cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Jesus is Love

እኛ የምህረት ውጤቶች ነን 👇👇👇 አዳዲስ መዝሙሮች መንፈሳዊ ግጥሞች አስተማሪ አባባሎች ተከታታይ ትምህርቶች @Iyesusfkirnw_bot መዝሙር ለመላክ👉 @abdii1213556 Or @abdiimook ያላችሁን አስተያየትinbox @abdii1213556 @abdiimook Subscribe https://youtube.com/channel/UCwbd05T9qkuFLWcf-34fGFQ +251922403906

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
180
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
💽Album Title: NUUF KENNAMEERA 👤 Singer: Haannaa Taaffese 🎧Total tracks: 9 ⏱️ Published: 2022 🗂Category: #Album #VOLUME #1 🖋️ Faarfannaa Haannaa Taaffese Album Haaraa Guutuu Isaa Kunooti Dhaggeeffadhaa ittiin eebbifama Hiriyoota keessaniifis Forward godhaa @Dambaliifaarfanna
Show all...
Show all...
"Maqaa yesuus kiristoos qofa" “Phexros garuu," Ani meetii fi warqee hin qabu, waanan qabu garuu siifan kenna; maqaa Yesus Kristos nama Naazireetiin ka'ii, adeemi!" jedheen.” — HoE. 3:6 *kutaa kana keessatti wantoota jireenyaa garaagaraa argina. 👉kutaa kana keessatti phexiroos fi yohannis keessa wanti jiru Maal akka ta'e nii argina. Innis maqaa yesuus kiristoos qofa. Sababni isaa, nuti warqeef meetii hin qabnu, garuu waan qabnu tokko jira innis maqaa yesuusidha jedhan. Kana jechuun , warqeef meetiin sun kan inni mul'isuu, wantoota nuti har'a yesuus kiristoosiin alati qabnu hundumaa bakka bu'a. Akkasumas wantoota kiristoosiin alati keessa keenya qabatanii ykn mo'anii jiran bakka bu'a. Akkasumas wantoota addunyaa ykn biyya lafaa kanaa bakka bu'a. 💪 👉itti fufuudhaan akkas jedhan, wanta qabnu garuu siif laanna jedhan. Innis maqaa yesuus nama naazireet. Kana jechuun wanti isaan of keessa qaban "yesuus kiristoos qofa"akka ta'e hubachuu qabna. Kun qulqullummaa akkamiiti, sababni isaa, nuti har'a jecha "wantin qabu yesuus qofaadha" jedhu jechuu nii dandeenya????? Kana nutumti of haa ilaallu. Har'a keessa keenya wantootni hedduun bakka qabatanii akka jiran nii beekna. Garuu jireenya maqaa yesuus keessa jiru hammuma fudhachaa deemnu, maqichi keessa keenyaa qabachaa deema. H.erg,3:7 irratti immoo humnaa fi jireenya maqichi qabu nuti mul'isa. Maqicha guyyuma guyyaadhaan yommuu " gooftaa yesuus"jennee waammanuuti, wantoota sirrii hin taane isa nukeessaa gargar baasuufi akkasumas humna jireenya maqichaan nukeessati hojjeta. H.erg,3:10 irratti immoo, phexiroos yohannis keessatti maqichi inni jireenya isaanii ta'e sun, keessa isaaniitti yommuu qaama qabatamaa ta'eeti, jireenyi maqichaa isaan keessa gara alaati yaa'uudhaan namootaaf darbee jireenya ta'uu jalqabe. Kana qofa osoo hin taane, qaama maqichaa kan ta'e waaqayyoodhaaf illee ulfinni karaa namoota gargaara akka dhiyaatu godhe. Maqichi jireenya keessa keenyaarra darbee, namoota kaaniif jireenya ta'uudhaan, abbaan qaama maqichaa waaqayyoo ulfina akka argatu godha. 👈 👉kanaaf hirkannaan keenya, abdiin, jireenyi,egereen, kaayyoon fi wanti nuti qabnu hundi maqicha yesuus kiristoos qofa ta'uu akka qabu kutaa kanarraa nii hubanna👈 💪Gooftaan hafuura keessan waliin haa ta'u @kaayyookoo @kaayyookoo @kaayyookoo
Show all...
