en
Feedback
Barnoota Amantaa Islaamaa✍

Barnoota Amantaa Islaamaa✍

Open in Telegram

Mana kana keessatti Gosoota hangafoolii barnoota islaamaa Aqiidaa irraa eegalee Hanga hadiisaa fii siiraa Nabiyyiitti S.A.W Argattu kitaaboota Filatamoo ta'an 15ni olitu kuufamee jira 📚💪🥀 https://yt6.pics.ee/4ea776

Show more
2 844
Subscribers
+624 hours
+187 days
+11730 days
Posts Archive
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته الحمد الله الذي بنعمته تتم الصالحات بفضله تتنل الخيرات. والصلاة والسلام على عبده ورسوله محمد صلى الله عليه وسلم. وبعد: Obboleewwaniifii Obboleeyittiwwan teenya hunda keessanuu Nageenyi Rabbii isin irra haa jiraatu Baga Rabbiin eega turii baatii Afur4tii walitti nu deebise Ammallee nama toltuu irratti wal gargaaree hamtuu irraa wal dhorku nu haa taasisu Jiruu baqattummaatu adda nu muree ture waan ta'eef ergaa tokko illee isiniif erguu irraa Ugguramnee dhiifama jenna Amma booda Ammoo Yoo Rabbiin jedhe waliin jirra Rabbiin Kheerii irratti waliin nu haa tursiisu

photo content

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Seenaa Aqiidaa hordofaa! 👇 https://us02web.zoom.us/j/4774498448?pwd=bkhtRlNxL3E3SnZCTU1oSFNHcHJNQT09

photo content
+7

Akkaataa salaata maatii bifa suuraatiin 😍
Akkaataa salaata maatii bifa suuraatiin 😍

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Warri Aqiidaa barachuu feetan Sheekh Sa'id booranatiin Markazul Asar irratti hordofaa Kitaaba Aqiidatul-Xahawiyyaa https://us02web.zoom.us/j/4774498448?pwd=bkhtRlNxL3E3SnZCTU1oSFNHcHJNQT09

Tajriida hadiisa 362irraa Dabalaaf linkii kanaan hordofaa👇 https://t.me/c/1388856587/203

4_5974489677002967772.m4a18.37 MB

Hadiisa hafee ture

Hundeelee 4ren 👀

Harka Rabbii malee Wanta harka namaa keessa jiru hin ilaalin:! Namaafii wanti harka namaa jitus harka Rabbii jirti.! @Baruumssa

صحيح الاداب الاسلامية.pdf

عَنْ عَبدِ الله بْن عُمَرَ رضيَ الله عنه: أنَّ رَسولَ الله صلى الله عليه وسلم، قال " مَنْ جَاءَ مِنْكُمْ الْجُمعَةَ فَلْيَغْتَسِلْ". متفق عليه

01-Muqadimaa-Umdatul-Ahkaam-Hadiisa-1-2-Shk-Jeylan-Adam.mp39.57 MB