cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gola Beekumsa🙅

Chanalaa kessaan ✔ᎋɪ᎛ᎀᎀʙᎏᎏ᎛ᎀ ɢᎀʀᎀɢᎀʀᎀᎀ ʙɪғᎀ ᎘ᎅғ ᎛ɪɎ ᎀʀɢᎀᎄʜ᎜ ᮅᮀɮᮅᮇᮇssᮜ ✔Motivation Afaan Oromo kan akka damma mi'awaan ganamaa ganaama si kakaasan n ✔ʙᎇᎇᎋ᎜ᎍSᮀ Ꭱᎀʟɪɪɢᎀʟᎀᎀ ✔ɢᎀʟᎀᎀ ᎊɪƊᎇᎇɎʏᎀ ✔Ꭱᎀʟᎀʟᎏᎏ ɢᎀƊᎀɢᎀƊᎀᎀ ✔sᮇᮇɮᮀᮀ ᎊɪƊᎇᎇɎʏᎀ ɮᮀᮍᮏᮏᮛᮀ ʙᎇʙʙᎇᎋᎀᎍᎏᎏ ✔motiv

Show more
Finland2 097The language is not specifiedReligion & Spirituality91 883
Advertising posts
191
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Gatii kee beeki Namni tokko akka ati filannoo hedduu keessaa tokko qofaatti yeroo si ilaalu, walqixxummaa irraa of baasuudhaan filannoo isaa akka dhiphisu gargaari. Yeroo tokko tokko hammam yoo goote dhimma itti baÊŒuu dhiisuuf carraaqqii gochuu qabda. Sababni isaas yeroo tokko tokko nama siif hiika guddaa qabuuf hiika homaa jechuu hin dandeessu jechuun ni danda'ama. Of tuuluu miti - of kabajuudha. Namoota yeroo muraasaaf hojjetaniif jireenya kee keessatti bakka hojii yeroo guutuu hin kenniin. Gatii kee & waan ati dhiyeessuu qabdu beeki, waan siif malu gadi ta'een gonkumaa hin qufa'i.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Abbaa ulamaa’ii hedduu kan tahan Sheikh Aadam Ahmad Hammarroo (Sheikh Aadam Tuulaa) Guyyaa har’aa October 18, 2022 du’aan addunyaa irraa galaniiru.   Godina Harargee bahaa Aanaa Kombolchaa ganda Tuulaa keessatti kan dhalatan Sheikh Aadam Ahmad, Maqaan isaaniitis maqaa ganda itti dhalataniitiin moggaafamee Sheikh Aadam Tuulaa jedhamuun beekaman. Sheikh Aadam Ulamaa’ii Oromiyaan qabdu warra lubbuun jiran keeysaa hangafa. Umriin isaanii wagga 110 tti kan dhihaatu yoo tahu, Ulamaa’ii gurguddoo akka Sheikh Abdullaahii Tuquu, Sheikh Ahmad Basiiraa fii sheekotii gurguddoo heddu diin barbsiisanii jiru.   Sheekotiin isaan irraa diin baran hedduun yeroo ammaa halqaa ilmii bananii darasoota isaanii barsiisutti jiru. Hojiin Sheikh Aadam Tuulaa ummata Oromootiif gummaachan waan laakkayamee dhumuu miti. duuti isaanii ummata Oromoo hundaaf gadda guddaadha. Ummanni Oromoo guyyaa arraa Nama guddaa dhabe. Rabbiin Jannataan Isaan haa qananiisu jenna. Hawaasa Isaan dhabeefi Maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.
Show all...
Akamiti bot dhunfaa kenya umuu dandeenya ? How To Create Automated Own Bot: 1. Go to @BotFather 2. Create Your Own Bot 3. Maqaan link bot xumuura maqaa irratti 'bot' jedhamee barreeffamuu qaba. Example. Abdulaziizbot Abdulaziiz_bot Dhuma irratti Bot R namaan wal qunnamuu fi nama isiniif dubbisuu akka danda'uuf @LivegramBot walqunnamsiisaa! Gara @LivegramBot Deemuun Ajaja Inni isiniif kennu Xumuuraa! Yoo xumuurtan bot ittiin nama quunnamuu dandeessan xumuurtan jechuudha. ✍ abdulaziiz Fessal Computer Solution And Mobile solutions Or TECHNOLOGY @TECHNOLOGY_ADVICE @TECHNOLOGY_ADVICE ♻JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ @BekumsaafiiTuqiiLinkii   Comp/mob Solution 💻 @BekumsaafiiTuqiiLinkii 💻 @BekumsaafiiTuqiiLinkii @BekumsaafiiTuqiiLinkii ╚════════════╝ ⇲
Show all...
✳ ኮምፒውተራቜን እንዎት በቀላሉ ኚፕሪንተር ጋር ማገናኘት እንቜላለን። ▫ኮምፒውተራቜንን ኚፕሪንተር ጋር ለማስተዋወቅ ዹሚጠቅሙ ብዙ ሶፍትዌሮቜ እንዳሉ ይታወቃል እንዲሁም ተመሳሳይ  wifi በመጠቀምም በዋዚርለስ ወይም ያለ ኬብል ፕሪንተራቜንን ኚኮምፒውተራቜን ጋርም ማስተዋወቅ እንቜላለን። ✳ያለምንም wifi እና software ኮምፒውተራቜንን ኚፕሪንተር ጋር ማስተዋወቅ እንዎት እንቜላለን ? 1⃣ control panel ውስጥ በመግባት device printer እንመርጣለን ወይም start ን በመንካት search box ላይ device and printer ብለን እንፅፋለን። ኮምፒውተራቜንን ኚፕሪንተር ጋር ማያያዙን እንዳንሚሳ። 2⃣ በመቀጠል add printerን  እንመርጣለን ኹዛ search እስኪጚርስ እንጠብቃለን። 3⃣ add alocal printer ዹሚለውን መርጠን next እንለዋለን። 4⃣ በመቀጠል ፕሪንተራቜንን ያያዝነው በኬብል ስለሆነ ኚሚመጣልን ምርጫ ዚመጀመሪያውን USB portን እንመርጣለን።next እንለዋለን 5⃣ አሁን ኚሚመጡልን ዝርዝሮቜ ውስጥ ዚፕሪንተራቜንን ስም በመፈለግ መርጠን next ቀጥሎም next እንለዋለን። 6⃣ በመጚሚሻም print a test page ዹሚል ይመጣልናል click አርገን test እናደርግና finish ብለን እንጚርሳለን። ══════❁✿❁═════════                                                                         🎮▩♊. @ELA_TECH                          🎯▩♊. @ELA_TECH_GROUP           🚀▩♊. @ELA_TECHBOT       ⚪ ብዙ ጠቃሚ ዹ ቮክ መሚጃዎቜን ዚያዘዉን ቊታቜንን ለማግኘት 👇👇       https://t.me/ELA_TECHBOT       https://t.me/ELA_TECHBOT ⚪ ወደ Youtube ቻናላቜንን በመሄድ ጠቃሚ ጠቃሚ መሚጃዎቜን በቪዲዮ ያግኙ👇👇       https://www.youtube.com/channel/UCTDXXH0lXdHv6BFed1da7LA ⚪ ወደ Tiktok ቻናላቜንን በመሄድ አጠር አጠር ያሉ ጠቃሚ ዹቮክ መሚጃዎቜን በ ቪዲዮ ያግኙ👇👇                    tiktok.com/@ela_tech          tiktok.com/@ela_tech              #ሁሌም_ኹኛ_ጋ_ወደ_ፊት 🏃══════════❁✿❁══════════      ◈◂▎△  ELA TECH | | ኀላ ቮክ ▜▎▞◈                  🅣🅔🅒🅝🅞🅛🅞🅖🅚
Show all...

