cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

👑❤❤ Qoodaa Dubartoota 🧕🧕🧕

AS_______WR________WB channel kenyaa kan jalatii wantii arkatan 🚩sunna ergaama s...a..w.. 🚩qiissaa qalbii nama hawwatu 🚩hadiissa ergaama s....a...w 🚩akkata jiruu fi jireenya bifa barrutin hunda ni arkatuu channel #join qofa

Show more
Finland2 192The language is not specifiedSports15 562
Advertising posts
563Subscribers
No data24 hours
+17 days
+1030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from KENNAA
Areeda Ifirraa Ciree Fatanaa Ajaa’ibaa Keessa Seene ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Nama Gammachiisuuf Jettee Rabbii Kee Hin Dallansiisin Shamarreen biyya Ameerikaa keessa jiraattu takka maatii ishee ziyaaruuf jecha gara biyya warra isheetti dhufte. Karaadhuma sanaan dargaggeessa iimaanaa fii akhlaaqa gaarii qabutti heerumuu akka barbaaddu adeera isheetti himuun nama gaarii barbaachifachuu eegalti. Adeeraan ishees bifa isatti himame irratti hundaa'uun dargaggeessa diinii isaa irratti jabaa dha jedhee yaadu eega yaadaa ture booda dargaggeessa masjiida keessatti beekuun tokko ofitti yaamuun yaada kana mari'achiise. Dargaggeessichi yaada eega dhageeffatee booda marhabaa jedhee fudhate. Abbeeraan shamarree kunis dargaggeessa kanaa fii mucayyoo walitti fidee walbarsiiseen. Mucayyoonis gurbicha yeroo dheeraaf eega haasofsiiftee booda gurbaa sirna qabuu fii bareedaa tahuu isaa barte jaalatteen. Guyyaa tokko maatii ishee biratti affeerraa laaqana qopheessitee gurbaa jaalatte kana manatti waamte. Eega laaqana nyaatanii xumuranii booda isa geggeessuuf jecha gurbaa wajji gara alatti gadi baate. Gurbaan areedni isaa sunnaa dha. Areeda dheeraa qaba. "Maashaa Allah" kan nama jechisiisuu dha. Isheenis areeda isaa kana ilaaltee akkana isaan jette. "Ani akkaataa fii haala kee hunda jaaladhee jira. Yeroo dhihoo keessattis nikaaha ni hidhanna. Haa tahuu garuu areedni kee kun jaarsa si fakkeessee jira." jetteen. Dargaggeessichis "kuni si hin yaachisin..." jechuun guyyaa itti aanu areeda isaa guutumaan guututti haadatee dhufe. Mucayyoonis gurbaa areeda isaa haaddatee dhufe kana ilaalteetiin ni dallante malee hin gammadne. Akkanas jetteen "Ati ajaja kootiif jettee ajaja Nabiyyii ﷺ kan diigduu gonkumaa jaarsa kan koo tahuu hin dandeessu!" Jechuun kophatti isa gattee biraa kutte. Allahu Akbar! Mee wollaahi dhugaa dubbachuuf meeqa keenyatu nama gammachiisuuf jecha ajaja Rabbii fii Ergamaa Rabbii ﷺ diigeetiin bira dabraa jira? Mannumti nu haa laakkawuu! Ilaalaa Xiinxallaa, Dargaggeessi kun sunnaa irraa tahee sunnaa irraa hin taane. Mucayyoo irraa tahee mucayyoo irraa hin taane. Bilaasha lafatti hafe. Rabbiin nu haa tiksu! Allahumma arinal haqqa haqqan warzuqnaa ittibaa'a, wa arinal baaxilaa baaxilan warzuqnaa ijtinaaba, Yaa Allah! Haqa haqa tahuu ishee nu beeksisi ishee hordofuu nu waffaqi, Yaa Allah! Baaxila baaxila tahuu ishee nu beeksisi ishee irraa of tiksuus nu waffaqi! Aamiin Yaa Rabbi! @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from Hojii Online
Oduu gammachiisaa Telegram irratti guyyaatti qarshii 1000 ol hojjechuun danda'amee jira Linkii armaan gadii tuquudhaan hojii kana jalqabaa Start👇 jalqabuuf👇 https://t.me/Olinebirrbot?start=r02249677410 Linkii keessaniin namni 1 yoo irra gale qarshii 3 argattu Qarshii keessan karaa telebirriitiin akkasumas karaa barbaaddaniin baafachuu dandeessu Start👇 https://t.me/Olinebirrbot?start=r02249677410
Show all...
ONLINE ብር

🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁 በonline Birr bot  ይጋብዙ ይሸለሙ መርሀ ግብር በቦታችን ጀምረናል ስለዚህ ፈጥነው ወደ ቦቱ በመጋበዝ በቴሌብር ይሸለሙ መልካም ስራ 🎁

