๐ซ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
๐channalii kanaaratii Ergaa sagaalee waaqayyoo karaa ittin arganuu,Barsiisa gara garaa akkasumaas faarfannaa haaraafi durii karaa ittiin arganuudha ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ง๐ค๐ถ๐น ๐Nuyi garuu kristos isa fannifame in lallabna 1Qor1:23 Nu qunnamuuf ๐ @Dhaga_J_bot
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
#FaarfannaaAfaanOromoo #Oromogospelsong #DawitMorka Singer: Dawit Morka Title: AN DADHABAMEERA! Director: Gutu Bikila Director of Photography: Lalisa Getaneh Editing: Lalisa Getaneh Color: Abenezer Abera Music Arrangement : Dasse Megersa (Sonan studio) Graphics: Brook Emiru (Harmee Graphics) Production: Hooqubaa Films Follow Dawit Morka: Facebook: / davemorka Instagram: / dawit_morka #DawitMorka #AnDadhabameera #FaarfannaaAfaanOromoo #Oromogospelsong DAWIT MORKA - AN DADHABAMEERA!(Official Music Video) Warning: Unauthorized distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Yaa Waaqayyo Gooftaa,
Yaa abdii namootaa,
Ijoollee kee hin gattu,
Isaan in marsita,
Dhaala Mootumma keetti,
Isaan in galchita
๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Dhaga_jirata๐Egaa angafa lubootaa isa guddicha bantiiwwan waaqaa keessa darbe, Yesus ilma Waaqayyoo erga qabaannee, beeksisa amantii keenyaa jabeessinee in qabanna.
Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.
โโโโโโโโโโโโโโโโ
Share Or Forwardโ ๏ธ
๐ @Dhaga_jirata๐
๐ @Dhaga_jirata๐
โ ๏ธJOINโ ๏ธYour current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.