(Abjuu Mukkeen Sadii) #Repost Muka sadiitu ture. Lama kan dhaabbatan yoo ta'u tokko garuu jigee jira. Guyyoota jiran keessaa guyyaa tokko mukkeen kunneen abjuu jireenyaa isaanii (hawwii isaanii waliitti himatu turani. Mukni inni tokko akkas jedha, "Ani saaxinii ( cuftuu) ta'ee waan qaalii (mi'aahaa) addunyaa akka narra taa'u hawwii kooti "jedha. Inni lammaffaa immoo akkas jedha, " Ani doonii ta'ee, mootonni addunyaa akka narra taa'anii imalan nan barbaada "jedha. Inni sadafaas harkaa fuudhuun," Ani immoo qoricha ta'een nama baay'ee yoon fayyise kanaa ol homaa hin barbaadu "jedha. Sadanuu hawwii isaanii walitti himanii yeroo fixan warreen muka muran dhufani. Muka jigee sana fudhatanii deemani. Innis saaxinii ta'uun hawwii isaa yoo ta'ellee soofanii meeshaa horiin irratti nyaatu godhani. Isa lammaffaas dhufanii kutuun bidiruuf oolfatani. Hawwiin Doonii ta'uu jalaa hafe. Mukkeen lamaanuu hin aarani. Hawwiin isaanii kan jalaa hafe isaanitti fakkaate. Mukni inni sadaffaas tajaajila kamiifuu ooluu dadhabuun isaa baay'ee isa aarse. Waggoota muraasa booda, Kiristoos Yesuus gara biyya lafaa dhufa. Bakki Beeteleheem wan hin, jirreef dallaa horii keessatti dhalate. Haati isaa Maariyaam meeshaa horiin nyaata itti nyaatan irra martee isa keesse. Waan qaalii (mi'aahaa addunyaa kanaa irra akka taa'u kan hawwaa ture mukni kun qaalii fi mi'aahaa kan tale Kiristoos irra taale. Gooftaa Yesuus barsiisuuf yeroo deemuu bidiruutiin deeme. Bidiruun sun mootiin addunyaa akka narra taa'u muka nan barbaada jedhe dha. Mootiin moototaa irra taa'uun ittin imale. Hawwiin isaas galma gahe. Gooftaan keenyi Yesuus Kiristoos akka fannifamuuf yeroo itti faradame muka isa sadaffaa kutanii fiduun Kiristoosiin itti fannisani. Nama baay'eef qoricha ta'uun barbaada mukni jedhes hawwiin isaas galma gahee fannoo ta'uun fayyisaa fi qoricha kan ta'e Yesuus Kiristoosiin itti fannifamee nama hundaaf qoricha ta'e. Mukkeen sadanuu abjuun ykn hawwiin isaanii kan hafe yoo fakkaatellee, Waaqayyoo isa yaadan ol godheefi jira. Yaa saba gooftaa unuufis unu caalaa kan nuuf yaadu jira gooftaan. Waan abdii nama kutachiisu yoo baay'atellee yeroo hundumaa isaan abdii fi amantii guutuun isa eeguu akka dandeenyu nu haa gargaaru. #Ameen!#Eebbifamaa ━━━━━━━━━━ ➤ Join 🔺in🔺 ᔑᕼᗩᖇᗴ📖 ᔑᕼᗩᖇᗴ 🔻in🔻 ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ @Kaayyookoo @Kaayyookoo @Kaayyookoo 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐦𝐲 𝐅𝐫𝐢𝐞𝐧𝐝𝐬 Comment: @Laabiwaangela_bot ┗━━━━━💞━━━━━┛
Show all...
(Luqaas 1 ) ------------ 31 Kunoo, in ulfoofta ilmas in deessa, maqaa isaa immoo Yesus jedhii moggaasi! 32 Inni guddaa in ta'a ilma aabbaas jedhamee in waamama, Waaqayyo gooftaanis teessoo abaabilii isaa Daawit in kennaaf. 33 Mana Yaaqoob irratti bara baraan in mo'a, barri mootummaa isaas dhuma hin qabu" jedhe. 34 Maariyaam yommus, "Anoo amma illee durba, kun attamitti ta'uu danda'a?" jettee ergamicha gaafatte. 35 Ergamichi immoo, "Hafuurri qulqulluun si irra in bu'a, humni aabbaas si golbooba, kanaafis mucichi si irraa dhalatu kun qulqulluudhaa fi ilma Waaqayyoo jedhamee in waamama .     📲sнαяє📲ѕнαяє📲           ▽▽▽▽▽▽▽ ▷ @Laabsi_waangeela◁ ▷ @Laabsi_waangeela ◁     🔺ᴊᴏɪɴ us for more🔺 Comment👉🏻 @Laabsi_bot           ✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎
Show all...
➤ kottaa waan Waaqayyoo godhuu ilaalaa ➤chaanaali afuura hojii guddaa hoojjeta jiru ➤ Dirqaamni hin jiru yoo feedhi keessaani as seensati ilaala ➤ Join godhaa waangeela keenyaa kana adduunyaatti beeksifnaa. ➤ Afaan keenyaan beeksifnaa warri jettaan join godhaa.share godhaa 👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Inni Ga’aa dha! ▬▬▬▬▬▬💞🙏🙏 👤Markos Solomon Pdf: Size 241.9Kbs Page: six (6) #Reposted Join join share godhaa channel kana ━━━━━━━━━━ ➤ Join 🔺in🔺 ᔑᕼᗩᖇᗴ📖 ᔑᕼᗩᖇᗴ 🔻in🔻 ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ @Kaayyookoo @Kaayyookoo @Kaayyookoo 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐦𝐲 𝐅𝐫𝐢𝐞𝐧𝐝𝐬 Comment: @Laabiwaangela_bot ┗━━━━━💞━━━━━┛
Show all...
It's all about God🙏 It's all about jesus❤️
Show all...
Waaqayyo hin gorfamu. Waaqa caalaa kan beekus beekuu kan danda'us hin jiru. Yeroo haala wal xaxaa namaaf hin galle keessa seennu, karaa itti baanu dhabnuuf karaa itti baahuu dandeenyu waan hin jirre nutti fakkaatu. Abdii kutachuun Yeroo wantooti nu irra gahan wanta nun hin yaadne.wantoota Akka nu irra gahan hin barbaadneef. Seenaa keenya kaleessaa eenyummaa keenya har'aa irraa kan kahe, "kun nuuf hin malu" jennee yaadnu keessa seennee yeroo of arginu. Waaqayyotti gungumuuf isa komachuun keenya hin oolu. Waaqayyo gaarii taheef yeroo hunda gaarii nuu yaadu, yeroo wanti tahaa jiru hunduu ta'u, akka ta'u kan eeyyameef dadhabee yookaan waan godhu dhabee miti. Dhugaa uumamuu qabuuf karaa darbamuu qabu.kayyoo gaarii waaqayyo nuuf yaade sana dura, qormaata jiruudha. Waaqa duukaa kan wal dhabe wanti gaarii isaaf hafu hin jiraatu. Waaqatti kan gungume wanta sirrii isa faana dhaabbatu hin argatu. Inni yeroo hunda sirriidha. Amantiin adeemuuf obsaan turuu, Abdiin jiraachuun dirqama kiristaanaati. Amantii obsaaf abdii qabachuu dhiisuu malee qormaanni nama kuffisu hin jiru. Kiyyoon hunduu kayyoo gaarii qaba. @wangelawaka @wangelawaka @wangelawaka
Show all...
