en
Feedback
GIDDISHOW

GIDDISHOW

Open in Telegram

Oduu Gamachisaa Telegram Muxxannoo fi hubanoo wa'ee Dawaa Islaama hubachisuuf banamtee kunoo dhufte jirti link kan jion gochuun Barreeffaman sagalee fi Vidiyoon Barumsa Amanta irra Hordofa. Jion gochu dagatina. ★Share ★Jion ★Comment godha. Page Hordofa

Show more
1 059
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-1830 days
Posts Archive
Ji'aRamadanaa https://rb.gy/zoffm6 Akka kalandarii Islaamatitti jiyni saglaffaan ji’a Ramadanati. Ji’oota kudha lamaan keessaa jiini Ramadanaa iddoo guddaa kan qabuu fi rahmanni fi barakaan kan itti baay’atudha. Jiinni Ramadana ji’a Qur’aanni itti bu’eedha. Ji’a kan keessa keeyri bal’aa fi ajrii guddattu jira. Jiinni kuni ji’a soomaa qofa osoo hin ta’in ji’a of ittii leenjisanii fi jijjiraniidha. Namni soomu tokko ganama obboroo irraa qabee hanga aduun dhiituttii nyaataa dhugaati fi wal qunnamti saala kam irraayyu of dhoowwu qaba.Asitti walqunnamtii saalaa kamiyyuu(halaalas ta’ii haraamas) guyyaa ramadaana rawwachun hin danda’mu. Garuu yeroo halkanii fedhii foonii karaa halaalatin guuttachuun dhowwaa miti. Wal qunnamtiin seeran ala(zinaan) halkanii guyyaa,ji’a Ramadaanas taîi ji’oota biraa keessattis raawwachun dhoowwadha/haraama. Akkuma ibaadaa kamiyyu soomni Rabbii jedhamee kan soomamu ta’uu qabaa malee agarsiisaf ta’uu hin qabu. Fudeyl ibn İyad akkana jedhu,”Hojiin tokko Rabbiin biratti fuudhatama argachuuf, wanta lama guutu qaba. Innis: Iklaasa fi hojii sirrii ta’uu qabu. Iklaasa yoo jennu Rabbii jedhanii hojjachuu yoo ta’uu hojii sirriin immoo sunnaa fi Qur’aana waliin kan deemu ta’uu qaba. Hojiin sirrii ta’ee yoo iklaasa hin qabaatin fudhatama hin argatu. Akkasumas hojiin tokko iklaasa qabaate yoo sunnaa fi Qur’aana waliin kan hin deemne ta’e fudhatama hin argatu.” Kanaafu sooma yeroo soomnu Rabbii jenne soomu qabna malee dhoksatti waa nyaanne ifatti nama soomu fakkaachu hin qabnu. Yeroo daa’imummaa kooti dargageessa tokkotu ture. Osoo horii waliin tiksinuu yeroo soomatin agadaa nyaatun ‘Eenyuttillee nan hin himin’ nan jedhe. Soomana yoo jennu nyaataa dhugaati fi wal qunnamti saalaa irraa of qusachuu qofa osoo hin ta’iin, jechoota fi gochoota gadhee irraa of tiksu, ijja ofii gadi qabachuudha. Namni namaan loluuf yoo harkoo sassaabate, ‘Ani sooma qaba,lakki narra taa’i’ jechuuni qaba malee gootumma ofii itti agarsiisuf jedhe soomana ofii cabsu hin qabu. Jechoota olii gadii fuudhu,nama hamachuu, arrabsuu,xiqqeessu fi kkf irra of qusachuudha. Faaydan soomaa lakkofsa hin qabu, baay’eedha. Soomni yeroo nyaata fi dhugaati irraa nama dhoowwu qaamaf fayyaa, garachaaf boqonnaa, sammuuf immoo qarummaan(intelligence) ni dabalamaaf. Namni yeroo hundaa hara malee wantuma arge nyaatu dhibee adda addaaf saaxilama. Dhibeewwan kanniin keessa isaan gurguddoon furdinna garmalee (obesity) fi dhibee sukkaarati. Soomni fi haala madalawaan nyaachun dhibewwan kanniinif akka hin saaxilamne nama gargaara. Faydaan soomaa kanatti osoo hin dhaabbatin sammuun wanta barattu fi dubbistu salphatti akka kuufattu arifachiisa. Gadi fageessite fi xinxallite akka yaaddu taasisa. Garaachatti nyaanni baay’een yoo qarqabamee, sammuutti beekumsi baay’een hin qarqabamuu(hin fee’amu). Soomni cubbuu baay’eerraa nama ittisa. Soomni walqunnamti saalaa seeran alaa irraa nama eega. Nyaanni fi ilaalchi daangaa hin qabne(unrestricted gaze) boba’awan fedhii walqunnamti saalaa bobeessaniidha. Kanaafu soomni boba’an fedhii saalaa boba’ee karaa badaa ta’een akka nama hin gubne nama tiksa. Namni soomu fedhiin inni yeroo nyaatu fi soomu walqunnamti saalatiif qabu ni hir’ata. Karaa haraamatin fedhii ofii guuttachuf hin tattaafatu. Rakkoo fi dhiphinnaa wal qunnamti saalaa seeran ala(sagaagalummaa) dhalatuurraa bilisa ta’a, nageenya fi tasgibbiin jireenya isaatti rooban. Soomni faayda armaan olii qofa osoo hin ta’in arraba akkuma feete olii gadii figdu hidha. İmaam ibn al Qayyim akkana jedhu, ‘namoonni zina(sagaagalummaa) irraa of qusatanii arraba isaani tiksu garuu kan itti hammaatetu jiru. ” Wanta hanga arrabaa rakkoo garagaaratif nama saaxilu hin jiru. ‘Hidhaan guddaan hidhaa arrabaati ‘yoo jedhu namtichi dhuguma dubbate. Sababa soomatin qaamni waan dadhabuuf arrabnis waa baay’ee dubbachuuf ni dadhabdi.

