en
Feedback
Faaruu Daawit®

Faaruu Daawit®

Open in Telegram

Seera mana amantaa Ortodoksi Waloomaa Itoophiyaa eegnee; 📖 Barumsoota haaraa, 📕 Kadhannaa, 📒 Walaloowwan haaraa fi 🎙 Faarfannoota haaraa ni maxxansina!! 🎥 www.youtube.com/faaruudaawit?sub_confirmatation=1 ✝️Ortodoksiin bara baraan haa jiraattu!

Show more
2 354
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Baga ayyaana Cuuphaa bara 2016 nagaan geessan!
Baga ayyaana Cuuphaa bara 2016 nagaan geessan!

“Kennaa isaa isa hammas hin jedhamneef, Waaqayyoof galanni haa ta'u!” *2Qor. 9:15* Ayyaana dhalachuu Gooftaa fi Fayyisaa keen
“Kennaa isaa isa hammas hin jedhamneef, Waaqayyoof galanni haa ta'u!” *2Qor. 9:15* Ayyaana dhalachuu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyesuus Kiristoosiin sababeeffachuun namoonni waan qabdan irraa harka qalleeyyii gargaaruu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa 0921491620 nuuf bilbiluun hamma humna keessanii deggaruu ni dandeessu. 🙏Kennaasaa isa hin dhumne isiniif haa kennu. Ameen! Irratti hirmaadhaa. 🙏🙏

Repost from Leka Printing®️
Warreen DV-2025 guutuu barbaaddan karaa: @lekadv_bot ykn @lekadvert nu qunnamuun guutuu ni dandeessu. CARRAA GAARII!
Warreen DV-2025 guutuu barbaaddan karaa: @lekadv_bot ykn @lekadvert nu qunnamuun guutuu ni dandeessu. CARRAA GAARII!

Baga ayyaana Masqalaa kan bara 2016 nagaan geessan 🎉🎉🎉
Baga ayyaana Masqalaa kan bara 2016 nagaan geessan 🎉🎉🎉

Baga Bara Luqaas Nagaan Baatanii Gara Bara Yohaannisitti Nagaan Ceetan. Bara Nagaan Amantaa Keenyaaf Tahu Nuuf Haa Taasisu. A
Baga Bara Luqaas Nagaan Baatanii Gara Bara Yohaannisitti Nagaan Ceetan. Bara Nagaan Amantaa Keenyaaf Tahu Nuuf Haa Taasisu. Ameen!

Repost from Leka Printing®️
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 NAMNI KAARDII BARBAADU JIRAA?? 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 💰 💰 💰 Nama gara garee @firohan_group tti add gochuudhaan kaardii badhaafamaa. 💵 💵 💵 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

Waaqayyoof wanti hin danda'aamne hin jiru.(Luq. 1:37) Dubroon dubartoota keessaa adda taatee filatamtee jirti.(Luq. 1:37) Dub
Waaqayyoof wanti hin danda'aamne hin jiru.(Luq. 1:37) Dubroon dubartoota keessaa adda taatee filatamtee jirti.(Luq. 1:37) Dubrummaadhaan garaatti Ishee hafe. Dubrummaadhaan deesse.(Luq. 1:34-35) Ammoos akkuma Ilma Ishe duutee, kaatee jirti. Oliis baatee jirti. Nus akkuma Ishee fi Ilma Isheetti ni kaana. Gara Abbaasaaf gara Isaatti ni deemna. Arjummaa Isaatiin iddoo Inni nuuf qopheessees ni dhaalla. Qabsuura keenya isa bakka dharaatiifiis hin yaadda'inaa. Wanti nu jalaa du'e marti ni ka'a. Warri hallayyaa fi dooloollootti darbatamne Tulluutti ol baanee ni mul'anna. Baga Geessan! Ayyaanni kan Milkii! Credit: Hailemichael Tadesse fb Page @faaruuordodoksii @faaruuortodoksii

Uummanni Kiristaanaa marti keessan baga ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2015'n nagaan geessan! @faa
Uummanni Kiristaanaa marti keessan baga ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Iyyasuus Kiristoos kan bara 2015'n nagaan geessan! @faaruuortodoksii 08+08+2015

Ayyaana Hosaa'inaa Baga Geessan! "Yaa Gooftaa Amma Fayyisi" 01+08+2015 B.A
Ayyaana Hosaa'inaa Baga Geessan! "Yaa Gooftaa Amma Fayyisi" 01+08+2015 B.A

Ayyaana Hosaa'inaa Baga Geessan! 01+08+2015 B.A
Ayyaana Hosaa'inaa Baga Geessan! 01+08+2015 B.A

Baga Geessan! 01+08+2015 B.A
Baga Geessan! 01+08+2015 B.A

atch "🛑hin duutati manake sieefadhu seenessuu afuura ትሞታለህና ቤትህን አዘጋጅመንፈሳዊትረካ narration bymari getachewM21" on YouTube https://youtu.be/91u1m2uCJ7M

Asteriyoo Maariyaamii. Baga geessan. @faaruuortodoksii
Asteriyoo Maariyaamii. Baga geessan. @faaruuortodoksii

Cuuphamuu isaatiin fayyina arganne😍 Baga geessan!
Cuuphamuu isaatiin fayyina arganne😍 Baga geessan!

Baga Geessan!
Baga Geessan!

photo content
+2

photo content
+1

Baga ayyaana Ergamaa Qulqulluu Gabri'eel nagaan geessan! 19+04+2015 BA @faaruuortodoksii
Baga ayyaana Ergamaa Qulqulluu Gabri'eel nagaan geessan! 19+04+2015 BA @faaruuortodoksii