920
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-2630 days
Posts Archive
HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU❓
Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii
Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!
👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
❏ Enjoy & Stay Connected!
What is next?? Next time is revival Acts. 2:17... Yoel. 2:28...
"Guyyaa gara dhumaatti waan dinqisiisaatu ta'a. Foon-qabeessa hundumaaf kennaa mul'ata arguutu kennamaaf. Dargaggoonni raajii in dubbatu; Guddaa fi xiqqaan mul'ata in argu, maanguddoonni abjuu in abju'atu."
─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
STAY CONNECTED WITH US!™
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!™
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!™
እንዴት የ ማንኛዉንም Windows Computer Administrator Password ማለፍ እንችላለን?
▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃▃
Requirements:
—> ማንኛዉም የwindows operating system
የተጫነበት cd ወይም USB
Eg. Windows 7 OS or Windows 8 OS
Let’s Begin...
—> Computerሩን ከ cd ወይም ከusb ማስነሳት
(boot from cd or usb)
—> ልክ boot አርጎ ከተነሳ በኋላ shift+F10 መጫን
ከዛ command prompt ይከፈታል
ምናልባት command prompt ካልከፈተ shift+fn+F10 ሞክሩት
—> Type “cd c:” without quotation then hit enter
—>Type “dir” hit enter
--> Windows የሚለው ዝርዝር እስከሚመጣ ድረስ ፊደሉን እየቀያየሩ መሞከር
Eg. “D:” hit enter then “dir” hit enter then check “windows”
“E:” hit enter then “dir” hit enter then check “windows”
—> ከዛ በ ስእሉ ላይ የሚታየዉን በትክክል ይጻፉ
—> “cd windows/system32” hit enter
--> Type “rename osk.exe osk.old” hit enter
—> Type “rename cmd.exe osk.exe” hit enter
--> አሁን 75% ሚሆነዉን ስራ ጨርሰናል ከዚ ቀጥሎ computerun restart ማድረግ
—> ከስር በግራ በኩል የሚታየዉን icon መጫን
—> On-Screen Keyboard የሚለዉን መምረጥ
--> command prompt display ሲሆን ስእሉ ላይ ያለዉን command ማስገባት
—> Type ”net user” hit enter
—> Type ”net user help *” hit enter —---- help ማለት የ computeru ስም ነው
--> ከዛ ምትፈልጉትን password ማስገባት
—> Password እንድይኖረው ከፈለጋቹ ደሞ hit enter ሁለቴ
--> አሁን Passwordu ተከይሯል ማለት ነው
—> የከየራቺሁትን Password አስግብታቹ login ማረግ
ለጓደኛዎ #share ማድረጎን አይርሱ።
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU❓
Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii
Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!
👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
❏ Enjoy & Stay Connected™
TOP 10 Job Sites for 2020
1. LinkedIn
2. Glassdoor
3. Indeed
4. Monster
5. CareerBuilder
6. Dice
7. Google Jobs
8. Idealist
9. LinkUp
10. Naukri
TOP 10 Education Sites for 2020
1. Coursera
2. Edx
3. MIT Online
4. Harvard Online
5. Stanford Online
6. Yale Online
7. Udemy
8. Udacity
9. Khan Academy
10. Saylor
TOP 10 Hard Skills for 2020
1. Data Science
2. Artificial Intelligence
3. Machine Learning
4. Cyber Security
5. Blockchain
6. Digital Marketing
7. Cloud Computing
8. Website Development
9. Mobile App Development
10. User Experience Design
TOP 10 Soft Skills for 2020
1. Resilience
2. Emotional Intelligence
3. Complex Problem Solving
4. Critical Thinking
5. Creativity
6. Communication
7. Collaboration
8. Confidence
9. Negotiation
10. Management
TOP 10 Programming Languages for 2020
1. Python
2. Java
3. JavaScript
4. C++
5. C#
6. Scala
7. C
8. PHP
9. Ruby
10. Swift
TOP 10 Internship Sites for 2020
1. Internships
2. Absolute Internship
3. Looksharp
4. Intern Queen
5. Careershift
6. GoAbroad
7. Experience
8. CoolWorks
9. HerCampus
10. SimplyHired
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
GORSA: Namoonni mobaayila gatii guddaan bittan eeggannoo baatirii keessaniif godhaa. Moobaayilli kamiyyuu yeroo baatiriin isaa dadhabuu fi meemooriin isaa guutu fedhiin
fayyadamuu keenyaa gadi bu'aa waan tahuuf kunuunsa kenninuufii hir'isna.
