878
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-930 days
Posts Archive
HAA TA'U!🥹🤲🏾
Ergaa kana warra haala ulfaataa keessa darbaa jiraniif qoodaa!
✍️🏿
Ani yeroon faarfannaa kana barreesse; imimmaaniin jalqabeen imimmaaniin xumure!
Dhoksaan jireenya amantii maal akka ta'e, faarfannaa kana keessatti afuurri qulqulluun naaf ibse!
Keessumattuu kiristiyaanni tokko;
Rakkina obsee wal'aasoo amantii jabeessee qabuudhaan hamma dhuma bara jireenya isaatti, ija isaa fannoo Yesuus irra godhatee adeemuu akka qabun baradhe.
Kun immoo humna fooniin akka hin danda'amee fi namni kamuu ayyaana Waaqayyoon yoo ta'e malee, dhaabbachuu akka hin dandeenye na hubachiise!
Ega jireenyi keenya abdii hin sochoone irratti hundaa'uu qaba malee, albaadhummaa bara si'anaa wajjin wal-qabachuu hin qabu!
Waaqayyo irratti ka'uunii fi jireenya ofiitti gammachuu dhabuun; hawwii daangaa hin qabne qabaachuu keessaa madda!
Kana jechuun waan hundumtuu naaf ta'uu qaba jedhanii of amansiisuu fi waan barbaadani battalatti argachuuf sochii taasisanii gaafa dhaban, dhiphina sammuu hamaa fi abdii kutannaaf saaxilamu.
Addumattuu nuti warri kiristoositti amannee jirru handhuura keenya maal itti hidhannee akka jirru, haleellannee ilaaluu qabna.
Mudannoon guyyaa guyyaan jireenya keenya irratti ta'uu fi rakkinni nuti keessa darbinu, mootummaa Waaqayyoo irraa nu hankaaksuu akka hin dandeenye, akka ta'utti amanuun barbaachisaa dha.
Amma keessi ko nagaadha🤗
Wanti na barbaachisu hundumtuu harka gooftaa koo keessa naaf jira!
Ani kaka'ee, dhiphadhee, raafamee, hunkuramee, suuta deemees yoon saffise; jireenya ko irratti tuqaa 1 dabaluu akkan hin dandeenye amaneera!
Akka yaadee karoorsetti Waaqayyo gooftaan ko akka na jiraachisun beeka!
Kanaafuu obboloota koo. akka nama fooniitti yaaduunii fi deddeebi'uun kiyyoo du'aaf nama qopheessa waan ta'eef, guutummaatti; Waaqayyo isa nama jiraachisutti of dhiisuun dhoksaa guddina afuuraa isa guddaa akka ta'e isinitti himuun barbaada!
Ergaa kana warra haala ulfaataa keessa darbaa jiraniif qoodaa!
Galatoomaa🙏🏿
Via Dawit Girma
✨Something else happens when you understand His grace—you will also grow in your understanding of how perfectly loved you are by your Father in heaven. God so loved you and me, He sent His only begotten Son to die on the cross on our behalf, carrying all our sins upon His own body so that today, we can come boldly to His throne of grace.
🌟Without depending on your effort and situation,God Loves you!!
MYAFC📖
Addisu Wayima | Inni ana
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Yaada Keessan Comment Nuuf godha Faaruu kanaf
Addisu Wayima | Ati Waaqayyodha
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Isa na fayyise
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Maal maal guddaadha
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Karaa agarsiisa
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Gaarummaa
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Akkasumaan
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Akeeka kee
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Dhoksaa hedduu
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
Addisu Wayima | Maalan jedha
-------------------------------------
#Diraamaa_Hiree_Jaalalaa hundaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+QStqQ38vNAxlOGU8
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿ𝐭
