Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai
Show more6 291
Subscribers
+1424 hours
+1067 days
+37530 days
Posting time distributions
Data loading in progress...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Publication analysis
Posts | Views | Shares | Views dynamics |
01 Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
┏━━━━━━━━━━┓
Gorsaa fi Barnoota
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Dhimmota Maallaqaaf
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Maallaqa Argachuuf
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Dhimmota Maallaqaaf
┗━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━┓
Akkaataa isaa baruuf
┗━━━━━━━━━━┛
Waliin barannee waliis haa barsiifnuu📚📚
❏ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███ | 6 | 0 | Loading... |
02 𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 2𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Click join
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions | 21 | 0 | Loading... |
03 Waliigalteen hojii biyya alaa Itiyoophiyaa fi Kuweet jidduutti mallatteeffame
Spider Media: Zulqaida 19/1445
Waliigaltee hojii biyya alaa waliin hojjechuu dandeessisu Itiyoophiyaa fi Kuweet jidduutti mallatteeffameera.
Ministirri hojii fi dandeettii Mufariyaat Kaamiil fi Itiyoophiyaatti ambaasaaddarri Kuweet Naayif Haapsi Al Ayitaayibii waliigalticha mallatteessaniiru.
De’eetaan ministira hojii fi dandeettii Salamoon Sokkaa fi Daani’eel Tarreessaa,, Kuweetitti ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Se’iid Muhuumeed, Itiyoophiyaatti ambaasaaddarri Kuweet Naayif Haapsi Al Ayitaayibii dabalatee hooggantoonni olaanoo biyyoota lamaanii waliigalticharratti argamaniiru.
Akkaataa waliigaltichaatiin mirgii fi faayidaan Itiyoophiyaanota hojiif Kuweet dhaqanii eegamee haala tumsaa carraa hojii seera qabeessaa uumuuf faayidaa guddaa akka qabaatu ibsameera jechuun TOl gabaaseera.
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia | 49 | 0 | Loading... |
04 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 | 19 | 0 | Loading... |
05 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!
🌹🌹🌹
🥀🌹🌹
🥀 🌹 🥀
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹 🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌿🌹🌹 🌿
🌿 🌿
🌿. 🌸 🌸
🌿 🌿🌿🌿
🌿. 🌿 🌿 🌿
🌿. 🌿🌿 🌿
🌿 🌿🌿 🌿
🌿 🌿 🌿
🌿
🌿.
🌿.
🌿.
🌿
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!!
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam | 35 | 0 | Loading... |
06 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2 | 45 | 0 | Loading... |
07 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 | 32 | 0 | Loading... |
08 ⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
| 11 | 0 | Loading... |
09 Media files | 169 | 0 | Loading... |
10 🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+
Free Waver @Rafiqul_Islaam | 105 | 0 | Loading... |
11 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 | 81 | 0 | Loading... |
12 Muslimoonni Itiyoophiyaa bor magaalaa Kombolchaa oolu
Spider Media: Zulqaida 17/1445
''Tokkummaan keenya Nageenya Keenyaaf'' dhaadannoo jedhuun konfiraansii guddaan guyyaa boruu Walloo magaalaa Kombolchaatti ni gaggeeffama.
Konfiraansiin nageenyaafi galateeffannnaa guddaan sadarkaa biyyaatti gageeffamu kun olaantummaan mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin kan qophaa'u yoo ta'u majlisa godinaafi magaalaa itti gaggeeffamu sanaatiin qinda'a.
Konfiraansichi marsaan jalqabaa Baaleetti, marsaan lammaffaan Finfinneetti akkasumas marsaan sadaffaan ammoo dhiheenya kana magaalaa Jimmaatti qophaa'uun isaa kan yaadatamuudha.
Itti fufee marsaa afraffaan mataduree ''Tokkummaan keenya nageenya keenyaaf'' jedhuun guyyaa borii naannoo Amaaraa magaalaa Kombolchaatti ni gageeffama.
