranaatti kichuutti kutaa oola.
Kadireen ollaa kee jirtullee hanguma humnashetti akkuma ajajaa isheerra barte gochaa oolti lafa jirtuutti.
Oromoo Itti Dammaqii Ka'i Hirriba Gabrummaa Keessaa 🙏
4 091
Kunis jira ilmaan faarsee bulaa......namummaa ummataa fi qeerroof yaadde hin fakkaattu?
4 091
Dhayi Jalaa!
Boosettin gurra dhoosaa
Opdo bilisa baaftetu lubbutti si qoosaa.
Mana hidhaa cufa teenyaa
Yoom gumaan bahe takkaa nama keenyaa?
Goota duulli dadhabe
Yaa booree baasaa tuutaa jajjabee!
Dhayi Jalaa!"
Keekiyyaa Badhaadhaa #OromoVoice
https://youtu.be/JfBKqC6bQKI?si=CmIwpFriswGnO-D2
4 091
#መረጃ፦የፋሽስቱ ሠራዊት በየግንባሩ አፈር እየበላ ሲሆን ይህ የጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት #የቢርቢሮሰ_ጎሮ_ብርጌድ ነው.....
4 091
#መረጃ፦ጀግናው ሠራዊታችን ከህዝብ ጋር በተለያዩ ማሀበራዊ ፖለቲካዊና ቀጠናዊ ጉዳዮችን በመወያየት ቀጣይ ዕቅዶችን በማስቀመጥ ህዝባዊነቱን እያረጋገጠ የሚራመድ ጀግና ሠራዊት ነው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት.......
ዓሣውና ባህሩ ተጣምረው እስከ ነፃነት ይጓዛሉ....
4 091
Birgeedii Badhoo Dachaas Cibraa Birbisa Gooroo waliin ta'uun Diinaa Biyyoon Makee
IUOf
4 091
Najjootti Hoolota Biraanu Julaa akkasiin walitti oofe jira Jajjabeen.
Itti fufa....
IUOf
4 091
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/06/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ሶዶ ዳጪ ወረዳ በጪቂ ቀበሌ ላይ ፋሽስቱን ድባቅ ከመታ በኋላ....
4 091
Dina oromo isa kaleessa oromoo Qawween cabse Waraanni bilisummaa oromoo(WBO)nis Qawween cabsee kuno bifa kanaan Sagantaa hafuura jaallummaa isaa waliin geggeeffata!
JL Disasaa(Risaa laga mogor)
Warruu Ilma Sabaa
Ayyaani Abbaa Oromoo Isiin Faana Haa Ta'u
4 091
Impayeerri dhiiga ol-adeema dhuguu baree shamarraniif ijoolle xiqqoo dhimma siyaasa miti ofiyyuu hin barree basaasummaf ergachuutti jira.
4 091
Biraanun Julaa fi Hayiluu Gonfaa kana quba qabduu?
Hanga waraanicha baraa gaa.
IUOf
WBOn Haa Waaru
4 091
Adaamaa
Ogeessi Fayyaa Hospitaalaa Meedikaalaa Adaamaa Kan ta'e Ogummaa Addaa Lafee Irrati kan Hojjatu Doctora(specialist)Jabaa Halkan Edaa 27-may-2025 Ajjeeffamee Argame Hospitaalicha Keessatti.
PPn Ogeeyyotaa Jajjaboo Oromoo suuta suuta dhabamsiistee baduuf Jetti
Of tiksi Wal tiksi.
