Quen VIP
Open in Telegram
💸💼 1 Milli Ways To Get Rich 💼💸 😊★ Click & Win! 🤩★ 📫🙌🏻 Respect The Eye 🙌🏻🔥★
Show moreThe country is not specifiedCryptocurrencies39 464
1 606
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-3930 days
Posts Archive
1 606
Tarsimoo qabsoo Qeerroo Dirree Xayyaaraatiin qophaa'e.
Qabsoo diddaa gabrummaa finiinsuuf, Akkasumas mootummaa gabroomfataa saffisaan ofirraa buqqisuudhaaf tarsimoon asii gaditti barraa'e akka guutuu Oromiyaatti hojiirra oolu barbaanna. Kanaafuu barruun kun Oromoota dhageettii qaban, Hoggantoota paartilee Oromoo, Hayyoota, Adda dureewwan Qeerroo fi Aktiivistoota Oromoo bira bifa iccitiin akka nuuf dhaqqabu barbaanna.
1. Hoggansa.
Hoggansa giddu galaa cimaa ijaaruu.
Erga hoggantoonni keenya hidhamanii kaasee hoggansi hawaasni qabsoo geggeessu itti amanu, kan yaada ummataa gara tokkotti deebisee bifa qindaa'aa ta'een sochoosu hin jiru. Hoggana giddu galaa cimaa kan hojiin isaa qabsoo kana hogganuu qofa ta'e of keessaa baasuu qabna.
Hoggana itti gaafatamummaa fudhachuun sodaa tokkoon maletti qabsoo kana sochoosu ta'uu qaba.
Hogganni kun hawaasa Oromoo hunda haga sadarkaa gandaatti maal irra akka jiran, rakkina akkamii akka qaban, dandeettii fi cimina isaanii qorachuun qabsoo keessatti bifa kamiin akka hirmaachuu danda'an addaan baafachuu qaba.
Tarsimoo hawaasa qabsaa'uun wal-gitu fayyadamuu qaba.
Qaamoota qabsoo irratti hirmaachuu qaban hunda bifa danda'ameen gara qabsootti fiduu qaba.
Sabootaa biroo fi qaamota fedhii wal fakkaataa qaban itti dhiyaachuudhaan gargaarsa qabsoo gochuu.
Qaama yaadaa fi haala qabatama jiru irratti odeeffannoo laatan ilaalanii bira dabruu otoo hin taane simannaa taasisuu fi qabsoo irratti bifa kamiin akka hirmaachuu danda'an gaafachuudhaan hirmaachisuu qaba.
Hawaasa sadarkaa adda addaa jiran bifa iccitiin ijaaruu. Akkasumas, Tarsiimoowwan bifa iccitiin geggeeffamuu qabanis iccitiidhaan hojiirra olchuu.
2. Manguddoota, Abboottii gadaa fi Abboottii amantaa.
Jaarmaya iccitii qabaachuu.
Bulchiinsa sadarkaa olii qofa otoo hin taane haga gandaatti gaaffii mirgaa gaaffachuu fi dararaan ummata irra gaha jiru akka dhaabbatu gaafachuu.
Gaaffii fi deebii bulchiinsa waliin godhamu bifa suur-sagaleetiin miidiyaadhaaf dhiyeessuu.
Qeerroo fi hoggansa qabsoo waliin hariiroo cimsuu.
Qaama bulchiinsaa kan ummata miidhan irratti dhiibbaa gochuu.
3. Qeerroo fi hawaasa.
Qeerroon jaarmaya isaa iccitiin jabeessuu.
Qeerroowwan amma ol guddataa jiran gara qabsootti fiduu; Akkasumas hariiroo hoggansa qabsoo waliin akka cimsan gochuu.
Naamusaa fi Tarsimoon socho'uu.
Hoggana qabsoo dhaggeeffachuu; Akkasumas haala qabatama jiru odeeffannoo laachuu.
Qeerroon manguddoota fi shamarran qabsootti hirmaachisuu.
4. Paartilee Siyaasaa Oromoo.
Tokkummaa paartilee Oromoo jidduu jiru cimsuu.
Hawaasa Qeerroo, Manguddoota fi Aktiivistoota waliin hariiroo cimsuu fi qabsoo ummata bal'aa hogganuu.
Tarsimoo Hawaasa bal'aa fi Qeerroon ittiin qabsaa'an baasuu.
Mirga ummataatiif halkanii fi guyyaas falmuu.
Hariiroo iccitaawaa ta'e qaamota hawaasaa fi qabsaa'oota waliin uumuu fi waliin hojjachuu.
