en
Feedback
Gadaa Post

Gadaa Post

Open in Telegram
9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
αˆ›αˆ΅α‰°α‹‹α‹ˆα‰‚α‹«α‹ ለ 1 α‰€αŠ• αŠα‹!! α‹¨α‰΄αˆŒαŒαˆ«αˆ ፕαˆͺαˆšα‹¨αˆ ለ 6 α‹ˆαˆ«α‰΅! 0 ሩα‰₯ልሡ. blogy.site

Jirtuu

Jirtuu

Guyyaa har'a bu'aan qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa Kan bara 2016 Sa'aa booda ni ifoom gadaapost haala jiruu hordoofudhaan sinbiraan waan gahuuf nu eegadhaa. @Gadaa_post filannoo mama maraa .

α‹¨α‰΄αˆŒα‰₯ር ሱፐር αŠ α•αŠ• α‰ αˆ›α‹αˆ¨α‹΅ α‰ αˆ˜αˆ˜α‹αŒˆα‰₯ αŠ₯αŠ“ α‰ αˆ˜αŒˆα‰ α‹«α‹¨α‰΅ α‰°αˆΈαˆ‹αˆš αŠ₯α‹²αˆ†αŠ‘ αŒ‹α‰₯α‹€α‹Žα‰³αˆˆαˆ. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1636545295560576&inviterId=1254579846195307&language=am&campaignType=collectPetal&time=Sept-04-2024-Sept-12-2024

α‹¨α‰΄αˆŒα‰₯ር ሱፐር αŠ α•αŠ• α‰ αˆ›α‹αˆ¨α‹΅ α‰ αˆ˜αˆ˜α‹αŒˆα‰₯ αŠ₯αŠ“ α‰ αˆ˜αŒˆα‰ α‹«α‹¨α‰΅ α‰°αˆΈαˆ‹αˆš αŠ₯α‹²αˆ†αŠ‘ αŒ‹α‰₯α‹€α‹Žα‰³αˆˆαˆ. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=1254579846195307&language=am&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2016 wiixata Qammee 4 ni ifooma . Qormaan biyyaleessa bara kana waraqaadhafii oline 'dh
Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2016 wiixata Qammee 4 ni ifooma . Qormaan biyyaleessa bara kana waraqaadhafii oline 'dhaan kennamuun isaa ni yaadataam odeeffannoon dabalataa yoo jirtee sinbiraan geenya nuu hordoofa. @Gadaa_post

photo content

Muummeen ministeera Dr Abiy Ahimad turtii isaan chaayinaa xumuruudhan gara Itiyoophiyaa deebi'aaniiru. @Gadaa_post
Muummeen ministeera Dr Abiy Ahimad turtii isaan chaayinaa xumuruudhan gara Itiyoophiyaa deebi'aaniiru. @Gadaa_post

Gaaggeesitoon addaa biliisummaa oromoo (ABO) waggaa 4 ffi mana hidhaa keessaa turaan gadii lakkifamuu isaanitiin gaggeessan k
Gaaggeesitoon addaa biliisummaa oromoo (ABO) waggaa 4 ffi mana hidhaa keessaa turaan gadii lakkifamuu isaanitiin gaggeessan kongiraasii fedeeralistii oromoo obbo jawaar muhaammad jajaabeesaniiru. obbo jawaar , gaageessitoon gadii lakifamuu isaniitiin baay'ee gammaaduu ibsaniiru. Mootummaan hidhamtoota polotica haafaan gadii lakkisuudhan hidhaannoo lolaa hundaa mariidhaan akka furamuu gochuudhaan hojii garii kana akka itti fufu gochuu qaba jedhaniiru . @gadaa_post

photo content

Naannoo tigiraayiitti namoonni 380 dhibbee koleerattin qabaman Dhibbee kanan hanga ammaatti lubbuun namoota 8 darbuu birroon
Naannoo tigiraayiitti namoonni 380 dhibbee koleerattin qabaman Dhibbee kanan hanga ammaatti lubbuun namoota 8 darbuu birroon fayyaa naannoo tigiraay beeksiseera. namoonni 341 yaalaa fayyaa gaha argachuudhan garaa mana isaani akka deebi'aan birrichaatti hirmaana hawaasaa fi oggeessa yaala fayyaa olaanan obboo mulaatuu taaddaassa himaniruu. Yeroo amma kana namoota 31 yaalii fayyaa taasifama akka jiruu himaniiru. dhibbichii naannoolee tigiraay 27 keessaatti mul'achuu himameera irraa caalaa namoonni dhibbee kanan qabama jirraan namoota hojii warqii baasuurratti hirmaataan ta'uu beeksisaniiru. @gadaa_post

photo content

Ethio-telecom baasii birr miiliyoonna 67 ol baasuudhaan deeggarsaa dabtaara taasise. Kubaaniyichii baraattoota akka biyyaatti
Ethio-telecom baasii birr miiliyoonna 67 ol baasuudhaan deeggarsaa dabtaara taasise. Kubaaniyichii baraattoota akka biyyaatti argaman barattoota kuma 75 deeggarsaa dabataarra kuma 9 taasiseera. Deegarsaa dabataara kanaan manneen barnoota kuma 9 fi 30'n faayyadama akka ta'aan hojii gaggeestuun firiiyoot tamiruu ibsiteetti. Guyyaa har'as "abdii boruu " jechuudhan kuuta magaalaa buraayyuu mana baruumsa laakuu kaataatti argamuudhan deeggarsaa dabatarraa taasisaniiru. @gadaa_post

photo content

Hojii keenya eegaluuf jeenna Mee akkamit nu simaatu

Jirtuu

hordoftoota gadaapost gadaapost yeroo dhiyoo as odeeffannoo sinbiraa qaqabsiisaa ture sababa garagaraatiin addaa kutuun Isaa ni yadaatam Amma garuu haalaa Isaa duraatt deebi'uudhaan guyyaa murasaa booda odeeffannoo haqa qabbeessa sinbiraan gahuf qophii Isaa xumureerra hanga Sanaa hiriyyoota kan keessaaniif channel keenya kana share godha nu jajjabeessaa galtooma πŸ™

Yeroo dhiyootti nu egaadha.