en
Feedback
Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

Open in Telegram

Hubannoo sirrii uumuuf

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Gali Ababor Official

Channel Gali Ababor Official (@glababor) is an active participant. Currently, the community unites 10 208 subscribers, ranking 8 918 in the Religion & Spirituality category and 415 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 208 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 46 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 25.39%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 6.14% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 626 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Hubannoo sirrii uumuuf

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

10 208
Subscribers
+124 hours
+87 days
+4630 days
Posts Archive
Assalaamu alaykum worahmatullaahi Wobarakaatuhu har'a naaf hin mijanneef darsii hin dhabinaa jedhe isiniif waraabee ergeera Barattoota gannaatif Sahibudin ababiya

Darsii 3ffaa aqiidaa.m4a22.54 MB

Liinkiin Tafsiira gannaa kunooti. https://t.me/tafsiiragannaaf/7?single

Maalummaa Ibn Abbaas Academy fi Darsii Gannaa Viidiyoo kana irraa hubachuu dandeessu.

Darsiin gannaa kan Ibn Abbaas Akkaadaamii kana fakkaata.
Darsiin gannaa kan Ibn Abbaas Akkaadaamii kana fakkaata.

record20250718060043.amr4.38 MB

As Wr Wb Dafaa seenaa Usuulal fiqhii qabnaa

As wr wb Ifaan ana bira hin jiru. Tafsiira seenhuf chaarjiis hin qabu. Dhiifama har'a qu'adhaa. Gali Ababor

record20250717061955.amr3.30 MB

+1
Yuusuf 1-3.m4a6.34 MB

record20250717061955.amr3.30 MB

fb irraan hordofaa asiin na dide

Warri Gannaa Darsii Tafsiiraa seenaa. Har'a Yuusuf irraa jalqabna Inshaa Allaah.https://t.me/glababor?livestream=271dbd9135261902bb

Usuula Al Ahkaamu (1).m4a27.71 MB

Usuula Al Ahkaamu.m4a27.71 MB

record.ogg6.31 MB

"Ati ofii Majlisa baqataa maaliif Ahmaddiin hirmaachuu barbaadda?" Warra jettaniif: ** Ani majlisa hin baqanne. Majlisa Finfinnee keessa nan jira. Majlisa Federaalaas miseensa yaa'ii walii galaa nama 30 keessa nin jira. Garuu yaa'ii walii galaa marsaa sadii ana dhoksanii gaggeessan. Isaa gaggeeffamee xumurameen miidiyaa irraa arge. Tarii sababa ani yaada dhiheessuuf akka ani hin dhaqne na dhoksan natti fakkaata. Erga majlisa haaraa kana hundeessinee yaa'ii walii galaatti yeroo lama hirmaadheera. Lamaan isaa irrattuu karoora waggaa fuula shan shan qofa dhiheessan. Isumaayyuu karoorichi majlisa naannolee tokkoon illee hariiroo hin qabu. Majlisoota naannoleetti karoorris hin kennamu raawwiin hordofamuufi gamaaggamamus hin jiru. Majlisni federaalaa fannifamee gubbaa taa'a. Hojjattoota federaalaas ta'ee kan naannolee ga'umsi hojii isaanii hin madaalamu. Yeroo adda addaa, dhuunfaanis ta'ee yaa'ii walii galaa irratti yaada kana deddeebisee kaaseen ture. Yaada sana fudhachuun isaan hin gammachifne natti fakkaata ana dhoksanii yaa'ii gaggeessan. Ammas taanaan yoo karoorri ifaan hin baane, hojimaannis isa duukaa hin diriirfamne, baajanni itti hin ramadamne, akkasumas hordoffiin duukaa hin jiraanne bu'aan wahii dhaabbaticha irraa hin eegamu. Kana gochuuf immoo majlisa federaalaa dabalatee kan gulantaa hundaa keessa namoonni istiraateejii danda'an, monitoring and evaluation beekan hoji raawwachiiftuu keessa seenuu qabu. Bakka hundattuu namootuma symbol qofa naquun Muslimoota itoophiyaa aarsaa hin barbaachifne kafalchiisuuf deema. Kanaaf immoo Muslimoonni hunduu dammaqqiin hordofuutu irra jira natti fakkaata. Yaadni Ahmaddiin kaase kan namoonni dandeetti qaban haa seenan jedhu yaada sirriifi eebbifamaadha. Jabeeffamuus qaba.

Assalaamualayikum warahmatullaahi wabarakaatuhu Har'a darsii hadiisaa ifaan na bira hin turre charjiin nati dhumate, Boda sagaleen isiniif erga. Inshaa'allaah

record.ogg14.57 MB