Channal YouTube, Tik Tok, Telegrama, Facebook, Instagram, fi kan biroo channal GIDDISHOW jedhu kanaan barumsaa Islaamaa barsiisaa kana irraa fayyadamoo ta'uu keessan yoo amantanii fi namoota biroo bira gahuu qaba jettanii yoo yaaddan link kana namoota naannoo keessan jiran kudhan (10+) cuqaasuun itti gaafatamummaa keessan ba'aa subscribe, share fi Like gochuun beekumsi Islaamaa akka nama hunda biraa gaha. Subscribe, Follow, Join, Like, & Share copy Link __ Telegram:- Jion  https://rb.gy/wdviij TikTok:- Follow https://rb.gy/zmqva8 Youtube:- Subscribe https://rb.gy/oy0d76 Instagram: https://rb.gy/gs0sne Facebook፡- Follow https://rb.gy/fleufp Twitter፡- Follow https://rb.gy/qp7ya3 Wabsit:- Follow https://rb.gy/j8cv9s

Amma halkan Sha’baana 29 jalqabnee jirra. Ji'a (addeesa) yoo garre qofa boru galgala Soommana Ramadaan jalqabna. Yoo Ji'a arkuu baanne ammoo Sha'baan 30 guuttannee, eegasii Ramadaana 1 jannee jalqabna. Duumeessi hedduun jiraatee Ji'a arkuu yoo nu dhoorke, biyya ollaa keenyaa iyyaafanna. Biyti ollaa keenyaa Ji'a gartee Soommannaan nus ni Soommanna. Yoo bakka hundaa Jiini arkamuu oole ammoo akkuma janne Sha'baan 30 guuttannee Ramadaan jalqabna.

