cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Insight

"If you do always what you do you get what always you get so change your sight until you change your thinking you will always recycle your experience "👨‍🔧🧠 For any ideas contact us @Abdiin_jiraaaaaaaaaaaaaa @Anoketii Join us @imitating_christ

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
846Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

በሚመለከተን ነገር ላይ ብቻ እናተኩር ብሪታኒያ ውስጥ ነው፤ አንዲት ሴት አውራ-ጎዳና ላይ እርቃኗን ስትንጎራደድ ትቆይና መንገድ ዳር ቆመው ተሳፋሪ ከሚጠብቁ ታክሲዎች ወደ አንዱ ዘው ብላ ትገባለች። የገባችበት ታክሲ ቻይናዊ ሹፌርም ግራ በመጋባትና በመገረም ከራስ ፀጉሯ እስከ እግር ጥፍሯ በጥያቄ ስሜት መላልሶ ማየት ይጀምራል። አጅሪት ግን ምንም ያልተፈጠረ በማሥመሰል መሄድ የምትፈልግበትን ተናግራ እንዲንቀሳቀስ በዓይኗ ምልክት ትሰጠዋለች። ቻይናዊው ታክሲ ሹፌር ግን ያልተመለሠለት ጥያቄ ነበርና አሁንም ከእግር እስከራሷ መላልሶ ማየቱን ይቀጥላል። ይኼኔ ቆንጂት በሷ ብሶ በስጨት እንደማለት እያደራረጋት "ልብስ ያልለበሰች ሴት አይተህ አታውቅም? ብላ ታፈጥበታለች። ቻይናዊው ባለታክሲ ግን እንዲህ በማለት በትህትና መለሠ "የኔ እህት እኔ ግራ ተጋብቼ የማይሽ እርቃንሽን መሆንሽ ገርሞኝ ሳይሆን ለአገልግሎቴ ልትከፍይኝ የሚገባኝ ገንዘብ የቱጋ እንዳለሽ ጥያቄ ስለሆነብኝ ነው።" #አየህ ወንድሜ በዚህች ዓለም ስትኖር ልክ እንደቻይናዊው ታክሲ-ሹፌር ማተኮር ያለብህ ስለሚመለከትህ ጉዳይ ብቻ ነው። ስለማያገባህ ጉዳይ ስትፈተፍት በመዋልና በማደር በራስህ ህይወት ላይ የምትጨምረው ምንም ዓይነት ጠቃሚ ነገር የለም። አቅምህ እስከቻለው ለሌሎች መልካምን አድርግ የሌሎችን ግላዊ ህይወት ግን ለባለቤቶቹ ተውላቸው። :::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::: #ምርጦቼ እምወዳቹ እስኪ #ሼር እያደረጋቹ አበረታቱኝ የእናንተው ምርጥ ጓደኛ ✍ብዕረኛው Øbi ━━━━✦✗✦━━━━━━ ⇲⇲⇲⇲ሼር ያድርጉ!! ⇲⇲⇲ አዘጋጅ፦ ⇨ @imitating_christ
Show all...
"Namni hunduu cimaadha. Garuu yoo Qurxummii, dandeettii muka yaabuudhaan madaalte, sanadha wallaalummaan umuriikee guutuu ittiin jiraattu." #Albert_Einstein. Madaalta taanaan, madaa dhalta.
Show all...
Let's follow me on TikTok @eliyaspmoe Hojiin keenya Kiristoos labsuudha.
Show all...
Guddinni gaaraa, Xiqquummaa Isa dhaabbattee ilaaluutiin madaalama. Siin ol Kan ta'e hin jiru, waan ati isaa gadi taatetu jira malee. Waan ati hin dandeenye hin jiru, waan ati dadhabdetu jira malee. Gaara yaabuuf gad jechuunis dirqama, bu'uuf immoo ariitiin dirqama, kanaaf eennaa namoonni gad jedhanii argitu waan guddaa tokkotti akka isaan ol Bahaa jiran hin dagatiin, akkasuma eennaa namoonni tokko waan hunda gochuu isaaniitti ariifachuu isaanii argitu immoo bakka olkaa'aarraa(Gaara) gad bu'aa jiraachuu isaanii hubadhu. Akka hin daganne Channel kana #subcribe gochuu, poostiiwwan #Share gochuu, akkasumallee yaada keessan keessaan nu biraan gahuu. #imitating_christ #Ilma_abbaa_fakkaatu. gaaffiif inbox @sayile
Show all...
Seexanni akka ati waaqayyoon hin waaqessine hin barbaadu, Kan inni barbaadu, bulchiinsa isaa keessatti, ejja ilaalaa, ajjeechaa hirmaachaa akka ati jiraattu malee. seexanni waldaa dhaquukeetti osoo hin taane, bulchiinsa isaa irraa fageenya jireenyikee qabutti aara. waldaa dhaquu siif eyyama, garuu hojii isaa keessatti hirmaataa si godhee. #imitating_christ #ilma_abbaa_fakkaatu gaaffiif inbox @sayile
Show all...
SEENAA AJAA'IBAA Felix B Namoota ogummaa isaanii fi yaadni isaan keessaa burqu ajab nama jechisiisu, nama umurii isaa 36 keessatti kitaabota 89 barreesse Felix B. Carter. Felix umurii ijoollummaa isaa waggaa 15niin dura mucaa abaaramaa, kan maatiif hin ajajamne, yeroo hunda bakka badii kan ooluu fi barnootattis baay'ee dadhabaa kan tureedha. Manaa baruumsaa itti baratu keessaa namni sadarkaadhan isaa gadi ta'e hin jiru. Maatiin isaa warra sooressa jedhamuun biyyattiitti maqaa guddaa qabaniidha. Daldala warqeen kan beekaman harmeen Felix qabeenya hedduu kuufachuun