AL-IHSAAN
Open in Telegram
Channel kanarratti â Hadiisa sahiiha â Nasiihatul-Yawum â jecha salafoota islaamaa â wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan @Ibn_Daawud_bot nuun ga'uu dandeessu â ð#muslimni_obboleessa_muslimaati
Show more2 015
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-1430 days
Posts Archive
2 015
Rabbiin fayyaa kee guutuu godhee umrii dheertuu siif kennee kan ummata kee tajaajiltu si haa godhu
2 015
Gaddi hin barbaachisu, hin hawwamus, bu'aas hin qabu, Rasuulli rabbiin SAW Yaaddoo irraa maganfatee akkana jedhe: ((Yaa rabbi yaaddoo fi gadda irraa sitti maganfadha) ) sababni isaas hiriyyaa yaaddoo fi garaagarummaa waan taâeef, yoo yeroo darbe taâe gadda namatti fida, lamaan isaanii iyyuu gara fuulduraatti akka hin deemne laaffisu, murtoo sanas maqaa balleessu.
[Ù
Ù ÙØªØ§Øš ÙØ§ ØªØØ²Ù]
Gorsa gabaaboo fi mimmiidhagoo argachuuf
Filannoon keessan @Ehsan_tube haa taâu.
2 015
Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba >
~~~
Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel waamicha dhiheessaniiru!!â€ïž
@Ehsan_tube
2 015
ZAKAATUL FIXR
Bismillah! Ramadaanni yommuu xumura irra gahuu dhimma barbaachisaa keessaa tokko zakaatul Fixriidha. Barruu tana keessatti haala gabaabaan waaâee zakaatul fixr ni ilaalla.
Jalqaba Zakaa jechuun maal jechuudhaa?
Akka lugaatti, zakaa jechuun barakaa (daballii, baayâinna), dagaaginsa, qulqullinna, fooyyaâiinsa.
Akka shariâaatti zakaa jechuun qabeenya adda baafame irraa, yeroo murtaaâaa keessatti bakka murtaaâetti qooda kennamuudha.
Qoodni qabeenya irraa baafamu kuni zakaa jedhamee kan waamameef qabeenya irraa baafamee kana ni dabala, badii irraa eega. Ammas, nafsee nama zakaa kennuu qulqulleessa.[1] Akkuma Rabbiin oltaâaan jedhe:
â Sadaqaa ittiin isaan qulqulleessituu fi isaaniif dabaltuun qabeenya isaanii irraa fuudhi.â Suuratu At-Tawbah 9:103
Kanaafu zakaan doynummaa, xurii badii fi kkf irraa nama qulqulleessa. Akkasumas, qabeenya ni dabala, barakaa itti godha.
Zakaan nama ulaagaalee zakaa itti kennan guute hunda irratti dirqama (waajiba). Arkaana Islaamaa keessaa arkaana sadaffaadha. Namni âZakaan dirqamaa mitiâ jedhee morme akka kafaru beektonni irratti wali galanii jiru. Namni dirqama zakaatti amanuu waliin zakaa kennu dide immoo nama maâasiyaa (badii) guddaa hojjate taâa.
Qabeenya irraa zakaa baasun dirqama kan taâuu ulaagaaleen armaan gadii yoo guuttamaniidha:
1-Qabeenyi gosa zakaan dirqama itti taâe keessaa taâuu. Kunis gosa afuri: Gosti 1ffaan: midhaanii fi sanyii lafa keessaa ol bahu. Kan akka qamadii, garbuu, ruuza fi temira.
Lamaffaan: beelladota manaa. Isaan kuni horii, reâee, hoolaa, gaala. Sadaffaan: warqii fi meeta. (Yoo nisaaba geesse maallaqa waraqaa irrattis zakaan dirqama.)
Afraffaan: meeshaalee daldalaa...
t.me/Ehsan_tube
2 015
ðŽ Hubachiisa!
