TAFSIIRA QURAANA SHEK MUSSA SU'ALA
Open in Telegram
Chanala kana keessatti tafsiira Qur'aana Afaan Oromoo kan Dr Shek Mussa Su'alaa qofaatu isiniif Dhihaata. Yoo yaada Qabaattan @AbdiSherif irratti nu qunamaa.
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 898
Subscribers
+1024 hours
+397 days
+10630 days
Posts Archive
FANKIM FM 99.5 LIVE
☞https://bit.ly/39EnCbm
Sagantaa Raadiyoo Fankim kan FM 99.5 MHz irratti tamsa’aa jiru gara intarneetiin hordofuu ni dandeessan .
☞https://bit.ly/39EnCbm
Guyyaa boru Qophii addaa tokko Tamsaasa Kallattiitiin waan isiniif dabarsinuuf jecha warroonni Sagantaa kana irratti hirmaachuu barbaaddan Linki irratti tuqadhaatii seena.
https://t.me/+4emL7Pm_71kzZjI0
👆👆👆👆👆👆👆
☪️TAFSIIRA QUR’AANA AFAAN OROMO☪️
👉DARSII WALII GALAA – 127FFAA
❤️SUURAA MARYAM
👉DARSII – 2FFAA
👉AYAATA 59FFAA – AYAATA 98FFAA
✳️Qopheessaan: Dr/Sh/ Mussa Su’aala
✳️Qindeessaan: Abdii Shariif Nuur
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👂👈👈🙏🙏🙏
☪️TAFSIIRA QUR’AANA AFAAN OROMO☪️
👉DARSII WALII GALAA – 126FFAA
❤️SUURAA MARYAM
👉DARSII – 1FFAA
👉AYAATA 22FFAA – AYAATA 58FFAA
✳️Qopheessaan: Dr/Sh/ Mussa Su’aala
✳️Qindeessaan: Abdii Shariif Nuur
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👂👈👈🙏🙏🙏
Mee Warroonni darsiin Tafsiira akka itti fufu barbaaddan qofa Koottaa. Garee kana Keessatti Juuza 15 isiniif Maxxansinee jirra. Juuza 15nan hafe garuu kan isiniif maxxansinu garee kana keessatti osoo hin taane garee biraa keessatti waan taheef jecha
Warroonni darsiin Tafsiira akka itti fufu barbaaddan qofa Koottaa.
https://t.me/joinchat/TEDuRLJkXN04MDQ0
👆👆👆👆👆👆👆