Hooggantoonni, ulamaa'onni, hayyoonniifi keessumoonni kutaalee biyyattii garaa garaa irraa saganticha irratti hirmaachuuf har'a magaalaa Kombolchaa yeroo seenan simannaan taasifameeraafi. | 183 | 0 | Loading... |
13 📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
┏┓
┃┃╱╲
┃ ╱╱╲╲
╱╱╭╮╲╲
▔▏┗┛▕▔
╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔ ╲
╱ ωєℓ¢σмє™ ╲
╱╱ ┏┳┓╭╮ ┏┳┓ ╲╲
▔▏ ┗┻ ┃┃ ┗┻┛ ▕▔
Open Home - Click here
Ads
@Xiin_Sammuu
@Daaru_Salaam | 119 | 0 | Loading... |
14 Ogeeyyii miidiyaafi aktivistootaaf mana marechaatti leenjiin kenname
Spider Media: Zulqaida 17/1445
''Ajandaa Miidiyaa uumuu irraa hanga raawwachuutti'' mataduree jedhuun leenjiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin qophaa'e Ustaaz Ahmaddiin Jabaliin guyyaa har'aa galma walgahii mana marechaatti ogeeyyii miidiyaalee Islaamaafi aktivistootaaf kennameera.
Ustaaz Ahmaddiin miidiyaan yeroo ammaa meeshaalee gurguddoo addunyaan dhimma itti bahaa jiru ta'uu ibsani ogummaafi hubannoo saayinsiin miidiyaa barbaaduun ogeessonni miidiyaa qophaa'aa ta'uun murteessaadha jedhani.
Ustaazichi leenjii guyyaa guutuuf kennaa oolan kanaan miidiyaa fayyadamuun rakkooolee hawaasaa furuu l irratti akkasumas haalota miidiyaaleen hojii milka'aa itti hojjachuu danda'an irratti barnoota guddaa kennaniiru.
Xumura irrattis yaadaafi gaaffiilee leenjitoota irraa ka'eef Ustaaz Ahmaddiin Jabal ibsa bal'aa kennaniiru.
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia | 160 | 0 | Loading... |
15 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!
🌹🌹🌹
🥀🌹🌹
🥀 🌹 🥀
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹 🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌿🌹🌹 🌿
🌿 🌿
🌿. 🌸 🌸
🌿 🌿🌿🌿
🌿. 🌿 🌿 🌿
🌿. 🌿🌿 🌿
🌿 🌿🌿 🌿
🌿 🌿 🌿
🌿
🌿.
🌿.
🌿.
🌿
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!!
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam | 78 | 0 | Loading... |
16 #qormaata_biyyoolessaa
#kutaa_12ffaa
"Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu. sana ittisuuf qophiin taasifameera" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa.
Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise.
Daayirekatara olaanaa tajaajila kanaa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa EBC’f kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana littisuu ijaaruudha," jedhan.
"Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin eegnu," kan jedhan Daayirektarri kun, "
"Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru.
"Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, akkasumas warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan, kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu, barattoonni bor biyyatti ba’a akka hin taaneef irra deebiin yaaduu qabu" jechuun dhaamaniiru.
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. | 131 | 0 | Loading... |
17 (س 721:) من هم المعنيون في هاتين الآيتين: وَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَخْسَرِينَ وقوله تعالى: فَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَسْفَلِينَ؟
(ج 721:) قوم إبراهيم عليه السلام الذين ألقوه في النار فنجاه الله منها.
تطبيق يحتوي على ألف سؤال وجواب في القرآن .
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.jotechfly.questionsanswerinquran | 152 | 0 | Loading... |
18 Media files | 158 | 0 | Loading... |
19 የቁርዓን ውድድር አሸናፊዎቹ አዲስአበባ ቦሌ ኤርፖርት ገቡ!
...
(ሀሩን ሚዲያ፦ግንቦት 17/2016)
...
በሊቢያ የተካሄደው ዓለም አቀፍ የቁርአን ውድድር ኢትዮጵያዊው ተወዳዳሪ ሙሐመድ ማህሙድ አብዶ በሰላሳ ጁዝ የሂፍዝ የቁርአን መሐመድ ማህሙድ አብዶ
እንዲሁም በቂራተል አሸር በአስሩ አይነት የቂርዓት አይነት በተካሄደው ውድድር 1ኛ የወጣው ኢትዮጵያ አብዱልወሀብ ኢብራሂምና ኢትዮጵያዊው አለም አቀፍ የቁርአን ውድድር ዳኛ ኡስታዝ ኑረዲን ቃሲም ከዘይድ ኢብኑ ሳቢት ዛሬ ማለዳ ቦሌ አለም አቀፍ ኤርፖርት ሲዶርሱ አየር መንገዱ በVIP ክላስ የተቀበላቸው ሲሆን ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ በመጅሊስ አመራሮችናበህዝበ ሙስሊሙ አቀባበል ይግላቸዋል።
...
