cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

BORANA - PRESS /B®Ñ™PI©TURES

Borana - press irraa ✓Daayimtuu biyya keessaa ✓ Daayimtuu biyya alaa ✓Seenaa, aadaa fi artii ✓Billiccii B®Ñ™PI©TURES ✓Afoola adda addaati fi ✓jeechoota irraa baraatan #argachuu in dandeettaan tanaaf dhiyaadhaa isaniin Jenna! dh @BORANAPRESS @BRNPICTURES

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
164
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 ni laatama Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa ibsa miidiyaaleef laateen qormaanni kutaa 12ffaa bara 2012 Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitooteessa 2 bara 2013tti kan laatamu ta’uu ifoomseera. Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Barattootaa fi Maatii barattootaa turuu qormaaatichaaf dhiifama… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qormaanni-biyyaalessaa-kutaa-12ffaa-gurraandhala-29-2013-ni-laatama/
Show all...
#Oromiyaa ,Booraana Godiina Booranaa magaala yaaballoo kheesaatti Warri finna biyya eegii guyyaa dheengaddaa (01/6/2013) Barataa Diqqaa(Galma) Dabbasoo jirmaan dhaanee Ijjeesseen duubaatti waan mormiin guddoon gama Uummataatiin Irraa khaateef Barattootaa, Barsiisoota fi Beettoota nama Uummaata Isaati quuqaama qabu cufa Mana hidhaatti guuruu jiraani Warra Hidhaame kheessaa 1)Barreessaa khitaaba jaarraa ykn Hayyuu seenaa jaarsa Booranaa Antiroopoolojiisti Jaatanii Diidaa Haroo(Abbaa falmataa) 2)Barsiisaa mana Baruumsa qophaa'inna Areeroo_Gooroo Barsiisaa Huqqaa Dhokkoo Boruu 3)Barsiisaa yuuniversiitii Bulee Horaa Leekcheeri Jaatanii Duubaa(koloboo) (Gurbaha koloboo) 4)Barataa Galgaloo Buttee(khoree Hosteeli Booranaa) 5)Barreessaa khitaaba Faana Dhugaa Aabba Roobaa Galgaloo Moloolee 6)Hojjataa mootummaa Aabba Olka Boruu jirmoo 7)Falmataa mirga namoomaa Aabba Malliicha Huqqaa Teessoo .... Akkasumaasi namii maqaan asi irraatti Hin tuqamiini shantamaa oli Mana hidhaa jiraachuun Beekkamee jira. FREE ALL OF THEM✊✊✊✊
Show all...
OF-KENNAA KOOF! Isa ati nuuf of laatte hamaatti deebisanii maqaa kee xureessanii jibbaan si eebbisani Akka ijaaf adaamii gargar nu fageessanii maaf faarsite jedhanii dhaddacha na geessani waan baayyee dubbatanii waan baayyee odeessani abidda daraa hin qabneen garaa koo bobeessani Naaf duutee naaf dhiphattee kan naan gaafanne gatii waaqa uumaa gaditti OF-KENNAA kooti ati!! ✍@dera_zreal SHARE @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
Show all...
Akkamittiin kolfa? Ilaamee yaa jamaa Oromoon hundumtuu Waaggarii qajeelaa Oliiqaaf calqituu Maammad abbaa fuggii Qana'aaf mardaasaa Qoyyaas abbaa kakuu Jamaal abbaa fiixaa Dunqujeef dirbaasaa Ijoolleen abbichuu Ijoolleen tuulamaa Warri iluu abbaa booraa Warri aggaaroof jimmaa Ijoolleen maccaafii Ijoolleen baabbilee Ijoolleen booranaa Ijoollonni jiillee Ijoolleen ituudhaa Hundi oromoollee Hunduma keessanuu Mee waa isin gaafadhuu? naa deebisuu didduu? Gorsanii deebisuu Hin barsiisu jennaan Wallaalaa oromoo Kan barri raatesse Yookaan isa doofaa Itti uwwisu jennaan Lammiin gonnaafatee Aguuggatee moofaa Oromoon inni tokko Oromoo akkasaatti Akkamittiin kolfaa🤔🤔? ✍ @dera_zreal @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa @dinnee_didaa
Show all...