en
Feedback
Quen VIP

Quen VIP

Open in Telegram

πŸ’ΈπŸ’Ό 1 Milli Ways To Get Rich πŸ’ΌπŸ’Έ πŸ˜Šβ˜… Click & Win! πŸ€©β˜… πŸ“«πŸ™ŒπŸ» Respect The Eye πŸ™ŒπŸ»πŸ”₯β˜…

Show more
The country is not specifiedCryptocurrencies39 464
1 606
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-3930 days
Posts Archive
On Paxful, I get to trade Bitcoin and other digital currencies in over 350 ways, with real people just like us. I can also store my crypto, convert it into other cryptocurrencies, earn an income and do a whole lot more. Come join me! https://paxful.com/register?r=KakEqW2y8kp

photo content

JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @OdaNetwork @OdaNetwork @OdaNetwork @OdaNetwork

JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @OdaaNetwork @OdaaNetwork @OdaaNetwork @OdaaNetwork

Namni waan danda'uun wal deggaru hiyyeessa hin jedhamu! BEEKSISA Hojii garagaraa argachuuf liinkii armaan gadii join GODHAA HIRIYOOTA keessaniif qooduu hin dagatiinaa. https://t.me/odanetwork

photo content

photo content

Wallee "Eessa Jirtaa?" fi Pireezidaanticha ... Galgala har'aa Kootii gurraacha tokko uffadheen qorra hamaa kana abaaraa, akkuma amalakoo miilla hiikkachuuf manaa gad ba'e. Harkakoo boorsaa keessa godhadhee akka nama maallaqa lakkaa'uu quba harkaa walitti rirrigaan qaama ho'ifachaa adeemaa jira. Kana gidduutti, bilbilli naaf bilbilame. Bilbilicha hubadheen ilaale. Bilbila haaraati; kan biyya alaa natti fakkaata. Diyaaspooraa kanatti yoo xiqqoo of jejan gaariidha jedheen xiqqoo akka waamuuf dafee kaasuu dhiisuun yaade. Garuu ammoo yoo dafee adda cite asii achi bilbiluun hin yaadamu jedheen deebisee bilbilicha kaase. Yeroon kaasu garuu bilbiluma biyya keessaati. Sagalee gurbaa waggaa shan dura wal beeknu kan na biraa barnoota dhiisee Poolisii ta'e tokkon dhaga'e. Bilbilakoo durumaayyuu akkanni qabu waanin beekuuf gaafachuu hin barbaanne. Ho'isnee erga nagaa wal gaafannee booda, waan ani hin eegin tokko naan jedhe. "Ani amma eegduu (gaardii) ta'een hidhamaa biliisaa tokko tajaajilaa jira. Galgala kana qilleensa fudhachuuf waan baanuuf, waan tokko si rakkisuun barbaade." naan jedhe. "Maal ture Bagoosaakoo?" jedheen gaafadhe. Bagoosaa jechuun maqaa anaafi hiriyoonni koo qofti ittiin isa waamnudha. Akkas jedhee ka'een tarii maqaa kana ni jibbaa laatammoo jedhee rifadheen "maal ture Gosaa?" jedheen itti dabaleef. "CD artist Hacaaluu Hundeessaa isa haaraa bittee daandiirratti akka nu eegdu barbaanna. Nama guddaatu barbaade" naan jedhe. Anis maqaa Hacuu dhaga'een itti waliif gale. Bakkan itti eeguufi sa'atiisaa walitti himnee adda baane. Garuu ammoo "hidhamaa Biliisaa" jechuun naal akka ta'e ammallee yaadaadhuman jira. Namni gurbaan kun eegu, hidhamaadha garuu ammoo biliisa??? Ha. Sa'atiin itti wal beellamne ni ga'e. CD Hacuu qabadheen bakka isaan naan jedhan naannoo Dambal dhaabbadheen eeguu eegale. Bokkaan ammallee tiifaa