Waaqayyo yeroo irratti yeroo dabalee yeroo akka jiraattuuf sii eeyyamu yeroo sana keessatti waan adda ta'e akka raawwattuuf, waan qabdu akka fooyyefattuufii, caalaatti akka isa gammachiiftuufi. Guddinikee waaqayyoon gammachiisa. Dogoggorakee sirreeffachaa jabinakee jabeeffachaa yeemmuu deemtu caalaatti waaqayyoon gammachiifta. Akka kaleessa turte har'a taata taanaan har'i qisaasa'eera jechuudha. Akkuma har'a taate boor ta'uuf jirta taanaan boor si hin barbaachisu. Gaarummaakee akka hin nuffineefii hamaan akka sitti hin barreef jijjiirama gaarii agarsiisaa deemi.kun ammoo kan ta'u gaarii qabdu, waan keessakee jiru guddifachaa deemuuni. “Namni garaa isaa keessatti yaada in qopheessa, Waaqayyo garuu tarkaanfii isaatti murtoo in godha.” — Fak. 16:9 “Hojii isa ana ergee guyyaadhaan hojjechuun nuuf in ta'a, yeroo namni tokko illee itti hojjechuu hin dandeenye halkan in dhufa'o.” — Yoh. 9:4 @wangelawaka @wangelawaka @wangelawaka
Show all...
WAAQAYYOOF QOFA MALA An addadha. isa irra, isheef isaan irra nan caala. Carraankoo carraa kaanii irra in caala jechuun, jaalala guddaa ofiif qabaachuun yookaan of tuuluun amala namoota hedduuti. Wanta qabdu hundumaaf, wanta itti waaqayyoon galateeffattu hunda keessa guutummaa guutuutti araaraaf gaarummaa waaqayyoo akkasumas jaalala waaqayyootu jira. Wanta gaarii qabdu waaqayyoon itti galateeffattu malee akka of tuultu si godhu hin qabdu. Wanta at itti of tuultu gaariidha jettu gaarii miti. Wanti gaarii of tuulummaan osoo hin taane yemmuu ittiin waaqayyoon galateefattu mul'ata. Waaqayyo gaarii kan siif godhu kaan caalaatti waan si jaallatuuf osoo hin taane siinis waan si jaallatuufi. Kanaafuu waan siif ta'es waan qabdu hundumaafis galanni guutummaa guutuutti kan malu waaqayyoof qofa. “"Waaqayyolii kan biraa tokko illee ana bukkeetti hin qabaatin!” — Bau. 20:3 @wangelawaka @wangelawaka @wangelawaka
Show all...
Dhugaa dubbachuuf si jaaladheera. Jaalala keerraan kan ka'e miidhaa guddaan narra gahee ture. Waanan baay'ee si jaaladheef garuu miidhama koo akka miidhaginaattan lakkaawwadhe malee hin aarre. Jaalalli koo akka siif galuuf akka warra kaanii #ababaa siif hin laanne. Garuu mee yaadadhu guyyaa tokko utuu ati hin beekiin wanta isarra caalu siif kenneen ture. Ijji koo yeroo hundumaa gara kee ilaalti. Yeroo tokko tokko afaan keetii baaftee sin jaaladha gaafa ati naan jettu onneen koo baay'ee gammaadi. Amma garuu waanan baay'ee si jaaladhuuf, wanti biraas na jalaa akka si hin fudhanneef waan tokko murteesseera. Utuu ati hin beekiin #ajjaabota koo fuudhee bakkuma ati jirtutti nan dhufa. Yoo qophooftee jiraatte si fudheen gala. Dhugumaan yoo na jaalatte yeroo hundumaa qophaa'ii na eegi siin jedha gooftaa yesuus. Mul. Yoh. 22:7-15 obsaan dubbisi adaraa kee. Haadhoo koo tarii jiruuf jireenya kee fooyyessuuf halkanii guyyaa buuftee baafta, ni hojjetta, ni dafqita... ta'a. Ammayyuu itti fufii hojjedhu. Garuu mee gidduutti waa'ee jireenya kee isa borii yaadadhu. Umuriin ati lafa kanarraa qabdu baaaaay'ee muraasadha. Daqiiqaa ammaa kanaa booda waan ta'u hin beekamu. Lubbuun kee bor eessa akka galuuf jirtu yaaddee beektaa? Barreeffama kana halka keessaa sa'aatii 10:00 irratti ka'ee yeroon barreessu lapheen koo baay'ee na raafamaa ture. Waan hundaafuu kaadhimni keenya gooftaa yesuus dhufuuf karaa gahee jira. Akkuma as lafa kanarratti wal arginu mootummaa waaqaattis wal arginee wal wajjin ergamootas dabalamee barabaraan waaqayyoon faarfachaa akka jiraannu hawwii koo isa guddaadh. Ergaan kun yoo sitti tole hiriyyoota kee yoo xiqqaate nama 7f qoodi
Show all...
