cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

NASHIIDA HAARA™️🎧

Baga Nagahan gara channel keenyaa Nashiida Haaratti Dhuftan!! Kabajamtoota keenyaa Barnoota Adda adda #Nashida Haara #Nashida Haala Yeroo #Nashida Durii Odeeffanno Haala Yeroo Ni Argattu kanaaf isiinis Channel teenya share join godha👇👇 @nashiida_haara

Show more
Finland2 180The language is not specifiedReligion & Spirituality40 137
Advertising posts
2 177
Subscribers
+124 hours
+97 days
+3330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Rabbiin warra gaggaarii warruma gaggaariif qooda. Hariiroon siifii Allaah gidduu jirtu bareedduu taanaan Rabbiin namuma bareedaa si badhaasa. Kun immoo uffannaa fi tolfannaa irratti hin hundaa'u. Bareedinni qalbiidha malee uffataamiti. Namni keessi tole gubbaanis daran tola, namni keesaatti jallina qabu hangam uffatus hangam fakkeeffatus jallinni irraa mul'ata. Yaa Obboloota koo , fuudha yaadaa jirtaa ykn heeruma yaadaa jirtaa?. Ergasiifuu qalbii tee Allaahaaf qulqulleessi, Rabbiin immoo qalbii qulqulluu si badhaasa. Bultii jaaruuf otoo intala/gurbaa janajjanuu hin jalqabne Allaah kee janajjanadhu. Hanga daqiiqaa 40, 50 ,60...intala/gurbaa jaalattu amansiisuuf torba sagalee jijjiirtee hirriiba dhabdu daqiiqaa 10 qofa qalbii tee as deebisii wudu'a guuttadhuu raka'aa lama qofa salaatii harka kee ol qabadhuu nama diinii fi duniyaa teetiif gaarii ta'e Allaah kadhadhu. Rabbiin isin haa milkeeysu. ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
Show all...
👍 2 1
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_985076702 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Show all...

﷽ ✍ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎♡♡ ✍ Yaanni kiyya gaarii ta'uu danda'a ta'uu dhabuu dand'a yoo sirrii ta'e fudhachuu ykn naaf sirreessuu isin gaafadha. ✍ Ee dhugaadha dubrummaa maal akka ta'e haala garii fi ifaa ta'een nuuf ibsitan. ✍ Garuu yeroo amma kana akka yaada kiyyaatti dubartoota baranaa fuudhuu irra dubartoota asiin duraa gursummeettii fuudhuu wayya. ✋ #DUBARTOONNI isin miidhuuufii miti.... akkasitti nan hubatinaa wahiif jedhee wanni akkas jedheef: - 👉 Dubartoonni ammaa fi dhiironni ammaa osoo hin heerumin, heeruman. Osoo hin fuudhin , fuudhan. 👌 Kana jechuun irra hedduun dubartootaa isii rabbiin rahmata godheef malee..... 👉 Dubartoota dhiirota ajnaba isaaniif tayan waliin haasawani akkasuma kophaa bayan. 👉 Dhiironnis akkasuma. Akkan ani dura ofitti himee eegasii isinii himmutti jecha rabbii hin dhageennee nuti: - 📖{ قال الله تعالى ولاتتبعو خطوات الشيطان ،ومن يتبع خطوات الشيطان فإنه يأمر بالفحشاء والمنكر۔۔۔۔۔۔۔۔} Sheeyxaanni edaa takkumaan nu hin dagu step qabaa jennee maa of eegui dhabne..... Hin dhageennee jecha ergamaa rabbii s. a. w. 📝{ قال ﷺ .......لا یخلون رجل بمرءة فإن الشیطان ثالثهما..}. ✍ hadha hedduun keena dagama jirra . Jecha kana hoo 📖{ قال الله تعالى............. والطيبات لطيبين والطيبون لطيبات...... } 🫵 Nuti hadha eessaa haadha manaa gaarii barbaadaa jirra akkasuma abbaa manaa........ ????!!! 🤔🤔 🙏🙏Dhiifama haala beekumsa hin qabneen harki kiyya adbachuu didee carraa tanatti fayyadame. Afwan lillaah. 🙏🙏🙏
Show all...
5👍 1🥰 1
#Dubrummaa.....🙈 (Rabbiin haqarraa hin saalfatu) ✍ Shamarran dubrummaan jiran fuudhuu fi gursummeettii fuudhuu keessa garaagarumman gidduu jiru maali_? 1) Isheen jaarsa jalqabaa sana malee hin jaalattu... jaalalli jabaan kan jalqabarratti jaalatan sana...! 2) Abbaan manaa ishees akka malee ishee jaalata, irraa hin dheessu,... Adaamatti ilmi namaa waan tokko keessatti durfamuu hin jaalatu... Nyaata tokko irraa nyaatanii osoo siif kennanii, qalbiin tee hagam fudhatt!? 3) Tan dubrummaan heerumte, amala abbaan manaa ishee qabu hundaa almost ni fudhatti, namni isheen jalqaba bartes, namni isheen itti boohartes isuma waan taheef... Tan yaalii gootee argite garuu, Amala kan duraa irraa baratte sana kanarraa yoo dhabde hin jaalattu....!! 4) Tan dubrummaan jirtu sanatu gursummeettii caala Abbaa manaa ishee jaalata.... 5) Rabbiinis warroota dubrummaan jiran qur'aana keessatti faarsee jira... 6) Garaan ishees hin faalamne qulqulluudha... 7) Ajriinis kan dubraattu irra caala... 8) Ergamaan Aalamaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) Maaliif tan Durbummaa qabdu, tan taphattee si taphachiistu hin fuune jedhaniin Jaabiriin (Radiyallaahu anhumaa)... 9) Dubartiin dubrummaan jirtu homa xiqqotu ishee gammachiisas... Tan mana hedduu baratte... ka duraa Suni bar akkana naa tahaa jetti... 10) Kabajaa fi ulfinni isheen siif qabdus.....dachaa gursummeettiiti.... 🖌@Ibro Share our link 🖇️ 👇 ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
Show all...
👍 1
#Gorsaaf...! ✍ Duniyaa tantee aakiraadhaan gurguradhu, duniyaa fi aakiraallee milkooftaa...!, Aakiraa tantee garuu duniyaan hin gurguratin..., lamaanuu hoongoftaa....!! ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━    @nashiida_afaan_oromoo ━━━━━❍✰ ✰❍━━━━━━
Show all...
Yaa Mooti nashiida Haara Afaan Oromoo.mp34.46 MB
👍 7 1
Show all...
Yaa Mootii | Diidaat Amaan | New Official Nasheed Video Clip 2024 |

