9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
9 997
libiyaatti Balaa lolaatiin lakkoofsi namoota lubbuun darbaan Kuma 5 'tti hiquun isaa akka hin oolee himaa Jira.
Faannoon diimaa libiyaatti argamuu Akka jedheetti hanga ammatti nammoonni 2,084 lubbuun darbuu mirkaneeseera jedheera.
Bulchinsii libiyaa teessoo isaa haha libiyaa taasisee Akka jedheetti Balaa Kannan namoonni Kuma 5 lubbuun darbuu Akka hin oolee ibseera.
Magaalaa darenaa namoonni Kuma 10 keessaa jiratuu keessatti hidhoonni Lama Fi riiqichii Lama ergaa barbaada'ee booda guutuumman guutuutti haala jedhamuu danda'amuun magaalaatiin bishaaniin liqiniifamteetti jedhaniiru.
Reeffii namootaa iddoo hundaatti kuufee argama jechuudhan gabaasaniiru.
Magaalaatiitti namoonni lubbuun darbaan bakka tokkotti awwaalama Akka jirraan dhagameera.
@Gadaa_post
9 997
𝑰𝒅𝒅𝒐𝒐𝒍𝒆𝒆 𝒕𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍 𝒊𝒏𝒕𝒂𝒓𝒏𝒆𝒕𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖𝒕𝒕𝒊 𝒒𝒐𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏𝒏𝒊 𝒐𝒏𝒍𝒊𝒏𝒆'𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒊 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒂𝒎 (𝒚𝒖𝒖𝒏𝒊𝒗𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊)𝒎𝒊𝒏𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆𝒓𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒑𝒓𝒐𝒇 𝒃𝒊𝒓𝒉𝒂𝒂𝒏𝒖𝒖 𝒏𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 .
𝚖𝚒𝚗𝚒𝚜𝚝𝚎𝚎𝚛 𝚋𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚞𝚏𝚞𝚞 𝚀𝚘𝚛𝚖𝚊𝚊𝚗𝚗𝚒 𝚔𝚞𝚝𝚊𝚊 12𝚏𝚏𝚊𝚊 𝚢𝚞𝚞𝚗𝚒𝚟𝚊𝚛𝚜𝚒𝚒𝚝𝚒𝚒𝚠𝚠𝚊𝚗 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚔𝚎𝚗𝚗𝚊𝚖𝚞 𝚒𝚍𝚍𝚘𝚘𝚠𝚠𝚊𝚗 𝚝𝚊𝚓𝚊𝚊𝚓𝚒𝚕 𝚒𝚗𝚝𝚊𝚛𝚗𝚎𝚝𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚞𝚞𝚝𝚝𝚒 𝚘𝚗𝚕𝚒𝚗𝚎'𝚍𝚑𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚔𝚎𝚗𝚗𝚊𝚖𝚞 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚜𝚒𝚜𝚊𝚗𝚒𝚒𝚛𝚞.
𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒏𝒊𝒔𝒕𝒂𝒂𝒓𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒑𝒓𝒐𝒇. 𝑩𝒊𝒓𝒉𝒂𝒂𝒏𝒖𝒖 𝒏𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂.
𝒎𝒊𝒏𝒊𝒔𝒕𝒆𝒆𝒓𝒊𝒄𝒉𝒊𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 2016 '𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒊𝒓𝒏𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖 𝑰𝒕𝒚𝒐𝒐𝒑𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒔𝒂𝒅𝒂𝒓𝒌𝒂 2𝒇𝒇𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒐𝒋𝒊𝒊𝒓𝒓𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒐𝒍𝒖𝒖 𝒈𝒂𝒃𝒂𝒂𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊𝒓𝒖.
@Gadaa_post
9 997
like 200 yoo gahe odeeffannoo sinbiraan gaha ture ni jaalqaban Mee Akka jirtaan like'dhaan nutti agarsisaa .
9 997
hojii online namoonni hojeechu barbaadan link kanaan galuudhan hojeechu ni dandeessu ammuuma jalqaba https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0039099897 karaa telebirriin qarshii kan keessan fudhachuu ni dandeessu .
9 997
👫 ይጋብዙ እና ገንዘብ ይስሩ !