♥️JAALALAN SIIF QABU!😘 ♥️Sin jaaladha. Nan beeka ati ni saalfatta. Ana hin hubattu. Ati anaaf waan baay'edha. Ani sitti dhihaachuuf nan yaala, garuu ati yeroo hin arganne. Yommuun ani xiyyeeffannoo guddaa siif kennu ati immoo caalatti gara biraa yaadda. Si waamee yoo diddus baay'en miidhama. Ani ofii koo siif kennuuf nan yaala, ati garuu qophii miti. ♥️ ️Si jaalachuuf carraa naaf kenni! Inni anadha, Yesus. Yeroo hundumaa ergaa siif ergame dubbisuuf, online galtee, ergaa hiriyoota keetii dubbifta. Garuu, akkamitti yeroo hunda macaafa qulqulluu bantee ergaa Waaqayyoo hin dubbifne? Maaloo hanga dhumaatti dubbisi! Maqaan koo Yesus. Yeroo baay'ee gabaabduu anaaf qabda. Ani sin jaaladha; sin eebbisa. Ani yeroo hundumaa si waliinan jira. 🙏Har'a yeroo kee daqiiqaa 30 anaa waliin dabarsita. Kadhataaf miti! Waaqayyoon galateeffachuuf. Har'a ergaan kuni addunyaa irra akka naanna'un barbaada utuu hin galgalaa'in! Na gargaaruu dandeessaa ? Maaloo hidhata kee addaan hin kutin, anis immoo waan si barbaachisuun sin gargaara! Eebbi karaa kee irra jira. Wanta amma hojjetaa jirtu kamiyyuu dhaabi! Ergaa kana #Forward godhi! Guyyaan boruu jireenya keetiif guyyaa addaa ta'a. Hidhata kana addaan hin kutin! Fuula kana hiriyoota 10f daqiiqaa 10 keessatti ergi! Yeroon amma jalqabeera. ♥️ Ani hidhaa keesaan jira. ➳ sababa keetiif! ♥️ ️Namoonni natti qoosu! ➳ ️Sababa keetiif ♥️ ️Ani sababa keetiif cunqurfameera. ♥️ ️Fannoo irra baheera Jaalalaaf, du'a keetiif du'ee du'aa ka'e. 👉Siif Jedhee. Yesusitti qaana'uu yoo baatte ergaa kana namoota jaalattu 10f ergi!
Show all...
መዝሙር እና ዜማ አዳዲስ መዝሙሮች እና ቆየት ያሉ መዝሙሮች እዚህ ቻናል ላይ አሉ በተጨማሪም መንፈሳዊ ቲክ ቶክ ግጥም ይለቀቃል 😊 only----protestant https://telegram.me/protestantmezmurbicha
Show all...
Haven't you made up ur mind Where to study... Study in Poland where you will get numerous benefits such us - Quality education -The most affordable Price from all over Europe -Internationally accepted and accredited degree and Master -very simple procedure to apply.. -The visa enable you to move to 25 European countries Just made up ur made, we will ensure your achievement. Contact us @Mihretu4513 Join the channel @Graceexpress
Show all...
. ከአገልጋይ ዮናታን አክሊሉ የተላለፈ መልዕክት 🕑-3:26Min💾-.5.4MB @marsilchannel @marsilchannel △Join Us△
Show all...
Keewwata sagaltamii shanan Luutar: kutaa dhumaa 81. Dhimma barreeffama geddarannaa yaadaa kana irratti beektonni akka hin barsiifneef phaaphaasichi aangoo isaatiin gufuu itti ta'eera. 82. Miillan qulqulluun phaaphaasichaa osoo gara jaalala qulqullaa'aatti fiiguu qabanii maaliif gara horiitti fiigan? 83. Barreeffama geeddarannaa yaadaa namoota lubbuun hin jirreef bitame, phaaphaasichi qarshii isaa namootaaf deebisuu qaba 84. Phaaphaasichi horiif jecha namoota cubbamoota horii qaban qofa bakka adabaa sanaa miliqse moo warra homaa tokkollee horii hin qabnes miliqseera ? 85. Barreeffamni geddarannaa yaadaa kun maaliif haga yoonaa Waldaa Kiristiyaanaatii bitama? 86. Namoonni barreeffama geddarannaa yaadaa malee horii isaaniitiin kateediraala Qulquullu Pheexiroos ijaaruu ni danda'u turan. 87. Phaaphasichi namoota faallaa isaa dhaabbataniif maaliif dhiifama hin godhu? 88. Phaaphaasichi guyyaattti namoota dhibba tokko ta'aniif karaa geddarannaa yaadaa isa sirrii yoo argisiise Waldaan kiristiyaanaa hammam gaarii taati turte!? 89. Phaaphaasichi dhugumaan waa'ee qarshii osoo hin taanee waa'ee fayyina lubbuu kan yaadu erga ta'ee barreeffama geeddarannaa yaadaa kana ofii isaaf qofa maaliif mirkaneessee raabsa? 90. Dhugaa armaan olitti tarreessine dhoksuun kufaatii Waldaan kiristiyaanaa amma kessa jirtu ittuma caalchisuu yommuu ta'u, Kiristiyaanoota dhugaas gadda kessa isaan buusa. 91. Phaaphaasichi jabinaa fi fakkenyummaa gaariidhaan waan gochuu qabu hundumaa osoo godheera ta'ee Waldaan kiristiyaanaa rakkina amma keessa seente keessa hin sentu turte 92. Rakkinni ifatti mullatu osoo jiruu furmaata barbaaduurra rakkinni hin jiru namoonni jedhan osoo Waldaa kiristiyaanaa keassaa ba'anii gaariidha. 93. Irra deebine jenna rakkinni guddaan kun Waldaa kiristiyaanaa keessa hin jiru kanneen jedhan haa ba'an. 94. Kiristiyaanoonni haala kamiyyuu keessatti kan isaan hordofuu qaban Kiristoosiin qofaadha. 95. Barsiisa Waldaan Kiristiyaanaa amma barsiistu irraan kan ka'e kiristiyaanoonni jireenya sobaa jiraachuu irra, Kiristiyaanota kan ta'an hundi rakkina dhufu hunda danda'aa mo'ichaan osoo jiraatanii gaariidha. #october 31st #Happyreformationday ********************* Madda(sources): Tablelalk (ligonaries ministeries), october 2017 issues. Fb page: Tegegn A Mulugeta :Amex በጸጋ
Show all...