Ilaalcha Kee sirreessi! *I find this to be Very interesting and meaningful message  to share*:- IF: A = 1 B = 2 C = 3  D = 4; E = 5  F = 6; G = 7  H = 8; I = 9  J = 10  K = 11  L = 12 M = 13  N = 14 O = 15  P = 16 Q = 17 R = 18 S = 19  T = 20 U = 21  V = 22 W = 23  X = 24 Y = 25 Z = 26. *THEN,* H+A+R+D+W+O+R+K 8+1+18+4+23+15+18+11 = 98% K+N+O+W+L+E+D+G+E 11+14+15+23+12+5+4+7+5 = 96% L+O+V+E 12+15+22+5 = 54% L+U+C+K 12+21+3+11 = 47% None of them makes 100%. Then what makes 100%? Is it Money? NO! M+O+N+E+Y 13+15+14+5+25 = *72%* E+D+U+C+A+T+I+O+N 5+4+21+3+1+20+9+15+14 = *92%* Leadership? NO! L+E+A+D+E+R+S+H+I+P 12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = *97%* Every problem has a solution, only if we perhaps change our *ATTITUDE*... *A+T+T+I+T+U+D+E* = 1+20+20+9+20+21+4+5  = *100%* *It is therefore OUR ATTITUDE towards Life and Work that makes OUR Life 100% Successful.' ' '* _Amazing hi mathematics_ *Let's* *change* *our* *Attitude* *of* *doing* *things* *in life . @KennaaDhaloota @KennaaDhaloota
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Obboleewwan keenya qormaata seensa Yunversiitii fudhachuuf qophii irra jiran hundaa, carraa gaarii isinii hawwina, bakka yaaddan ga'aa, gufuun isin hin tuqin, hamaan isin hin argin, karaa nagayaa deemaa karaa nagaayaa milkiin nuuf galaa. 💻 Barannoo Tech 💻
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Qoosaa Gabaabduu kanaan buhaaraa! Haadha manaatu abbaa manaatti bilbiltee akkas jetteen Haadha manaa:- Namicha jufufula, Raatuunana Eessa abbaakee jirta? Abbaa manaa:-Birbirsa gooroon jira! Haadha manaa:- Achii maal goota?! Abbaa manaa:-Yoo ni yaadatta ta'e mana warqii wayii daawwannee hin turree?! Haadha manaa:-Ee Yaadadheera Bareedaakoo! Abbaa manaa:-Habilii warqii argitee nan jaalladhe ,ati jennaan Gaafan qarshii argadhe siifan bita siin hin jennee? Haadha manaa:-Eeyyeen Lubbuukoo jettee turte! Abbaa manaa:-Mana warqichaa bartee? Haadha manaa:-Eeyyen dammakoo Abbaa manaa:-Giroosarii isa cinaatti argamun jira! Haadha manaa:-Namicha jaanja'aanana kottu gali manatti.! Galatoomaa!
Show all...