Wanti gochuu qabnu:
➊. Akkuma binneen otoo fayyadama hin jalqabin sa'aatii 3-4f charge gochuu!
➋. Charger isaan alatti charger kan biraa kamiyyuu fayyadamuu dhiisuu.
➌. Hamma chargen keenya parsantii 15 gadi tahutti chaarjessuu dhiisuu/ammaa amma charge gochuu irraa of qusachuu!
➍. Charge irra godhanii rafuu fi chargen keenya erga guutee irra tursiisuu irraa of qusachuu!
➎. Charge irratti fayyadamuu dhiisuu!
➏. Application kan boodaan hojjetan/background
running application/ clean gochuu. Home button qabanii turuun close all running
application kan jedhu irratti yoo cuqaastan argattu.
➐. Memory'n buzy akka hin taaneef 'Trash' clean gochuu.
Galatoomaa. Gaaffii yoo qabaattan nu gaafadhaa! Waan baruu barbaaddan yoo jiraates nuuf dhiyeessaa nus qindeessinee isiniif
dhiyeessina.
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
🙌 ANAA DHUFU
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
MAAL BARBAADDU?
➲ Gorsɑɑf jechɑ Hɑyyuu
➲ Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ
➲ Kitɑɑbɑ PDF
➲ Wɑlɑloof XinSɑmmuu
nɑmni ɑrgɑchuu fedhu
ɑsitti Hɑɑ Dɑbɑlɑmu!
Qusɑnnɑɑ Tokko mɑlee
Isiniif Mɑxxɑnsinɑ
👇👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
Kanaaf kanneen biroo
Argachuuf Hundumaa
Ammuma ► JOIN ► Godhaa Itti Dabalama!
─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU❓
Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii
Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!
👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
❏ Enjoy & Stay Connected™
HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU❓
Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii
Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!
👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
❏ Enjoy & Stay Connected™
Baay'ee Isin Jaalanna!
🙌 Anaa Dhufu!
Meeqa keessantu wanta mana kana keessa jiru ilaalee itti gammadee? Kanneen haftan kunooti gadi tuquudhaan ol lixaa!
👇👇👇
┏┓
┃┃╱╲ OPEN
┃╱╱╲╲ Anaa Dhufu!!
╱╱ ╭╮╲╲ Ol Seenaa!!
▔▏┗┛▕▔
🔑🔑🔑
🎁 Manicha bantanii seenuuf itti bu'aa! Itti gammaddu jennee waan yaadne isiniif qopheessineerra itti dhihaadhaa!!
STAY CONNECTED WITH US!™
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!™
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!™
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota
☕ Wangeela Kiristoos
☕ Amantii
☕ Faarfannaa Wangeelaa
☕ Dinagdee
☕ Hawaasummaa
☕ Siyaasa
☕ Fayyaa
☕ Barnoota Walii galaa
☕ Bashananaa fi Bohaartii
☕ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!
Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
👇👇👇👇
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Email Akkamitti Banamaa? Video gabaabaa kana ilaaluun irraa baradhaa! Akkasuma immoo SUBSCRIBE Godhaa!
Barnoonni baay'een duuban qophiirra waan jiraniif asumaan hiriyyoota keessan affeeraa!
👇👇👇
https://youtu.be/C73Vy22ew6k
EMAIL AKKAMITTI BANAMAA?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛ Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan yookiin komputera keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!
→→→→↓↓↓↓↓
➊. Google irratti gmail jedhaa barreessaa... search godhaa!
➋. Sana booda erga search (mallattoo barbaadduu erga tuqxanii booddee) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa!
➌. Sana booda (Create account) kan jedhu tuqaa! Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif fida.