HAARA'UMSI KANA MITI ! ❌ Waa'ee yaadannoo seenaa haara'umsa waldaa Kiristiyaanaa irratti obboloonni koo hedduun isaanii waa baayyee barreessaa turan. Anis haga naaf danda'ame karaa telegram...obbolootaaf barreeffama gabaabaa qoodeen jira. Ammas utuu guyyaan yaadannoo ji'a haara'umsaa kun hin dhumin Haara'umsi kana miti jedhee xumuruufani.😀 Jal'ina irraa nama eeguuf karaaa filatamaan gaarummaa barsiisuu akka ta'e namuu ni beeka. Egaa kanaafidha karaa filatamaan haara'umsa fidu waa'eema haara'umsaa barsiisuu kan ta'eef. Dhugumaan waa'ee haara'umsaa yoo baranne fedhiin nuti haara'uuf qabnu kan kaleessaa hin ta'u. Haara'umsi inni nuti jennu karaa kamiin illee dhugaa wangeelaa isa hin haalle yoo ta'u kan kana hin taane kamuu haara'umsa miti. Haa ta'u malee biyya keenya Itoophiyaatti wanti yaaddeessaa fi gaddisiisaan wantumti foolii haara'umsaa hin qabne akka haara'umsaatti sammuu namaa keessatti bocamaa jiraaachuu isaati. Dhugummaan wantootaa baayyina hordoftootaan hin murtaa'u inni jedhu hima rakasaa asii fi achi fiigaa ooluudha. Utuma baayyinaan murtaa'ees haga ammaatti Kiristiyaanummaa dhugaan baayyoliidhaan jaallatamees hafarsamees hin beeku. Isa gara fuulduraa immoo hamma lubbuun jirru kan ilaallu ta'a. Kiristiyaanummaan ayyaanaan karaa amantii sababii Kiristoosiif qofa hin ta'in, macaafa qulqulluu qofaan ulfina Waaqayyoof qofa hin ta'in jiidha fixeensaati - baduuf jira badaas jira. Kiristiyaanummaan ulfina namaa irra dhaabbate ulfinuma namaaf dhabbata. Namni uumamaan jajamuutti 𝙞𝙣𝙘𝙡𝙞𝙣𝙚𝙙 (duufaa) waan ta'eef barsiisa ol ol isa qabu kamittuu madaquuf hin rakkkatu. Faallaa kanaan immoo waamichi Kiristiyaanummaa of ganuu irra eegala. Kana kaasuun kan barbaachiseef ittiin of eeguuf malee leensii isaa nama biraa keenyee ol of qabuuf miti. 😊 Kallattiinis ta'e alkallattiin fiigichi biyya lafummaa kana nu keessaa dammaqsuuf taasifamu kam iyyuu dhugumaan yoo itti yaadne haara'umsa utuu hin taane Waaqayyo isa karaa Kiristoos nutti mullate dhoksuudha. Haara'umsi sagantaa fayyinaa qopheessanii nama walitti dachaasuu utuu hin taane dubbii isa Kiristoos qofaan gahaadha jedhuun sammuu namaa booji'uudha. Haara'umsi barreeffamoota waa'ee haara'umsaa dubbisuu caalaa sagalee Waaqaayyoo inni jiraataan akka laphee keenya dubbisuuf amanamuudha. Haara'umsi haara'uu akka qabnu yaadachuu fi aboo macaafa qulqulluuf guutummaa guutuutti bitamuudha. Haara'umsi akka namoonni baayyeen gochuuf yaalan maqaa shaakala bara Ergamootaa jedhuun milikkita barbaaduu utuu hin taane ''Kiristoos - humna Waaqayyoo'' barbaaduudha. Haara'umsi barsiisaa fi dinqiin garaagaraa baayyachuu utuu hin taane dinqisiifannaa nuti laphee keenya keessatti ayyaana Waaqqayyoof qabnu Kiristoos qofaaf nu abboomsisuu isaati. Haara'umsi barsiisa (doctrine) yaada haara'umsaa fudhatu qabaachuu fi beekuu utuu hin taane laphee dhugaa haara'umsaaf booji'ame qabaachuudha. Haara'umsi barsiisaa fi mul'ata (revelation) haaraa fiduu utuu hin taane barsiisa hundee Kiristiyaanummaa isa raajotaan dubbatamee Kiristoosiin barsiifamee ergamootaan lallabame sanatti deebi'uudha. Hundumaa caalaa immoo haara'umsi Kiristoos Yesuus sababa 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙦𝙖𝙗𝙖𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 keenyaa akka ta'e yaadachuu fi guddummaa jireenya kanaaf bitamuudha. Haara'umsa diduun itti gaafatamummaa (risky) barabaraa ofii nan bahadha jedhanii fudhachuudha - badiisa barabaraa. Biiniyaam Iddoosaatiin HappyReformationDay
Show all...