Barattoota kutaa 12ffaa Qorumsa Fudhataniif Haalli Geejjibaafi Simannaa Yunvarsiitiiwwanii Qophiin Xumurameera. Biiroon Barnootaa Oromiyaa Ministeera Barnootaafi Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin ta'uun Qorumsa Biyoolessaa Kutaa 12ffaa barattootni Naannoo keenyaa hanga danda'ameen Yunivarsiitiiwwan Naannoo keenyaa keessatti akka qoraman marii taasifneen walii galteerra geenyeera. Haaluma kanaan heddummina barattoota keenyaarraa kan ka'e 95% Yunvarsiitiiwwan Oromiyaa keessatti argamanitti yoo qoraman 5% Yunvarsiitiiwwan ollaa Oromiyaa ta'an kanneen akka Hawaasaa Gaambeellaa Dirre Dawaafi Jigjigaatti raabsamanii akka qorataman haalli mijaa'eera. #Barattoota qorumsa fudhatan gara yuunvarsitii qorumsa itti fudhatan geessuufi gara maatii deebisuu koreen sadarkaa Naannoo irraa kaasee hanga mana barnootaa jiru qindoominaan hojjacha jirra. Koreen sadarkaa Naannoo Oromiyaa hundaa'e kan Itti Aanaa Pirezidantiitiin kan hoggaanamu yoo ta'u miseensotni immoo: - Abbaa Taayitaa Geejjiba Oromiyaa - Komishiinii Poolisii Oromiyaa - Biiroo Dhimma Dargaggoofi Daa'immanii - Biiroo Barnootaa Oromiyaa - Biiroo Maallaqaa Oromiyaa - Biiroo Fayyaa Oromiyaafi - Waldaa Barsiisotaa Oromiyaa yoo ta'an haaluma wal fakkaatuun koreen kun sadarkaa Godinaa Magaalaaa Aanaafi Mana Barnootaatti kan qindaa'e waan ta'eef haal_duree barbaachisu mara xumuruun barattoota gara Yunvarsiitii geessuuf qophiirra jiru. Barattoota geejjibuun kan jalqabamu Fulbaana 25/2015 irraa waan eegaluuf Barattootni Saayinsii Hawaasaa (Social Science) Baratan akka qophaa'an beekameera - Barattootni Saayinsii Hawaasaa Baratan hanga Fulbaana 28/2015 tti mooraa Yunivarsiitii ni galu. Fulbaana 29/2015 odeeffannoon qorumsaa(orientation) ni kennama. Fulbaana 30 hanga Onkololeessa 02/2015tti qorumsi ni kennama. Onkololeessa 03-04/2015 barattootni gara maatii isaanii ni deebi'u. #_2. Barattootni Saayinsii Uumamaa(Natural Science) Baratan immoo: - Onkololeessa 05-06/2015 gara mooraa Yunivasiitii yoo galan Onkololeessa 07/2015 odeeffannoon qorumsaa(orientation) ni kennama. Onkololeessa 08 -11/2015 qorumsi yoo kennamu Onkololeessa 11/2015 jalqabee barattootni Saayinsii Uumamaa gara maatii isaanii geggeeffamu. #Yunvarsiitiiwwan Barattoota simachuuf qophii xumuraniiru - Balbala Yunvarsiitii irraa jalqabee ni simatu - Bakka hirriibaa( ciisichaa)/ Sireefi Firaashiin qophaa'eera - Nyaatni qophaa'eera - Manni yaalaa qophaa'eera Walumaagalatti Yunvarsiitiiwwan keenya barattoota keenya guutumaa guutuutti kunuunsuuf waan qophaa'aniif Barattootnifi Maatiin Barattootaa akka homaa hin yaadne dhaamsi dabarfameera. #Barattootni Gara Yunivarsiitii yoo dhuftan wanti qabachuu qabdan: * Waraqaa eenyummaa kan Gandaa * Addimison Card (Waraqaa eenyummaa Qorumsaa) * Qalama(pen) * Irsaasii(pencil) * uffata Halkanii #Barattoonni gara Yunivarsiitii yoo dhufan kan qabachuu hinqabne ykn wantoota dhoorkaa ta'an immoo * Moobayilii * Kalkuletarii * Sa'aatii harkaa * Meeshaalee Elektrooniksii kamiyyuu qabatanii dhufuun dhoorkaadha. #Hubachiisa Ramaddiin Barattootaa Waajjira Barnootaa Godinaalee/ Magaalotaa Waajjira Barnootaa Aanooleefi Manneen Barnootaa waan gaheef haaluma ramaddiitiin akka itti deemamu haata'u. Itti aansuudhaan barattootni keenya qalbiifi tasgabbiin qorumsa keessan akka hojjattan yaboo jechaa; karaa irra deemtaniif Nagaa Mooraa Yunivarsiitii keessatti Carraa Gaarii fi karaa gara maatii irra galtaniif immoo Gammachuu isinii hawwina. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.