cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Faarfannaa Ortodooksii (ኦርቶዶክስ መዝሙር )

Faarfannaa Ortodooksii sagalee fi bareeffama waliin Diraamota fi Taphoota afuuraa pdfdhaan Barnoota fi kkf.... Channeli kana jalatti ni argattu

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
512
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

👉Raajii Giyoorgisi👈 Mootichi Dudiyaanos gidiraa inni Qulqullicha Wareegamaa Giyoorgisi irraan gahe faarfanna ibsudha "Isaan keessaas muraasni" 👉Akka inni du'uuf Magaaziidhaan foonsaa kukkuteera 👉Kophee sibiilaa Akka qoraattitti hojjechiisuun kaawwachiisera 👉Abiddaan gubee ,Mataasa burruusaan rukuteera, garaasatti dhagaa hidhuun lafarra gangalchiiseera 👉Summii nama cicciree ajjeesu obaaseera 👉Beelaan Akka du'uuf mana dubartii hiyyeettii tokkootti utubaatti hidheeni ture 👉Foonsaa daakuun tumani tullu yidraas jedhamuttii Akka facaasan taasiseera 👇👇👇 Share👀Share👀Share👀Share @kadhannaa_Qulqullootaa 👀JOIN👀
Show all...
✍️🌹Faarfannaa Dhaloota Gooftaa Dhaggeeffadhaa🌹✍️ 🌹🌹🌹NUUF DHALATEE🌹🌹🌹 Nuuf Dhalatee dhalateeraa inni nuuf dhalate(2) Jaalalaa isaatiin Gooftaan nuuf Dhalatee 🌹Ceesisa🌹 Nuuf Dhalatee Mooraa horiititti "" "" Akka hiyyeessaatti "" "" mootiin moototaa "" "" inni dhalateeraa "" "" nagaaha namootaa "" "" isaatuu nuuf laataa 🌹Ceesisa🌹 Nuuf Dhalatee Gooftaan foon uffatee "" "" inni nuu jaalate "" "" bilisa nu baasee "" "" Kiyyoo seexanarraa "" "" akka jirannuuf "" "" inni nu biteeraa 🌹Ceesisa🌹 Nuuf Dhalatee Ibsaan jireenya koo "" "" mootiin nageenya koo "" "" Dukkanicha keessaa "" "" isaatu nu baasee "" "" seexanni haa fagatuu "" "" isaatu nu kaasee 🌹Ceesisa🌹 Nuf Dhalate Garba cubbichaa "" "" nuti kan turee "" ""
Show all...
Faar Koo'eel (Nuuf dhalate).mp37.69 MB
Show all...
Simboon guutamtee F/ttaa D/n Zerufa'eel Bahiruu faarsaa afaan oromoo orthodox haaraa bara 2021

Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa. Sinboon Guutamtee F/ttaa D/n Zerufa'eel Bahiruu Simboon guutamte haadha garraamii Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii Deesse nuuf laatte qoricha keenya Isaan raawwatee fayyinni keenya Samiirraa gadi bu'ee yaa dubroo gara keetti Gammachuu kan sitti hime Waaqa bira ergameeti Kuno Ilma ni deessa innis Amaanu'eeli Jedhee si gammachisee ergamaan Gabri'eeli Qoricha lubbuu keenyaa deesse kan nuyif laatte Ilmi Waaqa Iyyesuus dubroo sirraa dhalate Sababa Hewaaniitiin gannatni kan cufame Yaa Maariyaam giifti koo karaa kee nuuf baname Simboodhaan kan guutamte ati ayyaana qabeettii Abdiin keenya siidha yaa dubroo qulqulleettii Karaa kee nuuf argame nyaatni jireenya keenyaa Ilma keetiin arganne nuti hundumtuu naageenya Qulqullummaa keetini ati kan filaatamte Abbaan samiirra taa'ee dubroo kan si jaallate Anis garbittisaati jette akka dubbatte Isatu si filaate kanaaf kan kabajamte #SUBSCRIBE Our channel to get more Videos.…