Repost from Hojii Online
Oduu gammachiisaa Telegram irratti nama 1 affeeruun qarshii 5 argachuun danda'amee jira Linkii armaan gadii tuquudhaan ammuma jalqabaa👇👇👇 https://t.me/money_refferbot?start=r02249677410 Start👇 https://t.me/money_refferbot?start=r02249677410
Show all...
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Repost from Hojii Online
Dafaa itti fayyadamaa kun 100% dhugaadha Hojiin kun nama tokkoof yoo share gootan qarshii 3 isiniif kenna Garuu guyyaa borii irraa jalqabee nama 1 irraa qarshii 1 qofa isiniif kenna kanaafuu osoo qarshii 1tti hin hir'ifamin ammuma jalqabaa Jalqaba linkii kana tuqaa 👇👇 https://t.me/ET_Click_Bot?start=682064904 start erga gootanii booda 1ffaa Share your contact isa jedhu tuqxu 2ffaa Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu 3ffaa ✅Joined isa jedhu tuqxu Sana booda linkii namaaf share gootu
Show all...
Repost from KENNAA
Bara bulchinsa keetii Nama taate dubartiin Erga Rabbiin si filee Kan qixxaatte dhiiratti Diin keetiin kabajamee Hiyyeessa qalbiin ciise Humna qabeessaa fi laafaa Situ wal nuuf qixxeesse!! Bakka bu'aa kee dhabnee Har'a Roorroon gubannaa Sabni qomoon wal-qoodee Wal-balleessaa jiraannaa!!! Rabbiin nuuf haa kennu Hogganaa akka kee Kan hamma danda'uun Hordofu faana kee Yaa Rabbi sin kadha Nuuf buusi nagaa kee Afaan wal taasisi Hunda Uumama kee Akkaanan jaaladha Ani ergamaa kee Irratti naaf buusi Nagaa fi Rahmata kee صلى الله عليه وسلم ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Jum'aa Kheeyrii qabaadhaa!!! ✍@AbdiiBiyyaa @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from KENNAA
TAAJJABBII KOO ●●●●●●●●●●●●●●●●● Dhimma Aalimmanii ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu, Obboloota koo!!! Amantiin nuti hordofaa jirru tun amantii qajeelfamaa fi heerri isii guutuuti. Amantii nuti of biraa akka nutti tolee fi akka nutti fakkaatetti bocannee ittiin jiraannu osoo hin taane amantii Rabbiin nu uume akka nuuf ta'utti akka jireenya duniyaa gabaabduu kana ittiin jiraannuuf nuuf kennedha. Burqaan qajeelfamootaa fi heerotaa kunis Qur'aana . Itti aansuun kan Qur'aanaa nuuf ibsu immoo #Hadiisa ergamaa Allaah ti. Ergaa Allaah n karaa Ambiyoota isaa nu biraan gahe, dhaaltonni isaanii immoo Ulamoota. Kaayyoon Rabbiin ambiyoota nuuf ergeef waan nu miidhu hunda irraa nu dhoorkee, waan nu fayyadutti nu ajajuufi. Waan dhoorkamne dalaguun miidhaan isaa numa dhaqqaba, waan itti ajajamne yoo hojjennes kan itti milkaa'u numa. Waan Allaah n nuuf #Halaal godhe addunyaan guutuun irratti waliigalus #Haraam gochuu hin danda'an. Akkasuma waan Allaah n #Haraam nurratti godhes hammam jaalannus addunyaa guutuu hiriira itti baafnus halaal gochuu hin dandeenyu. Nuti gaheen keenya #Shari'aa akka nutti dhufetti hordofuudha malee #Edit gochuuf mirga tokko hin qabnu. Aalimman dhaaltota Aanbiyaati. Dhimma #Halaal fi #Haraam hunda ulamootatu nuuf ibsa. Nuti wallaaltonni waan nuuf hin galin isaantu adda nuuf baasa. #Fatwaan hojii aalimmaniiti. Aalimman waan Rabbiin isaan beeksise hawaasaaf ibsuun dirqama isaaniiti, anaa fi situ ajaja osoo hin taane Rabbiitu isaan ajaje. Aalimman ilma namaati, tarbiyaa diinii keeysatti tarii dogoggoruutu mala, waan diin irra hubatan akka hubatanitti si hubachiisu waan ta'eef yeroo tokko tokko karaarraa goruu malu. Haa ta'u garuu isaan gara lachuuttuu milkaa'oodha. Yoo haqa qunnaman hojii kheeyrii hawaasa barsiisaniin hamma hawaasni sun hojii kheeyrii sana hojjetuun mindeeffamu. Yoo haqa irraa sigigaatanis ta'aabbii haqa argachuuf taasisaniin mindeeffamu. Kana kan arguu fi sirreessu immoo anaa fi si warra beekuu caalaa beekamuuf social media kanarraa daqiiqaa fi sekenditti suura jijijjiiru osoo hin taane #Aalimman sadarkaa diiniitiin fagaatanidha. Beekaan bakka dogoggoraatii fi akka itti dogoggora sirreessu