cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Anole Post - አኖሌ ፖስት

Baga Nagayaan Dhuftan!🤚 Yaadaa fi Gaaffii qabdan nuun gahuu dandeessu! . . Contact ↘ @Anole_bot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
1 826
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️ App "Seerlugaa" asirraa buufadhaa. #share godhaa. size : 11.65MB ver : 1.0 ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️
Show all...
❤️41
Rate
Show all...
Seerlugaa - Apps on Google Play

Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu.

Show all...
Seerlugaa - Apps on Google Play

Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu.

Aaga dhagahaa marsaariitiin haarofti www.daldalaa.com jedhamu dhaloota haarawaan hojjatamee isiniif dhihaatee jira. Daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. Daldaltoonni galmaahuudhaan meeshaalee fi tajaajila keessan irratti gurgurachuu ni dandeessu. Marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni dandeessu. Ammuma www.daldalaa.com/register irratti galmaahuudhaan meeshaalee(phone, laptop, tablet, Tv, fashion, car, house etc) irratti beeksifachuu ni dandeessu.
Show all...
Daldalaa - Ethiopian Online Shopping

The trusted marketplace to buy new and used goods from sellers near you. Post a free ad and sell quickly to buyers across Oromia/Ethiopia.

Hiriyooti keessan Maatii IHim akka tahaniif Link kanaan https://t.me/Ihimradioshow akka subscribe godhaan nuuf Afeeraa. galatomaa.
Show all...
Ihim Radio show

Sagantaa Radio Ihim kan Fm finfinnee 92.3 irratti Dilbata ganama 4-6tti fi Kamisa ganama sa’a 3-5tti kan darbu kallattiin dhaggeeffachuu yoo dadhabdan asiinis caqasuu dandeessu. . Ulfaadhaa.

🧡 Na Jibbuu yoo barbaadde Mirga guutuu qabda garuu, Akka na jaalattu fakkeessitee na hin sobin! ..... Jechoota Mimmiidhagoo biroof..📚📖👇 @prince_abdu4 @prince_abdu4
Show all...
#COVID19Ethiopia Ityoophiyaatti saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 294 qorannoon laaboraatoorii taasifameef keessaa nama tokkorratti vaayrasichi argamuu ibsameera. Namni umriin isaa waggaa 44 ta’e Kaanaadarraa karaa Dubaayin Ityoophiyaa dhufee iddoo tursiisaa keessa ture dhibee kanaan qabamuu isaa mirkaana’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru. Waliigala Ityoophiyaatti namoonni dhibichaan qabaman 56 ga’aniiru. @AnolePost @AnolePost
Show all...
#Gorsa | Anole Post 🧡Wantoota 3 Jiruu kee Jijjiiruu danda'an. . 🔘 Yeroo dallante deebii namaaf hin laatin 🔘Yeroo Gammadde Waadaa hin seenin 🔘Yeroo Gaddite daddaftee hin Murteessin .... 🌸Guyyaa Gaarii!💐 @AnolePost @AnolePost
Show all...