ተተወዳዳሪዎቹ የኢትዮጵያ አየር መንገድ ላደረገላቸው አቀባበል እንደሁም ለሙስሊሙ ማህበረሰብ ምስጋናቸውን አቅርበዋል።
©ሀሩን ሚዲያ | 156 | 0 | Loading... |
20 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2 | 49 | 0 | Loading... |
21 Gariin namaa argaa kee jibbaa beeki,sababni isaa immoo,eenyummaa kee balfee osoo hin taane,eddoo sanatti argamuun kee,kophaatti ol bahee mul’atuu isaa jalaa gaaddiseessaaf si jibbaa dafii hubadhuuf.
ila
Lafa baldhoofi diriirtuu tana akka namaan hin cinne, gaaraan utubanii laali,gaara guddaa kana,sibiiluma Xiqqaan diiganii argi,sibiila immoo,ibiddaan baqsanii taajjabi,ibidda gubaa kana bishaaniin dhaamsanii argi, bishaan kana immoo,dumessa keessaa roobsanii laali, duumessa furdaa kana,bubbeefi qilleensuma laafaan bittinneessanii laali,qilleensa namatu ijaarsaan ittisaa argi,namni jabaan kuni immoo,hirriba laafaan kufaa laali,hirriba immoo,sodaan ufirraa balleessanii argi.
Jaaloo
wanti sodaatamu hundi laafaa fakkaata malee,jajjabaa beeki,laafinaaf osoo hin taane,gaafa qabe,qabaan akka biraa harkaa nama baasuu hin dandeenneef, sodaan suni jibbatti jijjiiramtii hubadhuuf.
Obbolaa
Qabeenyaan,barnootaan,hayyummaan,beekkamtiin, gosaafi firaan hin boonin,kan ufitti boonuu qabdu,yoo jaalala namaa qabaatte,yoo jaalala Rabbii argatte,yoo namaaf nagaa yaadde,yoo sammuu qulqulluu taateefi keessaafi alaa nagaa labsaa jirtu horatte qofaa beeki.
Namana
Wanti dafee ol bahe dafee gadi deebi’aa uf eegi,wanti daangaa malee ol fuudhame,daangaa malee gadi buufamaa uf tiksi,wanti akka malee ol guddate akka maletti kufaa laalii uf qusadhu.
Hey
Laafinaafi bookeen jiruu hin dhabnee xiinxalli,jabinaaf leenci du’arraa hin hafnee hubadhu,nama namummaa isaatiin kabaji malee,kuni laafaa,suni jabaa,kuni laafaa suni mishaa jechuun,fagoodhaa sadarkaa mataa kee keessatti oomishame itti raabsaa hin oolinii dhiisi.
Ekaa
Sadarkaa nama hundaatuu,dubbii osoo hin taane,hujii isaattu ibsaa,itti dhiisii laali.
Ohhh
Respect humanity!namooma qabaadhu,namummaa kabaji.
Yes
People with integrity do what they say they are going to do.
©️Ustaaz Sufiyaan Usmaan
Https://t.me/Sammaan | 211 | 3 | Loading... |
22 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8 | 10 | 0 | Loading... |
23 𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii | 21 | 0 | Loading... |
24 SI RAKKISEE RABBIIN FULDURA NAMAA SI HIN DHAABIN،HARKA NAMAA SI HIN EEGGACHIISIN
👇👇👇👇👇👇
@Sammaan | 234 | 0 | Loading... |
25 🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███ | 182 | 0 | Loading... |
26 𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 2𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Click join
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions | 1 | 0 | Loading... |
27 Itiyoophiyaafi Liibiyaan walduraa duubaan dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa injifatan
Dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa Liibiyaatti gaggeeffameen qaari'i Ibraahim Bilaal Liibiyaa irraa tokkoffaan yoo xumuru Mahaammad Mahmud Itiyoophiyaa irraa lammaffaa akkasumas Moritaaniyaan ammoo sadarkaa sadaffaa qabachuun walduraa duubaan xumuraniiru.
Itiyoophiyaa bakka bu'ee kan hirmaateefi dorgommicha sadarkaa 2ffaan kan xumure dargaggoo Mahaammad Mahmud Abdoo diinaara 200,000 (doolaara kuma soddoma) badhaafameera.
Abbaan murtee dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa lammiin Itiyoophiyaa Ustaaz Nuuraddiin Qaasimi dorgommicha irratti abbaa murtee ta'uun hirmaatanii jiru.
