en
Feedback
Haacaaluu hundeesaa

Haacaaluu hundeesaa

Open in Telegram

Musical

Show more
2 143
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
photo content

photo content

Haacaaluu Hundeessaa Award Sagantaan Badhaasaa Artiisti Haacaaluu Hundeessaa Artistoota buleeyyii fi dhaloota haaraa damee adda addaan badhaaseera. Faawundeeshinichi Artiisti Haaloo Daawwee, Ibraahim Adamii fi Zarihuun Wadaajoo tokko tokkoon isaani Birrii kuma dhibba 1 fi kuma 50 badhaaseera. Dabalaan Sirna Badhaasa Haacaaluu Hundddeessaa 2014, kanaan Dameelee badhaasaa dhihaatan keessaa, 1) Walaloo Bareedaa (Best Lyrics) bara 2014, Siisaay Asaffaa Badhaasa waancaa fi Birri 100,000. 2) Yeedalloo Bareedaa (Best Melody) bara 2014, wallee (3Obsan) Yoosan Geetaahun Badhaasa waancaa fi Birrii kuma dhibba, 3) Sirba Cimaa bara 2014 (Song of the Year), “3Obsan”, Yoosan Geetaahuun, Badhaasa waancaa fi Birrii 200,000. 4. Qindeessaa muuziqaa cimaa bara kanaa Artiisti Daawwiit Taaddasaa , Birrii 100,000. 5. Sinimaatoogiraafi cimaa bara kanaa Artiisti Shimallis Taaddasaan injifataniiru. @haacaalu

#Bulloo 📍 👉Yeedaloo Muuziqaa fi Wallee Cimaa Bara kanaatiin 1ffaa bahuun Kan badhaafame Yosan Getahun (#BULLOO ) yoo ta'u,
#Bulloo 📍 👉Yeedaloo Muuziqaa fi Wallee Cimaa Bara kanaatiin 1ffaa bahuun Kan badhaafame Yosan Getahun (#BULLOO ) yoo ta'u, Qarshii 100,000 fi 200,000 walumaagalatti qarshii 300,000 badhaafame jira. @haacaalu

haacaaluu hundessa Award @haacaalu
haacaaluu hundessa Award @haacaalu

Sisay hundeessa @haacaalu
Sisay hundeessa @haacaalu

The king ❤️ @haacaalu
The king ❤️ @haacaalu

Eessa jirta.....haacaaluu hundessaa music ❤️ @haacaalu