Kanenus Tech
Open in Telegram
🚀 Welcome to KANENUS Tech! 🚀 Your one-stop hub for Website Development, Mobile App Development, and Online Business Solutions. Contact: @danimekonnen
Show more7 143
Subscribers
No data24 hours
-287 days
-12430 days
Posts Archive
7 143
Bilbilli keenya yoo bade location Isa argachuuf (iddoo inni jiru baruuf) furmata isaa isiinif gadhiifnu .
React , comment, share godhaa nu eega
7 143
✅️ Telegram account keenya akkamitti permanently delete gochuu dandeenya?
Jalqaba👉 https://my.telegram.org/auth irra gallee, san booda lakkoofsa bilbilaa account delete gochuu barbannuu san itti galchina, san booda koodii Telegram nuuf ergamu itti galchuun delete account kan jedhu filannee delete gochuu dandeenya.
NB: Account telegram keenya delete yoo goone photo, chaanaalii fi groupiin accountichaan baname hunduu wajjiin badu.
7 143
✅Yeroo namni isiinif Bilbilu nama bilbilu sana biratti Cufaadha akka jedhuufi isiinif ammoo isiinif yaalamuu isaa bifa ergaa barrefaman akka isiinif fidu gochuuf link gadiin seenaa video ilaalaa.
Subscribe, like, share gochuu hin dagatinaa YouTube keenya!Video link: 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/O5OqP-fHziQ?si=Ll02pU-mNao-OvUF
7 143
Akkam jirtu?
Wantoota online kana irraa isiin fayyadan bifa video
isiinif hojjechuu barbaadne jirra..
Mee namoonni barbaaddan react kanan na agarsiisa
👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️
7 143
WOW BAGA GAMMADDAN DIRAAMAA BAREEDAA KAN TA'E .
DARGAGGOTA QOFAN KAN HOJJETAME .
DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KAN JEDHAMU ISINIF QABANNEE DHUFNE JIRA.
MAARREE DIRAAMAAN KUN KUTAA 5FFAA ISAA IRRA JIRA.
AMMUMA LINK GADIIN SEENUUN DIRAAMAA JAALLATAMA KANA HORDOFA.
YEROO HUNDA AKKA ISIIN BIRA GA'UUF CHANNEL KEENYA JOIN GODHADHA .
LINK👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾
7 143
✅ Telegram update
Telegramiin torbee booda feature haaraa hedduu gadi lakkisuuf jedha. Isaan keessaa muraasni isaanii:
👉Gift marketplace
Collectable giftii telegram irratti nuuf kenname/ ergame haala salphaa ta'een stars fayyadamnee bituu fi gurguruu feature nu dandeessisuudha. Iddoo gift sale irra gallee resale kan jedhu filannee gift barbaanne bituu fi erguu dandeenya.
👉Sell Your Gifts for Stars
Feature kunis collectable gift qabnu gurgurachuu kan nu dandeessisudha.
Isas gochuuf profile -> gift tab -> sell button filannee gatii ittiin gurguruu barbaannu san galchinee gurguruu dandeenya. Garuu yoo yaada keenya jijiree gurguruu hin barbaadin achumarratti unlist button filachuun cancel gochuu dandeenya.
👉Post Several Stories at Once
Yeroo tokkottu video fi photo baayyee story irra godhachuu feature nu dandeessisuudha. Feature haaraa kanneenis argachuuf telegram app keenya update gochuu nu barbaachisa.
7 143
✅ Facebook irraa akkamitti Qarshii argachuu dandeenya?
✍️Hedduun keenya Facebook kan fayyadamnuuf odeeffannoo qofa irraa argachuufi, Garuu Facebook madda galii guddaa namoota hedduuti( akka ragaaleen garaagaraa ibsanitti youtube tti aansee "The most paid social media platform " Facebook akka ta'e agarsiisuu. Kanaafuu karaalee ittiin Facebook irraa qarshii argachuun danda'amu muraasa isiniif haa qoodu .
👉1. Facebook Reels Bonuses
- Video gabaabaa(Reels) hojjachuun post goone view fi engagement irraa qarshii hojjachuu ni dandeenya.
- Eligibility: Ulaaga monetization isaa follower fi engagement guutuu qabnu profile keenya keessa gallee check gochuu dandeenya.
- Earnings: Performance keenya irrattti hundaa’e ji'atti USDT 100 hanga 35000+ argatamaa jira jedhu ragaaleen garaagaraa.
👉2. In-Stream Ads (Facebook Ad Breaks)
- Video Daqiiqaa 3 fi isaa olii hojjannee ads ( beeksisa) isarratti dhufuun mallaqa argachuu dandeenya.
