AL-IHSAAN
Open in Telegram
Channel kanarratti ✅Hadiisa sahiiha ✅ Nasiihatul-Yawum ✅jecha salafoota islaamaa ✅wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan @Ibn_Daawud_bot nuun ga'uu dandeessu ✅👉#muslimni_obboleessa_muslimaati
Show more2 015
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-1430 days
Posts Archive
2 015
Manzuumaa Raayyaa Abbaa maccaa 37ffaa isa haaraa
Namnii bifa sageeln barbaaduu linkii kana gadiin seenaa dhaggeefadhaa👇👇👇👇
T.me/Rayaa_jamaal @Rayaa_Jamaal
@rayaa_jamaal @Rayaa_Jamaal
2 015
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀@gibeeMedia
@gibeeMedia
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
💐💐💐💐💐💐💐@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
❤❤❤❤❤❤❤
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
📚📚📚📚📚📚📚📚
2 015
Manzuumaa Raayyaa Abbaa Maccaa 37ffaa
Bakkatti Hafaan Rabbuma
Kunoo daawwadhaa Like Share Godhaa Qoodaa.
https://youtu.be/BLR0CA9P9Mo?si=2DGLqM1zcIucJqrQ
2 015
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
2 015
✅Oduu gammachiisaa😁😁😁😁😁😘😘
✍Nashiidaan ustaaz Raayyaa A/maccaa 37ffaan boru gadi dhiifama akkasaan jedhanitti🙏🙏🙏
👇
Hojii kiyya 37ffaa xumuradheera yoo Rabbi jedhe boru Galgala isin bira gaha Inshaa Allah
#Ustaaz_Raayyaa_Abbaa_maccaa
#Akka_gadi_dhiifameen_argachuuf channel kana seenaa amma👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍👍👍👍👍👍👍👍
2 015
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀@gibeeMedia
@gibeeMedia
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
💐💐💐💐💐💐💐@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
❤❤❤❤❤❤❤
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
👍👍👍👍👍👍👍
✅✅✅✅✅✅✅
2 015
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
2 015
Repost from መርጌታ የባህል መዳኒት ቀማሚ
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
2 015
✅Ammallee Namoonni hin argine, akkasumas Namni barbaadu yoo jiraate itti haa fayyadamu! Channel 100%maallaqa kaffaaluudha👇
♻️Namoota hojii Online hojjachuu barbaaddan maraaf carraan kun sinin darbin👌.
✍️Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
━━━━▣✦▣━━━━
𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
2 015
Qormaanni naannoo keetti waan baay'ee sitti mul'ise akka tasaa osoo hin taane, kennaa Rabbii ture.
💔 @Ehsan_tube 💔
2 015
Beekumsaan guutamnee
Adeemsa tolfannaa
Dachiirra jiraanuuf
Ashaaraa kaa'anna
Barree wal barsiifnee
Fuuldura ibsanna
Milkii biyya lamaa
Rabbirraa arganna
Ergaalee amantaa islaamaa
Bifa 👉 walaloo
👉 jecha beektota islaamaa
👉 seequun sunnaadhaa
👉 Kana beektuutiin argachuu yoo feetan ammuma seenuun #JOIN_GODHAA #share #forward gochuun wolis affeeraa
2 015
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
2 015
ODUU GAMMACHIISAA
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
✍Qarshii ni barbaaddu taanaan
dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa
tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu 👇👇👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510
✅Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf @Library_Islaamaabot tiin nu dubbisuu dandeessu
2 015
Waa'ee haalawwan jireenyaa rabbiin qofaaf dhiisaa
Gaddi nama hin jirre hin deebisu, sodaan gara fuulduraa hin sirreessuu, yaaddoon immoo milkaa’ina hin argatu.
Kanaa mannaa, lubbuun fayyaa fi qalbiin quufe baallee gammachuuti.
🌹 Ehsan_tube 🌹
2 015
⚠️Jaalala qofa hin barbaadin..
Hubannoo barbaadi, wal amantaa barbaadi
Bareedina lubbuu kee fakkaatu qofaaf dhimma.
Waa'ee jajjabina, waa'ee amanamummaa fi garaa qulqulluu..
Waa'ee hafuura bakka jirtutti si waliin deemu..
Yeroo kamiyyuu fi haala keessa jirtan kamittuu..
Lubbuu haala kee qooddadhu qabadhu..
Akkasumas bal'ina jireenya kee gosa hundaa..
🌹@Ehsan_tube🌹
2 015
Walumaagalatti namoonni sammuu fi geenii ol’aanaa qaban salphaatti jaalalaan kan hin qabamne yoo ta’u, hariiroo jaalalaa keessa seenuun baay’ee itti ulfaata.
🌹 Ehsan_tube🌹
2 015
#of_fooyyessaa
Kaayyoon kee galma ga’uu akka danda’u amanuu qabda.Yeroo sana amantu sammuun kee karaa itti dhugoomsu barbaada.Sodaa fi duubatti deebi’uun galma ga’uu irraa si hin dhowwiin!
🌹🌹 @Ehsan_tube🌹🌹
2 015
Gosa ZINA
Jaalallee Fi Jaalallee ---- ZINA
Abbaa Manaa Fi Chick Cinaa --- ZINA
Dubartii Heerumte Fi Jaalallee Duraa --- ZINA
Barsiisaa Fi Barataa --- ZINA
Senior Fi Junior --- ZINA
Gateman Fi Intala Manaa --- ZINA
Hogganaa Fi Barreessaa --- ZINA
Ollaa --- ZINA
Hiriyyoota daree --- ZINA
Ilmaan obboleessa --- ZINA
"Nuti Michuudha" --- ZINA
"Nuti Hiriyyoota Maatiiti" --- ZINA
INNALILLAHI WA INNA ILAIHIR RAJI'UN
Kun Mallattoo Yaumul Qiyamat Ti.
Dhuma Addunyaa.
Rabbiin olta'aan Zina dalagachuu irraa nu haa tiksu.❤
🌹🌹 @Ehsan_tube 🌹🌹
