Oolmaa Guyyaa ⌛️
Open in Telegram
Chaanaalii kana jalatti :- √ Ta'ii olmaa guyyaa biyya keenyaa √ Wantoota dinqisiisoo guyyichaa ⚽️ Spoortii 📚Siyaasa 💼Dinagdeetu dhiyaata
Show more1 642
Subscribers
-224 hours
-107 days
-130 days
Posts Archive
1 642
❤️ Jaalalli iddoo gurguddoo afuritti qoodama. ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
⬆️⬆️⬆️
1 642
🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join
➿➿➿
👇👇👇
⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
💓 Best channel collection
Click to join
➿➿➿
👇👇👇
⇣
▣ Click to join ▣
▣ Join ▣
▣ Join ▣
▣ Join ▣
☁️ Wave 01 collection channels
Click to join
➿➿➿
👇👇👇
⇣
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
✍️ Contact: @Getu_Abera ☑
1 642
🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi
👉 See More
See More
1 642
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
1 642
#Itoophiyaan 🇪🇹 Dhaabbata Tumsa #Hubannoo_Namtolchee 🌐 Addunyaa (WAICO) keessatti miseensa hundessituu taate 🎉
Ministirri Kalaqaafi Teeknoolojii Ballaxaa Mollaa(PhD) 🤖 maqaa biyyattiitiin waliigaltee hundeeffama dhaabbatichaa Shangaayitti 📍 erga mallatteessanii booda, Itoophiyaan miseensota hundessitoota 29 keessaa tokko taatee Dhaabbata Tumsa Hubannoo Namtolchee Addunyaa (WAICO) tti makamuu ishee Ministirri Kalaqafi Teeknoolojii beeksiseera. ✅
Ministirichi akka ibsetti, waliigalteen kun Kamisa darbe sirna seera eeggate Konferansii hubannoo Namtolchee Addunyaa Bara 2026 (WAIC) dura gaggeeffame irratti kan mallatteeffame yoo ta'u, kunis hundeeffama dhaabbata idil-addunyaa haaraa tumsa addunyaa kalaqa namtolchee (AI) irratti xiyyeeffatu mirkaneessa. 🚀
https://t.me/olmaaguyyaa 🔗
1 642
Baankiin Misooma #Afriikaa piroojektii humna qilleensaa MW 300 kan dhuunfaa isa jalqabaa #Itoophiyaatiif doolaaramiiliyoona 100fi miiliyoona 10 raggaasise
Gareen Baankii Misooma Afriikaa (AfDB) misooma piroojektii humna qilleensaa Ayshaa megaawaatii 300 (300 MW Aysha Wind Project) kan Itoophiyaa Naannoo Somaaleetti argamuuf deeggarsa maallaqaa doolaara miiliyoona 100fi miiliyoona 10 gahu raggaasise. kunis biyyattii keessatti piroojektii humna qilleensaa maddisiiftuu dhuunfaa (IPP) isa jalqabaa kan taasisu yoo ta’u, yeroo xumuramus piroojektii humna qilleensaa isa guddaa ta’a jedhamee eegama.
Akka Baankichi ibsetti, piroojektiin baasii waliigalaa doolaara miiliyoona 508 tilmaamamu kun, dhaabbata anniisaa haaromfamuu kan Gamtaa Eemireetota Arabaa (UAE) AMEA Paaworiin AMEA Power-tin kan misoomu dha...
https://t.me/olmaaguyyaa
1 642
Aliikoo Daangotee, qabeessi Afriikaa buufata boba’aa itti qulleessan Doolaara Biiliyoona 17’n Keeniyaatti ijaaruuf filachuu ibse
Abbaan qabeenyaa Afriikaa inni dureessi Aliikoo Dangaotee, i Ijaarsa buufata boba’aa itti qulqulleessan kan guyyaatti boba’aa barmeela kuma dhibba torba qulqulleessu baasii Doolaara Biiliyoona 17’n ijaaruuf Keeniyaa filachuu isaa Bloomberg gabaaseera. Buufati boba’aa itti qulqulleessan kun Afriikaa Bahaa keessatti isa guddaa akka ta’us gabaafamee jira.
Piroojektiin kun dhiyeessii boba’aan wal qabatee hirkattummaa naannichaa hir'isuun wabii anniisaa cimsachuuf gumaachas jedhamee abdatameera.
Buufati calallii boba’aa kunis handaara galaana Hindii Keeniyaa kan taate Laamuu (Lamu) keessatti kan ijaaramu yoo ta'u, lafti ijaarsichaa xumuramee qorannoo dhiyeessii biyyoottanii, qophiin ijaarsaa fi diizaayinii bu'uuraa hojjetamaa jira.
https://t.me/olmaaguyyaa
1 642
+2
Sararri Daandii Xiyyaaraa #Itoophiyaa balalii eebba buufata xiyyaaraa duraa kan Buufata Xiyyaaraa Magaalaa #Miizaan_Amaan jalqabuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 10, 2026: Sararri Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa har'a Adoolessa 10. 2026 irraa jalqabee gara magaalaa Mizaan Amanitti tajaajila balalii kan eebbaan dura taasifamu jalqabuu isaa Biiroon Komunikeeshiinii Naannoo Kibba DhihaaItoophiyaa beeksiseera.