Keewwata sagaltamii shanan Luutar: ...kan itti fufe 61. Dhiifamuu cubbuutiif angoo hafuuraa waldaan kiristiyaanaa qabdu ga'aa akka ta'e beekamaadha. 62. Qabeenyi ijoo waldaa kiristiyaanaa wangeelaa fi ayyaana Waaqayyooti malee kan biraa miti. 63. Barreeffamni geddarannaa yaadaa kun namummaa cubbamaa karaa sirrii hin taaneen "ani sirridha" akka inni jedhu taasisa. 64. Kana irraa kan ka'e cubbamoonni geddarannaa yaadaa sirri hin taaneen namoota sirri ta'anii akka mullatan taasisa. 65. Akaakuun eebbaa wangeeloota kessa jiran martinuu akka kiyyoo harka hojjetoota jajjaboo keessa jiraniiti 66. Barreeffamni geeddarannaa yaadaa garuu duureeyyii kiyyeessuuf kan gargaarudha. 67. Yeroo daldaltoonnii fi abbootiin qabeenyaa gurgurtaa barreeffama geddarannaa yaadaa kana jajan sirrii miti kan jennuuf kanaafidha. 68. Namoonni akkanaa ayyaana Waaqayyoo irraa, araara isaa irraa, jaalala fannoo irraa namoota fagaatanii jiraniidha. 69. Haala nama gaddisiisuun hojiin ijoo phaaphaasotaa barreeffama geddarannaa yaadaa kana gurguruu fi jajjabeessuu ta'eera. 70. Haa ta'u malee phaaphaasonni kun hojii kana caaluuf kan malan turan; tajaajilli isaanii ijoon jeequmsa akkanaa fi abjuu ofii isaa nama lallabu dhorku ture. 71. Sabni geddarannaa yaadaa isa ergamootaan labsame ganu saba abaaramaadha. 72. Warri cubbuun isaanii akka isaaniif dhiifame amanan kan ayyaanomaniidha. 73. Dhifamuun cubbuu barreeffama geddarannaa yaadaa kana bitachuudhaan akka hin argamne warra amanan irratti dheekkamsi phaaphaasicha jabaadha. 74. Phaaphaasichi irra caalaa kan inni dhekkamu namoota gurgurtaa barreeffama geddarannaa yaadaa kana sababa godhachuudhaan jaalala qulqullaa'atti qoosaniiti 75. Barreeffama geddarannaa yaadaa phaaphaasichi qophesse cubbuu hundumaatti nama qulleessa jedhani yaaduun dogoggoora guddaadha. 76. Sabaabnisaas namoonni barreeffama geddarannaa yaadaa kana bitachuudhaan ceephoo irraa hin oolan; barreeffamni kun cubbuu hundumaa irraa nama qulleessuu hin dandaa'u. 77. Qulquulluu Pheexiroos ofii isaa cubbuu irraa nama qulleessuu hin dandaa'u. 78. Qulquulluu Pheexiroosis ta'e phaaphaasicha irra ayyaanni guddaan akka isaan irra jiru yoo amaanne iyyuu aboo cubbuu irraa nama qulleessuu garuu hin qaban. 79. Fannoon mallattoo Waldaa kiristiyaanaa godhamee fudhatame fannoo gooftaa keenya Yesus Kiristoos waliin wal qixxeedha jechuun akka arrabsootti lakka'ama. 80. Fannoo nuti mallattoof itti gargaaramnu fannoo Kiristoos waliin wal qixxeedha jedhamee lallaaba lallaabame sirrii akka ta'e phaaphaasoonni mirkanessaan itti gafaatamuu qabu. ******************** Kutaan dhuma iti fufa
Show all...
Keewwata #Sagaltamii shanan Luutar: ...kan itti fufe 22. Lubbuuwwan adaba cubbuu jala jiran jireenya isaanii kanaan phaaphaasichi adaba isaan kaffaluu qaban irraa isaan qulleessuu akka hin dandeenye beekamaadha. 23. Adaba cubbuu hundumaa irraa qulqullaa'uun kun yoo danda'ame namoota mudaa hin qabne muraasaaf qofa kan kennamu dha. 24. Yaada cubbuu irraa qulleessu walmakaa kanaan hawaasni harki caalaan isaa osoo hin jaallatin (dirqamaan) gowwomfameera. 25. Aangoon phaaphaasichi bakka addaan bahe(purgatory) sana irratti qabu walitti qabaatti yommuu ilaalamu aangoo ilaaltuun waldaa kiristiyaanaa yookiin lubni waldaa kiristiyaanaa irratti qabu wajjin wal fakkaataadha. 26. Phaaphaasichi lubbuuwwan bakka addaan bahe(purgatory) sana keessa jiraniif furtuu harka isaa keessa hin jirreen geeddarannaa yaadaa isaaniif gochuu yaaluurra isaaniif kadhachuudhaan osoo godhee gaarii dha. 27. Bakka maannaan itti sassaabamu keessatti sagaleen saantimaa yommuu dhagaa'amu lubbuun namootaas bakka du'a eeggatan sanaa barristee baati barsiisa jedhu lallabu(barsiisa nam-tolchee). 28. Yeroo saantimittiin bakka maannaan itti sassaabamu keessaa sagalee dhageessistu doqnummaa fi sassatni(greed and avarice) namootaa dabaluun isaa beekamaadha; Haa ta'u malee bu'aan waliif kadhachuu waldaa kiristiyaanaa kessatti humna Waaqayyoon qofaadha. 29. Lubbuun bakka addaan bahe (purgatory) keessa jiran hundi akkuma Saaveerinas fi Paaskaal(Sts Saverinus and pascal ) achi keessaa bahuu akka barbaadan enyuutu beeka? 30. Namni kamiyyuu araarama guutuu (full remission) bira gahuu mitiitii kadhannaan ofii isaa dhugaa ta'uu isaa waan ittiin mirkaneeffatu hin qabu. 31. Namni garaa isaa irraa geeddarannaa yaadaa dhugaa barbaadu baayyee xiqqoo akkuma ta'e barreeffama geeddarannaa yaadaa argamsiisu(indulgence) dhugumaan garaa isaa irraa kan bitatus baayyee muraasa. 32. Xalayaa araaramaa (letter of pardon) waan qabaniif fayyina argadheera jedhanii namootni yaadan hundi, barsiisonni isaaniis bara baraan itti faradama. ******************************** jechoota tokko tokko Afaan Oromoo dhaan ibsuun baayyee waan nama rakkisuuf dogoggorri jiraachu ni mala na ofkalchaa 33-45 itti fufa... #MartinLutar #keewwatasagaltamiishanan #HappyReformationmonth #Haara'umsayommuuyaadannu
Show all...