photo content

Sifa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi wasallam Kan Qopheessee Ustaz Jafar Beyan Ahmed Nabiyyiin ﷺ irra bareedaa namaati fuulaan, irra tolaa namaati haalaan. Dheeraa loggaa miti, gabaabaa miti. Bukhaarii Nabiyyiin ﷺ jiddu jireeysa namaati. Ceekhuu lameen isaa jidduun adda fagaata (qooma bal’ata), Rifeensa gurra isaa gahu qaba. Bukhaarii Nabiyyiin ﷺ Harkaa fii miilli Isaa ni fufurdata/foon qaba. Bukhaarii Nabiyyii ﷺ hoggaa garii rifeensi isaa ceekhuu isaati gaha, Inni nama dheeraa miti, gabaaballee miti. Bukhaarii Bara’a bin Aazib Rabbi irraa haa jaalatuu akki je’e: Nama Isarra bareedu argee hin beekhu ﷺ. Aliyyi ibni Abii Xaalib akki je’e: Nama akka Isaa ﷺ Isa dura hin agarre, Isa booda hin agarre. Nabiyyiin ﷺ kullee ijaati, adiin ija isaa diimina qabdi. Muslim Nabiyyiin ﷺ rifeensi isaa akkaan gurraacha, kullee ija lamaaniiti, ceekhuu isaatirraa wayaa yoo fuudhe qarshii/meeta murame fakkaata. Albaanii sahiiha godhe. Rasuulli ﷺ hoggaa gamade fuulli isaa ni ifa, kutaa ji’aa fakkaata. Bukhaarii fii Muslim Rasuulli ﷺ foole urgaawaa taheen haalalaa beekkama. Rasuulli ﷺ hedduu hin koflu yoo seeqqate malee. Rasuulli ﷺ hoggaa dubbatu namni isa dhagaye hundi jecha Isaa irraa fahama. Rasuulli ﷺ hoggaa deemu nama dadhabaa fii hifataa hin fakkaatu. Rasuulli ﷺ haalaa fii amalli Isaa Qur’aana. Nabiyyiin ﷺ irra tolaa fii bareedaa uumaa Rabbiiti. Nabiyyiin ﷺ warra Anasaaraa ziyaaruu ture, daa’imoota isaanii irratti ni salaammata, mataa isaanii qaqqabata. Nabiyyiin ﷺ lafa taa’aa, lafarra taa’ee nyaataa ture. Nabiyyiin ﷺ daa’imootaaf irra gara laafaa namaati. Rasuulli ﷺ gara laafaa namaati, namni tokkolleen itti dhufee beellama seeneef san guutuuf malee hin dhiisu. Rasuulli ﷺ miskiinootaa fii gabarran wajjiin deemuu hin saalfatu, haajaa isaanii raawwatuuf malee isaan hin dhiisu. Rasuulli ﷺ Akkaan bareedaa namaati, irra arjaa namaati, akkasuma irra jeeyna namaati. Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam biratti irra jibbamaan namaa kijibaa namaati. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam dubartii girdoo kheeysa jirtu caala qaanfata/hayaa qaba. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam lubbuu isaatiif hijaa kafalatee hin beekhu. Rasuulli ﷺ daa’imoota ni jaalata, hoggaa karaatti bira dabru irratti salaamatta/nagaya gaafata. Nabiyyiin ﷺ waan mimmi’aawaa fii deeyma jaalata. Nabiyyiin ﷺ hoggaa kennu kennaa nama miskinummaa hin sodaanneet kenna. Maalumaatu akkatti si bareecha! Haadhaa fii abbaan kiyya fidaa kee haa tahan! Sallallaahu aleeyhi wasallam YouTube, Tik Tok, Telegrama, Facebook, Instagram, fi kan biroo channal GIDDISHOW jedhu kanaan barumsaa Islaamaa barsiisaa kana irraa fayyadamoo ta'uu keessan yoo amantanii fi namoota biroo bira gahuu qaba jettanii yoo yaaddan link namoota naannoo keessan jiran kudhan (10+) cuqaasuun itti gaafatamummaa keessan ba'aa subscribe fi share channel kana like gochuun beekumsi Islaamaa akka nama hunda bira gaha.  Subscribe, Follow, Join, Like, & Share copy Link __ Telegram join https://t.me/GIDDISHOW TikTok Follow https://www.tiktok.com/@giddishow.gkm Youtube Subscribe https://www.youtube.com/@GiddishowKedirMedia Instagram: https://www.instagram.com/@giddishow Facebook፡- Follow https://www.facebook.com/Giddi.shekadir Twitter፡- Follow https://twitter.com/giddi_kadir Wabsit Follow https://gkmedia764619522.wordpress.com/