Sararri Daandii Xiyyaaraa kun gara magaalaa Mizaan Amanitti torbanitti guyyoota sadii balallii kan taasisu yoo ta'u, tajaajilichi hawaasaaf geejjiba qilleensaa ariifataa, mijataa fi qulqullina qabu dhiyeessuuf kan gargaaru ta'uun ibsameera. Akka ragaan komunikeeshiinii naannichaa agarsiisutti, jalqabamuun tajaajila balalii kanaa jiraattota naannichaa, imaltoota fi hojjettoota Sarara Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa biratti gammachuu guddaa uumeera.
Odeessa guutuuf cuqaasaa
https://www.facebook.com/share/p/1BgauRsdbs/
1 642
#Itoophiyaan caasaan bu’uura misoomaa daldala #elektiriikaa daangaa ce’u xumuramee jira jette; Gamtaan Humna #Afrikaa Bahaas fooyya’iinsa bulchiinsaa irratti mari’achaa jira
Dhaabbanni Humna Elektiriikaa Itoophiyaa (EEP), caasaan bu’uura misoomaa daldala elektiriikaa daangaa ce’u Afrikaa Bahaatti lafa qabsiisuuf barbaachisu xumuramee jiraachuu ibse. Kunis wayita biyyonni miseensa Gamtaa Humna Elektiriikaa Afrikaa Bahaa (EAPP) ta’an qunnamtii humna annisaa naannichaa cimsuuf fooyya’iinsa bulchiinsaa irratti mari’achuuf Finfinneetti yeroo walga’anitti ibsamuu dhaabbatichi dabalee eere.
Dhaabbati Humna Elektirikaa Itoophiyaa, walga’ichi yaada fooyya’iinsa waliigaltee mootummoota gidduu fi dhaabbilee gidduu akkasumas sanadoota bulchiinsaa kanaan walqabatan kan biyyoota miseensaa irraa dhiyaatan irratti mari’achaa jira jechuun ibseera.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://t.me/olmaaguyyaa
1 642
Ministirri Dhimma Alaa #Itoophiyaa #Geediyoon_Xiimootiwoosiif kan #Raashiyaa Sergeey_Laavroova walooma cimsuufi tumsa walii Gamtaa #BRICS keessaa jabeessuu irratti mariyatan
Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon Xiimootiwoos, Ministira Alaa Raashiyaa Sergeey Laavroov kan daawwannaa hojiitiif Itoophiyaa jiran waliin marii taasisaniiru. Mariin isaanii hariiroo biyyoota lameenii cimsuu fi dhimmoota naannoo fi addunyaalessaa irratti tumsa jiru babal’isuu irratti kan xiyyeeffate ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa beeksiseera.
Geediyoon waaree booda walgahii kanaan, michummaa yeroo dheeraa dhalootaa dhalootatti cehee Itoophiyaa fi Raashiyaa gidduu jiru ibsuun, kunis bu’uura jabaa hariiroo biyyoota lameenii ta’ee itti fufuu isaa addeessaniiru.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://t.me/olmaaguyyaa
1 642
Barri hojii isaanii utuu hin xumuramin dura #miseensonni_paarlamaa nageenya, qaalayiinsaafi hanqina misoomaa irratti #Muummee_Ministiraa gaaffiin muddan
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gabaasa raawwii hojii bara baajataa 2017/2018 mootummaa isaanii dhiheessuufi gaaffilee miseensota mana maree irraa ka’aniif deebii kennuuf Kibxata harraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Itoophiyaa duratti dhihaataniiru.
Marii kana keessatti, miseensonni paarlaamaa yeroo isaniin ba’uuf jiran raawwii hojii mootummaa madaaluuf carraa argataniiru. Miseensonni paarlaamaa bu’uuraalee misoomaa, riifoormii diinagdee fi dippilomaasii irratti milkaa’ina jiru beekamtii yoo kennaniyyuu, baay’een isaanii dhimma nageenyi amansiisaan dhabamuu, qaalyiinsi gatii ol ka’uufi dhimmoota bulchiinsa gaarii irratti Muummee Ministiraa gaaffiidhaan muddadaniiru.
Gama biraatiin immoo:
#MM_Abiy bara #aangoo_mootummaa #daangessuu akka deeggaran ibsan; #Miseensi_Paarlaamaa morkataa ammoo #Koomishiniin_Marii_Biyyaalessaa walaba akka ta’u akeekkachiisan
Muummeen Ministiraa Itoophiyaa Abiy Ahimad Paartiin Badhaadhinaa bara mootummaa aangoo irra turu yeroo lama qofa akka tajaajilu daangessuuf seera mootummaa keessatti akka hammatamu yaada gara Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa geessine jechuun ibsan. Abiy dubbii kana Kibxata har’aa mana maree bakka bu’oota uummataatti gabaasa raawwii hojii mootummaa waggaa dhiyeessaa ture irratti dubbatan.
