Tapha Baacoo Fi Qoosaa
Open in Telegram
√Bashannanaaf √Aadaa keenya √seenaa keenya √kolfaa oluuf √ @Kolfaa join √No Tata just fata √T.me/kolfaa Qofaa galeen Kolfaa galee √Hiriyoota kee Afeerii √itti ejjedhu kolfaa Keessa fuudhi Channelii bashannanaa @Tapha_Baacoo_fi_Qoosaa
Show moreFinland1 100The category is not specified
8 364
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Ashamaa shubbistoota garee Abbaa Shaggee hundaaf akkuma beekamu lenjin keenya sababa dhiibee Coronattin addaan citun isaa nii yadatama Kanaaf ammaa akka haaraatti waan jalqabneef warreen haaraa galmaa’uuf fedha qabdan gafaa 25/03/2013 Sa'aatii 8:00 irraa kassee wajjiraalee aadaa fi turizimii magaalaa sabbataatti argaamuun akka galmooftaan.
Yaada Qabdan 📞
0920671782
0944181528
Galatoomaa 🙏🙏🙏🙏🙏
@Oromp
Wawww
#Sirbaa_Caalaa_Bultumee
Haaraa
Callisuu Dadhabe kan jedhuu yeroo dhiyootti nuu dhufuuf jira
Nuus kunoo sampileraa daqiiqaa 1 (tokko)kan ta’u gadhisneraa itti buharaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️
Chaaneelii keenya kana irraa maal barbaaddu?
Filannoo keessan #tuquun/Click gochuun itti bohaara.
CLICKHERE👇👇
Oduu Gaddaa😭😭😭 Keekiyyaa Badhaadhaa Haadha Warraa Isaa waliin otuu suura Ka'uu Waraanni Rasaasaan Keekiyyaa Dabalatee Lubuu Namoota 6 See More
♨️♨️🌷🌷 Congratulation ♨️♨️🌷🌷bontu is the winer
Of frist round photo compitition
#bontu_1 contact me @Dura_4
#lensa_2
@Dura_picture
@Dura_picture
Ready for the second round send a photo @Dura_4