YouTube, Tik Tok, Telegrama, Facebook, Instagram, fi kan biroo channal GIDDISHOW jedhu kanaan barumsaa Islaamaa barsiisaa kana irraa fayyadamoo ta'uu keessan yoo amantanii fi namoota biroo bira gahuu qaba jettanii yoo yaaddan link namoota naannoo keessan jiran kudhan (10+) cuqaasuun itti gaafatamummaa keessan ba'aa subscribe fi share channel kana like gochuun beekumsi Islaamaa akka nama hunda bira gaha.  Subscribe, Follow, Join, Like, & Share copy Link __ Telegram join https://t.me/GIDDISHOW TikTok Follow https://www.tiktok.com/@giddishow.gkm Youtube Subscribe https://www.youtube.com/@GiddishowKedirMedia Instagram: https://www.instagram.com/@giddishow Facebook፡- Follow https://www.facebook.com/Giddi.shekadir Twitter፡- Follow https://twitter.com/giddi_kadir Wabsit Follow https://gkmedia764619522.wordpress.com/

Gara Channal YouTube, Tik Tok, Telegrama, Facebook, Instagram, fi kan biroo channal GIDDISHOW jedhu kanaan barumsaa Islaamaa barsiisaa kana irraa fayyadamoo ta'uu keessan yoo amantanii fi namoota biroo bira gahuu qaba jettanii yoo yaaddan link namoota naannoo keessan jiran kudhan (10+) cuqaasuun itti gaafatamummaa keessan ba'aa subscribe fi share channel kana like gochuun beekumsi Islaamaa akka nama hunda bira gaha.  Subscribe, Follow, Join, Like, & Share copy Link __ Telegram join https://t.me/GIDDISHOW TikTok Follow https://www.tiktok.com/@giddishow.gkm Youtube Subscribe https://www.youtube.com/@GiddishowKedirMedia Instagram: https://www.instagram.com/@giddishow Facebook፡- Follow https://www.facebook.com/Giddi.shekadir Twitter፡- Follow https://twitter.com/giddi_kadir Wabsit Follow https://gkmedia764619522.wordpress.com/

jiru. Dhugumatti, kuni dandeetti Rabbii olta’aa agarsiisa. Nama tokko irraa namoota lakkoofsi isaanii hangana hin jedhamne dachii keessa bittineessuun dandeetti Isaa agarsiisa. Kanaafu, jalqaba namoota biyyee irraa Kan uumee, biyyee erga ta’anii booda Guyyaa Qiyaamaa lamuu isaan uumuun Isatti ni ulfaataa? Subscribe, Follow, Join, Like, & Share copy Link __ Telegram: https://t.me/GIDDISHOW TikTok: https://www.tiktok.com/@giddishow.gkm Youtube: https://www.youtube.com/@GiddishowKedirMedia Instagram: https://www.instagram.com/@giddishow Facebook: https://www.facebook.com/Giddi.shekadir Twitter: https://twitter.com/giddi_kadir https://gkmedia764619522.wordpress.com/