Hardha halkan Ramadaanaa 23ffa dha. Halkan kun immoo halkan laylatal qadri itti kajeelamu kessaa tokko dha. Ibaadaan laylatal qadrii keessatti dalagamu immoo ibaadaa waggaa 83n dalagnu caala. Halkan kana keessatti Qur'aanaan, salawaataan, salaataanifi sadaqaan jajjabaachuu qabna.
Ustaaz Ahmedin jebel
2 015
"Sooma, salaata, sadaqaa caalaa maaltu caala sinitti himuu ? Sahaabaan "Nutti himi: jedhan isaanis 'namoota wal lolan walitti araarsuudha" jedhan.
Rasuul (صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙØ³ÙÙ
)
2 015
Miskiinaaf sadaqaa kennuun kee sadaqaa dha. Firaaf yoo ta'u garuu sadaqaa fi firummaa itti fufsiisuu/jabeessuu dha.â
Ergamaa Rabbii(ï·º)
2 015
Maalik bin Dinaar Rabbiin rahmata isaaf haa godhu akkana jedhe: Erga ani namoota beekee galata isaaniitti hin gammadne, ceephaâuu isaaniis hin jibbu, âMaaliif akkas taâeâ jedhame galatni isaanii garmalee, arrabsoon isaaniis garmalee dha.â
Kutaa: 4. Al-Muntaqaa Al-Nafeez
@Ehsan_tube
2 015
Wallahii kijiba mitii yoo join goote kanneen armaan gadii ni argattaa join godhi dafiiððððððððððððððððð
2 015
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
2 015
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
â
Assalaamualykum warahmatullahi wabarakatuhu Namoonni #barannoon keenya duraan isin darbe link jala jiru tuquun irraa fayyadamaaððð
1 Telegrama keessan qarshii fixee sin rakkisaa jiraa ?? furmaata isaa kinoo seeniððð
https://t.me/Library_Islaamaa/17
2 Telegram #Afaan oromoon jalqabuu quba qabduu??? Kinoo asiin tuqii seeniðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/23
3 Hattoota Telegram akkamitti ofirraa ittisnað€
Kinoo seenii laaliððð
https://t.me/Library_Islaamaa/39
4 Hiika #Qur'aanaa afaan oromoo guutuu argachuuf
Kinoo seeniðð
https://t.me/Library_Islaamaa/135
5 Mu'ujizaa qur'aanaa kana beektuu???ððð seeni
https://t.me/Library_Islaamaa/262
6 Telegram keessan yoo si jalaa hatame maal gootu? Furmaanni kinooðð
https://t.me/Library_Islaamaa/314
7 Seerota Dinqisiisoo Addunyaa kana beekta ðððð Seenii laali
https://t.me/Library_Islaamaa/322
8 Application Qur'aana juuza 30 guutuu argachuuf
Kinooðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/351
9 guutummaa Telegram keenyaa Afaan oromoon fayyadamuu akka dandeenyuu hoo beektuu ??? ððð
https://t.me/Library_Islaamaa/373
10 Bot kitaabban islaamaa of keessa qabu argachuu ni feetaa??ðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/378
11 link Telegram Huffaazota Qur'aana bebbeekamoo addunyaa kan nama 77 bakka tokkoti argachuu ni feetaa??? Kana tuqi seeni ððð
https://t.me/Library_Islaamaa/427
12 Website toora internet background suuraa keeti al tokkoon haxaahee kaasu argachuuf kinoo seeniðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/442
13,Biqilaa dhaabuu ergamaan Rabbii nabi muhammad S,A,W akka nu ajajanbeektuu??
