9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
9 997
Namoonni dhunfaa yakkoota gargaraan shakkamanii qabaman turaan dhifaaman Akka gadii lakifaamna mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksisee.
Hidhaan Namoota yakkoota garaagaraan shakkamanii qabaman Ture addaa cituu isaatiin dhiifaman Akka gadii lakkifaman murteessu mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksiseera.
Bulchiisichii xalayaa ifaa taasiseen murtoonn Kun kan darbee walii galtee nageenya daraan cimsuuf Akka ta'ee mul'dhiseera.
@Gadaa_post
9 997
ministeer Albuuda Sudaan Miseensi Maatii Isaan 2 Harka Ajjeeffamu Beeksisaan.
ministeer Albuudaa sudaan miseensi maatii 2 fi namoonni biroo sadii Ajjeefamu Beeksisaniiru.
Miseensi Maatii Isaan Fi Namoonni Biroo kan ajeeffaman yeroo haalleela xiyyaarra boonbii mana isaaniira bu'een ta'uu duubataniiru.
@gadaa_post
9 997
Muumeen ministiraa dooktaar Abiy ahimad namoota harka qaalleyyiif maaddii qodaan.
Muummee minstiraa Dooktaar Abiy ahimad ayyaana faasikaa sababeeffachuun namoota harka qaalleyyiif maaddii qodaan .
namoota harka qaalleyyii kutaa magaalaa 150 keessaa bahanii sirn maaddii qoduu gaggeeffameera.
@gadaa_post
9 997
Hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan Baga Ayyaana Du’aa ka’uu Yesuus Kiristoosiin Nagaan isin gahe .
Gadaa post yeroo hundummaa odeeffannoo haqa qabbeessa sinbiraan gahuuf ni hojjeeta.
@Gadaa_post
9 997
Obbo Dammaqaa mokonniin ministira dhimma alaa hindii wajjiin mari'ataan .
itti aanaan muummee ministiraa fi ministira dhimma alaa Obbo Dammaqaa mokonniin ministira dhimma alaa wajiin mari'ataan.
@Gadaa_post
9 997
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaanota Faasikaafi Iid Al Faxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode.
Waajjirri Kantiibaa magaalichaa namoota harka qalleeyyii kuma 3’f maaddii kan qoode yoo ta’u, kutaalee magaalaafi aanaalee magaalichaa hunda keessatti sagantaan maaddii qooduu gaggeffamaa jira.
Sagantaa maaddii qooduu cinaatti manneen haaromfaman 555 jiraattotaaf dabarfamanii kan kennaman ta’uu ibsameera.
@Gadaa_post
9 997
Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa waliin mari’atan
Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa Shii Wuunzhi waliin mari’atan.
Ambaasaaddar Tafarraan Fooramii Invastimantii Caamsaa dhufu Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa taasisaniiru.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa Shii Wuunzhi gamasaniin, Fandiin Misoomaa Chaayinaa- Afrikaa Afrikaatti hojiilee invastimantiirratti bobba’aa jiraachuufi filannoowwan invastimantii jiran beeksisaa jiraachuu ibsaniiru.
Simpooziyeemii Invastimantiifi Faayinaansii Chaayinaa-Afrikaa baatii Waxabajjii dhufu fandichi qopheessurratti Ambaasaaddar Tafarraafi hojjettoonni Embaasichaa akka hirmaatan affeeraniiru.
Maddi : FBC
@Gadaa_post
9 997
biiroon barnoota magaalaa finfinnee Qormaanni Moodeela barattoota Kutaa 6ffaa,8ffaa Fi 12ffaa torbee dhufuu ni laatama.
Qormaanni Moodelaa bitootessa 27 Hanga 29/2015 ni kennama.
Qormaanni moodelaa sadarkaa isaa egatee biirichaan kan qophee ta'uu himameera.
qormaatichii barattoonni qormaata gudichaaf akka of qopheessaniif kan qopha'ee ta'uu himameera.
@Gadaa-post
9 997
Akkam jirtuu hordoftoota gadaapost ,gadaapost yeroo dhiyoo as sababa garaagaraatiin odeeffannoo sin biraan qaqqabuu addaa kuutee turee amma garuu guyyaa boruurra jalqabee odeeffannoo haqa qabeessa akkumma kanaan duraa sin biraan gahuuf qophii isaa xumureerra kannafuu sin ammoo channel keenya kana irratti hiriyoota kan keessaan afeeruun nu jajjaabeessaa .galatooma
9 997
Namoonni hawaasa godina booraanaatti hongèedhaan miidhaaman qarqaruu barbaadan account bankii oromiyaa " 10757162 irratti erguu ni dandeessuu
9 997
Nannoo Kutaa magaalaa boletti balaa ibidaa ka'een sukileen daldalaa 10 barbada'anii.
Guyyaa kaleessa guraandhala 9/2015 halkan sa'aatii 7:51 tti magaalaa finfinnee kutaa magaalaa bole Aanaa 12 iddoo addaa bulbulaa jedhamee wammamuutti balaa abidaa ka'een suukinii daldalaa 10 barbaada'uu koomishiniin yaddoo balaa fi abidaa beeksiseera.
