Oromoo first
Welcome to oromoo first @zaakiir
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
Taatoo fi ogeessaa Aartii Koomeedii Waaqoo (Jaankoo) Getaachoo kitaaba haaraa seenaa abbaasaa waggaa sadi dura haala suukaneessaan ajjeefaman irratti xiyyeeffatee barreesse.
1300
1100
Abbaan Alangaa Waliigalaa jalamurtii Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa galmee obbo Jawaar Mahaammadfaa namoota 24n walqabatee 'ragaaleen Abbaa Alangaa ...
1100
Manni murtii Federaalaa dhaddacha yakkaa Lidataa olmaa guyyaa har'aa ooleen galmee himannaa abbaan Alangaa Obbo Jawaar Mohammad fi himatamtoota 23 ...
1400
Yeroo bilbila keessaniin interneeta fayyadamtan saffisa interneetii qabdaniin mallattoowwan gara garaa argitu. Fakkeenyaaf mallattoowwan E, O, GPRS, 3G fi 4G kanneen jedhaman muraasa isaaniiti. Kanneen keessaa ammoo 4G kan jedhamu kun isa saffisaadha jedhamudha.
1900
Maatiin dhimma ijolleesaanii ilaalchisee waanti isaan yaaddeessu hedduudha. Kunis biyyaa biyyatti, aadaa, sadarkaa jiruufi sababoota birootiin gargar ta’uu mala.
1500
Abbaan dargaggoo Amaanu'eel Obbo Wandimmuu Kabbadaa ilmisaanii gocha rasaasaan nama rukkutuufi miseensummaa 'Abbaa Torbeetiin' takkaa maqaansaa dha'amee akka hinbeekne himan.
1100
Ajjeechaan Kaleessa Godina Qeellam Wallaggaa Magaalaa Dambi Dollootti dargaggoo Amaanu'el Wandimmu jedhamu irratti murtee seeraatiin ala raawwatame kan isa yaaddeessee ta'u Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksiise.
1700
Suuraaleen miidiyaa hawaasaarratti qoodaman dargaggoo Amaanu'el kun addabaabayii magaalaa Dambidoolloo irratti, bakka namoonni hedduun arganitti shugguxiin uffata isaatti maxxanee, harki isaa ammoo duubatti hidhamee mul'ata.
1000
Obbo Ahimad Hasan Sukkaare jedhamu. Maanguddoo ganna 64 yoo ta'an, hanga kutaa 8tti qofa baratan. Maanguddoon kuni dandeettii kalaqaa umamaan qabaniin mirga abbummaa kalaqa afur Ministeera Saayinisii fi Teeknolojiitti waajjira mirga abbummaa kalaqaa Itoophiyaarraa beekamtii argataniiru.
900