cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Mooraa Walqixxee Yuuniversitiitti Faar!

Amantaaf jiraachuun Lubbuu Soora! ➾Faarfannaa Ortodoksii haaraa Afaan Oromootiin ➾Barnoota Amantaaa Afaan Oromiffaan ➾Beeksisa Mana Kiristaanaa Walqixxee yuuniverstii Afaan Oromootiin TAWAAHIDOON BARA BARAAN HAA JIRAATTU!

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
383
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🌷🌷🌷 Hangafa Ayyaanotaa 🌻🌻🌻 Masqalli hangafaa Hangafa Ayyaanotaa Kan itti nuuf argame Fannoon Gooftaa....! Hundi ayyaaneffata Ililleedhan guutame Miidhagina aadaan Baay’ee faayamee... Nama qofaa miti Dacheenis urgooftee Samiinis qulqullooftee dumeessa mulqattee Bubbeenis bubbisee magariisa dambaliisee Qalbii namaa kaasee garaa nama raasee Simbirroon martuu Sagaleen weellisaa Kallattii hundarraa Nama gammachiisaa! Eeyyee Kanaaf jedhama Masqalli Mootii Ayyaanaa Yemmuu ayyaaneffannu Gammachuu argannaa....! Aadaaf amantii keenyan Boonnee burraaqnaa Ayyaana masqalaa Martuu kabajannaa Ishoo baga geessan Hangafa Ayyaanotaa Hundumti keessaan Eegaa yA namootaa!!!! ===•||•=== F/taa Koo'eel Shawaa 🌻🌻🌻🌼🌻🌻🌻 👇👇👇 Kottaa Miseensa ta’aa! 👇👇👇 @Faarfataa @Faarfataa
Show all...
Show all...
Fannoon Argameera F/taa Geetahun Shawaa ( Koo'eel)

Faaruu Ayyaana fannoo Gammadaa namoota F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf 🌹👇👇 @Faarfataa @Faarfataa 🌹👇👇👇 @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Show all...
Jaalal%20Gammadaa.mp34.74 MB
Mallattoo dhugaa dha. F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf 🌹👇👇 @Faarfataa @Faarfataa 🌹👇👇👇 @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Show all...
Jaalal%20Mallattoo%20dhugaa%20dha.mp35.43 MB
Faaruu Ayyaana fannoo #Galata_Kee F/taa Jaalal Naggasaa Faaruu biraaf 🌹👇👇 @Faarfataa @Faarfataa 🌹👇👇👇 @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon
Show all...
Jaalal%20Galata%20kee.mp34.40 MB
Oolmaan kee guddaadha! F/taa Guutaa Tasfaayee Faaruu kana youtube irratti dhaggeeffachuun akkasumas Share, like subscribe gochuun faarfattoota keenya jajjabeessaa! 👇👇👇 @Faarfataa https://youtu.be/lU0xE9j_Dzs
Show all...
OOLMAAM KEE GUDDAADHA! F/taa Guutaa Tasfaayee... faarfannaa Afaan oromiffaa

Mew Ethiopian Orthodox tewahido mezmur! oromic mezmur

Sillaasee uumaa koo Luba Abarraa Baqqalaa fi F/taa Koo'eel shawaa @Faarfataa
Show all...
(Geetahun fi Dn Abarraa) Sillaasee.mp32.64 MB
🌹Dhiifama🌹 #Share...... Akkuma yaa'iqob jedhe Arraba kootu abidda...! Waan gaarii dhiisee Darbata daba guddaa.! 🌹🌹🌹 Baay’een raawwadhe Arraba koon utaalee Dhugaa dhala namaa Sobaan haqanqaalee! 🌹🌹🌹 Inni Heddu cimaadha Yakkin ani hojjedhee Imaanaa naa kenname Daandiirratti nyaadhee 🌹🌹🌹 Arrabaan tolen jedha Akka nama garraamii Hojiin koo hamaadhaa Dubbinsaa mee akkamii 🌹🌹🌹 Yaada koo fudhateera Yoon gad ta'ee xinxalu Bakkin har'a jiruu kun Anaan hin maadalu...! 🌹🌹🌹 Silaa ani badeera ture Yoo akka raawwii kootii Har'an kan naan ga'e Garuu Dhiifama waaqati 🌹🌹🌹 Gooftaan ani amanee Inni Abbaa dhiifamaati Namatti hin lakkaa'u Badii akka namootaatti... 🌹🌹🌹 Garuu mee maal godhaa Yoon ani dhiifama jenne Gaarummaa waaqayyoo Yoo sirritti hin hubanne...! 🌹🌹🌹 Daandiin itti hubadhu Dhiifama yoon qabannr Hiyyeessa fi qabeessa Wal qixa yoon jaalanne 🌹🌹🌹 Kanaaf yaa obboloota Baay’een sin muufachise Arraba koon dangaa ce'ee Guddaan isinin boochise.... 🌹🌹🌹 Adaraan isinin jedha Dhiifama naaf godhaa! Badii kan koo beekera Kunoo dhiifaman jedha...! ===•|•=== Koo'eel shawaa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Walaloo biraaf xuquun join jedhaa 👇👇👇👇 @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa
Show all...
Eebbifamtoota Wku'f 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Sigigoof mucucoo Hunda dabartanii Humna Gooftaatiin Baga har'a geessani 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Hunduma ceetanii Baga gammaddanii Dadhabbii barootaa Firii isaa agartanii... 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Dafqa kan guddistan Firii bara dheeraa! Guyyaa isin argitan Kunoo har'a ta’eera! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Wanta facaafattan Deebistanii argattuu Mi'efattanii ilaaluun Isinoo ittiin jiraattu...! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 Irra deddeebi'een jedha Ishoo baga gammaddan Gonfoodhan goonfamaa Firii keessan hundaan....! 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷 ==||== 🌹 👇👇👇 @Faarfataa @Faarfataa @Faarfataa
Show all...
Walaloo hafuuraa @Ceesisa @Ceesisa
Show all...
Walaloo filsataa 2013.pdf2.56 KB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.