©️Spider media
Https://t.me/Fursaan_media | 236 | 0 | Loading... |
28 ﷽
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
✍YAA IKWAANII DHAAMSA GABAABDUU TANA NARRAA QABADHAA🌹🌹👇
👉 hedduun keenna jecha( الدنیا متاع وخیر متاعها المرءة الصالحة ) jettu tana ni beeka.garuu akkaataan itti dalagan nama dhiba sunis mar'atu -assaalihaa argachuuf seerota kana guuti:-
👉1.haalota gaggaarii isirraa arguu barbaaddu ofii keetii qabaadhu.📝
👉2. namoota haalli isaanii gaarii ta'an irraa ta'uuf jihaada godhi gaarima akka teetii argattaa.🌹
قال الله تعالی فی محکم تنزیله
(والطیبون لالطیبات...🥰🥰)
👉3.karaa isii saaliha ittiin barbaadaa jirtu laali du'aa'iidha moo....😢
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
@quwwatulislam | 198 | 0 | Loading... |
29 ICCITII MILKAA'INAA
AS WR WB
wantoota 5n waa 5n duratti saammadhu
1,Dargaggummaa tee<Dullumaan duratti
2,Fayya tee<dhukkubaan duratti
3,Qabenya kee< Faqiirummaan duratti
4,Yeroo free qabdu <biizii ta'uun duratti
5,Umrii jiruu keeti< du'aan duratti saammadhu.[ | 233 | 1 | Loading... |
30 🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+
Free Waver @Rafiqul_Islaam | 6 | 0 | Loading... |
31 Media files | 229 | 0 | Loading... |
32 Turkiyyeen Masjiida hangafaafi seena qabeessa Al Najaashii suphuufi | 255 | 0 | Loading... |
33 Darsiilee baratamee fi baratamaa jiru sagaleen hordofuuf linkiilee Armaan gadii kana seenuun Aragachu dandeessu
1📶Arba,iin Annawaawi👇
https://t.me/Markazhaumar1444
By.Ust/shaafii muhammad
2📶Umdatul Ahkaam👇
https://t.me/markazaUmarl1444
By.Ust/shaafii muhammad
3📶Tafsiira 👇
https://t.me/mAnsar123
By.Ust/shaafii muhammad
4📶 buluug Al maraam👇
https://t.me/MAnsaar134
By.Ust/shaafii muhammad
5📶 Nahwii Aajirumiyya👇
https://t.me/+NTJLenvCwSQwYjc0
By.Ust/shaafii muhammad
6📶Duruusul muhimmaa👇
https://t.me/+TEiA1wBG9y82NTJk
By.Ust/shaafii muhammad
7📶Usuulu ssalaasa/_qawaa idul Arba,a👇
https://t.me/markazaumar
By.Ust/shaafii muhammad
مركز عمر بن الخطاب❤📚🖋
As wr wb
Mee likiilee kana laali mee
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته اخوتي واخواتي الكرام طلاب العلم الشرعي استفيدوا من هذه المعدات التالية 👇👇👇
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
✍ Warri Tafsiira Qur'aanaa hordofuu barbaaddaniis kunoo linkii kanaan seenaa. 👇👇👇👇
https://t.me/tafsiira2022
✍ Namoonni Nahwii online baratamaa jirtu hordofuu feetaniis kunoo👇👇👇👇
https://t.me/+pI_Co-0ihnQ1NmJk
✍ Namoonni Darsii [بلوغ المرام ] tan online baratamaa jirtu hordofuu barbaaddan kunoo linkii kanaan seenaa👇👇👇👇
https://t.me/buluuga2022
✍ Yoo Rabbiin nu gargaaree gargaarsa Isaatiin Audiyoolee Aqiidaatis linkii kanaa gadii keeysatti isiniif guurra👇👇👇👇
https://t.me/aqiidaa1
✍ Darsii [ التجريد الصريح] yaroo xiqqo booda inshaa Allaah! Linkii khana jalaan arkatuu dandeeysu👇👇👇👇
https://t.me/tajriida
✅ Barnoota Fiqhii tokko tokko namni barbaaddan Linkii kanaa gadii cuqaasaa👇👇
https://t.me/barnoota_Fiqhii
🥀🥀 Darsii Riyaadussalihiin asiin
Seenaa👇👇👇👇👇
https://t.me/markazu_umar_bin_al_khattab | 261 | 0 | Loading... |
34 Media files | 260 | 1 | Loading... |
35 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!