➛ For my self fi
➛ To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa (For my self) kan jedhu xuqaa!
➍. Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
➛ First name iddoo jedhutti maqaa keessan,
➛ Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessanii barreessaa...
Sana booda NEXT ishee jettu tuqaa.
➎. Next erga jettanii booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyyee lama qaba.
➛ enter your birthday (guyyaa dhaloota keessan) iddoo jedhurratti... Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa!
➛ Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa! Isa kana guutudhaaf mallattoon xiyyaa fakkaattu tokko box sana cinaa gadi garagaltee jirti. Ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu!
Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!
➏. Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi tuqaa! Sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa!
Fakkenyaaf... Maqaan kee Jabeessaa yoo ta'e,
Jabeessaa@gmail.com jettee barreessuu dandeessa.
Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!
➐. Erga next jettanii booddee
➛ Password isa jedhu irratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa! Password Lakkoofsotaa fi qubee keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.
➛ Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!
Sana booda Next jedhaa!
➑. Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. Isa gadi tuqaa!
Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
👏👏👏👏
FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
➛ Storage isaa 25GB dha. (iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabuu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send gochuu dandeenya.
➛ Lafa internet jiru hundumaatti salphaatti hojjeta.
➛ Yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya yookiin computer keenya nu jalaa hatamuu yookiin format ta'uu danda'a.
Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenya irraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bilbila keenya irraa qabnus gara sanatti erguu dandeenya. Keessattuu warra research hojettaniif sirritti barbaachisaa dha.
➛ Data barbaanne waliif erguudhaaf ni fayyada. Data storage isaanii gurguddaa ta'an kan telegram imo fi kan kana fakkaataniin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fakkeenyaaf video GB guddaa ta'e erguuf...
➛ YouTube SUBSCRIBE godhachuudhaaf dirqama email qabaachuu barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha odeeffannoo irraa fagaachuu hin qabdan.
YouTube channel koos SUBSCRIBE gochuudhaan ergaalee fi barnoota isiniif darbu salphumatti argachuuf isin gargaara.
Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.
➛ Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!
➦ Gaaffii dhimma moobaayilaa fi komputaraa irratti yoo qabaattan @getpostbot nu gaafachuu dandeessu!
➦ Share gochuu hin dagatinaa! Waan beeknuun wal haa barsiifnu!
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
How To Download Paid Android Apps & Games For Free?
━━━━━━━━━━━━
➨ Below we have stated three methods to download paid apps for free on your Android device. All the processes are very manageable and easy to implement and are 100% working.
#1. Using Blackmart apk
Step 1: download & install blackmart alpha app on your Android phone.
Step 2: Search any paid apps in
blackmart & note that check the version, size is the same as what you need to download.
Step 3: Finally download that particular application through blackmart.
#2. From Other Free Website
Step 1: Firstly go to 4shared.com or mediafire.com on your pc or you can also
download and use those websites on your phone for free
Step 2: Search the exact name of a particular application on those site which you want to download in the format of
"appname.apk" don't forget to write .apk
Step 3: Finally directly download the apps from the site on your pc and transfer to
your mobile phone.
#3. Alternative of Google play store that provides free app
1mobile market apk
⁃ It has more than 1,600,000 free apps
9apps apk
⁃ It has more than 26 million apps almost all are free
Amazon app store.
⁃ By the means of popularity it becomes second next to Google play store.
We uploaded blackmart and 4shared apk on our channel.
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
How to check original or fake computer specification to know the original.
Specification of computer is really hard now a days but the best way is by checking bios information. Bios means basic input output system is nonvolatile firmware used to perform hardware initialization & to provide run time services for operating system:
1. First of all you need to power on your computer.
2. As fast as the window is booting click the bios key which is different for each
brand.
