cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

꧁﷽꧂ 🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegrama irratti kan Dr. Abduljaliil Rube isa sirriiti ! Share godhaa gara kayritti wal yaamaa ‼️ 📬 @GareeDrAbduljalilRube

Show more
Finland478The language is not specifiedReligion & Spirituality8 023
Advertising posts
11 359Subscribers
No data24 hours
-367 days
-20930 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViewsSharesViews dynamics
01
Abaahureeyraan Rasuula ﷺ irraa odeessee Rasuulli ﷺ Akkas jedhan "Dubbii lama tan Arraba irratti haphii / laaftuu kan taate madaallii keessatti ulfaattuu kan taate gama Rabbiitti jaalatamtuu kan taate : Subhaanallaah wobihamdihii Subhaanallaahil Aziim" (Bukhaarii fi muslimtu gabaase)
2 3839Loading...
02
🌴 Dhaamsa Ramadaana Boodaa... ❶. Somana kan Ramadanaatitu dhume malee.. Soomanni sunnaa kan Rabbitti si dhiheeysu hin dhumne.. hedduutu hafe.. jabeeyfadhu.. ❷. Qur'aanni Ramadaana qofaaf hin buufamne. Yeroo Ramadaanan alaatis qara'amuu qaba.. Ramadaanni baheef qur'aana Rabbiitiin hin oodin.. ❸. Masjiidni (manni Rabbii) Baatii Ramadaana qofaaf hin banamu.. Amata guutuuf banaadha.. Mana Rabbii keetii hin onsin.. ❹. Salaatni niis yeroo soomana qofa waajiba hin godhamne.. Amata guutuu dirqamni isaa itti fufa.. Ramadaana qofa salaattee dhiisudhaan Rabbii khe fitti hin dallansiisin.. ❺. Salaatni (dhaabbanni) leyliidhaatiis Ramadaana kheysa kharaa hin godhamne.. Ramadaanaan alattiis sunnaa akkaan jajjabduudhaatii.. iimaana keetiin tiyfadhu.. ❻. Sunnaan witrii tiis sunnaa jajjabduudha.. wasiyyaa Rasuulaatii s.a.w.. dhaamsa Nabii keetii s.a.w harka itti maradhu.. itti ciniinnadhuu.. aadaa godhadhu.. ❼. Rahima khe maxxanfachuunis abooradee Ramadaana qofaan sirraa hin dhumtuu quba qabaadhu.. Haqni isaanii amata guutuu ni jiraa.. yeroo hunda isaan ziyaaruu fi hariiroon teeysan tiyfachuudhaan Rahmata Rabbii arkadhu.. ❽. Wasanni Rabbii (diliileen) Ramadaana kheeysa qofa hin haraamoytu.. akkuma ramadaana kheysa haraamirraa fagaattu daran Ramadaan alattiis wasana Rabbii keetii tiyfadhu.. ❾. Adawwichi kheenya guddaan (sheyxaanni) hidhamuun isaa Ramadaana qofa akka tahees hubadhu.. Ramadaan alatti gad dhiifamaadha.. iimaana Ramadaana kheysa arkatte kana waraana godhachuun itti duuli.. qabsoo itti godhi.. Rabbii kheetiin gargaarsifadhu.. ❿. Soomanaafi ibaadaa tee akka Rabbiin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. // namni hedduun Ramadaani banaan akka waan isaaf qeebalamuun shakkii hin qabneetitti yaada.. mu'uminni garuu ni yaaddawa.. ummanni salafaa (gaggaariin nu dura dabran) ramadana booda ji'a jaha akka Rabbiin irraa qeebalu kadhatan.. atiis akka Rabbin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. ⓫. Namni Ramadaana soomanee shawwaalarraa jaha itti aanse.. akka nama amata guutuu soomaneeti ja'an ergamaan Rabbii s.a.w.. soomanuu hin dagatiin.. Guyyaa jahan walitti dhaabdee soomanuus ni dandeeysa.. addaan mummurtee somanuus ni dandeysa... Rabbiin Nurraa haa qeebalu.. warra bara hedduu daddeebiee soomanu nu haa godhu...
3 23315Loading...
03
Media files
2 2853Loading...
04
Takbiiraa IIDA
2 0014Loading...
