9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
9 997
waancaa Addunyaa kan bara 2030 biyyoonni 6 waliin Akka qopheessan beekkame.
Wancaa Addunyaa kan bara 2030 biyyoonni 6 waliin Akka qopheessan FIFA 'n beeksiseera.
FIFA'n galgala kan oddeeffannoo ifaa taasiseen biyya afrikaa moorokoo Fi biyyoota Awruppaa Ispeen Fi porchugal waancaa Addunyaa bara 2030 gaggeeffamu waliin Akka qopheessan murta'eera.
Taphoota sadii gaafa baninisaa gaggeeffamu ammoo uragayi , Argentina Fi porgayiitti Akka gaggeeffamu FIFA' n gabaaseera.
@Gadaa_post
9 997
tajaajil maadalii barnoota Fi Qormaata firiin qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa kan bara 2015 hanga ammatti Akka hin ifoomne ibseera.
Tajaajilichii galgala kana miidiyaa hawaasummatiin eerga dabarseen firiin qormaata biyyaleessa kutaa 12 kan bara 2015 hanga ifa taasifamuti barattoonni Fi hawaasan barnoota obsan Akka eegataan gaafateera.
@Gadaa_post
9 997
Barattoonn wa'ee qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa kan bara 2015 nuu gaafachaa jirtaan hanga ammatti wanti jedhame tokkoolee hin jiru.
9 997
sidaan artist madingoo afwarq eebbifamee.
waggaa kana taasa lubbuun isaa kan darbee weelisaa beekamaafi jaalatamaa yaadannoon waggaa 1ffaa haala garaagaraan yaadatamarraa .
har'a barii kana maatiin weelisaa ,jaalatoon bakka argamaanitti Bataskaan katediralaa silaaseetti siidaan eebbifameera.
@gadaa_post
9 997
#ayyaana_masqalaa
ayyaani damaraa masqalaa bataskaana ortodoksii Ityoophiyaatin ayyaana bifa addaan kabajamuudha .
hambaa seenaa Ityoophiyaa UNESCO'tti galmeessitee keessaa tokko ayyaana masqalaa dha.
ayyaanni Damaraa masqalaa jala bultii ayyaana masqalaatti kan kabajamuufi addababahiitti bahuun damaraan itti gubamuudha.
gammanuuman gadaapost hordoftoota amanta kirstiyaan maraan baga geessan jedha.
ayyaanni ayyaana milkii siniif haa ta'u.
@Gadaa_post
9 997
Namoonni firii qormaata biyyaleessa kutaa 12 nu gaafacha jirraatan torbee kana nuu egaadha.
9 997
gaaffii hirmaachisaa galgala kana namni yeroo jalqabaaf miidiyaa hawaasaa teelegramaa kalaqee eenyuu jedhaama ?
9 997
Namoonni qormaata biyyaleessa nu gaafata jirtaan ji'a kana dhummaarra nu eegadha sinbiraan geenya.
9 997
Namoonni channel nuuf beeksisaa jecha jirtaan sa'aatii murasaa booda username mucaa beeksisaa hojjetuu post siniif goodha na eegadha.inbox'dhaan qarshii kafaltaani beeksifachuu ni dandeetu.
9 997
𝑵𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒆𝒅𝒂 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒏 𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒆𝒆𝒏𝒏𝒂.
9 997
𝑵𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 .𝒈𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒎𝒂𝒅𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂𝒘𝒂 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒏 𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒉𝒐𝒋𝒆𝒆𝒏𝒏𝒂.
@𝑮𝒂𝒅𝒂𝒂_𝒑𝒐𝒔𝒕
9 997
𝔹𝕚𝕪𝕪𝕠𝕠𝕟𝕟𝕚 𝕘𝕒𝕣𝕒𝕒 𝕘𝕒𝕣𝕒𝕒 𝕝𝕚𝕚𝕓𝕚𝕪𝕒𝕒𝕥𝕥𝕚 𝕟𝕒𝕞𝕠𝕠𝕥𝕒 𝕓𝕒𝕝𝕒𝕒 𝕝𝕠𝕝𝕒𝕒𝕥𝕚𝕚𝕟 𝕞𝕚𝕚𝕕𝕙𝕒𝕒𝕞𝕒𝕟𝕚 𝕕𝕖𝕖𝕘𝕒𝕣𝕤𝕒𝕒 𝕟𝕒𝕞𝕠𝕠𝕞𝕒 𝕖𝕖𝕣𝕘𝕒 𝕛𝕚𝕣𝕦.
𝒃𝒊𝒚𝒚𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒍𝒊𝒊𝒃𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒍𝒐𝒍𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒒𝒂𝒃𝒆𝒆𝒇𝒊 𝒅𝒆𝒆𝒈𝒂𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒎𝒂𝒂 𝒂𝒓𝒊𝒊𝒇𝒂𝒄𝒉𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒆𝒆𝒓𝒈𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒓𝒖.
𝒍𝒊𝒊𝒃𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒕𝒐𝒓𝒃𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒎𝒂𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒓𝒏𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒍𝒐𝒍𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒖𝒅𝒂𝒕𝒆𝒆𝒏 𝒉𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒍𝒖𝒃𝒃𝒖𝒖𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒖𝒎𝒂 5 𝒇𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂 3 𝒐𝒍 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒎𝒂𝒎𝒆𝒆𝒓𝒂.
𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒃𝒂𝒍𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂𝒎𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒌𝒖𝒎𝒂 10 𝒐𝒍 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒖𝒕𝒆𝒆𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒂𝒂𝒎𝒆𝒆𝒓𝒂 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒐𝒐𝒕𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒂𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆𝒓𝒂.
@Gadaa_post
9 997
Itoophiyaanni hidhaa guddicha Abbayyaa marsaa arfaffaa bishaaniin guutuu hordofee masriin gochaan Ityoophiyaa kan qajeeltoowwan waliigaltee cabseedha jette.
ministeerri dhimaa alaa masrii ibsa hagayyaa 10,2023 fuula facebook isaarratti baaseen ,Itoophiyaan hidha bishaaniin kan guutte qajeeltowwan waliigaltee bara 2015 masrii ,sudaan fi Itoophiyaa jidduutti mallattaa'e haala cabseen jettee jirti.
masriin haala qajeeltoon waliigaltee Itopphiyaa fi sudaan waliin mallatteessiteen hidhichi bishaaniin akka guutamuufi opporeshiniin kan gaggeeffamu yoo waliigalteen dirqisiisaan taasifame qofaadha jetti.
kanaan dura sudaanis ta'e masriin keessattuu haala bishaaniin guutuu hidha haroomsaatiin walqabatee ibsa mormii baasaniin waliigaltee biyyoota sadanii kaasuun mormu.
@Gadaa_post