Ragaa Cimaa Du’aan Booda kaafamni akka jiru agarsiisuu Namoonni erga du’anii booda kaafamuun isaanii haqa shakkii hin qabneedha. Inumaa du’aan booda kaafamuun dirqama garmalee barbaachisaa ta’eedha. Osoo du’aan booda kaafamni jiraachu baate silaa ilma namaa uumun hojii taphaa ta’aa ture. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa kanarraa qulqullaa’e olta’e. Zaalimni humna qabu, nama dadhabaa miidhu fi cunqursuun ergasii adabbii tokko malee du’a. Mee amma of haa gaafannu: zaalimni (cunqursaan) kuni akkanumatti du’ee ni hafaa? Kan miidhamees osoo haqa isaa hin argatin achumaan du’ee ni badaa? Dhugumatti sammuun nagaha kana yommuu yaadu, dirqama du’aan booda kaafamni jiraachu akka qabu ni amana. Ragaalee du’aan booda kaafamni akka jiru agarsiisan baay’eedha. Isaan keessaa: Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa wanta du’aa keessaa jiraa akka baasu guyyaa guyyaan ni argina. Kanaafu, akkuma du’aa keessaa wanta lubbuu qabu baase, Guyyaa Qiyaamaas namoota du’an ni jiraachisa. Ni jedha: “ Du’aa keessaa jiraataa baasa, jiraataa keessaas du’aa baasa, dachiis du’a ishiitiin booda ni jiraachisa. Akkuma kana isinis baafamtu.” Suuratu Ar-Ruum 30:19 Kana jechuun Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa du’aa keessaa jiraataa baasa. Fkn, Nabii Aadamin aleyh salaam suphee (biyyee) gogdu lubbu hin qabne keessaa baase. Biqiltoota sanyii du’aa lubbuu hin qabne keessaa baasa. Caacutis killee keessaa baasa. Ammas, “ jiraataa keessaa du’aa baasa. ” Kan akka lukkuu keessaa killee baasu fi kanneen biroo. [1] “dachiis du’a ishiitiin booda ni jiraachisa.” Kana jechuun dachiin erga gogdee booda biqiltootaan ishii jiraachisa. Dachii gogduu biqiltuu magariisa homaatu ofirraa hin qabne irratti Rabbiin rooba buusa. Ergasii ajaja Isaatiin dachii magariisa taati. Osoo namoonni hundi kana hojjachuuf walitti qabamanii hojjachuu hin danda’an. Marga irraa marga takkatti biqilchuu hin danda’an. Rabbiin olta’aan dandeetti Isaatin kana hojjata. [2] “Akkuma kana isinis baafamtu.” Kana jechuun akkuma dachii du’a ishiitiin booda jiraachisuun biqiltoota fi midhaan lafa keessaa ol baasu, akkuma kana du’a keessaniin booda isin jiraachisuun qabrii keessan keessaa isin baasa. [3] Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa wanta hundaa irratti danda’aa ta’uu mallattoolee agarsiisan keessaa: biyyee irraa namoota uumuun dachii keessa facaasudha: “Mallattoolee Isaa keessaa biyyee irraa isin uumee ergasii isin yoosu nama taatanii faffaca’uudha.” Suuratu 30:20 Kana jechuun yaa namoota! Mallattoolee Rabbii guddinnaa fi guutummaa dandeetti Isaa agarsiisan keessaa tokko biyyee bishaanin walitti makame irraa isin uumudha. Rabbiin abbaa ilma namaa kan ta’e Aadamin (aleyh salaam) erga suuraa isaaf kennee fi kutaa qaama isaa sirreesefi booda dhoqqee goge irraa uume. Ergasii ruuhi itti afuufee nama guutuu taasise. Haadha ilma namaa tan taate Hawwaa lafe cinaacha Aadam irraa uume. Hundeen ishii biyyee waan ta’eef ishiinis akkuma Aadam biyyee irraayyi. Cophni bishaan saalaa namoonni hafan ittiin wal horan dhiiga irraa kan uumameedha. Dhiigni soorata irraa uumame. Soorannis biyyee dachii bishaaniin walitti makametti deebi’a. Sooranni biqiltoota irraa ta’e dhimmi isaa beekkamaadha. Sooranni beelladota irraa ta’es sooranni isaaniiti fi ijaarsi qaama isaanii biyyee dachii bishaanin walitti makametti deebi’a. Akkuma mul’atu, qaamni namootaa fi lubbu- qabeenyi biroo bishaanii fi albuudota biyyee irraa ta’e irraa kan ijaarrameedha. (Kanaafu, hundeen namoonni irraa uumaman biyyeedha jechuudha.) “ergasii isin yoosu nama taatanii faffaca’uudha.” Kana jechuun garaa haadha keessani keessatti qaamni keessan uumame erga guuttame ruuhin isinitti afuufamtee, ergasii umrii daa’imummaa fi ijoolluma erga dabartanii booda nama uumama guutuu qabu ta’uun dachii keessa faffacaatu. [4] Akkuma beekkamu, ilmaan Aadam wal horuun addunyaa guutuu keessa faffaca’anii

