cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

KEELLOO MIDIYAA

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
3 965
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa humnoonni Tigraay haleellaa isaanii cimsani itti fufan jedhe Tajaajilli komunikeeshinii mootummaa federaalaa ibsa baaseen, humnoonni Tigraay haleellaa isaanii itti fufuu hime. Kana waan ta'eef tarkaanfiin humna waraanaa humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate akka fudhatamu beeksiseera. Kun kanaan otoo jiruu har'a guyyaa walakkaa magaalaan Maqalee xiyyaarota waraanaan reebamuu mootummaan Tigraay beeksiseera. Haleellaa kanaan namoota nagaatu miidhamee jedhe. Gama biraatiin waraanni humnoota Tigraay fi mootummaa federaalaa gidduutti taasifamu gara daangaa Afaarittis babal'atee jedhame. Mootummaan naannoo Amaaraa immoo haleellaa humnoota Tigraay qolachuuf raayyaan ittisa biyyaa fi humnoonni naannichaa waraanatti akka jiran beeksise. Mootummaan Tigraay gama isaatiin haleellaa dursa kan jalqabee bane humnoota mootummaa Itoophiyaati jechuun himata. Humnoonni mootummaa Itoophiyaa marii nageenyaaf qophii akka hin taane mootummaan Tigraay kan himu wayita ta'u, mootummaan federaalaa immoo kan nageenya hin barbaadne mootummaa Tigraay jedha
Show all...
Kiristiyaanoo ronaldoon Maanchister Yunaayitidiin gadii dhiiseera sababni isaas
Show all...
βœ… Read more
βœ…more
Photo unavailableShow in Telegram
Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta'uu beeksiise. Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise Mootummaan hang ammaatti rakkoo ture karaa nagaan furuuf balbala isaa banaa taasiisee eegaa turus, ABUT haleellaa isaa itti fufuu eereera Mootummaan federaalaa haalduree tokko male marcha'uuf qophummaan qabu akkuma jirutti ta'ee, iddoolee humna waraanaa ABUT ijoo ta'an irratti tarkaanfii kan fudhatu ta'uu tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa baaseen eereera. Sababa kanaan lammiileen naannoo Tigraay keessattuu naannawaa garichi meeshaa waraanaa kuusee fi giddu leenjii isaatti dhiyoo jiraatan naannichaa aka faagatan gaafaateera. @Gadaapost @Gadaapost
Show all...
πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯ Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»
Show all...
OMN
ONN
FIB
OBS
KMN
QAANQEE SHOW
KELLOO MEDIA
OBN
Photo unavailableShow in Telegram
Vidiyoo goolii fi yaalii as gubaatti argatuu @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo
Show all...
πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯πŸ–₯ Chanaalotaa Mediiya OROMOO tahaan karaa Telegram isiin πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»πŸ’»
Show all...
OMN
ONN
FIB
OBS
KMN
QAANQEE SHOW
KELLOO MEDIA
OBN
OFM:Hagayya.25/2022-Waldaan sikkoo Mandoo biyya yaman Magaalaa Adan jiraatan Deeggarsa lammiilee hoongeen miidhamaniif taasisan. ************ Waldaan sikkoo mandoo biyya yaman Magaalaa Adan hawaasa baqataa magaala adanii fi nannawa isii wajjiin ta’uun sagantaa Lammiitu lammiif tumsa jedhu qopheessuun lammiilee keenna sababa hoongeetiin gammojjii baalee keessatti balaa beelatiif saaxilamaniif, deeggarsa maallaqaa tasisuuf sagantaa qopheesse irratti qarshii 253840 walitti qabuun gara dhaabbata Sof-Omer ReliΓ«f and Development Organization galchanii jiru. Dura taa’aan waldaa Sikkoo Mandoo, Magaalaa Adan dargaggoo Yaaqoob Huseen hawaasa baqataa magaalaa Adanii fi naannawa isii sirna kana irratti argamuun lammilee isaanii sababa hoongeetiin beela hamaaf saaxilamaniif hanga humni isaanii hayyameen deeggarsa maallaqaa taasisanii fi walumaa galatti qaamota milkaa’ina sagantaa kanatiif shoora taphatan hunda galatoomfataniiru. sochiin lammiitu lammiif tumsa jechuun eegalame kun kan marsaa 1ffaa akka ta’e ibsuun, sochiin lammiitu lammiif tumsa jedhu marsaa 2ffaa fi 3ffaan wal-duraa duubaan haaluma walfakkaatuun lammiilee keena sababa hoongeetiin godinaalee harargee lamanii fi godina gujii keessatti balaa beelatiif saaxilamaniif deeggarsi diinagdee akka taasifamu ibsaniiru. Itti dabaluuns hawaasni baqataa magaala adanii fi naannawa ishee tumsa lammiilee keennaaf taasifamu kan marsaa 2ffaa fi 3ffaatis haaluma baratameen akka irratti hirmaataniif waamicha taasisanii jiru.
Show all...
Godina Kaaba Shaggar aanaa Dagam keessatti waraanni garee maafi'a bilxiginnaa manguddoo tokko ajjeesuun dhaga'ame. ONM-ABO Hagayya 22,2022 Oromiyaan dachee abbaan irree akka barbaadetti ajjeesuu, hidhuu, saamuu fi reebuu erga taate addatti waggoottan afur lakkoofsistee jirti. Waraanni ilmaan Oromoof naasuu hin tokko hin qabne godina kaaba Shaggar aanaa Dagam ganda Hannaa Jirruu Gadam keessatti kaleessaa jechuun gaafa Hagayya 21, 2022 bariidhan aanaa Dagam irra bobbaa'uun manguddoo dhufeera addunyaa Gammadaa jedhamu mana isaa biratti Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hidhata qabda jechuun rasaasaa sadii itti roobsanii ajjeessan. Manguddoon ajjeefame kun nama nagaa fi qonnaan bulaa siyaasa kam irra iyyuu bilisa ta'e akkasumas manguddoo hawaasa ollaa isaa biratti kabajaa qabaachuun akka jaarsa biyyatti namoota tajajilu ta'uu ibsaniiru. Torbanoota darbanis doorsifni garaagaraa dabballoota murna bilxiginnaan kan irratti adeemsifama turee fi meeshaa mootummaaf galchi yeroo jedhanittis, meeshaa maalii qabna, kan qabnu isintu nu harkaa fuudhe jedhee yaada isaa dhiheeffatus guyyaa kaleessaa kana qaanii tokko malee gar jabummaan ajjeessan jechuun maatiin Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf himaniiru.
Show all...
Show all...
XOS Launcher 2022-Cool,Stylish - Apps on Google Play

XOS official Launcher is best choice for your customized phone.

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.