cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Qeerroo Finfinne

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
194
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

HIDHANNOO MALEE IXOOPHIYAA FILANNOO BEEKTUU NUTII HIN AGARRE. Malii fi mal keessaa filataa sabii? # Muramtee ammaa sabichii Oromoo jedhamee wamamuu kan biyyii isa Oromiyaa taa,ee waraana wardiyyaa dhabbaatee toftaa garbummaa filannoon mormaa gubbaa afaan qawween utubamee ba,uuf figuu kan kuffisuu ijaratee qaba. ¤ Dur iyyuu ta,e ammaas sabii waraana wardiyyaa dhabbatee du,uuf hin qabnee dararamaa fi gabbaraa jirata.Oromoo garuu kana darbeera.Qanqee xiqqoo hayyootaan hidhannoo afarfamtee ramacii tatee kununsiinee bukaata ittiin bilcheessuun yeroon amma. Hora bula.!! Tokkummaa Oromoo
Show all...
Caamsaa 22/2021 Poolisoonni humna addaa oromiyaa kutaa garaagaraa irraa walii galaan 47 gara mooraa WBO tti makamtan Baga nagaan gara Saba keessaniif dhaabbachuutti dhuftan. Kanneen kaanis irraa bara
Show all...
Abiy fi hordoftoota isaaf guddinnii fi murannoon Waraana Bilisummaa Oromoo gaaffii guddaa itti ta’ee jira. Bara Wayyaaneen biyya bulchaa ture eessa turani jedhaniis gaafatu.Nama hubachuu barbaadeef deebbiin gaaffii kanaa ifa dha.Dahalootuma murannoon fincilee mootummaa wayyaanee jigsetu WBOtti makamee qabsoo hidhannoo sadarkaa itti aanutti ceesise. Injifannoon qabsoo dhiigaan argame ergamtoota wayyaaneetiin(OPDO tiin) waan butameef Qarree fi Qeerroon gara qabsoo qawwee kaasuuttio dhiibamani.Amma dhaloota qabee gadhiisuu hin beeknetu si qabe! # WBO_POWER ! Raasoo irraa
Show all...
Wallagga Lixaa Laaloo Assaabii magaalaa Innaangoo bakka Kaamboo jedhamutti amma sa'a kana konkolaataa 3F kaabinoota fe'atte irratti boombiin darbameen hunda ishee walitti dhabamaa ishee godhe
Show all...
አሳዛኝ እልቂት! በአንድ ዙር ብቻ ከቡራዩና አስኮ አከባቢ በግዳጅ ይህን ብልጽግና ሠራዊት በመጫን ወደ ትግራይ ጦርነት እንድያቀኑ ከተደረጉት 10 የታታ ባስ ሀገር አቋራጭ ውስጥ ፣አንዳቸውም ሳይቀሩ፣ከእነ መኪናቸው መውደማቸውን ለቤተሰቦቻቸው እየተነገረ ነው፣
Show all...
ጠቃሚ መረጃ !!! በ አሁኑ ሰዓት Facebook ኢትዮጲያ ውስጥ እየሰራ አይደለም። ይህ የሆነው መንግስት የሚደርስበትን ተቃውሞ መቋቋም ስላቃተው ነው። የተዘጋውን Facebook በቀላሉ መልሶ ለመጠቀም ሁለት መንገዶች አሉ። 1ኛ:- VPN ከተጠቀምን facebook lite ተመልሶ ይሰራል። ምክንያቱም VPN የምንኖርበትን ሀገር መቀየር ስለሚያስችል። 2ኛ:- በ Opera Browser መጠቀምም ይቻላል። VPN ወይም Opera አጠቃቀሙን አውቃለሁ የምትሉ የ ላይክ 👍 ምልክቷን ተጫኑ ፣ የ VPN አጠቃቀሙን አላወቅንበትም አጠቃቀሙን አስረዳን የምትሉ ደግሞ የዣንጥላ ☔ ምልክቷን ተጫኑ።
Show all...
አሳዛኝ እልቂት! በአንድ ዙር ብቻ ከቡራዩና አስኮ አከባቢ በግዳጅ ይህን ብልጽግና ሠራዊት በመጫን ወደ ትግራይ ጦርነት እንድያቀኑ ከተደረጉት 10 የታታ ባስ ሀገር አቋራጭ ውስጥ ፣አንዳቸውም ሳይቀሩ፣ከእነ መኪናቸው መውደማቸውን ለቤተሰቦቻቸው እየተነገረ ነው፣
Show all...