photo content

Adduunyaa tana irraa maal akkaan jaalatta ? Guyyaa tokko Rāšūūlli ﷺ sahaabaa isaanii abuu bakri, umar, usmaan fi Aliyyi  waliin taa'anii osoo haasawa jiranii Rasuuli ﷺ isaan gaafate abuu bakri irraa eegalee : Yaa abuu bakri adduunyaa irraa maal jaalatta ? Waa sadihiin jaaladha jedheen :- 1 Fuuldura kee taa'uu 2 Fuula kee keessa ilaaluu 3 Qabeenya kiyya sirratti kennachuu Ati hoo yaa ( umer ) Maal jaalatta duniyaa irraa? Akkana ja'e waa sadi jaaladha duniyaa irraa :- 1 Toltutti ajajuu osoo iccitiin tahellee 2 Hamtuu irraa dhoorguu osoo ifa bahaa  tahellee 3 Dhugaa dubbachuu osoo hadhaayaa tahellee Atin hoo yaa ( Usmaan ) Maal jaalatta duniyaa irraa ? Akkana je'e waa sadi jaaladha duniyaa irraa :- 1 Miskiina nyaachisuu 2 Salaamtaa facaasuu ( baay'isuu ) 3 Halkan salaatuu haala namni rafuun Ati hoo yaa ( Aliyyi ) Maal jaalatta duniyaa irraa ? Akkana jedhe waa sadi jaaladha duniyaa irraa :- 1 Keessummaa kabajuu 2 Yeroo bonaa soomuu 3 Seyfiidhaan aduwwii rukutuu Eegasii ( abaa zarril gifaarii gaafate ) Adduunyaa keessatti maal jaalatta ? Akkana jedhe adduunyaa keessatti waa sadi jaaladha ;- 1 Beela ،،، 2 Dhukkuba ،،، 3 Du'a ،،، Nabiyyiin akkana isaan jedhe ( s.a.w ) Maaliif? Akkana jedheen ( abu zarri )           Beela wanni jaaladhuuf akka onnee tiyya miidhagsuuf ،،، Dhukkuba wanni jaaladhuuf akka dilii tiyya laaffisuuf ،،، Du'a wanni jaaladhuuf akka rabbii kiyya qunnamuuf ،،،. Hoggaa kana jibriil ( aleyhissalam ) bu'ee salaamtaa isaan irratti qara'ee akkana jedhe :- Anis duniyaa teessan irraa waa sadi jaaladha :- 1 Risaalaa geessuu ,,, 2 Amaanaa bakkaan gahuu ,,, 4 Miskiina jaalachuu ,,, Eegasii gara samaa'ii olbahee marraa lammaffaa gadi deebi'ee akkana jedhe :- Rabbiin jabaatee oltahe salaamtaa isin irratti qara'ee akkana jedhe:- Inni ( rabbiin ) waa sadi jaalata duniyaa teessan irraa  :- 1 Arraba zikrii godhu 2 Qalbii kushuu'a ( sodaa rabbii qabdu ) 3 Qaama balaa irratti obsa qabu Subhaanallaahi wabi hamdihii ،،، Subhaanallaahil aziim ،،، Ergaa tana yoo dubbiftee xumurte nama biraatiif ergi ,,, Kadhaa ( du'aa'ii ) sadi hin irraanfatinaa sujuuda keessan keessatti ؛ 👉 Yaa rabbi ani khaatimaa bareedduu si kadha , 👉 Yaa rabbi towbaa qulqulluu na razzaqi osoo hin du'in dura 👉 Yaa rabbii gara gaggalchaa qalbii qalbii tiyya sabachiisi diinii kee irratti " Hattaa yoo jechoota kana share gochuu niyyatte keyrii isiidhaan hawwi rabbiin sirraa furu malaa cinqii duniyaa fi aakiraa irraa taate 1/ Gammachuu yoo feete   = Salaata yeroo isii keessatti salaati 2/ Ifnana fuulaa yoo feete   = Halkan         dhaabbatu sirra jira 3/ Boqachuu yoo feete         = Qur'aana qara'i 4/ Fayyaa yoo feete               = Soomana soomi 5/ Rakkoon sirraa furamu yoo feete = istighfaara baay'isi 6/ Yaanni sirraa akka deemu yoo feete = du'aa'ii baay'isi 7/ Cinqiin akka sirraa deemu yoo feete = laa howla walaa quwwata illaa billaahi jedhi 8/ Barakaa yoo feete       = salawaata buusi nabiyyii irratti 9/ Hasanaata ifaajee takka malee yoo feete = if biratti qabdee hin taa'iniin share godhi sadaqaa addaan hin cinnetti herreegadhu siifii warra keetiifis. Rabbiin isinii kakadhe lubbuu teessaniif jecha namni dubbisee xumure salawaata haa buusu ergamaa rabbii irratti marraa 3 ajrii fi sawaabas akka argattu __ Telegram: https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromottin Facebook: https://www.facebook.com/Giddi.shekadir Youtube: https://www.youtube.com/@GiddishowKedirMedia Instagram: https://www.instagram.com/@giddishow Twitter: https://twitter.com/giiddi_kadir TikTok: https://www.tiktok.com/@giddishow.gkm https://gkmedia764619522.wordpress.com/

photo content

As wr wb