en
Feedback
Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

Open in Telegram

Hubannoo sirrii uumuuf

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Gali Ababor Official

Channel Gali Ababor Official (@glababor) is an active participant. Currently, the community unites 10 208 subscribers, ranking 8 918 in the Religion & Spirituality category and 415 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 208 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 46 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 25.39%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 6.14% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 626 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Hubannoo sirrii uumuuf

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

10 208
Subscribers
+124 hours
+87 days
+4630 days
Posts Archive
As Wr Wb Harra Darsii fiqii qabna sa'aatiin haseennugaa

Darsii 9ffaa umdatul ahkaam.m4a22.46 MB

As wr wb har'a darsii hadiisaa qabnaa barattoonni ganaa dafaa seenaa https://t.me/glababor?livestream=15f0dc539d9978b8d6

record.ogg19.85 MB

As Wr Wb Dafa seenaa barattooni gannaa darsii Fiqhii qabnaa

Darsii 8ffaa umdatul ahkaam.m4a34.52 MB

https://t.me/glababor?livestream=778435f76e7d81ad57 Barattoonni gannaa har'a darsii hadiisaa qabnaa dafaa seenaa

Gareen hunduu shuuraa seenaa. Hanqina jiru waliin mari'annee haa furru. Warri gannaas seenaa: https://t.me/markazibnabbas?livestream=7ef15755f46f3e715d

Assalamu'aleeykum warahmaatullaahi wabarakaatu Barattoonni gannaa har'a darsii hadiisaa qabnaa dafaa seenaa

Tafsiira gannaa seenaa amma haa jalqabna. https://t.me/glababor?livestream=b9b9ff11b49630dbe9

Darsii 4ffaa aqiidaa.m4a15.03 MB

Hubachiisa
Barattoonni gannaa guyyaa roobii fuundura keenyaa kanatti qormaata hadiisaa kitaaba
umdatul ahkaam
Qabna waan ta’eef itti Qophaa’aa. Jalqaba kitaabaa irraa hanga hadiisa 50tti kan qoramtanu.

Har'a guyyaa guyyaan sanbataa jumu'aan walnatti fakkaatee darsii aqiidaa dagadhe sagaleen isiniif erga Barattoonni gannaa Sahibudin ababiyati

Bakki darsiin tafsiira gannaa gadhiifamu kunooti: https://t.me/tafsiiragannaaf/11

Qorumsi tafsiira gannaa gadhiifameera. Seenaa qoramaa. https://t.me/koorsiigannaa/32

Darsii Fiqii Mufsidaatu ssalaati fi sunnaa.amr4.57 MB

Har'a Darsii Aqiidaa hin qabnuu qo'adhaa.

Koree Hoji raawwachiiftuu Majlisaa akkamiin ijaarra? ***** Koreen kamuu yeroo ijaaramu wantoota armaan gadii guuttachuu qaba. 1. Galma waloo kan hundinuu itti amanu qabaachuu, 2. Dandeettiin isaanii kan wal guutu (complementary) ta'uu qaba. 3. Miseensi hunduu dhuunfaanis ta'ee waloodhaan kanneen itti gaafatama fudhatan ta'uu qabu. Kanarraa ka'uudhaan namoonni koree hoji raawwachiiftuu sadarkaa kam irrattuu filataman: 1. Namoota galma waloo dhaabbatichaatiif hojjatan ta'uu qabu. Miseensi kamuu kaayyoon isaa ummata Muslimaa tajaajiluu, amantichaaf waa gumaachuu fi dhaabbaticha cimsuu ta'uu qaba. Namni kaayyoon isaa kana hin taane yoo seene dhaabbatichatti gufuu ta'a. Fkn yoo kaayyoo aangootiif, beekamtii argachuuf ykn bu'aa maallaqaatiif seenne dhaabbaticha irra rakkoo guddaatu ga'a. Kanaafuu galma waloo ummata Muslimaa irratti xiyyeeffachuun murteessaadha. 2. Namoonni seenan dandeettiinn isaanii walitti dhufee raawwii galmichaatiif guutuu ta'uu qaba. Fkn yoo namni tokko da'awaa hogganuu danda'e inni kaan barnoota, karoora baasuu, kaan nama caasaa gadii to'atuufi gamaaggamuu, kan dhimma Fatwaa hogganu, kaan piroojektii irratti dandeettii qabu, dhimma seeraa irratti hojjatu, kaan dippiloomaasii sirriitti danda'u, nama kaariizmaa qabu hawaasaa wajjin deemu, kan dargaggoota kakaasuufi kkf sirriitti ilaaluun murteessaadha. Kanaafuu jalqaba yeroo namoota filannu kootaa qofa ilaaluu osoo hin taane caasaalee hojii kana ilaallee eenyutu dandeettii qaba, muuxannoo gahaa eenyutu qaba kan jedhu sirriitti ilaalamee filatamuu qaba. Namoonni filataman warra Ilmii Sharii'aa qara'e ykn akkaadaamii barate ta'uun dhiibbaa addaa hin qabu. Inni murteessaan dandeettii hojii qabaachuudha. Kanaafuu ulamoonnis, akkasumas caasaaleen biroo yeroo filatan namoota dandeettii qaban irratti xiyyeeffachuu barbaachisa. Hanga danda'ameen namoota dandeettiifi muuxannoo wal guutu qaban filachuu irratti haa hojjannu. Osoo namoonni dandeettii qaban jiranii namoota biroo filachuun khiyaanaa ta'a. Wal beekumsaan, firoomaan namoota dandeettii qaban dhiifnee dadhabaa filachuun Rabbiifi Ergamaa isaa ganuudha. 3/ Qabxiin ijoon kan biraa immoo miseensi koree hoji raawwachiiftuu keessatti filataman dhuunfaanis ta'ee waloon itti gaafatama fudhachuudha. Miseensi tokko yoo milkii galmeessise akkuma galateeffatamu yoo balleesse itti gaafatamuu qaba. Miirri dirqama namatti kenname irratti itti gaafatama fudhachuu hoji raawachiiftuu hunda keessa jiraachuu qaba. Aadaan kun hanga ammaatti majlisa keessatti hin aadeffatamne. Aadaan itti gaafatama fudhachuu caasaa majlisaa hunda keessattuu diriiruu qaba. Walumaa galatti Filannoon kun amaanaa guddaa waan ta'eef, akkasumas aarsaan guddaan waan itti kaffalameef amaanaa kana haa ba'annu. Muslimoonni dandeessan hunduu hirmaadhaa filadhaa.