🌹🌹🌹
🥀🌹🌹
🥀 🌹 🥀
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹 🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌹🌹🌹🌹 🌹
🌹🌿🌹🌹 🌿
🌿 🌿
🌿. 🌸 🌸
🌿 🌿🌿🌿
🌿. 🌿 🌿 🌿
🌿. 🌿🌿 🌿
🌿 🌿🌿 🌿
🌿 🌿 🌿
🌿
🌿.
🌿.
🌿.
🌿
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!!
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam | 183 | 1 | Loading... |
36 𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2 | 114 | 0 | Loading... |
37 𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
»»» Click Here «««
𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii | 187 | 0 | Loading... |
38 "Filisxeemii Milka'aa jirti. Waaqii Gubboo hin Nyaatu. Dhugaan dhugaa!" Gaz. Guyyoo Waariyoo.
Galatoomi!
♥️♥️
@Sammaan | 263 | 0 | Loading... |
39 Media files | 274 | 0 | Loading... |
40 #Falasxiin
Har’a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen Falasxiin akka biyya walaba taatetti beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru.
"Har'a Falasxiin biratti guyyaa baayyee seena qabeessadha" jedhan.
Muummichi ministeeraa Aayirlaand Siimoon Haaris, "Har'a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen walabummaa Falasxiin beekamtii kenneera. Murtee kana hojiirra oolchuuf tokkoon tokkoon keenya tarkaanfii biyyaalessaa kamiyyuu ni fudhanna" jedhan.
Muummichi ministeeraa itti dabaluudhaan, "#torban_itti_aanu keessatti biyyoonni hedduun tarkaanfii barbaachisaa kana fudhachuuf nu waliin akka ta'an mirkanaa'adha" jedhan.
Mootummaan Aayirlaand beekamtiin sabummaa kun furmaata mootummoota lamaa kan deeggaru ta’uu fi nagaa waaraa naannichaaf barbaachisaa ta’uu ibseera.
Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saancheez fi Ministirri Dhimma Alaa Noorweey Espen Bart biyyi isaanii Caamsaa 28 irraa eegalee Mootummaa Falasxiin beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru.
Muummichi ministeeraa Noorweey Jonas Gahr Storr akka jedhanitti, "(Falasxiin) beekamtii argattu malee, Baha sana keessatti nageenyi jiraachuu hin danda'u" jedhan.
Itti dabaluunis
''falasxiin biyya walaba ta'uuf mirga bu'uuraa qabdi,'' jedhan.
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. | 254 | 1 | Loading... |
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 2𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Click join
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥
█ J O I N █
◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
𝙹𝙾𝙸𝙽
Waliigalteen hojii biyya alaa Itiyoophiyaa fi Kuweet jidduutti mallatteeffame
Spider Media: Zulqaida 19/1445
Waliigaltee hojii biyya alaa waliin hojjechuu dandeessisu Itiyoophiyaa fi Kuweet jidduutti mallatteeffameera.
Ministirri hojii fi dandeettii Mufariyaat Kaamiil fi Itiyoophiyaatti ambaasaaddarri Kuweet Naayif Haapsi Al Ayitaayibii waliigalticha mallatteessaniiru.
De’eetaan ministira hojii fi dandeettii Salamoon Sokkaa fi Daani’eel Tarreessaa,, Kuweetitti ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Se’iid Muhuumeed, Itiyoophiyaatti ambaasaaddarri Kuweet Naayif Haapsi Al Ayitaayibii dabalatee hooggantoonni olaanoo biyyoota lamaanii waliigalticharratti argamaniiru.
Akkaataa waliigaltichaatiin mirgii fi faayidaan Itiyoophiyaanota hojiif Kuweet dhaqanii eegamee haala tumsaa carraa hojii seera qabeessaa uumuuf faayidaa guddaa akka qabaatu ibsameera jechuun TOl gabaaseera.
Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️
𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂
✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
⚡⚡ 5K+ Channels! ⚡⚡
↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽 Click Here 👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam
𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@hope_promotions
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
Nabiyyoota keessaa Nabiyyiin(A.S) ibiddatti darbamee Rabbiin nagaa isa baase kami?Anonymous voting
- Nabi Nuuh
- Nabi Idriis
- Nabi Ibraahim
- Nabi Ayyuub
Repost from 𝙷𝙾𝙿𝙴 𝙿𝚁𝙾𝙼𝙾𝚃𝙸𝙾𝙽®️
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+
Free Waver @Rafiqul_Islaam
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion