en
Feedback
Kanenus Tech

Kanenus Tech

Open in Telegram

πŸš€ Welcome to KANENUS Tech! πŸš€ Your one-stop hub for Website Development, Mobile App Development, and Online Business Solutions. Contact: @danimekonnen

Show more
7 143
Subscribers
No data24 hours
-287 days
-12430 days
Posts Archive
Dv’n hafeera Ameerikaa. lootarii DV waggaa waggaadhaan gaggeeffamu addaan kutte Pirezidaantii Doonaald Tiraamp torban darbe Y
Dv’n hafeera Ameerikaa. lootarii DV waggaa waggaadhaan gaggeeffamu addaan kutte Pirezidaantii Doonaald Tiraamp torban darbe Yunivarsiitii Biraawun keessatti dhukaasa jumlaa raawwatameen namoota lama ajjeefamuu hordofuun Lootorii Kaardii Magariisaa Ameerikaa (DV) addaan kutaniiru. Lammiin Poorchugaal haleellaa kana raawwachuudhaan shakkame, lootarii DV bara 2017 moo'achuun gara Ameerikaa kan seene yoo ta'u, kaardii magariisa argateera. Ministirri Nageenya Biyya keessaa Kiriistii Nooam akka jedhanitti, sagantaan Dv loterii kun qajeelfama Tiraampiin yeroodhaaf addaan kan cite yoo ta’u, ''sagantaa kanaan lammiileen Ameerikaa kana booda akka hin miidhamneef'' jedhan. Angawoonni U.S. shakkamaan ganna 48 Claudio Neves Valente jalqaba torban kanaa piroofeesara Inistiitiyuutii Teeknooloojii Masaachusets Nuno Lurero akka ajjeese ni amanu jedhan. Sagantaan Lootorii DV waggaatti namoota kuma 50 aaf balbala lammummaa U.S. bana. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

Odeeffannoo DV 2027 jala buunee hordofnee karaa channel kanaa akka isiniif dabarsinu nii barbaaddu ?
Anonymous voting

Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiro
Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Bara Barnootaa 2017 Barattoota Qormaata naannoo Kutaa 6ffaa fudhatan kuma 500 fi kuma 37 fi 848 keessaa %85.6 gara kutaa itti aanutti darbaniiru. Haaluma kanaan, barattootni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadii ilaallachuu akka danda'an ibseera. https://oromia6.ministry.et/#/result

#Fayidaa Hanga ammaa lammiileen biyyattii miiliyoona 19.1 ol tahan waraqaa eenyummaa dijitaala faayidaaf galmaahuun ibsame. I
#Fayidaa Hanga ammaa lammiileen biyyattii miiliyoona 19.1 ol tahan waraqaa eenyummaa dijitaala faayidaaf galmaahuun ibsame. Itiyoophiyaatti lammiileen miiliyoona 19.1 ol tahan waraqaa eenyummaa ammayyaa ykn dijitaalaa faayidaaf galmaahu hoggantuun damee seeraafi imaammata sagantaa eenyummaa biyyaalessaa Gabri’eelaa Abrahaam himan. Magaalaa Finfinnee fi naannoolees dabalatee galmeen waraqaa eenyummaa dijitaalaafi walitti hidhamiinsa dhaabbilee xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjetamaa jira jechuun hoggantuun kun itti dabaluun dubbatan. Haala kanaan hanga ammaatti jiraattonni miiliyoona 19.1 ta’an waraqaa eenyummaa dijitaalaa ( Fayida Digital ID) galmaa’uufi dhaabbilee 55 waliin walitti dhufeenya uumuun akka danda’amuus ibsan.

DIRAAMAA HIREE JAALALAA Diraamaa bareedaa dargaggoota qofaan hojjetame kana karaa Telegram kutaa hunda hordofuuf Channel kana
DIRAAMAA HIREE JAALALAA Diraamaa bareedaa dargaggoota qofaan hojjetame kana karaa Telegram kutaa hunda hordofuuf Channel kana join godhaadha itti bohaara . KUTAA 14FFAA ISA BOR GALGALA CHANNEL GADII KANARRA ARGATTU. πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎ https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa πŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎ

Suura AI generate ta'ee fi suura dhugaa adda baasuuf website kana fayyadama! https://sightengine.com/detect-ai-generated-images

Suura

HIREE JAALALAA DIRAAMAA HIREE JAALALAA KUTAA 13FFAA ISAA GAD DHIIFAMEE JIRA. LINK GADI KANAAN SEENUUN DAAWWADHAA. AKKASUMA YE
HIREE JAALALAA DIRAAMAA HIREE JAALALAA KUTAA 13FFAA ISAA GAD DHIIFAMEE JIRA. LINK GADI KANAAN SEENUUN DAAWWADHAA. AKKASUMA YEROO HUNDA AKKA ISIIN BIRA GA'UUF JOIN GOCHUUN HORDOFAA. SEENUUF LINK GADII FAYYADAMAA. πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa

Repost from Joshua Graphics
πŸ‘‹Namooti old telegram group qabdan gatii madaalawwan isin irraa bita ! Kan bara βœ”οΈ2017 βœ”οΈ2018 βœ”οΈ...2022 βœ”οΈ2023 jia 1-12 gidduutti create kan tahe bitaa jirra ! Memeber isaa nama 1 yoo tahellee rakkoo hin qabu nuti bara isaa barbaanne βœ”οΈAsiin nu dubbisaa ➑️ @JoshuaSMRT πŸ‘‹  αŠ¨α‹š በታች α‰£αˆ‰α‰΅ αŠ αˆ˜α‰³α‰΅ α‹¨α‰°αŠ¨αˆα‰° group αŠ«αˆ‹α‰½αˆ α‰ α‰°αˆ˜αŒ£αŒ£αŠ α‹‹αŒ‹ αŠ₯αŠ•αŒˆα‹›αˆˆαŠ• βœ… 2017 ⏩   βœ… 2018 ⏩  βœ… 2019 ⏩  βœ… 2020 ⏩  βœ… 2021 ⏩  βœ…2022  ⏩  βœ”οΈ2023 first 1-12 month ▢️ ለመሸαŒ₯ α‹«αŠ“αŒαˆ©  ⏩  @JoshuaSMRT πŸ—― ⚠️ α‹¨αŒαˆ©α‘ Member α‰₯ዛቡ ''0'' αˆ†αŠ ''1000'' αˆ†αŠ α‹‹αŒ‹α‹ αŠ₯ኩል.minimum member 1ም α‹­αˆαŠ• αŠ₯αŠ› α‹¨αˆαŠ•αˆαˆαŒˆα‹ α‹¨α‰°αŠ¨αˆα‰°α‰ α‰΅αŠ• αŠ αˆ˜α‰° αˆαˆ…αˆ¨α‰΅ α‰₯ቻ αŠα‹ Proof channel https://t.me/buy_group_olds

Repost from Joshua Graphics
πŸ‘‹Namooti old telegram group qabdan gatii madaalawwan isin irraa bita ! Kan bara βœ”οΈ2017 βœ”οΈ2018 βœ”οΈ...2022 βœ”οΈ2023 jia 1-12 gidduutti create kan tahe bitaa jirra ! Memeber isaa nama 1 yoo tahellee rakkoo hin qabu nuti bara isaa barbaanne βœ”οΈAsiin nu dubbisaa ➑️ @JoshuaSMRT πŸ‘‹  αŠ¨α‹š በታች α‰£αˆ‰α‰΅ αŠ αˆ˜α‰³α‰΅ α‹¨α‰°αŠ¨αˆα‰° group αŠ«αˆ‹α‰½αˆ α‰ α‰°αˆ˜αŒ£αŒ£αŠ α‹‹αŒ‹ αŠ₯αŠ•αŒˆα‹›αˆˆαŠ• βœ… 2017 ⏩   βœ… 2018 ⏩  βœ… 2019 ⏩  βœ… 2020 ⏩  βœ… 2021 ⏩  βœ…2022  ⏩  βœ”οΈ2023 first 1-12 month ▢️ ለመሸαŒ₯ α‹«αŠ“αŒαˆ©  ⏩  @JoshuaSMRT πŸ—― ⚠️ α‹¨αŒαˆ©α‘ Member α‰₯ዛቡ ''0'' αˆ†αŠ ''1000'' αˆ†αŠ α‹‹αŒ‹α‹ αŠ₯ኩል.minimum member 1ም α‹­αˆαŠ• αŠ₯αŠ› α‹¨αˆαŠ•αˆαˆαŒˆα‹ α‹¨α‰°αŠ¨αˆα‰°α‰ α‰΅αŠ• αŠ αˆ˜α‰° αˆαˆ…αˆ¨α‰΅ α‰₯ቻ αŠα‹ Proof channel https://t.me/buy_group_olds

βœ…Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.πŸ” Hanga ammanatti, Facebook fi messenger
βœ…Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.πŸ” Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:- πŸ–Œ Pin code πŸ–Œ Fingerprint πŸ–Œ face authentication πŸ–Œ Authentication App .... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira. Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha

Repost from Joshua Graphics
Akkam jirtu family Namoonni Group kan dur baname (old group) kan qabdan gurgurachuu dandeessu. Kan bara 2016-2022 tti baname warri qabdan Kan 2023 baname; Ji'a 1-5 Ji'a 6-8 Ji'a 9-12 πŸ‘‰Gatii aja'iba ta'een ol kaafnee bitaa jirra kanaaf Ammuma nu qunnama gurguradha. Ammuma keessan nu dubbisuun gurguradhaa. ❗️REM1: yoo group keessan 0 ta'ellee rakkoo hin qabu nuti kan barbaannu bara itti baname qofadha. yoo group keessan nama 0, 1000 ykn 10000 ta'ellee gatiin isaa tokkumadha ο»Ώ
❗️REM2: namoonni group gurgurachuu barbaaddan dura waan isin beekuu qabdan; 1: 2FA ykn 2 step verification qabaachuu 2: group visible hin taane tasuma natti hin fidinaa 3: group clear history tahe natti hin fidinaa 4: namni yeroo gubu akkuma sanaan block godhama 5: jalqaba owner kennama sana booda kaffaltiitu kennama Ulaagaa Kana hundumaa kan hin guunne hin dhufinaa
Group bantani dagattan yoo qabattan karaa bot kana ilaaladhaa. @WhatIOwnBot πŸ“₯Inbox @joshuasmrt πŸ“₯Inbox @joshuasmrt