Watch "Ogeti - Gooftaa Bira (Official Lyric Video)" on YouTube https://youtu.be/L_f2akS1iu0
Show all...
Keewwata sagaltamii shanan Luutar: ...kan itti fufe 33. Namoonni "araarri phaaphaasichaa kan maddu kennaa Waaqayyoo isa ulfinni isaa tilmaamamuu hin dandeenye irraadha" warra jedhan irraa of eeggachuu qabu. 34. Kaayyoon "kennaa ayyaana geeddarannaa yaadaa" dheebuu hafuuraa qofa baasuu fi kan namootaan kan labsamani dha. 35. Lubbuuwwan bakka du'a eeggatanii bituuf namoonni yaadaan yookiin "geeddarannaa yaadaa" qarshiidhaan bitachuuf namoonni yaadaan gaabbuu hin qaban barsiisni jedhu faallaa kiristiyaanummaati. 36. Namni tokko cubbuu isaa irraa birmaduu kan ta'u geeddarannaa yaadaa bitachuudhaan miti. 37. Kiristiyaanni kamiyyuu jaalala Kiristoosii fi jireenya "barreeffama geeddarannaa yaadaa(indulgence) malee argachuu ni dandaa'a. 38. Haa ta'u malee wantoota bu'aa Waldaa Kiristiyaanaatiif ta'an irratti kadhannaan (benediction) phaaphaasichaan godhamu tuffatamuu hin qabu. 39. Barsiisaan og-waaqummaa (theology) al tokkotti waa'ee barreeffama geeddarannaa yaadaa(indulgence) fi waa'ee geeddarannaa yaadaa isa dhugaa lallabuu hin dandaa'u. 40. Namni dhugaadhaan yaada garaa isaa geeddaratu balleessaa godheef gatii baasuuf nama gammachuudhaan of kennudha; gurgurtaan barreeffama geeddarannaa yaadaa kun garuu geeddarannaa yaadaa isa dhugaa gatii dhabsiisa. 41. Namoonni hojii gaarii gochuu caalaa bu'aa geeddarannaa yaadaa caalchisanii yoo barbaadan of eeggannoon gochuutu nama irra jira. 42. Kiristiyaanni tokko barreeffama geeddarannaa yaadaa kana bitachuu Kiristoosiin dhiifama argachuu waliin wal bira qabee wal dorgomsiisuu hin qabu. 43. Kiristiyaanni tokko barreeffama geeddaranna yaadaa (indulgence) kana bitachuurra qarshii isaa harka qalleeyyiif yoo kenne yookiin namoota rakkataaniif yoo liqeesse fuula Waaqayyooti waan gaarii godheera. 44. Sababnisaas, namoota kan biraa jaallachuun, namoota kan biraaf yaaduun, wal jaallachuun waldaa kiristiyaanaa kessatti guddina fayya buleessa yommuu fidu; barreeffama geeddarannaa yaadaa(indulgence) bitachuun garuu jireenya namootaa gara isa caaluutti hin guddisu. 45. Namni rakkataa argee callisuun qarshii isaa ammoo barreeffama geeddarannaa yaadaaf (indulgence) bitachuuf kan oolchu yoo ta'e kan inni bitate dhiifamuu cubbuu osoo hin taane dheekkamsa Waaqayyoo ta'uu kiristiyaanoota barsiisuun barbaachisaadha. ********************************* 46-60 itti fufa #keewwatasagaltamiishanan #HappyReformationmonth
Show all...
@faaruu_tube 06:25, 6.0MB
Show all...
Ibr. 12 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁷ Isinis barsiifamuudhaaf adaba kana obsaan danda'aa! Waaqayyo wanta ilmaaniif godhamuun ta'u, isiniif in godha; ilmi abbaan isaa barsiisuuf hin adabne immoo isa kam ree? ⁸ Adaba hundinuu barsiifamuudhaaf argatan keessaa, utuu hin argatin yoo haftan garuu isin ilmaan abbaa hin beekamneettii dhalattan malee, dhuguma ilmaan isaa hin taatan.
Show all...
video kana ilaalaa😊 Gara fuulduratti qophii babbareedaa qabadheen dhufa😇
Show all...
እባካችሁ በእግዚአብሔር በማርያም በአላህ ብቻ በምታምኑት አምላክ ይዣችኋለው ሼር አርጉለት እናንተ መርዳት ባችሉ ሐሚችሉት እናድርስ የ8 አመት ህፃን ነው የጭንቅላት እጢ አለበት እንርዳው እናቱ ብቻዋን እየተሰቃየች ነው ሰው ነን ነገ ምን እንበምንሆን አናቅም እባካችሁ 😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏ስለ ፈጠራችሁ ngd bank 1000298676037 Phon member 0932283075 እኔ የድርሻዬን ተወጣው ከአእምሮዬ ነፃ ነኝ እናንተስ #bemeli Chinal yalachu ebakachu tebaberun
Show all...