5. Barattoota.
Marii qabsoo giddu-gala godhate yero yerotti geggeessuu.
Sagalee mormii dhageessisuu.
Barattoota hunda kakaasuu.
Hoggana qabsoo waliin hariiroo cimsuu.
6. Daldaltoota.
Jaarmaya iccitii qabaachuu.
Hoggana qabsoo fi qeerroo waliin hariiroo cimaa qabaachuu.
Gargaarsaa fi Ispoonsara mootummaaf gochuu diduu.
Daldaltootaa fi dhiheessitoota mootummaaf gargaarsa godhan irraa bituu fi itti gurguruu dhiisuu.
Gibiraa fi galii mootummaaf galu bifa danda'ameen xiqqeessuu.
Qeerroo fi qabsaa'ota keenya gama dinageen gargaaruu.
Ejjannoo yoo fudhatan bifa iccitiin ta'uu qaba.
7. Hojjettoota Mootummaa.
Hojii fi ergama dhaabaa laaffisuun bulchiinsa laamsheessuu.
Iccitii mootummaa hoggansa qabsoo fi qeerroof dabarsanii laachuu.
Humnoonni nageenyaa akka hawaasa hin miine dhiibbaa gochuu.
Hawaasaaf dahoo ta'uu.
Hawaasni akka mootummaarraa abdii hin qabaanne gochuu fi motummaan kun dadhabaa akka ta'e hawaasatti agarsiisuu.
Basaastuu saaxiluudhaan ummanni akka irraa of eegu taasisuu.
1 606
Kello Media:
Hundeeffama #KelloMedia Waggaa 2ffaan Baga isin gahe namoonni keessaan Nu eebbisaa jirtanu Galatooma Sagalee Ummata Cunqurfamaa ta,uu keenya cimsinee itti fufna Media Dhaloota qubee! @KelloMediaOfficial
Oromo siif jiraannee siif duuna malee garaaf bitamnee diiinakee jala hin gallu yoo duunes duunee badna male Worri #kello #Media jaallanu Hamma dandeessaniin nama lakkoofsa isaa qabadanu hunda #add #member #godhaa
👇 #JoinGroup
https://t.me/Kello_Media_officiall
1 606
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋.
Horodoftootin Amantii Muslimaa Hundi baga Ayyana iida Arafaa kanaan isin gahe Ayyaanni bara kanaa Kan nagaa fii gammachuu Kan milkii Kan bilisummaa nuuf Ha ta,u Hajjiin keessanillee qeebalamtuu namaafii waaqa biratti jaallatamtuu isiniif haa ta,u barri kunis bara oromoon itti tokkoomee gabroomfataa kana of irraa gombisu nuuf ha ta,u.
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
#Dhaamsa_Eebbaa_KelloMedia_Irraa.
T.me/KelloMediaOfficial
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
T.me/KelloMediaOfficial
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋 Akka Sagaleen keenya si,aan Ummata bira gahutti #Group Kello Media Kanatti Hiryoota keessan Add member godhaa.
🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋
👇❤️👇💚👇❤️👇
#AddMembarJoinShere.
https://t.me/Kello_Media_officiall
1 606
Jechoota koloneel Gammachuu Ayyaanaa Goota jechoota isaa qofan Itoophi'ummaa raase!
Jabaa Garbummaan jibbuu!
========================
👉 Seenaa keessatti Abiyyi naaf ergamee malee na ergatee hin beeku.
👉 ABOn uumamasaa keessatti eenyuttuu hirkachuu hin beeku. Waan dhufu hundumaaf oromoo gaafata.
👉 ABOn Waaqaa gaditti Oromoo dhabama irraa oolche.
👉 ABO fi Ummanni oromoo fira hin qaban.
👉 Hiikkadhu jechuun hiikkachiisuuf yaaluudha. yoo hiikkatte si booji'u. Waan fedhetu dhufa malee immoo OPDO dhaan ABOn hin booji'amu.
👉 Karaa namuusaa ABOn hin hamatamu.
👉 Malkaa gaaf tokko WBOn ce’e barabaraan hin gogu. Gaaddisni gaaf tokkoof WBO'n jala buufates hin cooligu barabaraan ni lalisa.