- Eligibility: Followers10,000 ol qabaachuu fi guyyaa 60 kessatti yeroo 600,000 dawwatamuu qaba.
- Earnings: Average CPM (Cost Per 1,000 Views) tti 1 USDT hanga 5 USDT argachuun ni danda'ama.
👉3. Fan Subscriptions (Paid Fans)
- Followeriin keenya content hojjanneef kafalee akka ilaalu gochuu.
- Eligibility: Followers10,000 qabaachuu fi 50000 post engagement qabaachuu qabna.
- Earnings: followerii nuti qabnu irratti hundaa’a (for example, 200 subscribers x5 = 1,000/month).
👉4. Facebook Stars (During Live Streams)
- Yeroo live streams waraabnu "Stars" namoonni ykn Followeriin nuuf ergan irraa mallaqa argannuudha. Facebook pays you 0.01 per Star.
- Earnings: hanga namni nuuf erge irratti hundaaya.
👉5. Facebook Marketplace (Selling Products)
- Product garaagaraa Facebook Marketplace irratti gurguruu commission argachuu ykn product ofii keenyaas gurguruu dandeenya.
- Earnings: Depends on your product and volume.
👉6. Affiliate Marketing
- Linkii namoota affiliate hojjachiisanii share gochuu commission argachuu jechuudha.
- Earnings: Dollar xiqqoo irraa Jalqabee hanga mallaqa bayyee hojjachuun ni danda'ama.
👉7. Brand Collaborations and Sponsorships
- Namoota paid post fi campaign hojjattan wajjiin partner ta'anii hojjachuu jechuudha.
- Earnings:
Micro-influencers (10k–50k followers): 100–1,000+ per post.
- Bigger pages can earn 5,000+ per collaboration.
7 143
beginner_level
Best key's in Photoshop
..............
ctrl+n = new
ctrl+o = open
ctrl+ w= close
ctrl+ s = save
ctrl+ z = undo
ctrl+c = copy
ctrl+x = cut
ctrl+ v = paste
ctrl+ f = paste in front
ctrl + b = paste in back
ctrl+ a = select all
ctrl+ d = transform again
ctrl+ ] = bring forward
ctrl+ [ = send backward
ctrl+ g = group
ctrl+ 2 = lock
ctrl+ 3 = hide selection
ctrl+ j = join
ctrl+ 7 = make
ctrl+ t = character
ctrl+ m = paragraph
ctrl+ e = apply last fillter
ctrl+ y = outline
ctrl+ h = hide edge
ctrl+ 0 = fit in window
ctrl+ 1 = actual size
ctrl+ r = show rulers
ctrl+ u = smart guides
ctrl+ " = show gride
ctrl+ - = zoom out
ctrl+ + = zoom in
ctrl+ k = general
ctrl+ shift + s = save as
ctrl+ shift + p = print setup
ctrl+shift + z = redo
ctrl+shift + a = deselect
ctrl+shift + m = move
ctrl+shift + g = ungroup
ctrl+shift + t = tab rulers
ctrl+shift + o = creat outline
ctrl+shift + e = applay last effect
ctrl+shift + w = hide template
ctrl+shift + b = hide bunding box
ctrl+shift + " = snap to gride
ctrl+alt + s = save as copy
ctrl+alt + p = document setup
ctrl+alt + 2 = unlock all
ctrl+alt + 3 = show all
ctrl+alt + j = average
ctrl+alt + b = make
ctrl+alt + 7 = relaese
ctrl+alt + 8 = release
ctrl+alt + e = last fillter
ctrl+alt + " = sanp to point
shift f1 = help
shift f7= show align
shift f6= apperance
shift f9 = pathfinder
shift f5 = show style
shift f10 = trancparency
shift f8 = transform
f5 = show brush
f6 = show color
f7 = hide layers
f8 = show info
f9 = show gradiant
f10 = show stroke
f11 = show attributes
CTRL+O = Open file
CTRL+N = New file
CTRL+W = Close file (watch out for not mixing with CTRL+Q!!)
CTRL+S = Save file
CTRL+SHIFT+S = Save file As
CTRL+ALT+SHIFT+S = Save for web
CTRL+Q = Quit photoshop
CTRL+A = Select all
CTRL+D = Deselect
CTRL+E = Merge Down (more about layers later on..)
CTRL+R = Rulers visible (the things you drag guidelines out from..)
CTRL+T = Transform selection (Scale and rotate..)
CTRL+U = Change image Hue, Saturation and Lightness
CTRL+I = Inverse
CTRL+F = Repeat last used filter
CTRL+K = Preferences
CTRL+L = Levels
CTRL+Z = Undo (something you just can´t live without. Fact.)