beeka. Kanarraa kan hafe social media kanarraa akka nama #Aalimman caalaa hawaasa kanaaf quuqama qabuutti ajandaa uummattanii warri baay'ina hordoftootaa argachuuf #Foon aalimmanii nyaachaa ooltan dhuguma kasaaraa keessa jirtu. Akkuma wal-irra dubbii bareechinuun, akkuma wal-irra jechoota fayyadamnuun #Aalimmanitti xiyyeeffachuun kufaatiidha. Dhuguma dubbachuuf #Eenyumtuu Aalimman caalaa hawaasa hin jaalatu. Baay'een har'a sumunii social media tanaaf jecha namoota gurguddaa hawaasni hordofu fayyadamtanii beekamuuf ariifattan isin dhumti keessan hin bareedu. Garuu warri duula warra sumunii isaaniitiif jecha qabsaa'anii kana dhugaa seetanii isaanii wajjiin #Aalimman irratti duultan Rabbiin hubannaa diinii isiniif haa kennu. Maaliyyuu yoo ta'e ollaa wajjiin mana keessan hin diiginaa!. Rabbiin warra haqa beekee hordofu, warra sharrii beekee irraa of eegu nu haa taasisu!! Kanumaaf as baanee, Nu ofkolchaa!!! @AbdiiBiyyaa ✍️Abdul-Aziz Ahmedin @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from KENNAA
Yaa Muhammad, Yaa Muhammad .... #Guyyaa tokko Namicha tokkootu Yaa Muhammad, Yaa Muhammad, Yaa Muhammad jechaa iyyuun gara Ergamaa Rabbii ﷺ dhufe. Sahaabonni akka sagalee isaa gadi xiqqeessu itti himanis dideetuma yaamiinsa isaa itti fufe. Ergamaan Rabbii ﷺ maal akka barbaade gaafachuuf gara alaatti bahanii Maal haajamte? jedhaanii gaafatan. Namichaanis; " Waa'ee Guyyaa dhumaa (Guyyaa qiyaamaa) akka naa himtu barbaadeeti " jedheen. Ergamaan Rabbii ﷺ; Guyyaa qiyaamaatif maal qopheessitee na gaafatta? Jedhanii gaafatan. Namtichaanis; Jaalala RABBII fi Ergamaa ﷺ isaa malee waan tokkollee hin qopheessine" jedheen. Yaroo kana deebii dinqisiisaa sahaboota ajaa'ibsiise deebisanif. Ergamaan Rabbii ﷺ; Guyyaa Qiyaamaa Rabbiin warra jaalattu wajjiin si kaasa" jedhaniin. Nutii hoo mee of haa gaafannu !! Guyyaa boruu Aakiraaf maal qopheeffanne? Jaalaltii RABBII fi Ergamaa isaa Nabi Muhammadiif ﷺ qabnu hagami? Yaa Rabbi ! Warraa Guyyaa Qiyaamaa Ergamaa Rabbii Nabi Muhammad ﷺ Wajjiin Jannata Seenu Nu tasisii. صلوات ربي وسلامه عليه 💔 @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from KENNAA
Kotuu hadubifnuu.... Nabi Muhammad (SAW).. 1. Waa hunda caalaa soba jibbuu ture. 2. Osoo hin du'in dura, Dubartii fi salaata dhaammate.. 3. Yaroo fincaanuuf deemu iddoo namni isatti hin dhihaanne dhaqa, hanga dachitti gad dhihaatu tti uffata isaa firraa hin banu ture. 4. Dubartii caalaadha qaanfata. Yaroo karaarra deemu fuula isaa dura malee bitaa fi mirga hin laalu.. 5. Yaroo mana isaa ol seenu cufa, suwaaka (rigaa) afaan isaaniirra hin dhabamu. 6. Yaroo rafuuf deemu, harka mirgaa, mallaa mirgaa jala kaayeeti rafa.. 7. Erga salaata ishaa'ii salaate booda taa'ee haasawuu, osoo salaata ishaa'ii hin salaatin rafuu, hin jaalatu. 8. Irra gaarii namaati ture. Namni waa isa kadhatee isa biraa dhabee hin galu. 9. Irra jeeyna namaati. Takkaa lolarraa dheeysee hin beeku. Lola keysatti namni isaanitti qixxaawu hin jiru. 10. Areedni isaa tuuttee (guddaa) dha. Namni dingatatti isaan agare, nirifata. 11. Daa'ima haalaan jaalata. Yaroo daa'ima agare ol fuudheeti dhudhungata. 12. Torbee takka keysatti guyyaa 2 (kamisaa fi isniina) soomanuu hin dhiisu. 13. Salaata halkanii/leeylii lakkisee hin beeku. Yaroo dhukkubsate taa'eeti salaata. 14. Dhukkubsataa gaafachuun aadaa isaati ture. 15. Ofiifiis tahee, yaroo namni dhukkubsate mu'awwizaata qara'uu ture. Seenaa ergamaa keysanii SHARE godhuu hin dagatinaa Jzk.. Salawaatu Rabbii wasalaamuhuu Aleeyhi yaa Rasuula Allaah❤️ @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Kutaa 12ffaa Namoonni qabxii keessan ilaallachuu barbaaddan Result isa jedhu tuqaa Dafaa ammuma osoo yeroo keessan hin gubin 👇Qabxii keessan Ilaaluuf👇 RESULT     RESULT       RESULT      RESULT        RESULT
Show all...