Abiy, yaadni bara aangoo mootummaa marsaa lama qofaan daangeessu kun ajandaa paartiin isaanii marii biyyaalessaaf dhiyeesse keessaa tokko ta’uu ibsanii, mariin biyyaalessaa kun Adoolessa 2026 keessa akka jalqabu eegamaa jira jedhan.
https://t.me/olmaaguyyaa
1 642
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
1 642
#Heerti_Attaak_Itoophiyaa duula tajaajila yaala onnee fayyisuun baraaruu kan #shanaffaa jalqabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 06, 2026: Dhaabbatni Heerti Attaak Itoophiyaa (‘Heart Attack Ethiopia’) duula tajaajila yaalaa onnee idil-addunyaa kan shanaffaa eegaluun, hospitaalota riiferaalaa hangafa Itoophiyaa keessatti sagantaa yaala lubbuu baraarsu kan torban lamaaf turu ifatti jalqabee jira. Kunis carraa tajaajila yaala onnee fooyya’aa argachuu babal’isuu fi dandeettii tajaajila kilinikaa naannichaa cimsuuf carraaqqii taasifamaa jiru keessaa tokkodha.
‘Heart Attack Ethiopia’ dhaabbata tola oolaa bu’aaf hin hjenjanne yoo ta’u, kan hundeeffame dhalattoota Itoophiyaa Abbaa Warraafi Haadha Warraa ta’an Dr. Tasfaayee Taliilaa, ogeessa yaala onnee (interventional cardiologist) Atlaantaa, Joorjiyaatti hojjetan, fi haadha manaa isaanii Dr. Obsineet Miriid, gargaartuu piroofeesera barumsa fayyaa ka Morehouse School of Medicine ta’aniini.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=9209
1 642
🔔 Channelee Barnootaa fi Odeeffannoo haaraa ittiin argattan kanneen join taasisaa! 💖
Click to join
➿➿➿
👇👇👇
⇣
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
1 642
+3
#Iraan sirna awwaalcha biyyoolessaa torban tokko fudhatu kan Hogganaa Olaanaa duraanii Aayaatolaa #Kaameenii jalqabuu ibsite
Finfinnee, Adoolessa 04, 2026: Iraan Hogganaa Olaanaa ishii kan duraanii Aayaatolaa Alii Kaameenii wareegamaniif sirna awwaalcha biyyoolessaa torban tokko fudhatu jalqabdeetti. Sirni Tehraan keessatti gaggeeffamaa jiru kun, hoggantoota olaanoo dabalatee lammiilee Iraan miliyoonotaan lakkaa'aman kan hirmaachise yoo ta'u, jilli biyya alaa dhibbootaan lakkaa'amanis tokkummaa biyyoolessaafi jabinna Ripaabliika Islaamichaa agarsiisuuf irratti argamaniiru.
Sirni awwaalchaa Adoolessa 03 kan jalqabe yoo ta'u, hanga Adoolessa 09tti ni fufa jedhamee eegama. Sirnichi sagantaalee dabalataa Iraan keessa gabaasanitti magaaloota qulqulluu Iraaq Najaf fi Karbalaa keessatti sirni yaadannoo erga gaggeeffamee booda, awwaalcha Khamenei Maashhaad keessatti raawwatamuun ni xumurama.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://www.facebook.com/share/p/1LDCZ55GpU/
1 642
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
1 642
👋Hi!
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🔵 Join the Best Channels below 👇
Reading Materials & Psychological Channels 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
Educational Channels
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃ @Ayuu_tech 🌐
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Insight news 😀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃Spiritual Channels 👇
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Faarfannaa Durii 🎙
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃Spiritual PDF ©
Sport Channels
┃_
┃Dirree Sport 😱
┃_
┃Sport Center ✅
┃_
Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
News Channels
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍
┃_
┃
┃@hopepromotion 🎺
┃buy and sell channels 🛒
Contact: @Getu_Abera ☑️
1 642
🎲 Shamarran ogummaa 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha...➡️ See More👆👇👇
↪️ See More
See More
1 642
#Voodaakom abbaa qabeenyummaa caalmaa aksiyoona #Saafarikom xumurachuu beeksise; fedhii baballina Itoophiyaa keessaarratti qabus ibse
Finfinnee, Adoolessa 01, 2026: Dhaabbanni teessoon isaa Afriikaa Kibbaa taasifate Voodaakom Giruup (Vodacom Group), dabalata aksiyoona bu’a-qabeessa %20 Saafarikom (Safaricom PLC) keessaa bituu xumuruu isaa beeksise. Kunis qooda aksiyoona dhaabbaticha keessaa qabu gara %55tti kan ol guddisu yoo ta’u, tajaajila teeleekoomii Keeniyaa fi Itiyoophiyaa keessatti socho’u kana irratti abbaa qabeenyummaa caalmaa isaaf kenneera.
Ibsa Waxabajjii 30 baaseen Voodaakom, waliigalteen kun kan xumurame Mana Maree Oliyyannoo Keeniyaa dhorkaa tursiisaa Waxabajjii 26 erga kaasee fi haaldureewwan hafan hundi erga guutamanii boodadha jedhe.
Odeessa guutuuf dubbisaa
https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=9170
1 642
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