05
🌴✨Takbiiraa jedhaa takbiiraan keessan hanga daangaa samii gahuutti !! ☝️🏻 Takbiirraa (Rabbiin guddisaa) Rabbiin guddaa faarfamuu haqa godhata. ☝️☝️☝️ ✨ الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد, الله أكبر كبيرا، والحمد لله كثيراً، وسبحان الله بكرة وأصيلاً، لا اله إلا الله وحده، صدق وعده، ونصر عبده، وأعز جنده، وهزم الأحزاب وحده، لا اله إلا الله ولا نعبد إلا إياه مخلصين له الدين ولو كره الكافرون، الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد ✨ Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Laailaah illaahu, Allahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamdu, Allaahu Akbaru Kabiiraa, Walhamdulillahi Kasiiraa, Wasubhaanallahi Bukratan Wa Asiilaa, Laailaahaillallaahu Wahdaa, Sadaqa Wa'adaa, WaNasara Abdaa, Wa A'azza Jundaa, Wahazamal Ahzaaba Wahdaa, Laailaahaillallaahu Walaa Na'abudu illaa iyyaahu, Mukhlisiina lahuddiina Walawkarihal Kaafiruun, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Laailaahaillallaahu, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamd.
5 12046Loading...
06
Baga iida Al-Adha bara 1445 tiin nagahaan itti isiniin gahee!! - Kan baranaa kan bara hedduu nuuf haa ta'u. تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وأنتم بخير #عيد مبارك!          🌿🌿🌿🌸🌸🌸🌸🌿🌿🌿🌿
3 9936Loading...
07
Media files
1 5970Loading...
08
🌴Assalamualaikum warahmatullahi wabarakaatu . ✨ Harri guyyaan jumu'a dha salawaaya haa heddummeessinu‼️ اللهمَّ صلِّ على محمَد وعلى آل محمَّد، كما صليتَ على إبراهيم وعلى آل إبراهيم، إنَّك حميدٌ مجيد. اللهمَّ بارِك على محمَّد وعلى آل محمَّد، كما باركتَ على إبراهيم وعلى آل إبراهيم،، إنَّك حميدٌ مجيد.🖤 ✨ Akkasuma du'aayis haa heddummeessinu... ‼️ يارب ‏أنت السلام ‏ومنكَ السلام ‏سلّمني من الدنيا، ‏ومن نفسي ‏ومن رجاء الأشياء ‏دون نَيلها           ⬇️⬇️ 📲 t.me/Dr_AbduljaliilRube
4 9873Loading...
09
🪣 Saa'iin (صاع) akkaata itti safaramu dha.
2 0240Loading...
10
Media files
2 0782Loading...
11
#Bulugul Maraam #Babu sadaqatul fixr 🔊 Dr Abduljaliil Rube . . . 🌴🌴🌴 📌 T.ME/DR_ABDULjALIILRUBE
2 0805Loading...
12
🌾صدقة الفطر 🌾 Sadaqaa/Zakaa Fixrii ⬇️⤵️⬇️⤵️⬇️⤵️⬇️⤵️⬇️⤵️⬇️⤵️
2 1890Loading...
13
اللهم يوماً كيوم بدر !! .
2 8543Loading...
14
🛑 Laylatul qadri warra salaatuufi warra masjiida keessa jiru qofaafii miti Warra xurii laguu irra jiruu fi warra dhiiga dahuumsaa irra jiran, imaltoota... faayidaan halkan kanaa isin hindarbin. Zikrii fi ibaadaawwan garagaraatin jajjabaachuu qabdan. Halkan san keessatti du'aa'ii baayyisuu hindagatinaa laylatal qadri warra salaatuu fi warra masjiida keessa jiran qofaafii miti. Namni baayyeen masjiida yoo hindeemin faayidaa(kheyrii) kana waan argatu itti hinfakkaatu. Kun dogongora! Wanni guddaan nurraa eegamu ibaadaarra jiraachuu keenya. Nama dandeettii qabuuf garuu suunnaa Nabiiyyii keenya jaalatamaa(saw) hordofuuf masjiida osoo jiraannee nijaalatama. Yoo hindandeenne bakkuma jirrutti kan hojiirra jiru bakka hojiitti kan mana jiruu manuma keessatti ibaadaarratti jajjabaachuu qaba. Rabbi laylatul qadriin nu haa qunnamsiisu!
2 73519Loading...
Abaahureeyraan Rasuula ﷺ irraa odeessee Rasuulli ﷺ Akkas jedhan "Dubbii lama tan Arraba irratti haphii / laaftuu kan taate madaallii keessatti ulfaattuu kan taate gama Rabbiitti jaalatamtuu kan taate : Subhaanallaah wobihamdihii Subhaanallaahil Aziim" (Bukhaarii fi muslimtu gabaase)
Show all...
39👍 9
🌴 Dhaamsa Ramadaana Boodaa...
