cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Doyo Grade12(kutaa 12ffaa)

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
247
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย SMI G-12 2013
Repost fromย SMI G-12 2013
Chemistry model exam 2014 answer and explanations๐Ÿ‘ช๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡look at below.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
Repost fromย SMI G-12 2013
Show all...
Paablisitii Aanaa Maannaa

Paablisitii Aanaa Maannaa. 187 likes ยท 98 talking about this. Office supplies

OBN Sadaasa 23, 2014- Ministirri Barnootaa haala yeroo biyyaarratti erga mariโ€™ate booda torbee 1f manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa cufamuun baratoonnifi barsiisonni ijaarsa biyyaarratti gahee isaanii akka bahaan murteessee jira. Waraanni amma Itoophiyaa keessa jiru waraanaa osoo hin jaalatin Itoophiyaa baraaruuf itti gallee kan jedhan Ministirri Barnootaa Piroofeessar Birhaanu Naggaa, Sadaasa 27 bara 2014 irraa eegalee manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa cufamuun, hawaasni barnootaa ijaarsa biyyaa keessatti gahee akka bahaniif jedhan. Hawaasni barnootaa torbee manneen barnootaa cufamu dhimmoota akka omisha walitti qabuu, deeggarsa qaamolee buqqaโ€™aniifi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisuufi ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka bahaniif jedhan Piroofeessar Birhaanuun. Itoophiyaa boruu kan ijaarruu barattoota harโ€™aatiin kan jedhan Piroofeessar Birhaanuun, hawaasni barnootaa tokkummaan kaโ€™ee garee badii dura dhaabbachuufi gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaafi namoota lola kaabaatiin buqqaโ€™an deeggaraa akka dabarsan dhaamaniru. Murteen darbee marii geggeessitootaafi โ€˜โ€™seltzerโ€™sโ€™โ€™ barnoota maraa waliin taasifameen akka taโ€™e ibsameera. Badhaasoo Hayileetu gabaase.
Show all...
Akkasi goota jechuun Nibo jara duulee waraanaa jiru caalaa ga'ee biyyii kee sirraa barbaaddu bahaataa jirta. Barattoonnis barsiisonnis galata guddaa qabdu.๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธgalmee seenaarra qubattaniittu.
Show all...
Mana barumsaa Dooyyoo Sad.2ffaa tti deeggarsi RIB Cimee kan itti fufee yemmuu ta'u, Sadaasa 21/2014 Barattootni m/b keenyaa waan qabnuun RIB deeggaruuf hanga aarsaa lubbuutti jechuun Qarshii 78,520 deeggarsa taasisaniiru. Dabalataan Barattootni 5 birmadummaa biyya keenyaaf ni duulla jechun of galmessaniru. Kanamalees, barsiisonni 3 yoo biyyi nagaa taate jiratama waan ta'eef gooticha RIB tumsuuf ni duulla jedhaniiru.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram