cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Becky_info

Show more
Finland2 573The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
198
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Jabaa booree booressa booranii Namaa gadi ta’eet namatti roorrisa garaanii Baala gizee jettee na waamti jirrii Nan jibbaa ree yoo tole barrii Dhugumaa ree ? Dhugumaa ree…? Tokko gamasii Saamaa Tokko gamanaa haamaa ..ana gatamaa Eenyutu garaa laafee raafama namaa Keenya wal ta’uu Dide Diidaa wal conqolaasaa, Ormi wal ta’ee ija jibbaa nutti babaasaa Yosan Getahun
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Chatgptn Ethiopia keessatti hojjachuu jalqabeera
Show all...
Qabxii bor ganama sa'atii 12:00 irraa egaluun ilaalachu dandessuu
Show all...
#Kutaa_12ffaa Ministeera barnootaatiin ibsa kenname gabaabaatti. 🔬Walumaagala barattoota bara 2015 qoraman keessaa dhibbeentaa 3.2 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol argate. 🔬Barattoota 845,677 qormaata Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa fudhatan keessaa barattoota 31,224 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeesse. 🔬Sagantaan sirreeffamaaf (Remidial) barattoota kuma 160'f ni kennama. 🔬Manneen barnoota  3,106;  keessaa manneen barnootaa kuma 1 fi 328 irraa barataan tokkolle darbuu hin dandeenye. 🔬 Qabxii olaanaa bara 2015 Saayinsii Uumamaan galmaa'e Barattuu durbaan Finfinnee mana barnootaa Kiruuz irraa 649 . 🔬Saayinsii Hawaasaan qabxii guddaan galmaa'e dhiiraan 533 Debremarqoos irraa.
Show all...
ABDII SABAA: #Kutaa_12ffaa "Mannee barnootaa dhibbantaa 42.8 jechuunis manni barnootaa lakkoofsaa 1328 ta'an barattoota tokkollee dabarsuu hin dandeenye." Ministeera Barnootaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA #Kutaa_12ffaa Qormaata seensaa Yuunivarsitii bara kanaa barattoonni dhibbantaa 50 gadi fidan bifa Riimiidiyaalaa(Fooyyeffannaan) bara darbe hin fudhannu jennee turrus bara kana barattoota muraasa ni fudhanna jechuun Ministeerri Barnootaa ibse.
Show all...
#Kutaa_12ffaa Qormaata seensaa Yuunivarsitii bara kanaa barattoota dhibbantaa 3.2 qofatu darbe. Akka walii galaatti barattoonni dhibbantaa 50 ta'an dhibba irraa 26 galmeessan.
Show all...
##Kutaa_12ffaa Qabxii olaanaa Saayinsii Uumamaa 649 barattuu durbaa finfinnee mana barnootaa Kiruuz irraa. Saayinsii Hawaasaa Qabxii guddaa 533 Debremarqoos irraa dhiiraan galmaa'eera
Show all...
GABRUMMAA SAMMUU. ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 📌Namni Sammuun Gabroome Of Waliin wal Loleetu, Orma. jaarsummaa Lakkaaawwata. 📌 Namni Sammuun Gabroome Nadhii Dammaa Gateetu, Gagaa nyaachuuf Olkaawwata. 📌 Namni Sammuun gabroome mataa ofii hojiin ala godhee, kan nama biraan ergifatee yaaduu barbaada. 📌 Namni Sammuun gabroome, harka hojii irra harka kadhaaf beekamtii kenna. 📌 Namni Sammuun gabroome, waanuma isaan jedhan of se'a. Yoo horii jedhaniin, falmachuu dhiisee, marga dheeduu shaakala. Farda yoo jedhaniin dugdi isaa akka kooraaf baachuuf tolu ilaala. 📌 Namni Sammuun gabroome, iddoo kennaniif taa'a, waan kennaniif nyaata, waan itti fe'an baata. 📌 Namni Sammuun gabroome, nama ta'uu isaa namni biraa akka mirkaneessuuf ifaaja. 📌 Namni Sammuun gabroome, hayyama namaan nyaata, karaa nama biraa irra kaata, abba torbii orma lakkaawwata. 📌 Namni Sammuun gabroome, milkaa'ina warra biraa tolcha (magic) jedhee Odeessa. 📌 Namni Sammuun gabroome, bara irratti hojjechuu caalaa, barruu isaa raagduun akka jetteen bula. 📌 Namni Sammuun gabroome haaraa ofiif bitate irra, moofaa ormaa yoo miiccatee uffate itti tola. 📌 Namni Sammuun gabroome, gabrummaa isaa bilisummaa se'a. 📌 Namni Sammuun gabroome, akka ofiitti yaaduu irra akka nama biraatti yaaduun qarooma jedhee amana. 📌 Namni Sammuun gabroome, warra isaaf falman irra warra isatti falman jaalata. ✍Mihratuu Shaanqoo!!
Show all...
Subscribe godhaa irraa baraadhaa https://youtu.be/y1u-VM-ol94?si=Z5gXQRC625OkrV8_
Show all...
How to increase your pc performance // akkaata performance pc keenyaa dabaluu dandeenyu

subscribe like comment @becky info