Namoonni Telegram channel bitachuu barbaaddan na qunnama. Gatii madalawwan isiinitti Gurgurraa. Na qunnamuufπŸ‘‰ @joshuasmrt Na qunnamuufπŸ‘‰ @joshuasmrt

Telegram system haaraa dabalee Jira App isaa irratti . πŸ‘‰update kun ammoo isiin fayyada rakkoo nama bayyee duraa dha. Link ga
Telegram system haaraa dabalee Jira App isaa irratti . πŸ‘‰update kun ammoo isiin fayyada rakkoo nama bayyee duraa dha. Link gadiin update isa kana ilaalaa. Yeroos hunda tips akkas argachuuf join godhadha. https://t.me/joshua_tech1/786 https://t.me/joshua_tech1/786 https://t.me/joshua_tech1/786

Free internet fayyadamuu ni barbaadduu ? React dhan nu agarsiisaa ! πŸ‘β€οΈπŸ”₯πŸ₯°πŸ«‘πŸ‘ŒπŸ™

AKKAM JIRTU FAMILY! CHANNEL KANA GADII HUNDUMTI KEESSAN JOIN GODHADHAA BARNOOTA ISIIN FAYYADU ACHIRRAAN DHUFAA JIRAA. LINK GADII TUQUUN BAKKA REQUEST JOIN JEDHU TUQAA πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/+xclKboRUXDI0ODk0 https://t.me/+xclKboRUXDI0ODk0 https://t.me/+xclKboRUXDI0ODk0

DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KUTAA 9FFAA HAR'A GADHIIFAMA. KANA JECHUUN GALGALA HAR'AA SA'AATII 12 IRRATTI GADHIIFAMA. MAARREE CH
DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KUTAA 9FFAA HAR'A GADHIIFAMA. KANA JECHUUN GALGALA HAR'AA SA'AATII 12 IRRATTI GADHIIFAMA. MAARREE CHANNEL KANA JOIN GODHACHUU DHAN EEGGADHAA. WARRONNI HAARAA REEFUU ILAALUUF JETTANIS BAKKA 1TTI WALITTI QABNE ISIINIF GADHIISNE JIRRA, BAKKA PIN TUQUUN ILAALAA. AMMUMA SEENUUN JOIN GODHADHAA HORDOFAA πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΎ https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa πŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎπŸ‘†πŸΎ

βœ… Lakkoofsa telegram accountiin ittiin baname akkamitti jijjiiruu dandeenya? ✍️Sim card telegram ittiin bananne yoo nu jalaa
βœ… Lakkoofsa telegram accountiin ittiin baname akkamitti jijjiiruu dandeenya? ✍️Sim card telegram ittiin bananne yoo nu jalaa bade ykn hojjachuu dide step armaan gadii fayyadamnee jijiruu dandeenya. πŸ‘‰Open Telegram App-> Tap on the three lines (menu) ->Settings-> phone number-> Change Number-> Change Number again to confirm-> new phone number->verification code Simcard haaraa irratti nuuf ergame-> Koodiicha itti galchuun confirm goonee jijirachuu dandeenya. ⚠️ NB: lakkoofsa haaraan itti galchinu sun Telegram account biraan kan baname ta'uu hin qabu. Yoo account biraan baname ta'e liinkii (https://my.telegram.org/auth) kanaan fayyadamnee deactivate ykn delete gochuu qabna.

πŸ†• New platform paying πŸ’― πŸ”— Jalqaba link gadii tuquun start gootu πŸ“Œ Itti aansuun bakka start now jedhu tuquun seenaa βœ”οΈ Itt
+1
πŸ†• New platform paying  πŸ’― πŸ”— Jalqaba link gadii tuquun start gootu πŸ“Œ Itti aansuun bakka start now jedhu tuquun seenaa βœ”οΈ Itti aansuun bakka spin isiniif dhufu xuquun spin gochuun badhaasa duraa fudhaa ➑️Achii task Δ·Γ¨essa seenuun hojjedhaa Achii link keessaniin nama affeeraa ⚠️
Platform kanarratti diposit hin godhiina task isaafi guyya guyyan dolars walitti qabadhaa
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ https://t.me/Suncor111_bot?start=ref_918775

βœ…YEROO NUTI DATA BANNU BEEKSISI GARAA GARAA BILBILA KEENYA IRRA DHUFU OF IRRAA CUFUF VIDEO YOUTUBE GADII ILAALAA. πŸ”₯DON'T FOR
βœ…YEROO NUTI DATA BANNU BEEKSISI GARAA GARAA BILBILA KEENYA IRRA DHUFU OF IRRAA CUFUF VIDEO YOUTUBE GADII ILAALAA. πŸ”₯DON'T FORGET SUBSCRIBE CHANNEL πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/xUAUcH_bmPs?si=ZRWqc2NMuuZtil5v