en
Feedback
Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

Open in Telegram

Hubannoo sirrii uumuuf

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Gali Ababor Official

Channel Gali Ababor Official (@glababor) is an active participant. Currently, the community unites 10 209 subscribers, ranking 8 918 in the Religion & Spirituality category and 415 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 209 subscribers.

According to the latest data from 09 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 46 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 25.39%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 6.14% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 626 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Hubannoo sirrii uumuuf

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 10 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

10 209
Subscribers
+124 hours
+87 days
+4630 days
Posts Archive
record.ogg11.63 MB

record.ogg9.51 MB

. Audionis ni gadhiifama. Kitaabas bitachuu dandeessu.

. Kitaaba Soft copy ni gadhiifna.

المقدمة للتفسير.pdf4.33 KB

Sagantaan barumsa gannaa Ibn Abbaas Akkaadaamii yoo Rabbiin jedhe har'a galgala sa'aa 3:00tti jalqaba. Warri hin galmaa'in seenaa galmaa'aa. https://t.me/markazibnabbas/1311

Nama galateeffachuun barbaachisu haa galateeffannu. ***** Hojiin Mana Marii Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ulfaat
Nama galateeffachuun barbaachisu haa galateeffannu. ***** Hojiin Mana Marii Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ulfaataafi aarsaa guddaa kan barbaaduudha. Caasaa warra Ahbaashaatiin waggaa dheeraa xaxame diiguun mataan isaa hojii guddaadha. Sana booda caasaa haaraa federaalaa hanga Masjidaatti diriirsuun waan salpaa miti. Achii ka'anii karoora baasanii gadi buusuun, hanga danda'ame raawwii hordofuun, gamaaggamuufi hanqina jiru guutaa deemuun humna guddaa gaafata. Kana hunda booda yeroo jalqabaatiif Muslimoonni Itoophiyaa hogganaa isaa akka filatu haala mijeessuun hojii seena qabeessa. Galatoomaa!

Barumsa Gannaa Khamisa galgala Jalqabuuf. Hangasitti seenaa galmaa'aa. **** "Cetifcate Sharii'aa" sagantaa gannaa: https://t.me/markazibnabbas Ibn Abbaas Akkaadaamiin boqonnaa gannaa sababa godhachuudhaan barumsa "sartifikeettii sharii'aa" barattootaaf qopheessee jira. Gosoota barumsaa kennaman: . Aqiidaa, . Fiqhii (Manhaj Assaalik) . Tafsiira suuraalee filatamoo . Usuul Alfiqhii (Al-Usuul Min Ilmil Usuul) kan Ibn Useymiin . Hadiisa Umdatul Ahkaam Fiqhii Ibaadaa ta'a Inshaa Allaah. Ulaagaalee barbaachisan: . Qur'aana ilaalchaan sirriitti xumuruu, . Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu danda'uu, . Sagantaa barumsaa irratti argamuu danda'uu, . Qorumsa yeroon qoramuu Akkaataa barumsaa . Barumsichi online baratama. . Sa'aatiin isaas ganama salaata Subhii boodaafi galgala sa'aa 3:00-4:30 ta'a. . Telegraamii irratti live baratama Inshaa Allaah. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu 2. Foormii guutuu 3. Kafaltii barumsichaaf barbaachisu kaffaluudha. Odeeffannoo dabalataatiif: Bilbila: +251952418212 Garee telegraamii kana seenaa: https://t.me/markazibnabbas

Fakkeenya Darsii gannaa Ibn Abbas Academy kana fakkaatu. Darsicha jalqabuuf Linkii kanaan seenaa odeeffannoo guutuu argadhaa. https://t.me/markazibnabbas/1266 Bilbila kanatti bilbiluun ykn telegraamaanis: +251952418212

Adeemsa waraanaa amma deemaa jiru keessatti wantoota lamaan kana hubachuun gaariidha. 1. Is*ra-a'il kan ummata Muslimaa nagaa irratti hammeenya ulfaataa raawwataa turte hanga ta'e rukutamtee mataa gadi qabachuun nuuf gammachuu guddaadha. Kana Iraan qofaa mitiii osoo China ykn Russian raawwatteeyyuu baay'ee bareedaadha. Itti gammanna; ammas Rabbiin itti haa dabalu jennee du'aa'ii goona. 2. Jallinni Shii'aa, kufriifi shirkiin isaan raawwataa oolanii bulan nama Muslimaatiif ibsamuun dirqama. Inumaa yeroo biraa caalaa sa'aatii kana ibsamuu qaba. Sababni isaas namoonni baay'een nama gootummaa agarsiise faarsuu wajjin hojii isaa hunda haqa se'a. Modeela isa godhachuuf yaala. Yeroo ammaa dargaggoota baay'ee yoon ilaalu, keessumaa warri akkaadaamii baratan, kanneen bu'ura aqiidaa Islaamaa sirriitti hin beekne waan kanaan baay'ee gowwoomfamu. Warra kanas ta'een kanneen biroo jallina aqiidaa irraa tiksuuf jallinni Shii'aa yeroo kana sirriitti ibsamuu qaba. Inni isaan Rabbii wajjin uumama gabbaran, Qur'aanni jijjiiramaadha jedhan, Aliyyiin guyyaa qiyaamaa Rabbii keenya jedhan, Abuu Bakriifi Umar kafarsiisan, Aa'ishaan zinaa goote jedhan.... lakkaa'amee hin dhumu. Sababa gootummaa isaan amma agarsiisan jallinni akka kanaa dhokatee dargaggoota keessa seenuun rakkoo guddaadha.

Hospitaalli isaaniis diigame kunoo

Hogganaan qilleensaa Israa'iil rukutamuun himame. الحرس الثوري الإيراني يعلن استهداف قواعد جوية إسرائيلية في هجمات جديدة، وسماع أصوات سيارات الإسعاف بكثافة في تل أبيب #الأخبار

Aqiidaan Shii'aa jallina keessatti daangaa darbuun beekamaadha. Isr*aa*iilii rukutanii Filisxeen irraa gadi teeasisuun isaanii immoo Muslimaaf gammachuu guddaadha.

Iraan Sa'aatii 24 keessatti xiyyaara waraana Is*raa。iil 28 kuffisuu himtee jirti.
Iraan Sa'aatii 24 keessatti xiyyaara waraana Is*raa。iil 28 kuffisuu himtee jirti.

ህዝቡ የኢራን ዝናብ ነጎድጓድ መሬቱን ስያንቀጠቅጥ፣ ከዋሻ ወተን ካልሸሸን ይላል፣ ወታደሮች ደግሞ አትወጡም ይላሉ። ብቻ ከባድ ነው😎 Ummanni roobni Iraan gubbaarraa roobsitu isa sodaachisee Boolla keessaa baanee baqannu malee jedha. Poolisoonnimmoo lakkii hin baatanii jedhee hulaa itti cufa.