. 🛑የነፃ መውጣት ጊዜ! በአገልጋይ #መልካሙ #ሙልጌታ -------------------------------------------------- 👉Part 1 📌 #የኢሉሙናቲ መንፈስ ይመታ🔥🔥 📌በህይወታችሁ እጅግ በጣም #ለምትፈሩ እና #ለሚጨንቃችሁ‼️ 🔗🔗 #በሱስ እና #በፖርኖግራፊ እንዲሁም በተለያየ አይነት #እስራት ውስጥ ላላችሁ🔗🔗 ………………………………………………………… 📌ስለ መንፈስ ቅዱስ ሙላት ፀልያለሁ 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 📌 አብራችሁኝ ፀልዩ አሁን እጅግ ለብዙዎቻችሁ #መፈታት ይሆንላችኋል🙇‍♂🙇‍♂🙇‍♂ በ youtube ቻናሌም ቤተሰብ በመሆን አገልግሎቴን በስፋት ይከፋፈሉ 👇 https://www.youtube.com/channel/UC7n0Mo4O54Dj66zdQafnilQ Holy Tube Ethiopia ........................………………………… #ራስዎን_በቤት_ይገንቡ ............▪️•°○.......................... ✔️በተጨማሪም አገልግሎቱን የምትፈልጉ ቻናሎች እንዲሁም ሀሳብ አስተያየት ካላችሁ 👇👇👇በዚ አናግሩኝ @melke121_bot Join it 👇 👉 @christian_mezmur
Show all...
. 🛑የነፃ መውጣት ጊዜ! በአገልጋይ #መልካሙ #ሙልጌታ -------------------------------------------------- 👉Part 2 📌 #የኢሉሙናቲ መንፈስ ይመታ🔥🔥 📌በህይወታችሁ እጅግ በጣም #ለምትፈሩ እና #ለሚጨንቃችሁ‼️ 🔗🔗 #በሱስ እና #በፖርኖግራፊ እንዲሁም በተለያየ አይነት #እስራት ውስጥ ላላችሁ🔗🔗 ………………………………………………………… 📌ስለ መንፈስ ቅዱስ ሙላት ፀልያለሁ 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 📌 አብራችሁኝ ፀልዩ አሁን እጅግ ለብዙዎቻችሁ #መፈታት ይሆንላችኋል🙇‍♂🙇‍♂🙇‍♂ በ youtube ቻናሌም ቤተሰብ በመሆን አገልግሎቴን በስፋት ይከፋፈሉ 👇 https://www.youtube.com/channel/UC7n0Mo4O54Dj66zdQafnilQ Holy Tube Ethiopia ........................………………………… #ራስዎን_በቤት_ይገንቡ ............▪️•°○.......................... ✔️በተጨማሪም አገልግሎቱን የምትፈልጉ ቻናሎች እንዲሁም ሀሳብ አስተያየት ካላችሁ 👇👇👇በዚ አናግሩኝ @melke121_bot Join it 👇 👉 @christian_mezmur
Show all...
. 🛑የነፃ መውጣት ጊዜ! በአገልጋይ #መልካሙ #ሙልጌታ -------------------------------------------------- 👉Part 3 📌 #የኢሉሙናቲ መንፈስ ይመታ🔥🔥 📌በህይወታችሁ እጅግ በጣም #ለምትፈሩ እና #ለሚጨንቃችሁ‼️ 🔗🔗 #በሱስ እና #በፖርኖግራፊ እንዲሁም በተለያየ አይነት #እስራት ውስጥ ላላችሁ🔗🔗 ………………………………………………………… 📌ስለ መንፈስ ቅዱስ ሙላት ፀልያለሁ 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 📌 አብራችሁኝ ፀልዩ አሁን እጅግ ለብዙዎቻችሁ #መፈታት ይሆንላችኋል🙇‍♂🙇‍♂🙇‍♂ በ youtube ቻናሌም ቤተሰብ በመሆን አገልግሎቴን በስፋት ይከፋፈሉ 👇 https://www.youtube.com/channel/UC7n0Mo4O54Dj66zdQafnilQ Holy Tube Ethiopia ........................………………………… #ራስዎን_በቤት_ይገንቡ ............▪️•°○.......................... ✔️በተጨማሪም አገልግሎቱን የምትፈልጉ ቻናሎች እንዲሁም ሀሳብ አስተያየት ካላችሁ 👇👇👇በዚ አናግሩኝ @melke121_bot Join it 👇 👉 @christian_mezmur
Show all...
ክርስቶስን መምሰል ክፍል አንድ ❝እኔ ክርስቶስን እንደምመስል እኔን ምሰሉ።❞ —1ኛ ቆሮንቶስ 11: 1 ለላ ተጨማሪ ሀሳብ ደግሞ ሰውን እንዳንመስል ምንክንያቱ አንዳንድ ጊዜ ሰው መምሰል ስለሚጎዳ ነው ለምን ካላቸው የሰው ልጅ በእግዚአብሔር ቤት በጎ ሰው ሆኖ እና በሰው መካከል ሞገስ አግኝቶ ያ ሰው ስይወደቅ ወይም ክርስቶስ ከመምሰል ወደኃላ ስቀረ በዓለም ወይም በሃጢአት ሲጠመድ ሌላ ያን ሰው እየመሰለ እየኖረ የነበረ ሰው ከክርስትና ወደኃላ ስቀር ነው ስናየው የምመለከተው ፤ ስለዚህ የእግዚአብሔር ሰው ነው ወይም ክርስቶስ የሚመስል ነው ብለን ብቻ ባንከቴል መልካም ነው ! ምንክያቱ የሰው ልጅ ፣ አብዛኞቹ እስከ ፍጻሜ በክርስትና ስለማይጸና ነው ። ስለዚህ ሰው ከምንመስል ክርስቶስን እንምሰል ወይም እንደ ቃል እንኑር ። ደራሲ መንፈ ስ ቅዱ ስ ይቀጥላል and share join አድርጉ @JesusisLord1000 @JesusisLord1000 jOIN☝👆
Show all...
ተባረኩ Shalom መልካም ራዕይ.
Show all...