ማነው ማርያምን ተው አትጥራት የሚለኝ ስሟን ሳወድሳት የሚከለክለኝ የእርሱን ነፃ ፈቃድ እየተጠቀመ የእኔን ነፃ ፈቃድ ለምን ተቃወመ የአንቺን ወዳጅነት አጥብቄ ስለያዝኩ በፀረ ማርያሞች ብሆን የተወገዝኩ መቼም ቅር አይለኝ ደስተኛ ነኝ እኔ የእናትና ልጁ ወዳጅ በመሆኔ ተዋት ሲሉኝማ ብሶብኛል ጭራሽ እያልኳት በሀዘኔ ነሽ በጭንቄ ደራሽ በሚጠሏት መሀል ስሟን እየጠራሁ የጠላቴን ጭንቀት ሀዘን አበዛለሁ አዝ______________ ከፅንሰት ጀምሮ እስከ እርገቱ ድረስ ያልተለያዩትን ሊለይ ክፉ መንፈስ እንቅልፉን በማጣት ሌተቀን ቢዞርም ሲያምረው ይቅር እንጂ ማርያማን አልተውም ይከፋዋል ብዬ ወዳጅና ዘመድ አልል ወደ ኋላ ማርያምን አልተውም በውስጣቸው ያለው የእመቤቴ ጠላት ስሟን ሰምቶ ይቃጠል በጩኸት ስጠራት አዝ______________ ፅዮንን ክበቧት እናታችን በሉ የተባለው ትንቢት እንዲፈፀም ቃሉ ቀራንዮ ላይ ሰጠን ምስጋና ለእግዚአብሔር ትውልድ ሁሉ ብፅዕት እያላት እንዲኖር በችንካር በጅራፍ በደም የታጠበ በከባድ ስቃይ ውስጥ ስለኛ አሰበ የሚወዳት እናቱን ለሚወደን ሰቷል ታድያ ፍቅር ሌላ በምን ይገለጣል አዝ______________ ጠራው ደጋግሜ ሱስ ሆኖብኝ ስሟ ስለራቀ በእርሷ የሔዋን መርገሟ ያልፍ ይሆናል እንጂ የምለው አይበዛ የልጇ ቤዛነት ነብሴን ስለገዛ ማርያም ማርያም ይላል ቢመረመር ደሜ አርጋልኝ እንዲፃፍ በህይወት መዝገብ ስሜ ጠላት እስከሚያጣ ስሟን ማይሰማበት አወድሳታለው በቀንም በሌሊት
Show all...
ማነው ማርያምን ተው - Manew Maryamn Tew.mp39.27 MB
===KIRRII MORMAA== ➢Akka seera mana kiristaanaatti namni tokko erga cuuphamee mucummaa sillaasee fudhatee kirriin morma isaatti hidhama. Yoom jalqabe? ➢B.A 340 tti Abbaa Yaaiqoob kan jedhaman yammuu cuuphaa mucummaa cuuphaa turanitti ,warreen cuuphaman deddeebi'anii akkaa cuuphaman isaan rakkisan. Isaanis waan isaan rakkise kana kadhannaatiin waaqayyoof dhiyeessan. Waaqayyos,"Warreen cuuphamaniif kirrii mormaa /mallattoo hidhiif"jedhe. ➢Sababa kanaaf manni kiristaanaa keenyaas hanga har'aatti kana taasisti jechuudha. Fakkeenya maalii qaba?? ➢Kirriiwwan hidhaman sadidha. Isaanis: Diimaa, Adii fi Gurraachadha. Kunis: ADII: Afuura qulqulluutti fakkeeffama, sababnisaa Afuurri qulqulluu bifa gugeen/Adii/ waan bu'eef DIIMAA:Ilmatti fakkeeffama ,sababni isaa Ilmi foon uffatee dhala namaa bittaa cubbuu jalaa baasuuf of wareege ykn aarsaa of taasise. GURRAACHA: Abbaatti fakkeeffama, sababni isaa Abbaan osoo hin mul'atiin sagalee isaa qofaatiin,"Mucaan koo inni ani jaaladhu isa kana " waan jedheef ➢Karaa gara biraatiinis: Yammuu gooftaan fannifame, Adiin lafee isaa, Diimaan Dhiiga isaa,fi Gurraachi immoo gadda Addaamitti fakkeeffama. ➢Akkasumas kirriiwwan kun sadi ta'uun isaanii, sadummaa waaqayyootti, walitti tokko ta'uun isaanii tokkummaa waaqayyoo ibsu. Galanni waaqayyoof haa ta'u! Via Bikila Kenea
Show all...
Show all...
Faarfannaa Ortodooksii (ኦርቶዶክስ መዝሙር )

Faarfannaa Ortodooksii sagalee fi bareeffama waliin Diraamota fi Taphoota afuuraa pdfdhaan Barnoota fi kkf.... Channeli kana jalatti ni argattu

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.