cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

AYUKA News page

Kabajamtoota hordoftoota channel kiyyaa gaafii fi qeeqni keessan naaf dawaa dha. Akkasumas yaada,gaafii gaafachuu warri barbaaddanis asiin na qunnamuu dandeessu. https:@ayuka5

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
198
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

JOIN : @ayuka5
Show all...
Show all...
Gameessa siyasaa fi miseensa paartii mormituu kfo kan tahe Obbo Jawar Mohammed beellamni waggaa lamaan boodaa akka qabuuf mana murtii gaafatan Manni murii gaafii Obbo Jawar faa gaafatan kuffisuun caamsaa 18titti beellama qabamuufii abukaatoon isaanii Obbo Tuulii Baayisaa BBC afaan Oromootti himaniiru Join@ayuka5 @ayuka5 @ayuka5 Join and share for your freinds
Show all...
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN !! Goda yatiimaa,utubaa masjidaa,ooyruu keeyrii,tabba ulamaan irra qubatu,goota ija leencaa,hayyuu dhuka dubbii beeku... Haaji Zubayri Jundaa gama fuula RAHMAAN godaananii jiru. Abbaa qabeenyaati miti,imaama masjidaatii miti,garuu ofumaaf mallaqa walitti qabanii masjida 40 ol ijaaranii jiru! Dhoqqee ofiif dhiitu,muka ofiif baatu,ooyruu ulamaa ofiif qotu,darasoota diiniitif gaaddisa ijaaru..... Way RABBII kiyya! Gaara guddaa fudhatte har'a! Ibsallee nuuf kenni,isaanifis araarama kee buusiif,hojii isaanii hunda nuuf qeebali! Mee du'aa'ii godhaafi...!
Show all...
Eid Mubarak Neshida || Maher Zain || @ayuka5
Show all...
ዒድ ሙባረክ ዓብዱሰላም | Eid Mubarak - Abdusselam (2020)@ayuka5
Show all...
Eid mubarak 👬👬⛺ Taqabbalallahu minnaa wa minkum Saalihal a'amal Join 👇👇 @ayuka5 @ayuka5 Join 👇👇 @ayuka @ayuka5
Show all...
Dargaggoo Dambi Doolloo Keessatti Ajjeesame Ilaalchisee Dubbiiwwan Wal-faallessan Dhagama https://av.voanews.com/clips/VAO/2021/05/12/56af223d-9cae-413a-b4ae-7d0d21dab9c5_48k.mp3
Show all...

Adaba guyyaa iidaa keessaa Muraasni 1.Sadaqaa Fixrii utuu gara dirree Iidaatti hin bahin baasuu. “Rasuulli (Sallallaahu Alayhi wasallam) Utuu gara iidaa hin bahin dura Sadaqaa fixrii baasuutti ajajan.” Sahiih Bukharii 2. Gara dirree salaata Iida Yeroo deemuudhaaf ka'an dhiqachuu. 3.Uffata qabnu keessaa kan irra bareedaa uffachuu (Dhiiraaf qofa). 4.Yeroo gara Iidaa ba'uuf kaanu timira nyaachuu. Kunis gaafa nyaatamu witrii (habbaa 1,3,5…) godhanii nyaachuutu jaallatama. 5-Yoo Iida Al-Adhaa ta'e immoo yeroo gara dirree Iidaa ba'an nyaachuu dhiisanii yeroo deebi'an yoo udhiyyaa qabaatan isaan faxaruun sunnaadha. 6.Guyyaa kana keessa Sadaqaa baayyisuun jaallatamaadha. 7.Karaa Yeroo Iidaaf bahan irra deeman dhiisanii kan biraatiin deebi'uu 8.Gara Iidaatti yaabbii malee miillaan deemuu. 9.Dubartoonni babbareeffachuu fi Urgeeffachuun maleetti gara dirree iidaa bahuu. -Dubartoonni Haydii irra jiranis bahuun isaanii barbaachisaadha akka da'awaa muslimtootaa waliin dhaggeffataniif. 10. Guyyaa Iida lamaanii Takbiiraa godhuu. 11.Yeroo nama Muslimaatiin wal qqunnaman TaqabalallaahuMinnaa Waminkum (تقبل الله منا ومنك)Waliin jechuudhaan wal Gammachuisuu. 12.Yoo Iida Adhaa ta'e Udhiyyaa qaluu. 13.Namni Udhiyyaa godhuuf niyyate Eega ji'a Zulhijjaa galee kaasee hamma Udhiyyaa isaa gorra'utti Qeensaa fi Rifeensa isaa of irraa ciruu hin qabu Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Show all...