CTRL+X = Cut
CTRL+C = Copy
CTRL+V = Paste
CTRL+B = Color balance
CTRL+M = Curves
CTRL+Space = Zoom In
CTRL+ALT+Space = Zoom Out
D = Set Colors to Default
X = Change Foreground color with Background color
CTRL+SHIFT+E = Flatten image
CTRL+SHIFT+T = Transform again
CTRL+SHIFT+U = Desaturate (make image black & white)
CTRL+SHIFT+I = Inverse selection (usefulnes=100000)
CTRL+SHIFT+P = Page setup
CTRL+SHIFT+D = Reselect
CTRL+SHIFT+F = Fade last filter..or thing you just did.. (works on alot of things)
CTRL+SHIFT+L = Auto levels
CTRL+SHIFT+Z = Redo
CTRL+SHIFT+N = New layerCTRL+ALT+0 = Actual pixels ("zooms" to 100%)
CTRL+ALT+O = Open As
CTRL+ALT+S = Save a Copy
CTRL+ALT+D = Feather selection
CTRL+ALT+F = Last filter, only you get to choose the stuff!!
CTRL+ALT+L = Auto levels, and... you get to choose.
CTRL+ALT+Z = History back (you´ve got to know this one!!!!)
CTRL+ALT+B = Auto-color-balance
CTRL+ALT+M = Auto-Curves
CTRL+SHIFT+ALT+Q = Quit photoshop..without asking anything!
CTRL+SHIFT+ALT+E = Flatten image to active layer (useful, if you´re not a beginner)
7 143
📱 Koodiiwwan Barbaachisoo Bilbiloota Android (Ethiopia keessatti)
1️⃣ Lakkoofsa IMEI ilaaluuf
👉 *#06#
IMEI (International Mobile Equipment Identity) bilbila keenyaa beekuuf nu fayyada.
2️⃣ Call Forwarding (Bilbila gara biraatti darbuu) ilaaluuf
👉 *#21#
bilbilli keenya bilbila biroo irratti hidhamuu fi dhiisuu isaa baruuf nu fayyada.
3️⃣ Call Waiting (Bilbilli keenya qabamee jiraachuu beeksisu)
👉 *43#
Yoo bilbila keenya itti haasawa jiranne namni biraan yoo nuuf bilbile akka nu beeksisu gochuuf.
4️⃣ Lakkoofsa keenya yeroo namaaf bilblillu akka hin mul’anne gochuuf
👉 *31#
Lakkoofsi keenya nama biraatti akka hin mul'anne gochuuf– private number jechuun mul’ata.
5️⃣ Haala Battery) ilaaluuf
👉 *#0228#
Haala battery (chaarjii ) bilbila keenyaa ilaaluuf nu gargaara.
6️⃣ Bilbila gara sirna jalqabaa deebisuuf (Factory Reset)
👉 *#*#7780#*#*
Bilbila keenya irraa waan hunda balleessuuf, Faayilii, app fi settings hunda ni haquuf coodii gargaarudha.
7️⃣ Power button bilbila keenyaa sirreessuu dfooyyessuuf
👉 *#*#7594#*#*
Button cufaa tokkicha tuqee bilbila off gochuu dandeessa.
8️⃣ *Wi-Fi keenya sirriitti hojjataa jiraachuu isaa ilaaluuf
👉 *#*#232339#*#*
Wi-Fi keenya test godhuuf. Sirna networkiifi wal qunnamtii sirriitti ilaaluuf.
9️⃣ Bluetooth Address ilaaluuf
👉 *#*#232337#*#*
bluetooth address bilbila keenyaa ilaaluuf.
🔟 Tajaajila Google Play store ilaaluuf
👉 *#*#426#*#*
Google Play Services fi ergaa App keessaa ilaaluuf fayyada.
7 143
✅Odeeffanno airdrop Haala saffisan argachuuf channel keenya gadii kana join godhadha.
🧿Channel keenya kana irra saffisan Kan argattan .
👉Daily quiz answer
👉Daily combo
👉Update airdrop
👉Airdrop website
👉Airdrop app
👉About tech
Akkasumas Akkataa itti telegram bot fi website create godhan ni argattu.
💪Maarree ammuma link gadii seenaa join godhadha.
LINK:🔗 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/joshua_tech1
https://t.me/joshua_tech1
https://t.me/joshua_tech1
7 143
Jensen Huang akka jedhutti AI akkaataa sooftiweerii itti ijaaramuu fi hojjetamu bu'uuraan jijjiiruun hojii misooma sooftiweerii haaraa uuma. Dambalii itti aanu? Warshaalee AI. "Warshaan AI giigaa waattii 1 qabu tokko waggaatti doolaara biiliyoona 60 maddisiisuu danda'a".