Abidaa dhamsuuf konkoolatoonni to'annoo 4 , anbuulansii 1 , hojjeetoota to'annoo balaa 27 kan irratti hirmaatan yoo ta'uu ,የእሳት አደጋዉን ለመቆጣጠር 4 የአደጋ balaa abidaa osoo babal'atee balaa hin geessiin to'achuu ibsameera.
Balaa abidaan namarraa miidhaan akka hin qaqqabaneefi midhaan qabeenyaarra gahe hammaam akka ta'ee fi ka'uumsi balichaa mal akka ta'ee qoratama akka jiru duubatameera.
Magaalaa finfinneetti balaan abidaa irraa dedeebiidhaan muudatee midhaa qaqqabsiisuuratti argama.
Karaa biraatiin balaan kammiyuu yeroo sinii muudate balichii osoo hin babal'atii. Lakkoofsa bilbilaa bilisaa 939 irratti daftaanii akka beeksiftaan koomishiniichii beeksiseera.
@Gadaa_post
9 997
#Yuunivarsiitii_dirree dawaa
Qormaara biyyoolessaa kutaa 12ffaa sinii dhufee barattoonni haaraan yuunivarsiitii Dirree Dawaa'tti rammadamtaan guyyaan sensaa guraandhala 20 fi 21/2015 ta'uu yuunivarsiitiichi beeksiseera.
Barattoonni yoomu deemtan :-
: raggaa kutaa 8ffaa ,12ffaa itti qoramtaan
:Raagga mana barnoota sadarkaa 2ffaa orginal fi copy
:Suuraa gabaabaa 3×4 Isaa jaha
:Uffaata Halkan fi huccuu Isport qabatanii deemu qabdu.
@Gadaa_post
9 997
Dhibeen maariyyee jaldeesssa ammas irra deebiidhaan rakkoo yaddeessa anduunyaa ta'uu ibsameera.
Dhabbaan fayyaa Andunyaa dhibbeen maariyyee jaldeessaa ammas rakkoo yaddeessaa Andunyaa akka ta'ee beeksiseera .
Dhaabban fayyaa Andunyaa dhimmichaa ilaalchisee ibsa baseen ,weerraara maariyyee jaldeessaf deebiin Andunyaa kenname irra deebi'amee sirra'uu akka qabu kasseerraa.
Kan ilaalchisee ji'oota murasaa darbee lakkoofsi namoota weerraa kanan qabaman xiqqeenyaa agrsisuu kan ibsamee.
Haata'uu malee biyyoota murasaa keessaatti itti fufinisii namoota qabaman daran kan dabalee yoo ta'u, naannoole birootti ammoo namoonni weerrarichaan qabaman xiqoo ta'uu ilaalameera.
@Gadaa_post
9 997
Barattoonni qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa kan bara 2014 fuudhataanii dhibbeenta 50 fi saan ol fidaan yunivaarsiitiiwwan 15 'tti raammadamaniiru.
yuunivarsiitiiwwan 15 fi bayyinnaa barattoota rammadaamanii akka kanan gaditti isiniif dhiyeessineera.👇
፨ASTU (1491)
፨AASTU (1488)
፨AAU (4950
፨Yuunivarsiitii Arbaa mincii (1498)
፨yuunivarsiitii arsii (989)
፨yuunivarsiitii bahardaar (5187)
፨Yunvarsiitii dabaraabirhaan(1079)
፨yuunivarsiitii dabaraa markoos (1340)
፨Yuunivarsiitii dirree dhawaa (1505)
፨Yuunivarsiitii gondar (1974)
፨yuunivarsiitii haramaaya (1796)
፨yuunivarsiitii hawaasa(2337)
፨Yuunivarsiitii injibaraa (998)
፨yuunivarsiitii jimmaa(2309)
፨yuunivarsiitii wachamoo (1063)
waluumma gala barattoonni kuma 30,004 yuunivarsiitii 15 keessatti rammadaamaniiru.
@gadaa_post
9 997
#FakeAccountsAlert
yunvarsiitii jijigaa maqaa dhabbatichaafi gonfoo isaattiin fuulii facebook sobaa banaman odeeffannoo dogongoraa tamsaasa akka jiran ibsamee.
Fuulii facebook yunivarsiitiichaa isaa sirriin like kuma 84 ol fi hordooftoota kuma 91 ol kan qabudha.
fuulii facebook yunivarsiitii jijigaa isaa sirriin.👇👇👇
https://www.facebook.com/jigjigauniveth?mibextid=ZbWKw
@Gadaa_post
9 997
Halkan kaleessa balaa ibidaa mudaaten lubbuun haadha Fi ilma darbee.
Kutaa magaalaa gulaalee Aanaa 3 iddoo addaa manaan jedhamuutti balaa ibidaa manneen jireenya irratti muudateen lubbuun nama 2 yommu darbuu nama 1 irraa miidhaa cimaan qaqqabeera.
Balichaan haatti tokko mucaa umurii 8 wajjin lubbuun kan darbee yoo tauu abbaan daammaa ibidaan gubbataanii miidhaan irraa qaqabee yaalalii godhamaafi Jira.
Balaa abidaatiin manneen jireenya 4 kan gubbaatan yommu ta uu balichaa guutuuman guutuutti to achuuf sa aatii 2 50 Akka fudhaate himameera
Gadaa post