Nashiida Haarawa " Yaa Mootii " Tan Lakkuu TV'n Produce taate isiniif dhiyaatte. Yaadaa fi Komii qabdan akka nuuf barressitan. Warroonni Milkaa'ina hojii kanaatif nu faana dhamaatan hunduu guddaa galatoomaa! Bahradin A/jabar & A/ malik jundi ( gragn)

2
🌷 Assalamualaikum obboleewwan koo hunduu.... ergaa tana qalbirraa waan barreesseef dubbisaa...! ✍ Dhiifama nama gaafachuun mallattoo qaroominnaa fi guddinnaa hanguma taheen... garuu bakka hunda dhiifamni balleessaa namaaf hin sirreessu...! 👉 Dhiifama kan siif godhu, osoo hin beekin tasa miila koo irra yoo ijjatte malee, gaafa Onnee kootirra miilaan deemtee miti....! 👉 Dhiifamni kan godhamu gaafa ati burcuqqoo bishaanii ykn qalama ani jaaladhu na jalaa cabsite malee....gaafa hamilee kiyya cabsitee miti....!! 👉 Gaafa ati Kitaaba akkaan jaaladhu siif ergise, qola Kitaaba kootii irraa cirtee naaf galchite malee....gaafa ati kabajaa fi ulfinna ani qabu, kan itti si amane sana na jalaa madeessitee miti....!! Obbolaaa.... ✍ Yeroo tokko tokko dogoggoroota "#dhiifama" jechuun namaaf hin sirreeasinetu jira...! Altokko tokko madaan madoofte suni,dhiifama caalaa gadi fageenya qaba... waraansi ati waraannamte.... jecha dhiifama jettu sana caala keessi isaa qilata...!, Cabiinsi ati cabde... qurciinsi/ sukkuummiin addunyaa tanaa guutuun walitti osoo qabamee, siif qurcuu dhabuu danda'a...! Asumaanuu dogongorri irra hin dabramnes jira.... 👉 Bakka madaa kootii akka na dhukkubu osoo beektu miila keetiin narra deemtee, dhiifama jechuun baay'ee ulfaataadha...!, 👉 Iccitii ufiiyyuuu lubbuu tiyya dhokfadhu wahii sitti himadhee, iccitii sana baasuuf jettee na sodaachisaa.... booda dhiifama na gaafachuun baay'ee ulfaataadha...! 👉 Hiriyyummaa ishee daangaa hin qabne takka sitti hiriyyoomee, ati jibbaa fiddee na keessa facaastee.... irra naaf dabri jechuun baay'ee natti ulfaataa beeki....! #Obboleessa_koo....!, ✍ Iddoo tokko tokko goonkumaa airreessuun baay'ee namatti jabaata...!, Bishaan yeroo hunda bakka yaa'a isaatti hin deebi'uu beeki..., deebi'us bishaan ciisaa tahee hafa, bishaan gaafa ciise ni ajaawa... bishaan ajaan isaa ufitti sin kaleessine osoo dheebuun si laaffistee jiraattellee, dhuguun sitti jabaataa beeki... 👉 Osoo Albee ati ittiin na waraante irraa dhiigni hin gogin dhuftee dhiifama naan hin jedhin...!, Afaaniin ustee na biraa deemutu naaf bareedaa na amani...! 👉 Qalbii kiyya keessatti qaawwa jechamni addunyaa tanaa guutuun osoo walitti qabamee, guutuu hin dandeenye, na keessatti hanbiftee dhiifama nan gaafatin.... 👉 Obboleessa/ttii koo erga harka kee turee... harkaa na baafattee... deebitee harka koo hin qabin... 🖋 @Ibroo keessan.... Nagaan
Show all...
👍 2🥰 1
ሚና | አዲስ የህብረት ከቨር ነሺዳ | ጉረባ 12 | ተዓምረኛው ጥሪ 2 Channel 👇 Join ያድርጉ     @maraki_neshida2
Show all...
ሚና_አዲስ_የህብረት_ከቨር_ነሺዳ_ጉረባ_12_ተዓምረኛው_ጥሪ_2.m4a9.62 MB
👍 4 3
Photo unavailableShow in Telegram
YAA JAALALLE ONNEE Obsa Sulee Coming soon..............................
Show all...
👍 5
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.