jireenya gaarii jiraatu. Abbaan isaa mana Kitaabaa guddaa sadarkaa biyyaatti dorgomaa ta'e hundeessuun dubbiftoota hedduu horachuun sammuu namaa hedduu dammaqseera. Feelix hanga kutaa 6 gahutti hangas mara nama sammuu sirrii hin fakkaatu. Faallaa waan deemuuf, Isaaf "godhiin dhiisii yoo ta'u, dhiisiin immoo godhiidha. Firaa fi hiriyyaan hunduu yoo gorsan gurra ittiin isaan dhagahu hin qabu. Feelix jechuun afaan iskootishitti rakkisaa jechuudha. Badee hin badne Feelix isa "yaadni galgala dhufa, humni ganaama dhuma" jedhantu ta'e. Feelix tiif yaanni galaafii dhufe. Kitaabota mana kuusaa abbaa isaa keessa jiru dubbisuu amaleeffate. Keessumaa kitaabni Marklin Verd barreeffame kan "Wak Dod" yookiin Wal barra jedhu Felixin ijaaree. Kitaabichi ogummaa guddaan kan barreeffame yoo ta'u Markliin fi Felix walbarsiisee hiriyyoota isaan taasise. Feelix yaada Markliin guutumaa guutuutti yommuu amanu nama qajeelaa ta'uu danda'e. Argitee! Kan eenyuyyuu jijjiruu dadhabee itti dhiise kitaabni tokko salphaattii jijjiruu isaa. Akkuma Kitaaba Marklin dubbisee xumure baatii tokko booda Kitaaba "Istai magki perusie" yookiin "Gaaddidduu kooti" jechuun barreessee maxxansiisuun gabaarra oolchee beekamtii guddaa gonfate. Kitaabni isaas Doolaara Ameerikaa miliyyoona 1.7n gurguramee wanta ajaa'ibaa jedhame. Dubbistoota hedduu horachuun jaallatamummaa olaanaa argate. Baruma walfakkaatu keessa kitaabota falaasamaa, asoosama, walaloowwan fi kan kana fakkaatan 13 barreessee maxxansuun gatii gaariin gurgurate. Barnoota isaattis barataa cimaa ta'uun Waggaatti badhaasa sadi argate. Dargaggoota yeroo gabaabatti jijjiraman jedhamuun akka biyyaatti badhaasa guddaa fudhate. Bifuma wal fakkaatuun waa'ee seenaa isa darbee sana barreessee kitaabolee 4 maxxansiise. Join and share @imitating_christ Yaadaf qeeqa qabdan maraaf....@Abdiin_jiraaaaaaaaaaaaaa
Show all...
🤔"Mana amantaa daqiiqaa 30f taa'uun namni si nuffisiisu, akkamiin mootummaa Waaqayyoo barabaraaf jiraachuun siif danda'amaree?" itti haa yaadnu. #ilma_abbaa_fakkaatu Gaaffiif @Sayile
Show all...
"Adeemsi baruuf barsiisuu Afriikaa keessatti gaggeeffamu, bu'aawwan dinqisiisoo ta'an qaba. Barattoonni barnootatti cimoo ta'anii sadarkaa 1ffaa bahan qabxii ol aanaa yoo fidan, medicine (barnoota fayyaa), Injineriingii akka seenanii barataniif, carraa argatu. Akkasumas warri sadarkaa lammataa bahan immoo Seeraa fi Management barachuudhaan warra sadarkaa jalqabaarra jiran bulchu. Kan sin dinqu warri sadarkaa sadaffaa irra jiran immoo, Siyyaasa keessa seenuun, warreen sadarkaa lammaaffaaf tokkoffaa irra jiran ol ta'uudhaan isaan bulchu. Warreen barnoota keessatti qabxiin jalaa hafe immoo, Polisii fi Loltuu ta'uudhaan, warra polatikaa(siyyaasa) gaggeessan ni bulchu, abbaa fedhan hamma ajjeesanitti jechuudha. Kan nama dinquuf nama gammachiisu immoo tasuma inni mana barnootaa seenee hin beekne, Mortuu fi raajii ta'a. Isa kana immoo hunduu isa hordofu." #Robert_Mugabe #ilma_abbaa_fakkaatu Gaaffiif inbox @sayile
Show all...
Na dhageessaa? yoosoo waa sittan hima, dogoggoruukee osoo hin taane dogoggorakeetti guullantaa gootee of gowwomsuunkee, akka ati dogoggora Kee irraa tasuma hin deebine si godha. isarrahoo dogoggorakee amantee, irraa barachuutu, milkaa'ina ati abjuudhaan argite qabatamaatti, guddina ati hawwaa turtes waan lubbuu qabutti siif jijjiira. #ilma_abbaa_fakkaatu. gaaffiif inbox @sayile
Show all...