👉 Obbolaan keenya Musliimaa - Dayyuusiif ( Sodaataa ) fi doqni jannata hin dhaalu! " jedhu. Obbolaan keenyaa kiristaanaa - "Worra sodaatan hiriira keessaa hambisaa jedhu. Oromoonis- Sodaataaf nama mirgaa isaaf hin falmanne intala isaa hin fuudhu. ilma isaattis hin heerumsiifatu. Kana jechuun falmachuu dhabuun lafa birattis, nama birattis, Uumaa birattis cubbuudha
👉Maatiin gaafatamaa ganama bariin ka'ee dhama'uuf hin qabne yeroo hunda beela'a.biyyi goota lubbuusaa kennuuf hin qabnes yeroo hunda garba.
👉 biyya kanatti walfuree kan bulchaa jiru broker fi settler dha. kanarratti qabsoofne, kanaaf falmanne.
👉 Baga abiyyiin gaafa boombiin itti darbatame du'eera hin ta'iin silaa goota keenyatu du'e jenna yoona.
☑️Hayyuu akkasii fa'a Afaan qabde mootummaa garboomfataan.
Free Koloneel Gammachuu Ayyaanaa!
❤️💚❤ Akka Sagaleen keenya si,aan Ummata bira gahutti #Group Kello Media Kanatti Hiryoota keessan Add member godhaa.
👇❤️👇💚👇❤️👇
#AddMembarJoinShere.
https://t.me/Kello_media_officiall
1 606
Hogganoonni qabsoo Oromoo wareegaman dhuguma kabajaman! Lubbuun jiraatanii saophachuurra ulfinni isaanii osoo hin tuqamin wareegamanii seenaa tahuun ulfina. Warra lubbuun jiru keessaa gariin waan nu godhan yoon yaadu hogganoota qabsoo Tigraayittin hinaafe. Warri Tigraay jiruu qananii waggaa 27 booda roorroon qeheetti itti dhufnaan umrii dullumaatti falmachuuf murteeffatanii gammoojjii bu'an. Gariin ni wareegaman, kan irraa hafan injifannoon galan. Tokkummaa fi murannoo qabsoo saba isaaniif hamilee jabaa uuman. Har'a addunyaan isaan dinqisiifatti.
Gama keenyatti yoo deebinu seenaa saalfachiisaa agarra. Hogganoota ABO jaaran keessaa gariin ''kaayyootu jal'ate'' jechuun hoggana gaafatamarra jirurratti ololaa, kaan ammoo faallaa goruun kaayyoorraa nu jal'isuuf dhama'aa turan. Duula walirratti banan kanaan mooraa qabsoo daadarkeessan. Qabsaayota meeqaatama wal dura dhaabanii wareegama bilaasha kafalchiisan. Dhumarratti warruma waan kanaaf gaafatamaa tahetu eega nu salphisanii booda harka wal qabatanii sijaaraa waliin xuuxan. Kaleessa shanachi jaarsa Oromoo walitti isaan araarsuuf humna, yeroo fi qabeenya meeqaatama qisaasee yoo ifaaju walitti dhufuu didan. Har'a garuu dantaa diinaaf harka diinaa keessatti wal cinaa dhaabatan. Haala hogganni qabsoo bara kanaa hidhaatti naqamee siyaasaa biyyattii keessaa dhiibamee bahe keessatti isaan barcuma paarlaamaa mootummaan Amaaraa kenneefiin bitaman. Kana booda waggaa meeqa jiraachuuf jecha akka of gurguran namaaf hin galu. Galata kaleessa bara dargaggummaa isaanii guutuu saba kanaaf oolan dulluma keessa dhoqqeetti laaqan. Qabsoo sabaa kan kaleessa bara dukkanaa keessatti wareegama qaaliidhaan gad dhaabanitti deebi'anii gufuu tahuun dhumarratti diina Oromootti harka kennachuutu salphina! Qabsoo kana keessatti maqaa isaani dhagahaa warra guddanneef har'a kana arguun hangam akka nama dhukkubsu warra beekutu beeka. Yaya Bashir irra
1 606
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Adidas Yezzy 700
Made in Vietnam
Size 36,37,38,39
Price 2000
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
〰〰〰〰〰〰〰
Nike Air Force N354
Made in Vietnam
Size 37,38,39
Price 2000
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
〰〰〰〰〰〰〰
Nike Air Force Shadow
Made in Vietnam
Size 37,38,39
Price 1800
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Wagoon
Made in Turkey
Size 42,43
Price 2450
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
1 606
Fashion tera:
Nike
Made in Vietnam
Size 42,43
Price 2600
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Airforce
Made in Vietnam
Size 38,39,40
Price 1900
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Airforce
Made in Vietnam
Size 37,38,
Price 1900
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Adidas Yezzy 700 (For Couple)
