Seeqaa memes 😂
Open in Telegram
Seequun qoricha! Garuu sababa malee seeqxa taanaan dawaa si barbaachisa Dawaan isaas nubira jira😂😂😂 🎯Suuraalee... 😂 🎯GIF...😂 🎯Suur-sagalee... 😂 🎯Barreeffamaan... 😂 ✰ Adaraa akka nu jalaa hin gaggabne Yaada keessan👉 @seeqaabot nuu qoodaa
Show more1 623
Subscribers
-124 hours
+37 days
+430 days
Posts Archive
1 623
💸♦️Dorgommii badhaasa guddaa qabu namoota amma online jirtan qofaaf📦📦
✔️☑️✅‼️‼️
Irratti hirmaachuuf gaaffii isa jedhu tuqi
1⃣gaaffii jalqabaa
1 623
Facebook yoo baayyistuu fi Abbaa kee
Abbaa: Adaraa ilmako akkaataan itti facebook gargaaramtu kun gaarii miti yoo sitti hafehoo...?
Ilma: Abbaa ko comment kee fudhadheera. Garuu yoo mara online ta'uun maal rakkoo qaba.
Abbaa: Rakkoo qaba malee, Yeroo dheeraa facebook gubbaatti dabarsuu keerraan kan ka'e Aadaa dagattee jirta beeki..
Ilma: Hin dogoggorin abba an aadaa sirriittin beeka.
Abbaa: Mee erguma beeka jettee duraa duuba ittiin hoolaan qalamu natti himuu ni dandeessaa?
Ilma: Abba kun cimeetiiree..? Jalqabarra gabaa deemtee search goota..
Abbaa: Ni barbaadda jechuu keetii?
Ilma: Eeyyee abba.
Abbaa: Tole achiihoo..
Ilma: achiin booda mana fiddee lafarratti download goota.
Achiin boodas morma isaa cut gootee, gogaa isaa irraa remove goota..
Achiin booda garaasaa open gochuun applicationoota achi keessa jiran hunda gadi baasta.
Abbaa: ohoo.. kee raajuma itti aanseehoo..
Ilma: Itti aanseemmoo application baasne sana Foldera keessa keenya
Abbaa: Gabataa gubbaa goona jechuu keetii.. achiihoo
Ilma: Achiimmoo gosa foonii like goone filannee garaa keenyatti possatuudhaka abba..
.
.
.
.
.
.
.Abbaa: Waan tokko dagatte ilmako.. warri ollaa keenyaa share akka godhanitti invite gochuu qabna😂😍
......
Maal eegduree?
Share
Invite
👏👇👇👇👇👇👏
@seeqaa
@seeqaa
1 623
Atii ta'eee qis qis jedhee bo'aa😪 jiru gaafa Jaalasiin kee tokko sitti dhufe bo'aa jirta sa? siin jedhu....
.
.
.
Lakkii Lakkii Bo'aa hin jiru, Ija kootiinan Fincaana jira.😁😔
1 623
Breaking News
-------------------------------
Waa'ee barnoota bara kanaa ilaalchisuun Ministeerri barnootaa fala kan jedhu firmaata tokko lafa kaa'eera kunis baratoonni bara baranaa barachaa turan guutumman gara......... see more
1 623
Breaking news....
Mootummaan ABIYOT KASAYE kan maqaa oromooo Abiy Ahimed jedhee of waamu ofii isaatiin Aangoo Gad dhisuuf beeksis...............see more
1 623
Oduu Ammee!
Jawar yeroo ammaa waa dhuguu dadhabee jira. Hedduu laaffatee sadarkaa lubbuu isaatiif sodaachisu irra jira. Beekaa galaafataa jiran. Oromoo dhaqqabi. Hatattamaan lubbuun isaa dhaqqabamuu qaba.see more
1 623
🎧Olif MJ - New Oromo rap music #2020 😱😱😍 clip ajaa'iba itti bohaaraa link youtube kana gadii tuquun ilaalaafii aartii keenya #waliin haa jajjabeessinu👇👇👇
https://youtu.be/lvNEQkiik-Q
1 623
Baay'ee mana taa'uukoorraa kan ka'e
.
.
.
.
Karaarratti Account bankii banadhu jedhanii warra na dhiphisaniyyuu yaaduu eegaleera😢😂😂
@seeqaa #StayHome & share it
1 623
😂😂😂 waanta chaayinaan Copy gochuu hin dandeenye kana qofa
#StayHome
@seeqaa #ShareWithUrFriends
1 623
Of eeguun hangam gatii akka qabu video kana ilaalaa
#covid_19
#Share waliif godhaa
#stay_Home #stay_Safe
@seeqaa join & share