3. When you press the bios key it will redirect to the bios menu so you need to choose system information.
4. Finally you can see all the original information about your computer because, it can't be edit without being disassemble
and flashing the chip bios key
⁃ ASRock: F2 or DEL
⁃ ASUS: F2 for all PCs, F2 or DEL for Motherboards
⁃ Acer: F2 or DEL
⁃ Dell: F2 or F12
⁃ ECS: DEL
Gigabyte / Aorus: F2 or DEL
⁃ HP: F10 or F2
⁃ Lenovo (Consumer Laptops): F2 or Fn + F2
⁃ Lenovo (Desktops): F1
⁃ Lenovo (ThinkPads): Enter then F1.
⁃ MSI: DEL for motherboards and PCs
⁃ Microsoft Surface Tablets: Press and hold volume up button.
⁃ Origin PC: F2
⁃ Samsung: F2
⁃ Toshiba: F2
⁃ Zotac: Dsoln
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
Biyyoota Afrikaa Saatalayitii gara hawwaatti erganii fi bara isaa (ሳተላይት ወደ ህዋ ያመጠቁ 10 የአፍሪካ ሀገራት እና ያመጠቁበት አመተ- ምህረት)
The 10 African countries that have used satellite to its own.
➊) Rwanda ➾ 2019
➋) Morocco ➾ 2018
➌) Algeria ➾ 2017
➍) Kenya ➾ 2018
➎) Egypt ➾ 2010
➏) GHANA ➾ 2010
➐) Angola ➾ 2017
➑) South Africa ➾ 2018
➒) Nigeria ➾ 2003
➓) Ethiopia ➾ 2019
✍ @getpostbot
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
77**,
68**,
66**,
72**,
****
....
➜ Ergaawwan gaggabaaboo bilbila keenya irratti yeroo mara
ergaman yeroo baay'ee naamusa keessaa kan
bahan ta'anii mul'atu.
Fakkeenyaaf: Ergaa Sobaa erguu, halkan keessa namatti erguun hirriiba keessaa nama rifachiisuu fi kan kana fakkaatan.
➜ Dhaabbattoonni kun
eeyyama daldalaa Ethiotelecom kenneefiin kan hojjetan tahus wantoota soba ta'aniin nama gowwoomsuun galii sassaabbachuu irratti kan
xiyyeeffatan baay'eedha. Ergaawwan/Messagen dhaabbata kana irraa akka nu hin geenyeef 994 himachuun faayidaa hin qabu. Akka beeksifataniif/Advertisement mirgi isaaniif waan kennameef telen nama irraa dhaabuu hin dandeessu.
➜ Malli ittiin ofirraa dhaabuu dandeenyu message'n lakkoofsa sana irraa akka nu hin geenyeef lakkoofsicha Black List jala galchuu qofadha.
➜ Yoo subscribe gootanii qarshii isin jalaa kutaa jira ta'e 994 irratti bilbiluun ofirraa dhaabuu akkasumas akka messagen akkasii isin hin geenyeef immoo Black List galchuun fala.
➦ Gaaffii dhimma moobaayilaa fi komputaraa irratti yoo qabaattan @getpostbot nu gaafachuu dandeessu!
➦ Share gochuu hin dagatinaa! Waan beeknuun wal haa barsiifnu.
Computer Solution
@Computers_soln
@Computers_soln
Barnoota, Odeeffannoo Komputeraa fi Bilbilaa Argachuu Barbaadduu?
━━━━━━━━━━━━
Bilbilli keessan hidhamuu (hordofamaa) jiraachuu isaa beektuu? Baruuf *#62# barreessuun bilbilaa!
Yoo "Call not forwarded" jedhe isin bilisa hordofamaa hin
jirtan. Yoo call forwarding jedhee akka suura irraa
mul'atu kanaatti isinii fide immoo hordofamaa jirtu.
Hubachiisa: Suurri kanaa gadii kan agarsiisu bilbila sagalee duwwaatu hordofamaa jira.
Text'n babarreessu hordofamaa hin jiru. Kan namoota baayyee hordofamaa waan jiruuf homaa waan nama yaaddessus hin qabaatu.
➦ Gaaffii dhimma moobaayilaa fi komputeraa irratti yoo qabaattan @getpostbot nuuf barreessaa! Gaaffii barbaaddanis nu gaafachuu dandeessu.
Computer Solution
💻 @Computers_soln
💻 @Computers_soln
