Nekemte College of Teacher Education - KBBN
"A GREAT PLACE TO LEARN!" Website: www.nekemtecte.edu.et P.O.BOX: 88 TEL: 0576611302 Since 1970 E.C
Show more9 519
Subscribers
+1124 hours
+527 days
+28930 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
Barsiisonni Dippiloomaa Sagantaa IDILEE, GALGALAA, GANNAA fi DHUMATORBEE barattanii eebbifamtanii fi qabxii MGO 50 fi isaan ol galmeessitanii hanga ammaa kan hin qaxaramne Hanga Waxabajjii 5/2016 galmaa'aa!
π 39β€ 29
Barsiisonnii fi hojjettoonni Kolleejjii bu'uura komiishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa kaa'een Qabeenya dhuunfaa isaanii Karaa online galmeeffachaa jiru.
β€ 9π 5
Copy share Link to boost our page
π 12
Show all...
Nekemte College of Teacher Education - KBBN
"A GREAT PLACE TO LEARN!" Website: www.nekemtecte.edu.et P.O.BOX: 88 TEL: 0576611302 Since 1970 E.C
π 1
Barattoonni Yuuniversiitii garaa garaa irraa digirii jalqabaa barattanii qormaata ba'iinsa yuunivarsiitii hin milkaa'iin Hanga gaafa 21/0/2016 waan ta'eef galmaa'aa
#Breaking !.
#Exitexam; Dafaa Galmaa'aa!
Barattoonni qormaata baβinsaa Waxabajjii/2016tti irra deebiin fudhachuuf eegaa jirtan, Caamsaa 14-21/2016tti, online karaa https://exam.ethernet.edu.et tiin akka galmooftan ibsameera!
Ijoolleen keenya jabaadhaa of qopheessaa!
Exit exam | Registration
Ministry of Education | Exitexam registration portal
π 7
Simpooziyeemiin Qorannoo dhimmoota qulqullina barnootaa, baruu barsiisuu fooyyessuu, rakkoolee hawaasa keessaa furuu fi misooma irratti xiyyeeffatan Kolleejjota Barnoota Barsiisotaa Lixa Oromiyaa Kilaaster KBB Naqamtee (KBB Dambi Doolloo, KBB Naqamtee fi KBB Shaambuu) guyyoota lamaaf turu Caamsaa 16-17 gaggeeffamaa jira.
π 5