7 143
🔥Ari chain Testnet Airdrop Don't Miss out✔️
🛡Jalqaba gara Play Store ykn App store deemuun app Ari wallet jechuun search gootani buufachus dandeessu💲
📱APP Store ➡️
https://apps.apple.com/kr/app/ari-wallet/id6504207160
🕹Play store➡️ https://play.google.com/store/apps/details?id=arichain.app.ari.wallet
✔️Erga buustanii booda Email keesaniin signup godha Refral Code kana galchaa
(
6795427e9cd60 )✅
💵 Akkuma seenataniin question haala salphaa Ari point walitti qabaattan ni qaba 🚫
🔝Daily Checkin fi Daily Quiz qaba san guyya yeroo tokko seenun check ni gootu question ammo deebi kan gadhiisnu taha🔥
⭐Yoo isini hin galle video yoo isin barbaachise comment godhaa❣️
🖤airdrop kun tokko keessan akka hin dabarre💎
✈️SHARE🔍 @KANENUS_TECH
✈️SHARE🔍 @KANENUS_TECH7 143
Tole, Family airdrop kamiin hojjechaa jirtu .
Kan app moo kan website dalagaa jirtu.
Har'a irraa ka'uun airdrop app fi airdrop website waliin hojjenna.
Isiin qophii ta'aa nu faana turaa.
7 143
🙌GOOD MORNING KANENUS TECH FAMILY😊
✅Guyyaa har'aa irraa ka'uun Odeeffannoo Hunda ni argattu kanaaf nu faana turaa.
7 143
#DV2026
የ 2026 DV እጣ እታች ባስቀመጥነው ልንክ ማየት ትችላላችሁ!
የ 2026 DV አመልካቾች በዝ:👉 https://dvprogram.state.gov/ESC/ ልንክ ገብታችሁ እጣቸው ማየት እንድትችሉ ና confirmation number የጠፋባቸው አመልካቾች በተመሳሳይ ልንክ ገብታችሁ መገኘት እንድትችሉ ታወቀ
Abbootii carraa DV 2026 link kanaa gadii seentanii ilaaluu dandeessu!
👉 https://dvprogram.state.gov/ESC/ Warri confirmation number keessan isin jalaa bades karaama link kanaa iyyachuu dandeessu!
7 143
🧿Family Amma booda website airdrop fi App airdrop waliin hojjenna kanaaf active ta'a.
Garagarummaa website fi telegram airdrop Akkasuma App airdrop
👉1. WEBSITE AIRDROP
Website airdrop'n ammi nuti hojjenu telegram airdrop ni caala akkuma kana gatiin irraa argamuus guddaadha .
👉2. TELEGRAM AIRDROP
Telegram airdrop ammoo yeroo yertuu dhaaf hojjetama kuno akkuma arga jirru gatiin isaas du'adhaa.
👉3. APP AIRDROP
APP airdrop'n airdrop gatii gaarii irraa argannudha .
✅Fknf. Pi network ha fudhannu yeroon isaa ni Dheerata guyyaan hojjetamu Garuu gaafa list ta'e gatii isaa irraa namoonni baayyeen profit Haalan namatti tolu hojjetani jiru.
👉Kanaaf app airdrop illee profit gaarii qaba.
🫴So website airdrop fi App airdrop sirritti hojjenna kana booda .
Mee namoonni hojjechuuf fedha qabdan react godhaa.👍
7 143
🙌Akkam jirtu! Maatiin KENENUS TECH.🤗
Har'aa kaanee Odeeffannoo🧑💻 hunda Guyyaa guyyaan isiinif manxasina .
✅Airdrop App fi Website dhan jiraa illee waliin hojjenna.🤝
🔥Kanaaf channel keessan kana Hordofuu hin dagatiina.
💡Channel keenya share gochuun hiriyoota bukken ga'uu hin dagatiina.
Akkasuma react gochuun nu faana Turaa.
SHARE👉 @kanenus_tech
SHARE👉 @kanenus_tech
7 143
Oduu Ammee
Injifattoonni DV 2026 ifoomaniiru
Iyyattoonni DV 2026 marsariitii https://dvprogram.state.gov/ESC/ seenuun carraa isaanii mirkaneessuu akka danda’an fi iyyattoonni lakkoofsa dhoksaa isaanii jalaa bade https://dvprogram.state.gov/ESC/ seenuun deebi’anii argachuu akka danda’an himameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