https://t.me/Library_Islaamaa/442
14 Application Keyboard kee barreeffama feeteen akka barreesitu argachuf si gargaaru argachuufðð
https://t.me/Library_Islaamaa/450
15 Waan namni fedhe afaan fedheen barreesse #facebook gubbaatti gara afaan oromootti akka deebisuu dandeenyu beektuu?? Kun kan hundarra nama dinqudhað€ð€ argachuufðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/481
16 Ammoo akkamitti comment namani fkn afaan Chayinaan barresse afaan oromooti deebisna beektuu?? Argachuufðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/488?single
19 Akkamitti Nashiidaa, photo,Video garagaraa telegram irraa buufanna ???
Kinoo ðð
https://t.me/Library_Islaamaa/492?single
20 Akkamitti video facebook irra buufachuu dandeenya ??
ðððð
https://t.me/Library_Islaamaa/508?single
â
Maashallah seenaa baradhaa ð€
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
2 015
â
Oduu gammachiisaað
Tuqi seeniðð
ð HIRIYOOTA KEESSANIIF SHARE GODHAA
âJia tokkotti birr 1000 haga 6000ittin hojjaachuu dandeessu #share godhaaðð
â
Bot 100% kaffalu kan ani hojjedhee mirkaneessedha. Link isaa "Hulepaybot" dha.ð
ðððððð https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510
ðððððð
âErga seentanii booda #Channel lamaan sinii dhufu join godha #linkii keessaan namaaf ergaaâïž
Linkii kana seenaa
AMMUMA seenaa
â
áá¬áá ááá® áááᥠá«á«áá¹ á¥á á áŽáá¥á ááá á á¢
2 015
Repost from Jechoota Hayyootaa
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
2 015
ðªð¯ðšðšðµðšðšð³ð°ð° ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
ðºðºðºðºðºðºðºðº
àŒKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
âââââââââââââââ
ððððððð
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ððððððð@gibeeMedia
@gibeeMedia
ð²ð²ð²ð²ð²ð²ð²
ððððððð@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
â€â€â€â€â€â€â€
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
ððððððð
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
ðºðºðºðºðºðºðºðº
ðððððððð
2 015
ðªð¯ðšðšðµðšðšð³ð°ð° ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
ðºðºðºðºðºðºðºðº
àŒKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
âââââââââââââââ
ððððððð
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ððððððð@gibeeMedia
@gibeeMedia
ð²ð²ð²ð²ð²ð²ð²
ððððððð@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
â€â€â€â€â€â€â€
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
ððððððð
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
ðºðºðºðºðºðºðºðº
ðððððððð
2 015
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
2 015
ðªð¯ðšðšðµðšðšð³ð°ð° ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
ðºðºðºðºðºðºðºðº
àŒKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
âââââââââââââââ
ððððððð
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ððððððð@gibeeMedia
@gibeeMedia
ð²ð²ð²ð²ð²ð²ð²
ððððððð@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
â€â€â€â€â€â€â€
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
ððððððð
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
ðºðºðºðºðºðºðºðº
ðððððððð
2 015
ðªð¯ðšðšðµðšðšð³ð°ð° ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
ðºðºðºðºðºðºðºðº
àŒKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
âââââââââââââââ
ððððððð
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ððððððð@gibeeMedia
@gibeeMedia
ð²ð²ð²ð²ð²ð²ð²
ððððððð@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
â€â€â€â€â€â€â€
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
ððððððð
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
ðºðºðºðºðºðºðºðº
ðððððððð
2 015
ðªð¯ðšðšðµðšðšð³ð°ð° ðšð²ð²ðšðŽð°ð° ð©ðšð¹ð©ðšðšð«ð«ðŒðŒâïž
ðŸð¯ðšð» ðªð¯ðšðµðµð¬ð³ ð«ð¶ ð»ð¯ð¬ð ðŸðšðµð»âïž
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
ðºðºðºðºðºðºðºðº
àŒKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
âââââââââââââââ
ððððððð
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
ððððððð@gibeeMedia
@gibeeMedia
ð²ð²ð²ð²ð²ð²ð²
ððððððð@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
â€â€â€â€â€â€â€
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
ððððððð
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
â»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïžâ»ïž
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
ðºðºðºðºðºðºðºðº
ðððððððð
2 015
Baatii Kabajamaa Ramadaanaa kana keessaa Social media irraattii waan badaa hin hordofinaa
Channeelota muslimaa barsiisoo fi bohaarsoo kana jiranuu.
Wave @Abu_Amaar1