#Oduu_Gaddaa Godina Booranaa aanaa Miyoo ganda Gombisaatti dargaggoo Galgaloo Waaqoo Galgaloo Addaababaayiitti fuula ummataa duratti humna Addaa Poolisii Oromiyaatin ijjeeffame. [Sq-caamsaa 16/2021] Dubbichii akkas ture; Caamsaa 15,2021 halkan keessaa naannoo saatii 3tti aanaa Miyoo ganda Gombisaatti dhukaasa hidhataa gandaa (militia gandaa)fi WBO gidduutti banameen namoonni lama kan hidhataa gandaa ta'an ijjeeffaman. Caamsaa 16,2021 Ganama ummanni walitti bayee namoota ijjeeffaman kanneen awwaalachuu jalqabe. Dargaggoon ijjeeffame Kunis (Galgaloo Waaqoo Galgaloo) achuma ganda Gombisaa ollaa ardaa Goda-Gootuu qubatu irraa dhufee nama awwaalachii irratti argamuun gadda gale Ummata waliin qoodachaa jira. Osoo sirna awwaalchaa geggeessaa jiranuu; namni tokko dhufee dargaggoo kanatti quba qabuun mucaan kun warra duye kana keessaa nama tokkoon dhiyeenna kana wal arganiiru jedhe. Yeroodhuma kan warrii poolisii humna Addaa Oromiyaa jedhamu dargaggoo kana uleen reebuu jalqaban. Mucaan gaggabee of wallaalee kufnaan; ummata ofirraa ariyuuf yaalan. Ummanni "dhiisaa nama fayyaa nagaa ofiitin deemu hin dhaaninaa wa gaafadhaa"! jennaan; dhaga'uu didanii; fuula ummataa duratti rasaasaa lamaan lafatti rukutanii ijjeesaan. Ergaa ijjeessaniis Ummata achii ariyanii; awwaaluu dhowwanii; reeffaatti taphatan. Hanga ammaatti maatiin reeffa hin arganne. Maanguddoonni kadhachaa jiru. Ummata naannoo sanaa hundaa irraa bilbila harkaa sassabaniiru. Tanaaf, Amma ergaa galgala saatii 10nitii as womaa argachaa hin jirru. Akka walii galatti haallii godina Booranaa keessaatti adeemsifamaa jiru baayyee yaaddeessaadha. Guyyuma hardhaa godina Booranaa aanaa Dubuluqiitti Jaarsii biyyaa namni maqaan isaa Gurraacha jedhamu qaama hin beekkamneen ajjeeffamee reeffa qofa argan. Madaa raasaas hin qabu. Nama ijjeeffame kana, nama kadiree kan Galgaloo Diidaa jeshamu tokkootu kaleessa " notorcycle" isaatin magaalaa Dubuluqii irraa gara baadiyyaa geessaa turee jedha oduussii Dubuluqii irraa. Amma galgala kana ummanni Booranaa aanaa Miyoo ganda Gombisaa ona Goda-Gootuu irraa gara biyya keeniyaatti baqachaa jira. "
Show all...
Waan laphee nama cabsaa! Abbaan Amanuel Obbo Wandimmuun yeroo waa’ee ajjeechaa ilma isaanii dubbatan: "Waraanumatu dhufee manaa na qabe. Dhufaniidhuma na [fattashanii] yeroo isaan jedhan, 'maaltu ta'e' jedhee yeroon gaafadhu 'waan ta'e hinbeektuu?' naan jennaan, lakkii hin beekun jedheen. Hin bartaa kottu jechuun anaafi haadha warraa koo nu fuudhanii deeman. Poolisiin mucaa kee awwaallattaa naan jennaan, eyyeen gooftaa koon jedheen. Yeroo ani fudhadhee ka'u isheen [haati warraa koo] ammoo of to'achuu dadhabdee addabaabaayii naannoftee iyyite. Sababii isheen iyyiteef nu reeban. [Reeffa] Mucaa fudhannee galuun nu rakkisee jennaan itti dhiifnee gallee mana keenyatti boonye. Booda garuu jaarsoliin biyyaa dhaqanii reeffa nuuf fidanii jennaan awwaallanne." Maddi BBC Afaan Oromooti.
Show all...