❶. Somana kan Ramadanaatitu dhume malee.. Soomanni sunnaa kan Rabbitti si dhiheeysu hin dhumne.. hedduutu hafe.. jabeeyfadhu.. ❷. Qur'aanni Ramadaana qofaaf hin buufamne. Yeroo Ramadaanan alaatis qara'amuu qaba.. Ramadaanni baheef qur'aana Rabbiitiin hin oodin.. ❸. Masjiidni (manni Rabbii) Baatii Ramadaana qofaaf hin banamu.. Amata guutuuf banaadha.. Mana Rabbii keetii hin onsin.. ❹. Salaatni niis yeroo soomana qofa waajiba hin godhamne.. Amata guutuu dirqamni isaa itti fufa.. Ramadaana qofa salaattee dhiisudhaan Rabbii khe fitti hin dallansiisin.. ❺. Salaatni (dhaabbanni) leyliidhaatiis Ramadaana kheysa kharaa hin godhamne.. Ramadaanaan alattiis sunnaa akkaan jajjabduudhaatii.. iimaana keetiin tiyfadhu.. ❻. Sunnaan witrii tiis sunnaa jajjabduudha.. wasiyyaa Rasuulaatii s.a.w.. dhaamsa Nabii keetii s.a.w harka itti maradhu.. itti ciniinnadhuu.. aadaa godhadhu.. ❼. Rahima khe maxxanfachuunis abooradee Ramadaana qofaan sirraa hin dhumtuu quba qabaadhu.. Haqni isaanii amata guutuu ni jiraa.. yeroo hunda isaan ziyaaruu fi hariiroon teeysan tiyfachuudhaan Rahmata Rabbii arkadhu.. ❽. Wasanni Rabbii (diliileen) Ramadaana kheeysa qofa hin haraamoytu.. akkuma ramadaana kheysa haraamirraa fagaattu daran Ramadaan alattiis wasana Rabbii keetii tiyfadhu.. ❾. Adawwichi kheenya guddaan (sheyxaanni) hidhamuun isaa Ramadaana qofa akka tahees hubadhu.. Ramadaan alatti gad dhiifamaadha.. iimaana Ramadaana kheysa arkatte kana waraana godhachuun itti duuli.. qabsoo itti godhi.. Rabbii kheetiin gargaarsifadhu.. ❿. Soomanaafi ibaadaa tee akka Rabbiin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. // namni hedduun Ramadaani banaan akka waan isaaf qeebalamuun shakkii hin qabneetitti yaada.. mu'uminni garuu ni yaaddawa.. ummanni salafaa (gaggaariin nu dura dabran) ramadana booda ji'a jaha akka Rabbiin irraa qeebalu kadhatan.. atiis akka Rabbin sirraa qeebalu kadhaa heddumeeysi.. ⓫. Namni Ramadaana soomanee shawwaalarraa jaha itti aanse.. akka nama amata guutuu soomaneeti ja'an ergamaan Rabbii s.a.w.. soomanuu hin dagatiin.. Guyyaa jahan walitti dhaabdee soomanuus ni dandeeysa.. addaan mummurtee somanuus ni dandeysa... Rabbiin Nurraa haa qeebalu.. warra bara hedduu daddeebiee soomanu nu haa godhu...
Show all...
👍 28 6🤔 2
Takbiiraa IIDA
Show all...
👍 4
🌴✨Takbiiraa jedhaa takbiiraan keessan hanga daangaa samii gahuutti !! ☝️🏻 Takbiirraa (Rabbiin guddisaa) Rabbiin guddaa faarfamuu haqa godhata. ☝️☝️☝️ ✨ الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد, الله أكبر كبيرا، والحمد لله كثيراً، وسبحان الله بكرة وأصيلاً، لا اله إلا الله وحده، صدق وعده، ونصر عبده، وأعز جنده، وهزم الأحزاب وحده، لا اله إلا الله ولا نعبد إلا إياه مخلصين له الدين ولو كره الكافرون، الله اكبر، الله أكبر، الله اكبر، لا اله إلا الله، الله أكبر، الله أكبر ولله الحمد ✨ Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Laailaah illaahu, Allahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamdu, Allaahu Akbaru Kabiiraa, Walhamdulillahi Kasiiraa, Wasubhaanallahi Bukratan Wa Asiilaa, Laailaahaillallaahu Wahdaa, Sadaqa Wa'adaa, WaNasara Abdaa, Wa A'azza Jundaa, Wahazamal Ahzaaba Wahdaa, Laailaahaillallaahu Walaa Na'abudu illaa iyyaahu, Mukhlisiina lahuddiina Walawkarihal Kaafiruun, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Laailaahaillallaahu, Allaahu Akbar, Allaahu Akbar, Walillaahil hamd.
Show all...
16👍 3
Baga iida Al-Adha bara 1445 tiin nagahaan itti isiniin gahee!! - Kan baranaa kan bara hedduu nuuf haa ta'u. تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وأنتم بخير #عيد مبارك!          🌿🌿🌿🌸🌸🌸🌸🌿🌿🌿🌿
Show all...
10👍 1

11👍 2👏 2
🪣 Saa'iin (صاع) akkaata itti safaramu dha.
Show all...
👍 6👏 1