IFA BORU KORA SECONDARY SCHOOL
Open in Telegram
"Live as if you were to die tomorrow, Learn as If You were to live forever " Mahatma Gandhi.
Show more273
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf
yeroo qormaataaf gara mana Barnootaa dhuftan Meeshaaleen qabatanii dhufuu qaban. 1.Qalama gogaa /Irsaasa/ 2.Haqxuu 3. Shigiree /Haadduu /qofa qabatanii mana Barumsaatti argamuu qabu. Hb. Dureeleen keenya hundinuu barattoonni hundi harcaatii tokko malee akka qorsiiftan isiniif dhaamaa, Iddoon qormaaticha itti kennamu Kilaastara irratti ramadamtan qofa akka ta'e beekuu qabdu.