Made in Vietnam
Size 36,37,38,39
40,41,42,43
Price 2000
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Adidas Yezzy 700 (For Couple)
Made in Vietnam
Size 36,37
40,41,42,43
Price 2000
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
SWISH
Price 1300
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
DIESEL
Price 1300
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Nike jordan
Made in Vietnam
Size 41,42,43
Price 1900
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Nike jordan
Made in Vietnam
Size 43,44
Price 1900
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
〰〰〰〰〰〰〰
Nike Air Force
Made in Vietnam
Size 40,41,42,43
Price 1850
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
〰〰〰〰〰〰〰
Nike Air Force
Made in Vietnam
Size 40,41,42,43
Price 1850
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
EMPORIO ARMANI
Price 1200
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
〰〰〰〰〰〰〰
Customs Nike Air Force
Made in Vietnam
Size 40,41,42,43,44
Price 2300
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Chekich
Made in Turkey
Size 40,41,42,43
Price 2600
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Chekich
Made in Turkey
Size 40,41,42,43
Price 2600
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Nike Air jordan
Made in Vietnam
Size 41,42
Price 2000
@Hiwe5266
+251945355266
Free Delivery
Chekich
Made in Turkey
Size 40,41,42,43
Price 2600
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Chekich
Made in Turkey
Size 40,41,42,43
Price 2600
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Corcux
Made in Turkey
Size 40,41,42,43
Price 2800
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
♦️ ፋሽን ተራ /Fashion Tera♦️
〰〰〰〰〰〰〰〰
አድራሻ: አዲስ አበባ ,ጦር ሀይሎች ድሪም ታወር 2ተኛ ፎቅ
ቢሮ ቁጥር 205
〰〰〰〰〰
Adidas Yezzy 700 V3
Made in Vietnam
Size 40,41
Price 2300
(Free Delivery)
Inbox @Hiwe5266
ስልክ +251945355266
1 606
BEEKSISA HOJII
- Galmeen karaa email waan raawwatuuf gabaabinni yeroo rakkoo hin ta'u.
- Email: info@keneraint.com
1 606
Himatamaan Haacaaluu Hundeessaa ajjeesuun 'balleessaa' jedhame du'aan akka adabamu gaafatame
Abbaan Alangaa yaada adabbii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa dhaddacha Farra Shororkeessaa fi dhimmoota Heera 2ffaatti dhiyeesseen himatamaan tokkoffaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa ajjeesuun balleessaa jedhame Xilaahun Yaamii du'aan akka adabamu gaafate.
Abbaan Alangaa Kamisa, Adoleessa 08, 2013 ALH yaada adabbii ulfaateessitu mana murtichaaf dhiyeesseen, himatamichi kanaan dura hanna Baajaajii fi hadiida Baaburaan himatame akka ture fi sababa weerara vaayirasii Koronaan himannaan sun akka addaan cite kaaseera.
Himatamichi "amala badaa akka qabu ragaa baatootarra dhaga'uu" akka adabbii ulfaateessitu dabalataatti eereera. Haaluma kanaan manni murtichi murtoo adabbii du'aa akka kennu gaafateera.
Himatamaa lammaffaa Kabaddaa Gammachuu ilaalchisee maallaqa ijaarsa manaaf jedhame itti kennameen "meeshaa waraanaa seeraan ala akka bite" haadha himatamicha ragaa ba'u isaani kan yaadachiise Abbaan Alangaa, manni murtiichi himatamaa kana irratti akkaataa qajeelfama murtii adabbiitin akka murteessu gaafateera.
Himatamaa sadaffaa Abdii Alamaayahu ilaalchisee manni murtiichi ofiisaatin haala himannaa isaa ilaalee murtii adabbii akka murteessu gaafateera, Abbaan Alangaa.
Abukaatoota himatamtoota sadaniif mootummaarra ramadaman "amala duraanii himatamtoota kana ilaalame adabbii salphaa akka laatamuuf" jechuun yaada dhiyeessaniiru.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa dhaddacha Farra Shororkeessaa fi dhimmoota Heera yaada gam lamaan qorate murtii laachuuf Adoleessa 20, 2013 ALH beellameera.
1 606
BEEKSISA HOJII
- Galmeen karaa email waan raawwatuuf gabaabinni yeroo rakkoo hin ta'u.
