cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

👉Gãmmë Habibi👈

I am Muslim Man

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
334
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!! Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra GAAFFII Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???
Show all...
1⃣ ffaa
6⃣ ffaa
9⃣ffaa
🎱 ffaa
3⃣ ffaa
Repost from KENNAA
Photo unavailableShow in Telegram
#Imala_kaayyoo Gaafa manaa baatu san Tilmaamtee fuuldura kee Abjuu hojiin dhugoomuuf Qopheeffattee galaa kee Nama taatee argamuuf Jalqabdee adeemsa kee Silas adeemsi hundi Akka yaadan hin ta'u Dafqaaf kutannoo malee Imalli galma hin ga'u Karaatti si mudata Wanti yaada keen faallaa Of duuba si deebisuuf Siif qopheessuu sakaallaa Yoos atimmoo nama ta'i Nama kaayyoon adeemu Nama bariif galgalas Galma ga'uuf guungumu Ati abdii sin kutachiisin Sakaallaan karaa keessaa Wareegamas kaffali Waan sirraa eegamu aarsaa Rabbii kee faana adeemi Bakka yaadde ni geessaa!!! Abdul-Aziz_Ahmeddiin @kennaapost @kennaapost
Show all...
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂☂❤️❤️☂☂
Show all...
Raayyaa A/Maccaa❤️
U.Kaamil Shamsu!!!💜
❤️O M❤️ N❤️
U. Heeydar Kadiir☂
U. Jeeylaan Kadiir🕶
Najjaash Muhamed 💞
Al-Berakaa Offical page 👇👇 Namni waan sijaallatuufi kayiriirratti siwaamaa Hojjannaan hojii gaariidha Mindaansaa kuma kumaa Hundumtuu waan hojiisaa Bor ittiin badhaafamaa Namni waa gaarii dheessu Yoomuu kansaa gadumaa Oll guddachuun hin jiruu Qoonnisaa gadaantummaa Yoo dhugumaan haajomte Milkii kan biyya lamaa Qooddachuudha dhuftee Chaanaaliin keetumaa Maqaan chaanaalichaa @Kennaapost jedhamaa!! Gorsa Akkaan bareedu Maaliif dagattee teessaa Daddafii tii saammadhu Bor gaafatamuuf teessaa Qabeenya horachuunis Gaaffii sitteddummeessaa Yoo kayiriidhaan hirmaatte Ragaa ta'ee sibaasaa Kayirii barree barsiisuuf Hammachuun si leenjisaa Filannoo keessan hundaa Chanali @Kennaapost taasisaa!! Yaada keessan gaggaarii Asiin Nuqaqqabsiisaa 👇👇👇👇👇👇👇 @Kenase_bot @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF!! Gaaffiiwwan armaangadiitti dhiyaataniif deebbii haala gaafatamteen deebisi! 1, Sohaabota ergamaa Rabbii keeysaa sahaabaan akkaan qaanfataa tahee fi kan maleeykonnis irraa qaanfatan jedhame eenyuu? 2, Gosoota solaataa keeysaa kan raka'aa tokko keeysatti ruku'a(jilba qabannaa) lama qabu salaata kamii? 3, Suuraalee Qur'aanaa keessaa kan الحمد لله jedhee jalqabu sadi barreessi A, B C 4, Seenaa islaamaa keessatti barri ergamaan Rabbii( salla Allaahu Aleeyhi wasallam) dhalatan bara maal jedhamee beekamaa? 5, Seenaa Islaamaa keesaatti khaliifaa 5ffaa jedhamee kan beekamuu fi bara itti islaamummaan diriire bara eenyuutii? CARRAA GAARII 👉Maqaa guutuu fi bakka jiraattan barreessaa Deebbii keessan karaa 👉@Kenase_bot irraan nuun gahaa!! @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @Kenase_bot irraan nu biraan gahaa!!

Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Iinshaa Allaah akka biyyaatti sa'aatii 4:00 irratti gaafii badhaasa qabdu isiniif qopheessinee jirra!! Ofiifis itti qophaawaa, akkasuma hiriyyoota keessanis itti affeeraa!! Carraa gaarii!! @Kennaapost @Kennaapost
Show all...
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu? Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa🙏🙏🙏 Kunooti👇👇👇👇
Show all...
🌂Asoosama ilmii irraa barattan☂
🕌Siiraa/Seenaa muslimootaa🕌
❤️Jechoota ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa❤️
Odeeyfannoo waqtaawaa
🎬Videos babbareedaa 🎧🎬
⭐️🌙Muslim da'awaa and education Channel 👍
💗WAADAA SABAA🤝
❤️Nashiidaa❤️
KENNAA
☂Dhalootaa Qubeetiif✅
Bakka tokkotti argachuuf
✍galmee chaanaalii ykn Groupiif