jira. Qorri akka malee hammaataadha. Garaan waaqaa lafatti gad dhihaataa waan jiru fakkaata. Urriin wal tuquuf walitti fiiga. Haalli qilleensaa sun bokkaan guddaan roobuuf akka jedhu mullisa. Utuun rooba sana ofirratti ilaaluun, kilaaksii konkolaataa dhaga'e. Konkolaataan gurraachi guddaan aguugamaa kan namni keessa jiru hin mullanne tokko dhuftee dhaabbatte. Utuman ilaaluu Bagoosaan foddaa banee harkaan na waame. Roobni sila tiifaa ture, amma humna godhachaa waan jiru fakkaata. Akka laaqiin nan tuqneef suuta tarkaanfachaan gara Konkolaataatti adeeme. Bagoosaan utaalee konkolaataa keessaa bu'e. Haammatee na dubbise. Anis ofirra ilaalaan isa dubbise. Boorsaakoo keessaa baaseen CD itti kenne. CD anarraa fuudhee hiixatee nama wayiitti kenne. Itti aanee maallaqan ittiin bite naaf kenna se'een harkasaa keessa ilaaluu eegale. Gidduutti namni achi keessaa isa waamee waa itti dubbate. "OK Lalisaa garmitti galta?" jedhee na gaafate. Anis suuta jedheen naannoon manakoo Jamoo ta'uun itti hime. "Si geggeessina kottu" naan jedhe. Anis dhugaa hin seene utaaleen konkolaataa ajaa'iba sana keessa gale. Roobni waan na jiiseef, quba harkakoon fuula kiyyarraa rooba haxa'aan teessuma mijeeffadhe. Fuuldura konkolaataa keessa nama ta'aa jiru argeen rifadhe. Ijakoo amanuu dadhabeen hubadhee ilaale. Innis as gara kiyyatti galagalee na ilaale. Nama ani beeku sanarraa wanti adda godhu areedni baayyachuusaa qofa. Funyaanisaa dheeraan sun Kishaafee (Manaxarii) qabattee yoo teessu akkuma durii simboo qabdi. Namichi kun Obbo Lammaa Magarsaa ta'uutu naaf gale. Suuta jedheen "nagaa keessanii?" jedheen gaafadhe. Deebiinsaa garuu isan gaafadhe sana miti "Fayyaa kooti" kan jedhu ture. Nagaafi fayyaan gargar ta'uusaa waanin beekuuf homaa jechuu hin feene, "fayyaa ta'uun ni caala" jedheen, crush koo durii Xayibaa Hasan yaadadhe. "Xaayibaan nagaa ishiitii maaloo, quba qabduu?" jechuuf afaan saaqqadheen deebi'ee dhiise. Namni ofiiyyuu nagaa hin taane, nagaa nama kaanii maal beeka? Bagan gaafachuu dhiise jedheen keessa kiyyatti dubbadhe. Hidhamaa biliisaa kan gurbaan jedhu Obbo Lammaa akka ta'e naaf gale. Garuu ammoo ammayyuu hiiknisaa naaf hin....

8. Qaamota nageenyaa. Hoggana qabsoo waliin hariiroo qabaachuu Ummata keessaa bahan irratti tarkaanfii laaleessaa fudhachuu diduu. Seeraan ala to'annaa jala olchuu irraa of qusachuu. Kaadireelee akka lubbuu galaafatanii fi akka tarkaanfii laaleessaa fudhatan isaan8. Qaamota nageenyaa. Hoggana qabsoo waliin hariiroo qabaachuu Ummata keessaa bahan irratti tarkaanfii laaleessaa fudhachuu diduu. Seeraan ala to'annaa jala olchuu irraa of qusachuu. Kaadireelee akka lubbuu galaafatanii fi akka tarkaanfii laaleessaa fudhatan isaan ajajan hoggansa qabsootiif maqaa eeruu. Yeroo tarkaanfiin mootummaadhaan fudhatamuuf jedhu dursanii qeerroof odeeffannoo kennuu. Yoo danda'ame ifaan ifatti qabsoo hawaasaatti dabalamuun ummata ofii cinaa dhaabbachuu.