- Email: info@keneraint.com
1 606
Ethiopian Press Agency /Bariisaa
Ibsa Letenal Jeneraal Baacaa Dabalee kennan keessaa qabxiilee ijoo...‼
*********************
Gaazexaa Bariisaa
👉 Walitti bu'insi ABUT jalqabe fedhiifi amalasaati. ABUT waldhabdee malee jiraachuu hin danda'u
👉 Gareen kun daa'imman umrii 13fi 14 hiriirsisaa jira
👉 Juuntichi labsii dhukaasa dhabuu kan hin fudhanne fedhiinsaa walitti bu'insa keessa jiraachuufi yoo nagaan bu'e gaaffii ummatasaa deebisuu waan hin dandeenyeefi
👉 Hojiin loltuu loltuutiin kan hojjetamu malee aktivistiitiin kan hojjetamu miti
👉Kanaaf eessaafi yoom haleeluu akka qabnu nutu murteessa
👉 Dhimmichi dhimma waraanaati dhimmi waraanaammoo Itoophiyaa ittifufsiisuudha
👉 ABUT kan barbaadu Itoophiyaa diiguudha
👉 Waraanaa kan jirru Itoophiyaafidha
👉Raayyaan Ittisa Biyyaa eessa akka taa'uu qabu kan murteessu numa mataakeenyadha
1 606
Hawaasni biyyoolessaa Shororkeessaan ABUT daa’imman waraanaaf calalaa jiru callisee ilaalaa jira jedhame
*****************
Gaazexaa Bariisaa
Shororkeessaan ABUT daa’imman waraanaaf calalaa jiru, hawaasni biyyoolessaa “Deeggarsa ummataa” jechuun yakkicha balaaleffachuun dhiisee leellisaa jira
Seeraa biyyoolessaatiin daa’imman waraanaaf fayyadamuun yakka ta’uunsaa otoo beekamuu daa’imman umriinsaanii barumsaaf malee waraanaaf hin geenye baala sammuu adoochuun adoochee waraanaaf hiriirsisaa jira.
Subqunnamtiiwwan biyyoolessaas gabaasasaa keessatti dhimma kana balaaleffachuun alatti deeggarsa ummataa fakkeessuun gabaasaa jiru.
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsa har’a kennaniin “Daa’imman hashiishiin sammuusaanii adoochuun gara waraanaatti hiriirsisaa jiru. Raayyaan ittisaa daa’imman kunneen baraaruuf dirqamni irratti kufeera” jechuun dhimmichi hamaa ta’uu
Dhaabbanni Pireesii Itoophoyaas fuulawwan miidiyaalee adda addaarratti suura gochicha ibsu walitti qabuun akka armaan gadiitti kaahera.
1 606
Gareen ABUT naannichatti nagaa buusuuf tattaaffii taasiifamaa jiru gufachiisaa jira
*******
Gaazexaa Bariisaa
Gareen shororkeessaa ABUT naannichatti nagaa buusuuf tattaaffii taasiifamaa jiru gufachiisaa jiraachuu Jiibuuttii Ambaasaaddarri Itoophiya Birhaanuu Tsagaayee ibsaniiru.
Ambaasaaddar Birhaanuun haala wayitaawaa ilaalchisee Jiibuutiitti Ambaasaaddara Ameerikaa Joonaataan Piraat waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Birhaanuun mootummaan qonnaan bultoonni qonna Gannaa tasgabbiin akka gaggeessaniifi deeggarsi namummaa sirnaan akka qaqqabuuf tarkaanfii dhukaasaa dhaabuu fudhachuu ibsaniiru.
Mootummaan Itoophiyaa loltoonni Eertiriyaa daangaa Itoophiyaarraa akka ba’an taasiisuu eeraniiru.
Akkasumas lammiilee naannoo Tigiraay deeggarsa namummaa barbaadaniif hojiin deeggarsa dhiyeessuu hojjetamaa jiraachuu ibsa taasiisaniiru.
Haa ta’uutii gareen ABUT ammas faallaa kanaan ajjeechaa garaa jabinaa lammiilee nagaarratti raawwachaa jiraachuu eeraniiru.
Hojii naannicha tasgabbeessuu hojjetamaa jiru gufachiisaa jiraachuu hubachiisaniiru.
Gama biroon Ambaasaaddar Birhaanuun filannoon biyyaalessaa marsaa 6fan Waxabajjii 14 bara 2013 gaggeeffame karaa bilisaafi iftoomina qabuun gaggeeffamuu eeran.
Jibuutiitti Ambaasaaddara Ameerikaa Joonaataan Piraat gamasaaniin filannichi karaa milkii qabuun gaggeeffamuusaaf erga baga gammaddanii dabarsaniiru.
Hariiroo Ityoo – Jiibuutiis dinqisaafataniiru.
Qaamoleen lameen dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’achuusaanii ragaan Jiibuutiitti Imbaasii Itoophiyaarraa argame ni mul’isa.