🎁 አንድ ሰው ሲጋብዙ 3 ብር ይሰራሉ ።
እስካሁን የጋበዙት ሰው መጠን: 0 ሰው
🔰 መጋበዣ ሊንክ : https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0039099897
✅ ዛሬውኑ ጀምሮ ገንዘብ ያካማቹ እና በቴሌብር ይቀበሉ ።
9 997
𝑲𝒂𝒃𝒂𝒂𝒋𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒈𝒂𝒅𝒂𝒂𝒑𝒐𝒔𝒕 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒅𝒉𝒊𝒚𝒐𝒐 𝒂𝒔𝒊 𝒔𝒂𝒃𝒂𝒃𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒐𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐𝒏 𝒔𝒊𝒏𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒂 𝒕𝒖𝒓𝒆 𝒂𝒅𝒅𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒖𝒖𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒏𝒊 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒐𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒉𝒂𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒕𝒂'𝒖𝒖 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒏𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒒𝒐𝒑𝒉𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒙𝒖𝒎𝒖𝒓𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒇𝒖𝒖 𝒏𝒖 𝒆𝒆𝒈𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂.
@𝒈𝒂𝒅𝒂𝒂_𝒑𝒐𝒔𝒕
9 997
𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒂𝒏𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖 𝒒𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂 @davefkr 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊.
9 997
𝑵𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒂𝒏𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖𝒇𝒂𝒏𝒏𝒂 𝒉𝒐𝒋𝒆𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒅𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒏𝒖 𝒒𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂 @davefkr irratti.
9 997
𝐻𝑜𝑟𝑑𝑜𝑓𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑎𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑔𝑎 𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛𝑎 𝐼𝑑 𝐴𝑙-𝐴𝐷𝑎ℎ𝑎𝑎 1444 𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖𝑛 𝑔𝑎'𝑒 𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑖𝑖.
9 997
Repost from Gadaa Post
#walii_galtee
Muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad wa'ee walii galtee maal jedhaan.?
Walii galteen Shanee waliin taasifamu taanzaniyaatti ni gaggeefama.
walii galtee kana mootummaa Ityoophiyaa Fi uumman baay'eesee ni barbaada.
Lammileen walii galtee kana irratti hin hirmaannee guyyaa har'a kana Akka hin yaannee .
Waldhaabdeen, waraanarra Akka nama hin haambifnee beekni seeraa Fi sirna eegannee dhifaaman waliif gonnee biyyatti keenya waliin jabeessu Fi ijaarru ni dandeenya uummaan wallagaa rakkoo keessaa jiruurraa Akka obaafatu taasisuudhaaf lammiin kamiyyuu gahe isaan Akka bahan wammichaa kan Koo ni dhiyyeessaa.
Walii galtee kana ilaalchisee garee hidhaatoota Shanee irraa ibsi keennamu yoo jirate hordoofnee ni beeksifnaa.
@Gadaa_post
9 997
#walii_galtee
Muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad wa'ee walii galtee maal jedhaan.?
Walii galteen Shanee waliin taasifamu taanzaniyaatti ni gaggeefama.
walii galtee kana mootummaa Ityoophiyaa Fi uumman baay'eesee ni barbaada.
Lammileen walii galtee kana irratti hin hirmaannee guyyaa har'a kana Akka hin yaannee .
Waldhaabdeen, waraanarra Akka nama hin haambifnee beekni seeraa Fi sirna eegannee dhifaaman waliif gonnee biyyatti keenya waliin jabeessu Fi ijaarru ni dandeenya uummaan wallagaa rakkoo keessaa jiruurraa Akka obaafatu taasisuudhaaf lammiin kamiyyuu gahe isaan Akka bahan wammichaa kan Koo ni dhiyyeessaa.
Walii galtee kana ilaalchisee garee hidhaatoota Shanee irraa ibsi keennamu yoo jirate hordoofnee ni beeksifnaa.
@Gadaa_post
9 997
#ODuu_Gaddaa
Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.
Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen biroo weellisuun kan beekamuu, Artistoota gameeyyii fi hangafa ta'an keessaa tokko.
Artisti Zarihuun Wadaajoo dhukkubsatee Hindiitti yaalamaa turuun, dhibeen itti hammaatee fayyuu waan hindandeenyeef, du’aan addunyaa kana irraa boqoteera.
@Gadaa_post
9 997
sa'ud Arabiyaa fi kuweetti lammilee isaan suudaan keessaa baasu beeksisaan.
lammileen sa'ud Arabiyaa fi lammileen biyya alaa kannen biroo doonii lolatiin fe'amudhaan suudaan keessaa baasu beeksifteetti.
Dooniin Lola sa'ud Arabiyaa 4 lammilee sa'ud Arabiyaa fi lammilee biyyoota biroo suudaan port irraa gara jiidaa geessuu biyyatiin beeksifteetti.
Oduu Wal qabateen Ministeer dhimma alaa kuweetti lammileen biyyatti suudaan keessaa Turan nagaadhan kaartum keessaa bahu beeksiseera.
@Gadaa_post
